FAAWUNDESHINI TOKKUMMA FI QORANNOO ISLAAMAA DAARGAGGOTA OROMIYAA
СтатистикаFaawundeeshinii Tokkumma fi Qoranno Islaama Dargaggoota Oromiyaa jaarmaya dhimmoota amantii islaamaa,diinagdee fi hawasummaa irratti socho'uu Waxabajji 01 bara 2011 A.l.i magaalaa shaashamanneetti hundeeffame.
- Последний пост
- 9 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 81
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 8
- 1/48двое суток
- 9
- 1/72трое суток
- 9
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Gujii Bahaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Kutaa_4ffaa #Wirtuu_Hifzi_Qura'aana fi #Barnoota_Daarul_Hudaa Odeefannoo Dabalataatiif:- 0908443399/0913514314/ 0934710935 https://t.me/Xaaliburidallah
#Kutaa_3ffaa #Wirtuu_Hifzi_Qura'aana fi #Barnoota_Daarul_Hudaa Odeefannoo Dabalataatiif:- 0908443399/0913514314/ 0934710935 https://t.me/Xaaliburidallah
#Kutaa_2ffaa #Wirtuu_Hifzi_Qura'aana fi #Barnoota_Daarul_Hudaa Odeefannoo Dabalataatiif:- 0908443399/0913514314/ 0934710935 https://t.me/Xaaliburidallah
#Kutaa_1ffaa #Wirtuu_Hifzi_Qura'aana fi #Barnoota_Daarul_Hudaa Odeefannoo Dabalataatiif:- 0908443399/0913514314/ 0934710935 https://t.me/Xaaliburidallah
#Wirtuu_Hifzi_Qura'aana fi #Barnoota_Daarul_Hudaa Odeefannoo Dabalataatiif:- 0908443399/0913514314/ 0934710935 https://t.me/Xaaliburidallah
#Dhaloonni_jaarraa_21ffaa dhoota akkamiitii jettu isin⁉️ https://t.me/Xaaliburidallah
#Hireen_tun #isin_hin_dabrin #Spoonsara hayyoota Islaamaa ta'uun kan beekkamu Ejensiin Safaa Tuurii fi Tiraavil (#Safa_Tour and #Travel) marsaa 4ffaa Ustaaz Xaaliburidallaah Spoonsara ta'uun hawwii hawaasa keenna dhugoomsuuf qophii isaa xumuratee dhufeee jira. • Jum’aawwan lamaan Makkaa fi Madiinaatti • Yeroo Imalaa: Imala addaa Adoolessa 2 hanga 12 gidduutti. Tajaajila amansiisaa fi qulqullina qabuun isin simachuuf qophii ta'uu isaanii ibsaa, eddoo qaban muraasa irraatti koottaa galmaahaa isinii jedhu. Daa'ii jaalatan wojjiin Dachee Rabbiin filate dhaabbatuun carraa guddaadhaa 📞 Odeefannoo dabalataatiif:- +251952722222 / +251912752643 📍 Teessoo: magaalaa Finfinnee - Jamoo Gamoo Piyoon Darbii 5ffaa irraatti argattu. https://t.me/Xaaliburidallah
#Jazbitullee jazbaa akka keetii #akka_ati_hin_dhabne dursii beeki‼️ https://t.me/Xaaliburidallah
Ejensiin #Safaa_Tuurii fi #Tireevil naaf galatoom #Hedduun keessan akka naaf gammaddan #ni_beekaa, ka #na_wojji_deemtan ammoo #isin_eegaa👌👌👌 Hundeessitoota #Ejensii_Safaa, saffaa Gabroota ofii jaalate dhaabe san Rabbiin isaan naaf haa dhaabu. Xinnaatullee ifaajee hawaasa keennaaf kafaltan qabduu jechuun umraa #Ispoonsara naaf taatanii. 📞 Odeefannoo dabalataatiif:- +251952722222 / +251912752643 📍 Teessoo: magaalaa Finfinnee - Jamoo Gamoo Piyoon Darbii 5ffaa irraatti argattu. https://t.me/Xaaliburidallah
ጉድ ነው‼️‼️‼️ ፍፁም ሙስሊም ፍፁም ክርስትያን‼️ https://t.me/Xaaliburidallah
#Hedduun keessan akka naaf gammaddan #ni_beekaa, ka #na_wojji_deemtan ammoo #isin_eegaa👌👌👌 Hundeessitoota #Ejensii_Safaa, saffaa Gabroota ofii jaalate dhaabe san Rabbiin isaan naaf haa dhaabu. Xinnaatullee ifaajee hawaasa keennaaf kafaltan qabduu jechuun umraa #Ispoonsara naaf taatanii.
Amantanis amanuu baattanis #kunillee_jiraa dhagahaa‼️ https://t.me/Xaaliburidallah
#Tana_quba_qabduu⁉️ Maaliif Rabbiin tokkicha jettee amanteef ‼️ Tokkichummaan Rabbii himatuun yakka taatee‼️ lafa qabrii dhoorgataa, biyyoota hedduu keessatti nama rakkisaa jiruu‼️ https://t.me/Xaaliburidallah
#Kutaa_2ffaa Cuunfaa imala da'iwaa #marsaa_7ffaa #Namni_Rabbiin_bira waa kaahatuu barbaaddu #hiree_tana_itti_hirmaadhu. Laakkofsa akkaawonti 1000173718741 Tamaam Haajii irraatti hirmaadha. Galgala kee Rabbiin haa bareechuu. https://t.me/Xaaliburidallah
Kuun na komataa kuun na jajataa #Anaa_tanumatu #galaa_Aakeraatii jette #Manguddittin Dhaamsa Zoonii #Baaskeettoo Magaalaa #Laaskaa keessatti https://t.me/Xaaliburidallah
https://vt.tiktok.com/ZSxnE1dk2/ Namoota osoo namni du'ee seenaa namaa dubbatuu mitii kan osoo jiru wol utubu Rabbiin nuuf haa heddumeessu. Amiiiiiiiin https://t.me/Xaaliburidallah
Cuunfaa imala da'iwaa marsaa 7ffaa #Kutaa_1ffaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Namni_63 Zoonii #Oomoo, woradaa #Salaamaagoo Magaalaa #Haannaa_Morsiitti Islaamummaa fudhatan. https://t.me/Xaaliburidallah
Zoonii #Oomoo, woradaa #Salaamaagoo Magaalaa #Haannaa_Morsiitti lafa Masjiidaaf bitame https://t.me/Xaaliburidallah