Saladin Offccial Channel
Статистика- Последний пост
- 31 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 28
- 1/48двое суток
- 32
- 1/72трое суток
- 34
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ifoome. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! https://oromia6.ministry.et/#/result https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/Abdii_oromoo https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
“Qabxii Qormaata Kutaa 6ffaa”.👇 http://ce6.ministry.et/
« Guyyooleen duniyaa,torbanootaa fii ji'oonni isii walitti gurmaa'aniiti gamaa gama bahanii gara xumura guyyaa du'a teenyaa nu oofaa jiran. Beellamni guyyaa du'a teenya taa'eeti nu eegaa jira. Milkaawaan isa osoo kheeyrii hojjetuu towbachaa sunnaarratti osoo jiraatu duuti itti dhufteedha. Khaatimaan bareedduun irra bareedduu fii irra qaalii waan duniyaa tanarraa xumura guyyaa addunyaa ofiitti fudhatanii bahaniidha. Rabbiin ﷻ khaatimaa nuhaa tolchu. Sunnaarratti jiraachuu,sunnaan jiraachuu fii sunnaarratti du'uu nuhaa waffaqu. » Safar 10,1448H
#Breaking_News #Kutaa_8ffaa Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa bara 2018 ifoomeera! Barattoonni kutaa 8ffaa qormaata kana fudhattan liinkiin armaan gadiin qabxii keessan ilaalladhaa! Website :- http://oromia.ministry.et
Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa irratti meeshaalee barattootaaf hin eeyyamamne. Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan kennama. Qormaatichaaf barattoonni saayinsii uumamaa kumni 300 fi kumni 6 fi 456 akkasumas kan saayinsii hawaasaa kumni 200 fi kumni 57 fi 45 waliigalaan barattoonni kumni 500 fi kumni 63 fi 501 galmaa’uu Tajaajilli Barnootaafi Madaallii Qormaataa beeksiseera. Tajaajilichi qophiilee qormaataaf barbaachisan xumuruufi raawwachiistonni qormaataa gara giddugaloota qormaataatti bobba’uu ibseera. 👉Barattoonni wayita gara giddugaloota qormaataatti dhiyaatan kaardii seensa qormaataa( Admission Card), waraqaa eenyummeessaa barataa yookaan waraqaa eenyummaa, kobbee (qalama) bulchiinsa qormaataan eeyyamamee fi waraqaa duwwaa qabatanii dhiyaachuu qabu. 👉Meeshaalee akka Bilbila Moobaayilaa, Sa’aatii Ismaartii, Biluutuuzii, Eerfoonii, Filaashii Diiskii, Kaardii Miimoorii, Laaptooppii dhuunfaa fi kanneen biroo qabatanii gara kutaa qormaataa seenuun akka hin eeyyamamne hubachiiseera. Qormaatichi karaa oonlaayinii marsaa jahaan kan kennamu yoo ta’u barattoonni saayinsii uumamaa waraqaan qoraman Adoolessa 1 hanga 3, barattoonni saayinsii hawaasaa ammoo Adoolessa 6 hanga 8, 2018’tti akka qoraman ibsameera. Ministeerri Barnootaa barattoota qormaaticha fudhataniif carraa gaarii hawwuun qormaaticha tasgabbiin, naamusa gaariin fi ofitti amanamummaan akka qoraman dhaameera. ✅Hubachiisa: Barattoonni toora interneeti irratti qormaata fudhattan waraqaa qulqullu (kan barreeffama hin qabne) fudhattani deemu qabdu waan irratti gaaffii 'calculation' qabu hojjettan. ✅ Sa'aatii 'smart' hin taane fudhattanii seenuun ni danda'ama('Specially' barattoonni waraqaa irratti qoramtan)
видео или голосовое, без подписи
