tgindex
Burqaa Barnootaa️

Burqaa Barnootaa️

Статистика

Our YouTube channel: https://www.youtube.com/channel/UCWCIygdjmjf-_MI-xdRcGvQ Tajaajila giddugalaa yoofeetan:- @Mrgirmae

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 349
+6 за 2 дн.
Сутки
+7
+0,30%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 723
19 постов
Вовлечённость
73,4%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
325
1/48двое суток
372
1/72трое суток
401

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • BEEKSISA Galmeen Barattoota MBBAfi MBA Guyyaa 2 Qofatu Hafa; Guyyaan Qormaataa Hagayya 20/2018 Ta'uunis Beekame. BBO - Hagayya 06/2018 Barattootni Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Qabxii Olaanaa Gameessisuun Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultuu Addaa, Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Oromiyaa Galuuf fedhii qaban galmeen hanga Hagayya 08/2018 qofa ta'uu ibsuun keenya ni beekama. Haaluma kanaan Guyyaan Qormmaata_Seensaa itti kennamu immoo Hagayya 20/2018 Waan Ta'eef Giddu Gala Filattanitti Ganama Sa'aatii 1:30tti Argamuun Qormaata 'online'n /Kompitaraan(CBT) akka fudhattan isin beeksifna

  • 8 авг.804102

    Oduu Gammachiisaa! Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf Hagayya  02/2018  Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa  Shan Keessatti Bara 2018 Irraa Eegalee  Barattoota Qaxalee Kutaa 9ffaa Simachuun  Barsiisuu Kan Eegale Ta'uun Ni Beekama. Haaluma kana bu'uureeffachuun Ministeerri Barnootaa Bara Barnootaa 2019 Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa adda addaa keessatti barachaa turan kutaa 9ffaa irraa gara 10ffaa qabxii olaanaan darban dorgomsiisee  Manneen Barnootaa 5 ( Walisoo, Bu'ii,  Jigjigaa, Bongaafi Gaambeellaa ) keessatti simachuuf ulaagaa baasee waamicha taasisuuf  qophii xumuruu beeksisee jira. Kanaafuu, Barattootni MB. Sad. 2ffaa kamiyyuu keessatti barachaa turtaniifi kutaa 9ffaarraa gara 10ffaa qabxii  olaanaa galmeessiftanii dabartan dorgomtanii galuu akka dandeessan qophii barbaachisaa akka taasiftan isin beeksifn YouTube ➪ https://www.youtube.com/channel/UCWCIygdjmjf-_MI-xdRcGvQ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Bultii Addaa Ifa Boruu fi WMO Sadarkaa 2ffaatiif Qophaahe Kanneen Baroota Darbanii Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

  • Qormaata Seensaa Kutaa 9ffaa #Manneen_Barnoota_Bultii_Addaa Ifa Boruu fi #WMO Sadarkaa 2ffaatiif Qophaahe Kanneen Baroota Darbanii

  • 27 июл.1 9671818

    Share 'Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014.pdf'

  • 27 июл.1 9121420

    Share 'Qormaata_Seensaa_Manneen_Barnoota_Addaa_Bultii_Addaa_BBO_fi_WMO.pdf'

  • 21 июл.2 7986512

    Karaa qormaata Ministirii kutaa 8 fi 6 ittiin ilaalamuu. kutaa 8 Kan finfinne https://aa.ministry.et/#/result Kan naannoo oromiyaa http://oromia.ministry.et kan kutaa 6 https://oromia6.ministry.et/#/result Karaa bot telegram yoo ilaalchu barbaadan hundaaf :- @bekerdotcombot video isaa illaluuf https://youtu.be/MM21PUj3bpQ YouTube ➪ https://www.youtube.com/channel/UCWCIygdjmjf-_MI-xdRcGvQ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

  • 21 июл.2 722173

    #Beeksisa Barattoota Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf ---------- BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a. Kanaafuu,karaa Telegram keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna. #Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!

  • Burqaa Barnootaa️ pinned a photo

  • 20 июл.2 632262

    Maatiiwwan Burqaa Barnootaa YouTube channel Keenya galata guddaa nabiraa qabdu!

  • 19 июл.2 34591

    MAATII BURQAA BARNOOTAA HUNDAAF! Akkuma fakkii kanarratti argitan, chaanaaliin keenya ulaagaalee YouTube partner program hundumaa guutullee, dogoggora teeknikaa sirna AdSense (Step 2: Error) guutummaan guutuutti hojiin ala ta'uuf jira. Barattoonni baay'een Qormaata Seensaa  Ifa Boruu Bultii Addaa fi ODA (WMO) akka siniif hojjedhu nagaafachaa jirtaniif rakkoo teknikaa namudate kanaaf siniif hojjechuu hin dandeenye! YouTube channel Burqaa Barnootaa kana iddoo duraatti deebisuuf yeroo fi kanfaltii guddaa nagaafata. Gmail burqaa995@mail.com

  • 18 июл.1 66613

    Karaa toora Telegram fi YouTube channel Keenya #ministiriin yoom akka gadhiifamu irra deddeebiin kan nugaafachaa jirtaniif hanga ammaatti guyyaan inni itti gadhiifamu hin ifoomne. Qaamoleen tokko tokko akka jedhanitti naannoo Adoolessa 20 ni ifooma shakkiin jedhu jiraatus, yeroo odeeffannoo isaa qulqulleeffannu irra deebiin siniif qoonna.

  • 11 июл.2 390181

    видео или голосовое, без подписи

  • Burqaa Barnootaa️ pinned a photo

  • 7 июл.2 41815

    Result ministry Video isaa asii argattu 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/MM21PUj3bpQ

  • 7 июл.2 2691916

    Karaa qormaata Ministirii kutaa 8 fi 6 ittiin ilaalamuu. kutaa 8 Kan finfinne https://aa.ministry.et/#/result Kan naannoo oromiyaa http://oromia.ministry.et kan kutaa 6 https://oromia6.ministry.et/#/result Karaa bot telegram yoo ilaalchu barbaadan hundaaf :- @bekerdotcombot YouTube ➪ https://www.youtube.com/channel/UCWCIygdjmjf-_MI-xdRcGvQ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

  • 5 июл.2 028354

    видео или голосовое, без подписи

  • 30 июн.2 168112

    Bulchiinsa magaalaa Finfinne keessatti #ministirii-kutaa-8ffaa kanneen qoramtan #result keessan karaa Link kanaa ilaallachuu dandeessu https://aa.ministry.et/#/result YouTube ➪ https://www.youtube.com/channel/UCWCIygdjmjf-_MI-xdRcGvQ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @Burqaabarnootaa_abc ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲      🔕         ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Burqaa Barnootaa️ — tgindex