tgindex
ᴇʟᴏʜᴇ ᴛᴜʙᴇ-ኤሎሄ ትዩብ

ᴇʟᴏʜᴇ ᴛᴜʙᴇ-ኤሎሄ ትዩብ

Статистика

MAQAA ABBAA KAN ILMAA KAN AFUURA QULQULLUU WAAQA TOKKO AMEEN!!! 💒Channelii kanaan:-💒 ✞Barumsa Abbooti ✞Faarfannaa ✞Seenaa Qulqullootaa Yaada qabda karaa @boonsaa52 nu biraan gahuu dandeessu. Fulbaana 7 / 2014

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 927
−10 за 4 дн.
Сутки
−6
−0,31%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
98
21 постов
Вовлечённость
5,1%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
17
1/48двое суток
19
1/72трое суток
21

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 13 авг.15из Agnaaxiyoos

    “Duuti akka hin hafne yaadi Guyyaan itti duutus ni hafa jette hin yaadin, osoo hin du'iin obboleessa keetiif waanta gaarii godhiif, harka kees isaaf bal'isiiti hamma dandeessu kenniif” Siiraak 14:12-13 ------------------- Waa'ee Du'a yaaduun mataa isaatti waanta gadhee irraa fagaannee Kiristoosiin eegaa akka jiraannu nu taasisa... Gaarummaa amala keenya akka ta'u nu godha.... Egaa akka duuti hin hafne yaa yaadnu. @Agnaaxiyoos

  • 13 авг.25из Agnaaxiyoos

    Adoolessa 7 Guyyaa kun guyyaa Ayyaana Hangafa Duuka bu'oota Qulqulluu Pheexiroosidha. Guyyaa kanatti gooftaan keenya akka ilma waaqayyoo ta'e ragaan itti bahameera. Akkuma Macaafa Qulqulluu irratti barreefame Iyyasuus Kiristoos bakka Filiiphoos Qiisaariyaa jedhamu yeroo gahu duuka bu'oota isaatiin namoonni Ilma namaatiin maal jedhu? Jedhee gaafate. Inni laphee fi kalee namaa kan qoratu osoo hunda beekuu isaan gaafate. Yeroo sana duuka bu'ootni ni shakku waan tureef waan yaadan akka dubbataniif magaalaan ala isaan baase. Isaan keessaas Eeliyaas akka ta'e kan amanan jiru, yookaan raajota darban keessa isa tokko akka ta'e kan dubbatanis jiru. Pheexiroos garuu akka inni ilma waaqayyoo ta'e dubbate. Amantiin Pheexiroos akka isaan keessatti mul'atuuf magaalaan ala isaan baase. Yeroo isaan gaafate sanattis Eeliyaas yookiin raajota darban keessa isa tokko akka ta'e namoonni ni dubbatu jechuun waan laphee isaanii keessa jiru dubbatan. Pheexiroos garuu ati ilma waaqayyoo isa jiraatati jedhee ragaa bahe. Gooftaan keenyas isa galateeffate furtuu mootummaa isaa kenneef. Guyyaa sanaa jalqabees hangafa duuka bu'oota ta'e innis sana booda phaaphasota, ephiis qoophosota, lubootaa fi diyaaqonoota ni muude. Hundee mana amantaas jedhame. Waaqayyoof galatni haa ta'u kadhannaan duuka bu'ootaas nu wajjin haa ta'u ebbi isaaniis nuuf haa baay'atu Maddi: Kitaaba Sinkisaaraa @Agnaaxiyoos

  • 9 авг.40из Agnaaxiyoos

    Yaaa Giftii keenya yeroo umrii ijoollummaa keenyaa sooma kee soomneerra, sammuu ijoollummaa keenyaa sanaan jaalalli kee laphee keenya irra bulee, maqaan keetis afaan keenyarraa adda bahee hin beeku... Qaama keenya irratti tuqaa gurraacha yeroo arginu Maariyaamiin na dhungatte jenneerra, taphannees yeroo dadhabnu daandii Maariyaamii naaf kenni jenneerra. Kennaan kan guutamte yaa haadha keenya, amma guddannee addunyaan qabamnee, karaa baanu dhabneerra eenyutu daandii Maariyaamii nuuf kenna laata?. Guddachuun keenya sammuu ijoollummaa keenya sana nu dagachiisee beekumsa nutti fakkaatee mana amantaa irraa fagaannee cubbuu keessatti kufneerra. Yaa Giiftii keenya sooma yeroo ijoollummaa soomne sanaan si kadhanna. ilmi kee “Akka daa'imman kanaa yoo hin taane mootummaa waaqayyo hin dhaaltan” jedheera waan ta'eef sooma kee kanaan sammuu ijoollummaa sana nuuf deebisi, akka laphee qulqulluun si'ii fi ilma kee galateeffannuuf. Yaa Dubroo akkuma Abbaan keenya Giyoorgiis inni Gaasiccaa si kadhate nuyis si kadhanna... Nuyi galaana cubbuu keessa jirra, ati garuu galaaana cubbu kana keessaa nu baasi, gaalana dhiifamaa ilma keeti kessa akka seennu nu gargaari. ✍ Kidan Ze Iyyesuus @Agnaaxiyoos

