tgindex
Ambo-HHC-FOCUS

Ambo-HHC-FOCUS

Статистика

This is focus fellowship AU HHC telegram channel YOUTUBE : https://www.youtube.com/@FocusFellowshipAUHHC FACEBOOK : https://www.facebook.com/focusfeloowship.AUHHC/

Последний пост
22 мая
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
24
Тип
открытый
Язык
und
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
505
−1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
798
24 постов
Вовлечённость
158,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 24
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • “Waaqayyo gad ba'uu kee, ol galuu kees ammaa jalqabee hamma bara baraatti in eega.” — Far. 121:8 #Nagaa fi Araarri #Waaqayyoo Isiniif Haa baay'atu #Obboloota_Jaallatamoo #Maatii_Focus Sagantaan Addaa #well_Go Qophaa'ee Waan jiruuf Guyyaa 15_09_2018 Waliin Argamnee Haa Waaqeffannu Irraa hin hafamu ⏰11:30 Birahane Kiristos church!!

  • Rom 12:10 10 Jaalala obbolummaatiin ho'isaa wal jaalladhaa; walii keessaniif ulfina kennuudhaaf wal dorgomaa!

  • 2 мая1 21175

    “Kunoo, inni duumessaa wajjin dhufuuf jira; iji hundinuu isa ilaaluuf jiru, warri isa waraananis immoo isa arguuf jiru; gosi nama lafa irraa hundinuu isaaf in wawwaatu; eyyee akkasuma in ta'a.” — Mul. 1:7 #YESUUS NI DHUFA! Nagaaf Ayyaanni isiniif haa bay'atu maati Focus hundumaaf! Akkuma beekamu guyyaa har'a sagantaa adda worship teamitin qophaa'ee waan jiruuf hundumti keessan yeroon argamaa isinin jenna. Bakki WBK Ambo Awaro 🕣 11:30 LT

  • 18 апр.1 66025

    Far. 118 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹ Waaqayyo gaarii waan ta'eef, gaarummaan isaas bara baraan waan jiraatuuf, isaaf galata galchaa! #Obboloota Jaallatamoo Nagaan Waaqayyoo hundaa keessanif haa ta'u! #Har'a galgala #Sagantaan keenyaa #Sa'ati 11:30 irraa egale itti fufee waan jiruf Hundii keessan #yeroo #Kabajuun akka argamatan isin Yaadachisna! #Yeroo Waaqayyoo,Waaqayyoof! #WE ARE FOCUSED #WE LIVE FOR GOD #WE REACH THE NATION!

  • https://vm.tiktok.com/ZS9LXXYXydJNu-tWuqn/ This post is shared via TikTok Lite. Download TikTok Lite to enjoy more posts: https://www.tiktok.com/tiktoklite

  • To All 2025-2026 Remedial Program Students 🗓️ The tentative schedule for the National Exam is set for 'Ginbot 17-20, 2018' E.C. Please make the necessary preparations. Submit your full details, including your Fayda Alliance Number (16 digits), to the office of the Freshman Coordinator by April 15, 2026. For any updates,contact us through: 💥 Channel: @registrarambo  💬 Chat: @FAQ_response  🌐 Website: estudent.ambou.edu.et    Office of the Registrar Barattoota Sagantaa Sirreeffama Bara 2025-2026 Hundaaf 🗓️ Sagantaan yeroof Qormaata Biyyaalessaa 'Ginbot 17-20, 2018' E.C. Qophii barbaachisu godhaa. Lakkoofsa Gamtaa Fayda (dijiitii 16) dabalatee odeeffannoo guutuu keessan hanga Ebla 15, 2026tti waajjira Qindeessaa Barattoota haaraatti galchaa. Odeeffannoo haaraa kamiifuu,karaa: 💥 Chaanaalii: @registrarambo 💬 Chat: @FAQ_deebii 🌐 Marsariitii: estudent.ambou.edu.et Waajjira Galmeessaa

  • 💥💥#HAPPY #EASTER 💥💥 ✨#YESUUS #DU'AA #KA'EERA✨ #MAATIIN #FOCUS #FELLOWSHIP #AUHHC #BAGA #AYYAANA #DU'AA #KA'UU #GOOFTAA #KEENYA #YESUUS #KRISTOOS KAN BARAA 2026 #NAGAAN #GEESSAN!🙏 "Yesus irra-daddarbaa keenyaaf du'atti dabarfamee kenname; qajeelummaa akka argannuufis du'aa kaafame." Rom.4:25 🎯 #We are Focused!       #We live for God!       #We reach the Nation! #AYYAANA #GAARII🌟☀️🙏 #FOCUS_AUHHC @focus_AUHHC #Share it with the whole family

