Dhandhama walaloo
СтатистикаChaanali kana keessatti walaloo mimmiidhagoo afaan oromootiin ni argattuu.
- Последний пост
- 21 мая 2025 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
Maal ulfinni simboon Waaqaa! Maal ayyaanni at waan meeqa? Maal miidhagni onnee kaasu! Maal mararteen garaa raasu! Leensii ijakoo fajachitee Akka duumessaan na golgitee Akkan-sin laalle na dhorkite. Foolii addaan na weerartee Na keessatti wareegamte. 👍 ❤️ 💬 ♂️ ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ ✨。\|/。🌷 @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌 @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌 💔。/|\。⏺ #share #join
🤫 Garaankee Maal Yaada Jaalalaaf dhuftemoo Onneekoo dhamaasuudha Dhugaa keessa kooti Tuttuqxee madeessuudhaa Mana naaf ta'uumoo Man'ee koo diiguudha Anaaf yaaduumoo Gandarra fiiguudha Anaaf hubachuumoo Kiisii koo fixuudha Jaalalaaf dhabakoo Walqixa ilaaluudhaa Moo... Ulaa kiyya bantee Hattuu seensista Yaadakoo isa gaarii Hudhaatti kuttaa Biddeenkoo golaa Alagaa soortaa Boriif olkeessamoo Quufteetu machoofta Onneekoof bitamtee Jaalala barbaaddaa Moo faayidaa keef Qarshiidhaaftu aadda Fedhiinkee Naan galle Garaankee maal yaada🤔 👍 ❤️ 💬 ♂️ ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ ✨。\|/。🌷 @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌 @ https://t.me/Jalalaadh🌹💌 💔。/|\。⏺ #share #join
Gabaa qaamaa Qaama kee rakasa gootee Hidhii sagaltama hootee Hallattee goorroo dhiirotaa Rakasa maalif of goota? Jaalala fakkeessaan of hiitee Miira kee guutuuf of miitee Iime... Waamicha hundaaf owwaattee cobdee dhumtee akka shaamaa... Of gurguruuf deddeebitee mi'eeffatte gabaa qaamaa... Abbaan arge hidhiif qaama saalaa Maalif akka fedhetti si haama...? Ihim... Maalif kabaja kee gad buusta Xoofoo heexoo maalif kuusta? Luka kee hundaaf maaf saaqxa? Galmee kee balfaan maaf laaqxa? Salphoo soqolatte soqolaa gargaaru Yooti ofin eegne waaqnuu sin maaru Ow... Mi'a rakasa taatee Gabaa hundaatti maaf baate? Nyaata afaan banaa bule nyaachuu namuu hin dharra'u Bor balfatti si gatee darba harki har'a mudhiitti si rarra'u Ee... Hin ta'in halaleef raatuu Akkasitti naman taatu... Rabbi qalbii siif haa laatu Ishee jirtuuf gabaa qaamaa Erga kana qofaan dhaama ✨。\|/。🌷 @ https://t.me/walaloojalal @ https://t.me/walaloojalal 💔。/|\。⏺ #share #join 👍 ❤️ 💬 ♂️ ˡⁱᵏᵉ ʳᵉᵃᶜᵗ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ ˢʰᵃʳᵉ
без подписи
wende161721
без подписи
без подписи
https://forms.gle/tBrKtpPcMtUr3nat6
https://forms.gle/RNtWasgLijaAstHV8
https://forms.gle/ygD8hHYHduyChPWE7
https://forms.gle/gKSomdwp4aJaJYEG6
https://forms.gle/RNtWasgLijaAstHV8
t.me/zoo_story_bot/game?startapp=ref6557696889 🥳 Hey, want to visit the Zoo together? 🦒 Here, you can buy animals, upgrade enclosures, and take part in an Airdrop! 🎁 Claim your welcome bonus and pick your first animal!
https://t.me/donot/game?startapp=6557696889 I need my crew! 🍩 Let’s fry Donots and stack TONs together. You in?
😍 I miss you 😔 I kiss you 💋 Yoo diddeemmoo I dhiis you 😅😅🤣🤣 HXRWU Share➬ @qoosaa_oromoo Share➬ @qoosaa_oromoo
https://t.me/blum/app Got 48! Join me and try to top my score! BP
Gabaa qaamaa Qaama kee rakasa gootee Hidhii sagaltama hootee Hallattee goorroo dhiirotaa Rakasa maalif of goota? Jaalala fakkeessaan of hiitee Miira kee guutuuf of miitee Iime... Waamicha hundaaf owwaattee cobdee dhumtee akka shaamaa... Of gurguruuf deddeebitee mi'eeffatte gabaa qaamaa... Abbaan arge hidhiif qaama saalaa Maalif akka fedhetti si haama...? Ihim... Maalif kabaja kee gad buusta Xoofoo heexoo maalif kuusta? Luka kee hundaaf maaf saaqxa? Galmee kee balfaan maaf laaqxa? Salphoo soqolatte soqolaa gargaaru Yooti ofin eegne waaqnuu sin maaru Ow... Mi'a rakasa taatee Gabaa hundaatti maaf baate? Nyaata afaan banaa bule nyaachuu namuu hin dharra'u Bor balfatti si gatee darba harki har'a mudhiitti si rarra'u Ee... Hin ta'in halaleef raatuu Akkasitti naman taatu... Rabbi qalbii siif haa laatu Ishee jirtuuf gabaa qaamaa Erga kana qofaan dhaama © Keenboon
без подписи
без подписи