  • 5 авг.55из Agnaaxiyoos

    Ergaa Phaawuloos gara Tiitoo Boqonna 2 • Barumsa jireenya nuuf kennu Tiitoon akka barsiisuu qabu • Jaarsoliin barachuu akka qaban • Haadholiinis barachuu akka qaban • Dargaggoonni dhiiraaf shammarran barachuu akka qaban • Warri gabrumma jala jiranis warra isaan bulchaniif akka ajajaman • Waa'ee Ayyaana Waaqayyoo isa nama hunda fayyisuu --- “Yeroo gorsa kennitu, yeroo balleessaa namatti mul'iftus yaada muramaadhaan kana dubbadhu; namni tokko illee si hin tuffatin” @Agnaaxiyoos

  • 4 авг.55из Agnaaxiyoos

    Barreeffamni gabaabaan kun akkuma mata duree isaarraa hubattan waa'ee Dubrumma bara baraa Dubaroo Maariyaam irraatti shakkii fi gaaffiilee ka'aniif kan deebii kennu yommu ta'u. Obboleessa keenya Akliil (@Apostolic_Answers) 'dhaan kan qopha'edha.... Nutis baay'ee fayyada jenne waan yaadneef gara Afaan Oromootti hiikne isiniif dhiyeessineerra Dubbisa Gaarii @Agnaaxiyoos @Zekiristos27

  • 2 авг.64из Agnaaxiyoos

    Piroteestaantiizimii Kutaa 2ffaa Akkuma kutaa jalqabaa irratti kaasne garaagarumma damee Piroteestaantii jahan haa ilaallu. 1. Cuuphaadhan qaama Kiristoos ni taanaa? Ykn Cuuphaadhan dhaloota hafuura ni arganna? -Does Baptism regenerate you?  •Lutheran -Eeyyen •Reformed Baptist - Lakki, yaadannoof kan taasisnudha •Anglican -Eeyyen •Fundamental Baptist -Lakki yaadannoof qofa •Presbyterian - Lakki Yaadannoof qofa •Church of Christ -Eeyyen 2. Daa'imti cuuphamu qabdii? -Should we baptize infants? •Lutheran - Eeyyen •Reformed Baptist -Lakki •Anglican - Eyyen •Fundamental Baptist -Lakki •Presbyterian - Eeyyen •Church of Christ - Lakki 3.Qurbaanni foonii fi dhiiga gooftaa isa dhugaati? -Is Eucharist the blood and flesh of Christ? •Lutheran -Eeyyen (consubstantion) •Reformed Baptist - Lakki •Anglican - Eeyyen •Fundamental Baptist - Lakki •Presbyterian - Lakki •Church of Christ -Lakki 4.Namni fayyina isaa dhabuu ni danda'aa? -Could you lose your salvation? •Lutheran - Eeyyen •Reformed Baptist -Lakki •Anglican - Eeyyen •Fundamental Baptist -Lakki •Presbyterian - Eeyyen •Church of Christ- Eeyyen Maddi : Orthodox Apologetics Theology @Agnaaxiyoos

  • 31 июл.65из Agnaaxiyoos

    Piroteestaantii Amantaam Piroteestaantiin maqaa amantaan garagaara ittiin waamaman ta'u isaa ni beektuu laata. Jalqabarratti Maartiin Luutariin kan hundeeffame haa ta'uyyu malee walitti bu'iinsa Luutarii fi Joon Kaalviin giddutti uumameen gargar bahaniiru, sana booda Doogmaa fi Qannoona akkasumas barumsa garaa garaa irratti garaagarumma godhachuudhaan dameen isaanii baay'ate amma damee lakkofne hin xumurretti gar gar bahaniiru Isaan keessa gagabaabsinee Garaagarumma Maartiin Luutarii fi Joon Kaalviin ni ilaalla Itti fufa......... Maddi : Orthodox Apologetics @Agnaaxiyoos

