DIRRE BEKUMSA
Статистика- Последний пост
- 1 июл. 2025 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
﷽🎀 💐 الحـــــــــــــــــمد لله رب العالمين والصلاة والســـــــــــــــــــلام على رسول الله صلى الله عليه وســـــــــــــــلم اما بعد الســــــــــــــــــــــــــــــلام عليــــــــــــــــــــــــــــــــكم ورحمة الله وبــركاتــــــــــــــــــــــه 🪐Mu'uminni bar......?! ✍🏾Yoo dhiphatee addunyaan bal'oon tun itti dhiphatee itti dukkanooytes.... Yoo ifnanni guyyaa akka halkaniitti itti dukkanaawee if Isa wallachises... Jirummaam addunyaan tanaayyuu yoonif Isa dabbartes... Kaayoo Fi karoorri isaa akka barbaadeeti yoo deemuufii didee....cinqamee yaaddawes.... ✨Ibaadaa rabbii isaa Abadan hin dhiisu #salaataa Fi #sabriin qarqaarsifatee balbala milkii eegala. ✨Haga duraan rabbitti dhiyaattu caalaa daran rabbii ifii gabbara,ni qara'a,ni sooma,ni zakkara,ni seeqata.😊 ✨Kama duraan keeyrii heddu rabbi biraa qabu anumatu balleesse Ibaadaa tee dhiisee naaf araarami amrii Koo naaf laaffisu,si malee eenyu qaba jedhee warwaate.!Ajab amrii mu'uminaa..... ☘وستعينوا بالصبر والصلاة ✨NI beeyta kaa....Anaa Fi ati immoo....... Gaafa duniyaa xiqqoo tanarraa Waa xiqqoo mudamne.....achi garagallee Ani maal balleesse akkana na godha.ani addatti maal godhe....Qaraayyuu Rabbiin maal na godhe jeennee ni'imaawwan rabbitti kafarra. ✨Bal!.....Salaata duraan salaatuu Fi zikriileellee dhiisee if duuba deebi'a Duniyaa boonnuuf tanallee dhabnee aakiraallee dhabna!!rabbi nu haa tiisu. ✨ومن الناس من يعبدون الله على حرف فئن أصابته خير اطمئن به وإن إصابته فتنة تتقلب على وجهه خسر الدنيا والآخرة ذلك هو الخسران المبين Share🤗 https://t.me/tafak_or
Arbi waca sarootaatiif jedhee deemsa hin dhaabu. Wanta hundaaf deebii kennuun si hin barbaachisu itti fufuu qofa qabda. Kan si duuba waa'ee kee dubbatu si duuba waan jiruufi. Ati gara fuulduraatti jiraadhu. Yeroo San isaan duubatti si irraa fagaataanii si duubatti hafuu. ━━━━━━━━━━━ @DIRRE BEKUMSA
Namummaa gaarii qabaachuu * Namummaa gaarii (good personality) horachuuf waantoota nama fayyadan 9 asii gaditti ibsamaniiru:- 1.Of beekuu -waa'ee ofii beekuun *cimina ofii beeku *hanqina qaban beekanii of fooyyessaa deemuu, *Gatii ofii beeku,ammam akka barbaachifnu,waa malee Rabbi Akka nu in uumiin beekuu *galma ofii of fuundura ka'uun ilaalu,achi ga'iuf humna qaban beekuun tattaafachuu. 2.dandeetti nama waliin walii galuu ykn dendeettii waliin dubbii horachuu (develop good communication skills) -nama waliin yommuu haasofnu xiyyeeffannan ,fedha (intersty) qabaachuu kee beeksiisaa,osoo haasa nama waliin haasoftu Sanaa addaan hin kutiin dhaggeeffachuu, yommuu haasoftu immoo yaada ifa ta'e,afaan namni sun hubatuun,bifa kabaja qabuun ija isaa/ishee keessa ilaalaa waliin haasa'uu,falmii hin bay'isiin,of hin tuuliin. 3.Rakkoo hiriyaa kee irra ga'ee akk ofiikeetitti ilaaluun,humna qabduun gaaruummaa itti agarsiisi 4.Ofitti anamuummaa qabaachuu 5.Nama dhugaa ta'uu fi Amanamuummaa qabaadhu,Soba raawwadhuu ofii irraa fageessii 6.Ilaalcha gaarii(positive attitude) qabaadhu -Ràkkoo irratti osoon ta'iin furmaata irratti xiyyeeffadhu -Namootni rakkoo isaanii karaa isaan furachuu danda'an gorsi,rakkina isaanii deebiftee itti hin odeessiin - Fuula ifaa qabaadhu,amma barbaade rakkinni yoo jiraatee amma barbaachisuu ol komachuu(complaining) irra furmaata isaa barbaaduu irra wayya 7.Qaamake (Boca,bareedina,-qulqullina,k kf) fi fayyaake eeggadhu - -qulqullina gaarii -uffata sirraa deemu,ykn si bareechu uffadhuu - si'aayina qabaadhu,dammaqii hojjedhu 8.Hawasa keessa jiraattu( maatii,ollaa ,biyyaa fkkf) tif of eeggadhu - itti gafatamummakee ba'i -kun sun na hin ilaalltu osoo hin jedhiin waanta hawaasake ni fayyada jeettu irratti xiyyeeffachuun hojjedhu -Nama yeroo kabaju (punctuality) ta'i -yaada ijaaru malee yaada diigu(distractive negative idea) irratti hin xiyyeffatiin 9.Miira ofii to'achuu,... Dr Jiregna Genechu Galatoomaa!

