tgindex
Последний пост
6 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
25
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
977
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
337
24 постов
Вовлечённость
34,5%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 25
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 6 июл.363из chirosec

    Barattoota kutaa 12ffaa Marsaa 3ffaa qormaata Fudhatan hundaaf Guyyaa boru haraatii tokkoo malee moraa mana barumsaa keessa sa'aa 3:00 irratti akka argamatan cimsinee isin beeksifna

  • 5 июл.39632из chirosec

    BEEKSIISA  Barattootaa kutaa 9-11ffaa jirtan hundaaf. Dhimmi:waa'ee guyyaa sagantaa sirna cufiinsa m/b isin beeksisuu ta'a. Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti, gaafa guyyaa 30/10/18 ayyaanni maatii barattootaa qophii adda addaatti mooraa mb keessatti bifa ho'a fi bashaanaansiisaan waan kabajamuuf barattootni hundii guyyaa kana maatii keessaan qabatani ganama s'aatti 2:00 irratti akka argamtan kabajaan isin beeksifna. Hub. 1ffaa.Barattootni dandeetti walaloo qabdan qopheessitani akka dursitani gulaalchiiftan. 2ffaa. Akkuma sirni cufiinsa badhaasaa fi beekamti adda addaattiin xumurameen kaardiin barattootaa hundaaf ni kennama. 3ffaa barattoota kitaabaa mb hin galchinne kaardiin kan hin kennamneef ta'uu isaa. 4ffaa. Barattootaa daree itti aanutti darbaniif (10, 11 fi 12) kitaabni kan kennamu gaafa guyyaa 2/11/18 booda ta’a. 5ffaa. Barataan guyyaa jedhameen alaa dhufee kitaabaas ta'e kaardinnis kan kennamuuf Fulbaanna ta'u isaa gamanumman isin hubachiifna. Halkaan gaarii! M/B

  • 5 июл.3511из chirosec

    Barattoota Kutaa 12ffaa Marsaa 2ffaa Qoramaa jirtan Hundaaf Guyyaa boru Oraafanaa tokkoo malee ganama sa'aa 1:00 fi Sa'aa booda sa'aa 7:00 bakka sakata'insii gaggeefamu akka argamtan cimsinee isin beeksifna.

  • 3 июл.385из chirosec

    Barattoota Marsaa 2ffaa qormaata fudhachaa jirtan boru sa'aa 2:00 oraafanaa tokkoo malee mooraa mb akka argamtan cimsinee isin hubachifna.

  • 2 июл.4122из chirosec

    Barattoota Round 2 Qormaata fudhatan hundaaf Akkuma beekamuu guyyaa har'a oreentatshinii fudhatanii jirtuu. Garuu Wantoota siraa'uu qaban 1. Uniformii Osoo hin ufatiin dhufuu 2. Sa'aa kabajiuu dhabuu 3. Sa'aa fi wantoota dhorkaman harkatti qabachuu kanaafuu guyyaa boru qormaanii waan egaluuf sa'aan sakata'insii gaggeefamuu sa'aa 1:00 ta'uu beektanii yeroo keessan kabajuun akka akka argamtanii fi wantoota Oreentashiinii kennamee hojii olchuun dirqama ta'a. M/B Carraa Gaarii

  • 2 июл.312из chirosec

    Sa'aan gahee jira

  • 2 июл.302из chirosec

    видео или голосовое, без подписи

  • 1 июл.3451из chirosec

    Barattoota Marsaa 1ffaa Qormaata fudhatan hundaaf Guyyaa boru Sa'aa 5:00 irratti Oreenteeshiiniin waan kennamuuf UOB hulaa fuldura akka argamtan jachaa 1. Sa'aa jadhameetti argamuu 2. Uniformii Ufachuu 3. ID morma irratti kaawwachuu 4. Moobaayilaa fi meeshaalee adda addaa harkatti qabachuu dhisuu 5. National ID keessan harkatti qabachuun dirqama waan ta'eef sa'aa jadhameetti kara olii ykn Riift Vaalii fulduraan kan seenamuu ta'a.