  • 31 июл.71из Agnaaxiyoos

    Icciitii Sillaasee keessa Ilmaaf “kan Dhalate” Hafuura Qulqulluuf immo “kan bahe” jenna..... Dhalachuu fi Bahuu giddu garaagarummaan jiruu baay'ee keenyaaf hubachuuf nutti ulfaatuyyu Qulqulluuun Goorgoriyooa inni Inzinaazuu akkas jechuun nuuf ibsa.... «Addaam. Hewaan fi Seet turan. Addaam Hewaniifis Seetifis kan isaan Argamsiise ture “Addaam Seet argate” akkuma jedhame barreeffame... Kan Hewaan garuu Cinaachasaa irraa bahuudhaani. »¹ Goorgoriyoos erga fakkenya kana fudhateen booda fakkeenyichi hanqina mataa isaa akka qabu ni dubbata ¹ -[Oration 31:11] @Agnaaxiyoos

  • 30 июл.77из Agnaaxiyoos

    No Creed But Christ...? Ibsa Amantaa osoo hin taane Kiristoos qofa..... ? Namoonni tokko tokko kiristoosiin ala barums ykn ibsi amantaa [Doogmaa fi Qannoonaa] hagas mara barbaachisumma hin qabu jedhu. Tole inni guddan kiristoositti amanuudha qofa erga jettani Kiristoos isa kami jenne gaafanna. Muslimonnis Kiristoosiin ni beeku, Mormoononnis ni amanu, Warri Only Jesus'is Iyyesuusitti ni Amanu. Inni guddaan Kiristoositti amanuudha malee barumsii garaagaraa rakkoo hin qabu akkamitti jechuu dandeenya. Ani Kiristoos isa macaafa qulqulluu irraati jechuu dandeessa garuu manni amantaa armaan olitti caqasne (musliimaa osoo hin dabalatiin) hundinuu macaafa qulqulluutti amanna jedhu..... Kanaafu isaan akkamitti adda baaste? Barumsa mana amantaatiinidha. Barumsi jireenya nuuf kennu jira... Innis tokkodha... Barumsa sana hordofaa hin jirtu taanan jireenya hin qabdu. 2 Gara Ximotewos 4:3 --- ³ Barri itti namoonni barsiisa sirrii fudhachuu jibban dhufuuf jira; bara sanas akka hawwa isaaniitti, barsiisota wanta gurra isaaniitti tolu isaan barsiisan walitti in sassaabbatu. @Agnaaxiyoos

  • 27 июл.73из Anasimos_Orthodox

    በጭንቅ ቀን የደረሰላችሁ፥ከአስፈሪው ማዕበል ያወጣችሁ፥እግዚአብሔር ክንዱን የዘረጋላችሁ አመስግኑ።እርሱ የህይወታችን መታመኛ ነው። የነፍሳችን ጠባቂ የማይተኛ የማያንቀላፋ ትጉህ እረኛ፥ እርሱ ለዘለዓለም ታማኝ ነው።ልባችሁ በርሱ ይጽና የእግዚአብሔር ስም የፀና ግንብ ነው ፃድቅ ወደርሱ ገብቶ ከፍ ከፍ ይላል ተብሎ አንደተፃፈ። መሸሸጊያችሁ ያደረጋችሁ ሁሉ ደስ ይበላችሁ። አናሲሞስ

  • 26 июл.82из Agnaaxiyoos

    Baga kabaja Ayyaana kan wagga Ergamaa Qulqulluu Gabri'eelitiin isin gahe @Agnaaxiyoos

  • 25 июл.77из Anasimos_Orthodox

    ዕጣዬንም የምታጠና አንተ ነህ። መዝ 15፥5 የምወደው ቃል....አንዳንዴ እኛ የፈለግነው ካልሆነ እንላለን ከእግዚአብሔርም ጋር እንጣላለን። እርሱ ላይ ማጉረምረም እንጀምራለን....አለፍ ሲልም ቤተ መቅደሱን[ራሳችንን] እንጎዳበታለን። ግን ትግል ብቻ ነው የኛ ያልሆነው ምንም ብንታገል የኛ ሊሆን አይችልም ከርሱ ጋር ከመጣላት ይልቁንም እውነታውን መቀብልና ከእግዚአብሔር ጋር ያለንን relation ማጠንከር ብልሃት ነው የሚያስፈልገንን የሚያውቅ አባት ነው የተሻለ ነገር አስቦልን ነው ውሃ ላይ የሚራመድን አምላክ እንመነው☺️🙏