As wr wb obboleeyyan muslimaa ergaa kana dubbiftu malee bira hin darbiin Namni yeroo Azanamuu Muuziqaa Dhaggeeffatu yeroo du'uu shaadaa jechu hin danda'u kanaaf Muuziqaa dhaggeeffachuu irraa of haa Qussanu Ergamaan Rabbii S.A.W Akkana jedhan Nama waan Narraa dhagahe Nama Biroo tiif Hime Rabbin Fuulla isaa Haa Bareechu jedhan. Dirre barnoota
Ofiif obsi Waggaa guutuu uumama keessatti wanti daraaru hin jiru . ━━━━━━━━━━━ @DIRRE BEKUMSA🖌️
видео или голосовое, без подписи
Eid Mubarak Family 💥🎉 كل عام ونحنا بألف خير
Galmi kee isa kaan caalaa gaarii ta'uu osoo hin taane, ofii kee isa duraa caalaa ta'uudha. -Hindoota ━━━━━━━━━━━ 🛞@DIRRE BEKUMSA🖌️
Isinif ergee dubbisa
видео или голосовое, без подписи
KItaaba kana yoo argattan dubbisa isin barbaachisa.
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Turiistoota Naannoo Oromiyaa daawwatanirraa galiin Birriin biiliyoonni 36 argame - BATO Baatiwwan saglan darban Tuuriistoota alaa fi keessaa Bakkeewwan hawwata Tuuriizimii Naannoo Oromiyaa daawwatan irraa galiin Birriin biiliyoona 36 argamuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii naannichaa ibse. Bakkeewwan hawwata tuurizimii naannoon Oromiyaa Uumamaan qabdurratti hojiin Sona dabaluu hojjetamuu hordofee hawwatummaan isaanii dabalaa jiraachuu Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaatti Daayrektarri Misoomaa fi Piroomooshinii obbo Faantaahuun Taaddasaan Faanaa Diijitaaliif himaniiru. Hawwatummaa bakkeewwan hawwata tuurizimii Naannoo Oromiyaa dabaluuf hojiileen adda addaa hojjetamaa jiraachuu obbo Faantahuun ibsaniiru. Waggoottan lamaan darban bakkeewwan ikkoo Tuurizimii 18 adda baasuu hojiileen qorannoo bu’uuraalee misoomaa fi kanneen biroo hojjetamaa jiru jedhan. Ulaawwan Oromiyaa hunda keessatti haala walfakkaatuun bakkeewwan hawwata tuurizimiitti hojiin bu’uuraalee misoomaa barbaachiisoo guutuu xiyyeefffaannoon hojjetamaa jiraachuu dubbataniiru. Yaa’iinsi Tuuristii naannoo Oromiyaa yeroo gara yerootti sadarkaa Olaanaan dabalaa dhufuus himaniiru. Baatiwwan saglan darban tuuristoonni biyya keessaa miiliyoonni 12. 5 fi kan biyya alaa kumni 100 fi kumni 75 ol bakkeewwan hawwata Tuurizimii naannoo Oromiyaa daawwachuu obbo Faantaahuun ibsaniiru.#BATO @DIRRE BEKUMSA#
Miiraa fi fedhii kee irraa osoo hin taane. Namoota Onnee kee irraa jaaladhu. ━━━━━━━━━━━ 🔝@Dirre Bekumsa 🖌️
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#Waa'ee kan kee kan beeku sumaafi sumaqofa
Gootummaa jechuun waan sodaachuu hin qabne beekuudha. —Plato ━━━━━━━━━🖌️