#Yaadachiisa Barattoota #WARAQAAN Qoraman (Paper Based Test) Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Fudhatan Guyyaafi Iddoo Qormaataa --------------------------- BBO - Waxabajjii 17/2018 Qormaata Waraqaan kennamu ilaalchisee sagantaan asii gaditti dhihaateera. #1_Saayinsii_Uumamaa/Natural Science/ #PBT #Guyyaa :- Adoolessa 01 - 03/2018 #Iddoo Qormaataa :- #Yunivarsiitiiwwan keessatti qoramu. #2_Saayinsii_Hawaasaa/Social Science/ #PBT #Guyyaa :- 06 -08/2018 #Iddoo Qormaataa:- #Yunivarsiitiiwwan keessatti kan qoraman ta'uun beekameera. Kanaafuu, hoggansi barnootaafi maatiin barattootaa barattoota gara Yunivarsiitiwwanii geejjibuu irratti qindoominaan barattoota cinaa akka dhaabbattan ergaa keenya ta'a. #Hubachiisa:- Barattootni Kompitaraan Qoraman/Computer Based Test/ #Saayinsii Uumamaa-# CBT #Guyyaa;- Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 03/2018 tti, #Saayinsii Hawaasaa:-#CBT #Guyyaa - Adoolessa 06 - 16/2018tti Wiirtuulee Qormaataa Kompitarri Qophaa'etti(itti ramadamanitti) kan fudhatan ta'a.
видео или голосовое, без подписи
#Kutaa12ffaa Sagantaan qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 ifoome. Tajaajilli Madaallii Qormaataafi Barnootaa, Sagantaa qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 ifoomsee jira. Haaluma kanaan, karaa Oonlaayinii barattoonni qoraman marsaa ja'atti kan xumuram yoo ta'u, marsaa tokko hanga sadaffaatti barattoota Saayinsii Uumamaa, marsaa afur hanga ja'atti barattoonni Saayinsii Hawaasaa ni qoramu. Barattoonni waraqaa irratti qoraman, Saayinsii Uumamaa marsaa sadaffaatti, Saayinsii Hawaasummaa immoo marsaa afuraffatti yunivarsiitiiwwan keessatti kan qoraman ta'a. (Bal'ina isaa suuraa olii irraa ilaalaa)
#Kutaa12ffaa Sagantaan qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 ifoome. Tajaajilli Madaallii Qormaataafi Barnootaa, Sagantaa qormaata biyyooleessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 ifoomsee jira. Haaluma kanaan, karaa Oonlaayinii barattoonni qoraman marsaa ja'atti kan xumuram yoo ta'u, marsaa tokko hanga sadaffaatti barattoota Saayinsii Uumamaa, marsaa afur hanga ja'atti barattoonni Saayinsii Hawaasaa ni qoramu. Barattoonni waraqaa irratti qoraman, Saayinsii Uumamaa marsaa sadaffaatti, Saayinsii Hawaasummaa immoo marsaa afuraffatti yunivarsiitiiwwan keessatti kan qoraman ta'a. (Bal'ina isaa suuraa olii irraa ilaalaa)
Qormaati Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Waxabajjii 23 Irraa Eegalee Ni Kennama! 🚨 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kan baranaa Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 16, bara 2018 (A.L.I)tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera. 📌 Sagantaan Qormaatichaa Akka Armaan Gadiiti: - Saayinsii Uumamaa (Natural Science): Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 3tti ni kennama. (Barattoonni 306,708 ni qoramu) - Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Adoolessa 6 hanga Adoolessa 16tti ni kennama. (Barattoonni 257,150 ni qoramu) 📌 Haala Kenniinsa Qormaatichaa: Magaalaa Finfinnee, Dirree Dawaa fi Harar keessatti qormaatichi guutummaatti karaa toora interneetiin (Online) kan kennamu ta'uun ibsameera. Gama biraatiin, Waxabajjii 4, 2018 irraa eegalee barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo kuma 224 ol ta'aniif Qormaanni Bahumsaa (Exit Exam) wiirtuulee 88 keessatti kennamaa kan jiru yoo ta'u, qormaata waliigalaa kanaaf wiirtuuleen qormaataa 600 ol qophii isaanii xumuruu Tajaajilichi ibsuun barattoonni qophii barbaachisaa hunda akka taasisan dhaameera.