  • 30 июн.1612из Agnaaxiyoos

    Dharraa Biraa hin Qabu Siin Ala Keessi koo Foon koon Dadhabu illee Sibira Yaadni koo Karaan Naaf Jireenyaa Mataa koof Furmaatni Iyyasuus Si'i dha Naaf Yoomuu Fayyinni Boqonnaan kan Jiru yaa Gooftaa si bira Mo'aan Ayyaanni kee baa Bu'u Na Dura Dhugaan Akkan Buluuf Dhugaan Gaggeeffamee Dubbiin kee haa Golgu keessi koos Sisimee Haadha Irra Natti Aanta Abbaa Irra Naaf Caalta Iyyasuus Mootii koo Eenyuutu Si Naaf Gita Ulfaadhu Yaa Gooftaa ! Deemsa Eegaleera Siin Galma Akeekee Gufuun Ana hin Dhaabu Situ Ana hiike Simboo kan naaf ta'e Dhiigaan Chaapheffamee Dura koottin kaadha Abdii Siin Guutamee Utuun hin Salphisin Fayyina Siin Dhufe Hireen Si Godhadha Du'i koo Siin hafe Ayyaanan uffadha dhugaan si Waaqessee du'a du'aan moo'ee situ na jiraachisee Oogganaan Si'i dha Cufa Jireenya koo Sirraan hin Ilaalu kan Biraas Cina koo Waan taateef jireenya situ hordofama Utubaa koo dhugaa ani siifan bitama @Agnaaxiyoos

  • 28 июн.134из Agnaaxiyoos

    “Ofiishee garbitti jette kasoominaan of waamtee malee waaqayyoon garaa garbitti keessa waan bule sitti hin fakkaatiin, Dunkaana harkaan hin tolfamneefii qulqulleetti kan taate keessa bule, dunkaanni kunis Qulqulleetti Dubaroo Maariyaamidha” 🗣Qul.Diyoonasiyoos isa Aryoosfaagos @Agnaaxiyoos

  • 19 июн.157из Anasimos_Orthodox

    ✨✨ስሙ ሚካኤል የተባለ የደስታ መልአክ ለነገደ መላእክት አለቃቸው ነው፤ የተሾመላቸው አለቃቸው ርሱ እየመራቸው በፊት በፊታቸው ይሄዳል።✨✨         ቅዱስ ያሬድ

  • 8 июн.189из Anasimos_Orthodox

    " አቤቱ ሕዝብህን አድን ፤ ርስትህን ባርክ ፤ ጠብቃቸው ፤ እስከ ዘለዓለምም ከፍ ከፍ አድርጋቸው ፤ በአንድ ልጅህ በጌታችን እና በአምላካችን በመድኃኒታችን በኢየሱስ ክርስቶስ በክቡር ደሙ የዋጀሃት ፤ ቤዛም የሆንካትን ቅድስት ቤተክርስቲያንህን ጠብቃት ..." ቅዳሴ ሐዋርያት

  • 6 июн.157из Anasimos_Orthodox

    ዮሐንስ  በምድረ በዳ ሲጮህ መጥተህ በእጁ እንደምትጠመቅ ያውቃልን? አያውቅም እግዚአብሔርን እንዲሁ አመነው እንጂ ዳንኤል ጉድጓድ ሲጣል በአንበሳ ትንፋሽ እየሞቀ እንደሚያድር ያውቃልን? አያውቅም እግዚአብሔርን እንዲሁ አመነው እንጂ ዘካርያስ የሚስቱ ማህጸን በስተርጅና እንደሚከፈት ያውቃልን? አያውቅም እግዚአብሔርን እንዲሁ ጠየቀ እንጂ የተሸጠው ዮሴፍ በግብጽ ላይ እንደሚነግስ ያውቃልን? አያውቅም እግዚአብሔርን እንዲሁ አመነው እንጂ እውሩ ሰው ከአፈር አይን እንደሚሰራ ያውቃልን? አያውቅም እግዚአብሔርን እንዲሁ አመነው እንጂ የጣቢታ አባት የሞተ ሰው በቃል ብቻ እንደሚነሳ ያውቃልን? አያውቅም እግዚአብሔርን እንዲሁ አመነው እንጂ እኔም እንዴት እንደምታድነኝ እውቀት የለኝም ግን እንዲሁ አምንሃለሁ።

  • 3 июн.1621из Anasimos_Orthodox

    የራሔልን እንባ ሰፋሪ የየዋሁ የአቤልን ደም መዛኝ ልዑል እግዚአብሔር ዛሬም በዙፋኑ አለ❗️

  • 2 июн.151из Agnaaxiyoos

    Haqa Ortodoksoota Arsiif! nu hin ajjeesinaa, nu hin tuqina! Mirgii lubbuun jiraachuu keenya haa kabajamu !

  • 1 июн.148из Anasimos_Orthodox

    “በፈተና ውስጥ ብትሆንም ራሰህን ግን አትጣል እግዚአብሔር ብረቱ ተዋጊ ይወዳል የማትበገር እና ተስፋ የማትቆርጥ ነፍስን እግዚአብሔር ይወዳል።” አባ ስልዋን ዘአምድ