  • 29 июн.36221из IfaBoruBoardingss

    #ESSLCE #QajeelfamootaQormaataa Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 guyyaa boruu Waxabajjii 23, 2018 A.L.I. irraa jalqabee marsaa jahaan, karaa koompitaraa (online) fi waraqaan ni kennama. ✅️Wantoota qormaataaf barbaachisu: ➻ Kaardii seensa qormaataa ➻ Waraqaa Eenyummaa Faayidaa (National ID) yookaan waraqaa Eenyummaa naannoo (Gandaa) yookaan eenyummaa mana barumsaa ➻ Qalama, irsaasa fi laappisii (eraser) 🚫 Wantoota dhorkaman: ➻ Bilbila harkaa, taableetii, sa'aatii Ammayyaa, kaameraa fi uffata Ammayyaa, (smart jacket) ➻ Kaalkuleetaroota hin hayyamamne ➻ Waraqaa kamiyyuu, kitaabota fi daftara yaadannoo Qormaattoonni har'a ibsa waliigalaa (orientation) waa'ee adeemsa qormaatni itti kan fudhatan taha. Barataan Qajeelfamoota qormaataa cabsee, argame qormaata irraa haqamuu qofa osoo hin taane, adabbii seeraa cimaafis akka saaxilamu ibsameera. Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Waxabajjii 23 irraa eegalee hanga Adooleessa 16, 2018 A.L.I.tti ni kennama. https://t.me/IfaBoruBoardingss https://t.me/IfaBoruBoardingss

  • видео или голосовое, без подписи

  • 29 июн.327из Matric_Fetena

    #ESSLCE #ExamProtocols የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ የመልቀቂያ ፈተና ከነገ ሰኔ 23/2018 ዓ.ም ጀምሮ በስድስት ዙሮች በበይነ መረብ እና በወረቀት ይሰጣል። ተፈታኞች ሊይዟቸው የሚገቡ ➻ የመፈተኛ መግቢያ ካርድ ➻ የፋይዳ መታወቂያ/የቀበሌ/የትምህርት ቤት መታወቂያ ➻ እስክሪብቶ፣ እርሳስ እና ላፒስ የተከለከሉ ነገሮች ➻ ስልክ፣ ታብሌት፣ ስማርት ሰዓት፣ ካሜራ፣ ስማርት ጃኬት ➻ ያልተፈቀዱ ካልኩሌተሮች ➻ ማንኛውም አይነት ወረቀት፣ መጻሕፍት፣ የማስታወሻ ደብተር ተፈታኞች ዛሬ የሚሰጠውን አጠቃላይ የፈተና አሰጣጥ ገለጻ (Orientation) መከታተል ይጠበቅባቸዋል። የፈተና አሰጣጥ መመሪያዎችን መጣስ ከፈተናው መሰረዝ ባለፈ ከባድ ሕጋዊ ቅጣት ያስከትላል ተብሏል። የ2018 ዓ.ም የ12ኛ ክፍል ሀገር አቀፍ ፈተና ከሰኔ 23 እስከ ሐምሌ 16/2018 ዓ.ም ይሰጣል። ⬅️ሌሎችም እንዲጠቀሙ Share አርጉላቸዉ! መልካም ቀን ለሁላችሁም 😊 https://t.me/+q4mIUZzNn7FjNGVk ✉️Join @Matric_Fetena 💠

  • 26 июн.315из chirosec

    Barattoota Kutaa 12ffaa hundaaf Boru Orentation dhimma qormaata biyyoolessaa irratti waan laatamuuf sa'aa 2:30 irratti mooraa mana barumsaa akka argamtan cimsinee isin beeksifna.

  • 26 июн.316из chirosec

    видео или голосовое, без подписи

  • 26 июн.337из chirosec

    Sagantaa keessanniin kitaaba isin harka jiru deebisaa yeroon dabaraan addabii qaba

  • 26 июн.3781из chirosec

    Barataan hundii sa'aa fi sagantaa isaa egatee dhufuu qaba.

  • 26 июн.3771из chirosec

    https://exp7.ethernet.edu.et

  • Chercher pinned a photo

  • 24 июн.45741из chirosec

    Barattoota Natural Science taatan hundaaf ganama sa'aa 2:30 irratti mooraa Univarsitii olii akka argamtanii fi uniformii kaawwachuun dirqama ta'uu fi sakata'insii waan jiruuf bilbila qabachuun dhorkaa dha.

  • 24 июн.356из chirosec

    видео или голосовое, без подписи

  • 24 июн.3281из chirosec

    Barattoonnii kitaaba sagantaa fi yeroo isiniif keenameen deebisuu fi Moobaayila qabatanii argamuun dhorkaa dha.

Chercher — tgindex