#KUTAA_12FFAA Barattoonni Kuma 560 Ol Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Fudhachuuf Galmaa'an Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa akka beeksisetti, qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 kennamu fudhachuuf sadarkaa biyyaalessaatti barattoonni kuma 560 ol galmaa'aniiru. Qormaanni kun Waxabajjii 24, 2018 irraa eegalee hanga Adoolessa 17, 2018 E.C. tti kan kennamu ta'uu beekameera. Daayirektarri Olaanaa Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa Dr. Isheetuu Kabbadaa ibsa kennaniin, barattoota qormaatichaaf galmaa'an keessaa harki caalaan isaanii toora interneetiitiin (online) kan fudhatan yoo ta'u, iddoowwan hanqinni bu'uura misoomaa itti mul'atutti immoo akka kanaan duraa waraqaadhaan kan kennamu ta'uu addeessaniiru. Dabalataanis, adeemsi qormaata kanaa haala milkaa'aa ta'een akka xumuramuuf, dhiyeessii interneetii fi tajaajila humna ibsaa amansiisaa ta'e mirkaneessuuf qaamolee dhimmi ilaallatu hunda waliin qindoominaan hojjetamaa akka jiru daayirektarichi eeraniiru. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
видео или голосовое, без подписи
#Beeksisa #Barattoota_Kutaa_12ffaa Bara 2018 Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophiirra Jiran Hundaaf --------- BBO- Caamsaa 07/2018 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 kompitararratti hundaa'e (Computer Based Test) #CBT (#Online)'n kennamuuf qophiin olaanan taasifamaa kan jiru ta'uun ni beekama. Kanuma bu'uura gochuun barattootni duraan daursanii qormaaticha kompitararratti shaakaluun barbaachisaadha. Kanaafuu, guyyaa har'aa irraa eegalamee marsariitii Ministeerri barnootaa beeksise "exam1.ethernet.edu.et" jedhu irratti shaakaluu akka jalqabdan isin beeksifna. #URL_Address : exam1.ethernet.edu.et #Banaa; Qormaata Shaakalaa! Kan banamu:- - Bakka #User_Name jedhu Lakk. Kaardii Galmee(#Admission_Card ) keessan irra jiru galchaa! - Bakka #Passward jedhu immoo, Lakk. 1234 galchaa! #Tajaajila_kana_kan_argattan:- Bakka Internet'n gahaa ta'e jirutti Kompitara Laptop, Desktop ,Tablet fi Bilbilaan fayyadamuu ni dandeessu. #Carraa_Gaarii ! Tolaa Bariisoo Gadaa ☑
Uffata Ati Ofirraa Qabduu Caala Ulfinaa Ati Namaaf Qabduutu Namummaa Kee Ibsaa ✍️
Dhamsa arifachisa Baratoota kutaa 12ffaa mana barnoota sad.2ffaa kaaraamilleeti Baracha jirtan hindaaf . Galmeen Qormata kutaa 12ffaa bara kana waan lakkofsa natioal ID gaafatuu lakkofsa natioal iD keessaani guyyaa Alhada fi wixata qofatii akka dadaftanii gara mana barumsaa dhuftanii galmeeysftan cimsinee isiin beeksifna
#Gaaffii Hirmaachisa Barattoota bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan keessa barattoota 'percent' meeqatu darba? tilmaamuun badhaafama qarshii 1ffaa 100 2ffaa 50 ta'a. #Hub 1. Tilmaama keessan comment jalatti barreessa. 2. Edit gochuun hin danda'amu. https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
■|| Buha kessaan karaa website link gadii qofaan ilaalachuu dandessuu👇👇👇 https://oromia6.ministry.et/#/result