  • “Egaa kottaa karaa isaa utuu gargar hin kutin, aarsaa galataa Waaqayyoof in dhi'eessinaa! Aarsichis maqaa isaa beeksisuudhaaf wanta afaan keenya keessaa ba'uu dha.” — Ibr. 13:15 #Obboloota Jaallatamoo Nagaan Waaqayyoo hundaa keessanif haa ta'u! #Har'a galgala #Sagantaan keenyaa #Sa'ati 11:30 irraa egale itti fufee waan jiruf Hundii keessan #yeroo #Kabajuun akka argamatan isin Yaadachisna! #Yeroo Waaqayyoo,Waaqayyoof! #WE ARE FOCUSED #WE LIVE FOR GOD #WE REACH THE NATION!

  • #FASIKAA NIGHT Luq. 24 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁵ Dubartoonni baay'ee sodaatanii lafa ilaalan; namoonni sun immoo, "Isa jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaaddu? ⁶ Innoo as hin jiru, ka'eera; Galiilaa utuu jiruu waan inni isinitti himee ture yaadadhaa! #Maatii #Jaallatamoo Nagaan Waaqayyoo isinif haa ta'u! Akkuma beekamu guyyaa har'aa sagantaa guddaa #FASIKAA NIGHT qophaa'ee waan jiruuf Hundii Keenyaa argamun Waaqayyoo Waliin Haa Waqqeeffanu🎸 ⏱ 11:30 ⛪️  Waldaa B/K Amboo Awaro ⏰️ #YEROO #WAAQAYYOO,              #WAAQAYYOOF.           #We are Focused,           #We live for God,            #We reach the nations. #Follow us on; #Telegram: @focus_AUHHC #YouTube: @FocusFellowshipAUHHC #Tiktok: https://www.tiktok.com/@focusambo?_r=1&_t=ZM-91TP9rNhU9k #Facebook: https://www.facebook.com/focusfeloowship.AUHHC

  • 28 мар.1 34241

    #Tiksee Gaarii Nagaaf araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu maatii Waaqayyoo! Yesus, "Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna.” — Yoh. 10:11 Akkuma beekamu guyyaa har'aa sagantaa guddaa mata duree "Tiksee Gaarii" jedhuun karaa love sharing team isiniif qophaa'ee waan jiruuf yeroon argamuu hin dagatiina.📖 🕑  11:30 ⛪️  Waldaa B/K Amboo Awaro ⏰️ YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF.           We are Focused,           We live for God,            We reach the nations. Follow us on; Telegram: @focus_AUHHC YouTube: @FocusFellowshipAUHHC Tiktok: https://www.tiktok.com/@focusambo?_r=1&_t=ZM-91TP9rNhU9k Facebook: https://www.facebook.com/focusfeloowship.AUHHC

  • Isa. 55 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ⁶ Yeroo inni argamuu danda'utti Waaqayyoon barbaaddadhaa! Utuu inni dhi'oo jiruus isa waammadhaa! ⁷ Namni jal'aan karaa isaa isa jal'aa haa dhiisu, namni hamaanis yaada isaa isa hamaa irraa haa deebi'u! Gara Waaqayyo keenyaa isa araarri isaa guddaa ta'eetti haa deebi'u, innis isa in maara. ⁸ Waaqayyo, "Yaadni koo akka yaada keessanii, karaan koos akka karaa keessanii miti;

  • 21 мар.1 89054

    #Har'a! Nagaaf araarri waaqayyoo isiniif haa baay'atu maatii Focus AU HHC “Kunoo, Waaqayyo guddaa dha, garuu nuyi guddina isaa hin hubannu; lakkoobsi bara isaatiis kan hin qoratamnee dha.” Iyo. 36:26 Sagantaan keenyi guyyaa har'a bakkaa fi yeroo isaa eeggatee itti fufee waan jiruuf yeroodhaan akka argamtan jaalalaan isin yadachiisna. 📖 🕑  11:30 ⛪️  Waldaa B/K Amboo Awaro ⏰️ YEROON WAAQAYYOO WAAQAYYOOF.           We are Focused,           We live for God,            We reach the nations. Follow us on; Telegram: @focus_AUHHC YouTube: @FocusFellowshipAUHHC Tiktok: https://www.tiktok.com/@focusambo?_r=1&_t=ZM-91TP9rNhU9k Facebook: https://www.facebook.com/focusfeloowship.AUHHC

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи