tgindex
Miidhamaatuu har'a geenne

Miidhamaatuu har'a geenne

Статистика

Miidhama ummataa gabaasuf

Последний пост
9 окт. 2022 г.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
288
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 056
22 постов
Вовлечённость
366,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • ➽, Iddoon Si hin madaalle Sisalphisa!! =============/============= ⌚⌚⌚⌚⌚ Manguddoo tokkotu dulloomee fiixee du'aarra yoo gahu ilma isaa ofiiti waamee, "yaa ilmakoo sa'aatii harkaa kana abbaa kootu naaf kenne isaaf ammoo abbaa isaatu laateefii Ture Amma sa'aatiin kun gara waggaa dhibba lamaa darbeera Anis ilmin qabuufii waan gati jabeessa dhaalchisu si waan ta'eef siifan laadha,Garuu dursa deemiitii manneen daldalaarra naanna'ii hangamiin akka sirraa bitan gaafadhu" jedheen.mucichis suuqii garaa garaa irra naanna'ee gaafachuutti ka'e,Daldaltoonnis 'sa'aatiin kun moofaadha, sanumaayyuu ammoo ligidii qaba qarshii shan caalaadhaan yoo binne nuuf hin baasu' jedhaniini. Daldaltoota jijiree biyyaa biyyatti deemee yoo gaafatus kan gadi hir'isu malee waa siksuuf dhabe.sana booda deebi'ee Abbaa isaatiin "Abbaakoo daldaltoota hedduu suuqii qaban gaafadhee qarshii shanii oliin hin binnu jedhaniiru " jedheeni.Abbaanis "amma immoo gara god-hambaa yookan muuziyeemii biyyoolessaa dhaqitii gaafadhu" jedheen. Mucichis gaafa hooggantoota muuziyeemii biyyoolessaa dhaqee gaafatu qarshii miiliyoona lamaan sirraa binna jedhaniin, Mucichis gammadaa gara abbaa isaatti deebi'ee, "abbaakoo kunoo reefan bakka ta'u deeme, isaan qarshii miliyoona lamaan sirraa binnaa fidi" naan jedhan jedhee itti hime, ➽, Abbaan isaa manguddoon beekaan kunis"Egaa Argitee bakka siinmadaalle yoo dhaabbatte gatiikee gadi cabsa, si salphisa; bakka si madaalu yoo oolte garuu eebba qaba ulfina siif kenna. Kanaafuu Yoo namni si cabse si salphise hin rifatin, waan sin beekneefi. ati bakka simadaaluufi nama barbaachisummaa kee beeku biratti niikabajamta" jedhee gorse Ati gaafa iddoo kee malee dhaabbattu rakasta malee rakasa miti.

  • видео или голосовое, без подписи

  • 5 окт. 2022 г.1 260из bimilah

    Kuniin Isa dalagaawwan Hawaasicha irratti kana dura dalagamaa dhufaniidha

  • 5 окт. 2022 г.1 2501из bimilah

    M/M/DH/I/Itoophiyaa Guyyaa mawlidaas ibsuudhan akkasuma Haccuuccaa ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Barattoota Muslimaa kan Niqaaba uffatan irratti godhaa jiruun Wal qabsiisee Xalayaa ministeera Barnootaa biyyattiif barreessee Jira Akkuma beekkamu yeroolee garaa garaatti Biiroon Barnootaa biyyatti Barattoota Muslimaa yeroo Ayyaanotaa Adda addaa irratti erga Ayyaanni gahee beeysisa gama mooraa Barnootaa(University)Akka galtan jedhu baasun isaa Hawaasa Muslimaa Akka mufachiisaa tures majlisni Xalayaa isaa keessatti xuqee Jira ta'us dhiheenna kana Ayyaanota darban irratti ministeera Barnootaa biyyattii waliin mari'achuudhan Akka guyyaan seensaa jijjiiraman gochuun ni yaadatama ammas akkasuma ammas Taanan yaamichi ministeerri Barnootaa biyyattii yeroo kana irratti godhe komachiisaa(sirrii Akka hin taane) dubbatanii jiru sababni isaas dhiheenna kana Ayyaana mowlidaa maatii isaanii waliin kabajuu Barattoota fedhaniif wanti Kun dhiphina ta'a jedhan

  • 5 окт. 2022 г.1 080из bimilah

    የ12ተኛ ክፍል ተፈታኞችን በተመለከተ ➭  ካሌንደር በሚዘጋው የመውሊድ በአል ቀን መጠራቱን ➭ ተማሪዎች ኒቃብ ለብሰው እንዳይፈተኑ መታገዱ ልክ አለመሆኑን በመግለጽ የፌዴራል መጅሊስ ለትምህርት ሚንስትር ደብዳቤ መጻፉ ታወቀ ... ሀሩን ሚዲያ፥ መስከረም 25/2015 ... የ12ተኛ ክፍል ተፈታኞችን በተመለከተ ካሌንደር በሚዘጋው የመውሊድ በአል ቀን መጠራቱን እና ተማሪዎች ኒቃብ ለብሰው እንዳይፈተኑ መታገዱ ልክ አለመሆኑን በመግለጽ የፌዴራል መጅሊስ ለትምህርት ሚንስትር ደብዳቤ መጻፉ ታውቋል። መጅሊሱ በደብዳቤው እንደገለጸው ከዚህ በፊትም በዒድ በአል ወቅት ለተማሪዎች መግቢያ ጥሪ መደረጉን አስታውሶ ያንን ስህተት ከሚንስትር መስሪያ ቤቱ ጋር በመነጋገር ማስተካከሉን አስታውሷል። በተመሳሳይ የአሁኑ ችግርም እንዲስተካከል ጠይቋል። ... ትምህርት ሚንስትር የሚያወጣቸው ፕሮግራሞች ካሌንደርን ያልተከተሉ ከመሆኑ በተጨማሪ ይህንን ስህተት በየአመቱ የመድገም ዝንባሌ አለመታረሙ በሙስሊሙ ዘንድ ቅሬታን ፈጥሯል። ይህ ጉዳይ መሠረታዊ ከመሆኑ አንፃር በዘለቄታዊነት ሊፈቱ የኒገቡ መሆናቸውን ከተለያዩ አካላት ውትወታዎች እየቀረቡ ይገኛሉ።

  • Mana farsootti seentee Nyaachuuf hin yaadiin "keekii" Waanuma facaafatte Akka haammattu beeki Gaafa ittiin nama hidhuuf Teessee micciirtu gaadii Tarii waan sun faanno kee Akka siif ta'us yaadi

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Ayiiiiiiiiii Jedhe Haacaalun. Akka kootti Yeroo tokko tokko yoo gochaafi jecha namoota sammuu. Isaanii doomanii ilaalu yeroo Galata Saba miskiina kanaan maluufi wanta Saba kana irratti raawwatamu Wal bira qabee ilaalu maalumaaf oromoon qabsaawee ilmaan isaa qaqqaalii itti wareege dhaloota garaatti nyaatu malee Galata sabaa hin beekne kana jiraachisuufi na jechisiisa inumaa San biraayyu darbee yeroon sirritti ciisee laalu dhaloota akkanaa kana dhalchani Isa guddisuuf yaaduu irra maseenumti gaarii na fakkaata maal gochi fokkataan akkasii? Kinoo kana kana fa'a dhaluuf booroo ciisukaa Yaa Saba koo

  • Guyyaa hunda barnoota irra jirta,guyyaa hunda leenjii irra oolta,hanga fedhes ulfaatu,wahuma irraa argataa jirtaa,imala kee fuula duraa keessatti waa hubataa socho’i! ila Mana citaa,mana bututaa,mana balbalaafi foddaan isaa qunca’e keessaa,sagalee kolfaaafi gammachuu dhageessaa laali,mana isa guddaa,dhagaafi sibiilaan utubamee ol qajeele hedduu keessaa immoo,sagalee gaddaatiifi waldhabbii dhageettaa xiinxalli!akkasitti wal utubee jiraachuun isaa immoo mi’aa biyya lafaatii argi! Jaaloo Manni barnootaa guddaan,hawaasa keessa deemaa ooltu bira jiraa mee bitaa mirga kee daawwadhu,oliifi gadi laalii xiinxalli,ilma abbaafi haadha hinqabne,kan sammuun banaadhaa,kan arrabni dammaa,kan fuulli isaa bashaashaa hedduu argitaa daawwadhu,ilma haadhaafi abbaan kunuunsan,kan jiruufi du’a isaanii laataniif,kan bu’aa tokko hin qabne,kan kashlabbee daandii irra deemee waa qisaasu tahe,hedduu argitaa oliifi gadi naannawii taajjabi! Obbolaa Mi’aan jiruu harkaafi qarshii keessa osoo hin taane, samuufi laphee kee keessa jiraa baasii itti fayyadami! uf kabajii ittiin uf kabajsiisi Jaaloo gaafa ati sirrii hojjattu,namuu kabaja siin malu sitti hin kennu,gaafa ati dogongorte kan quba sitti qabuuuf qophaawu hedduudhaa,kana ufirraa gatii bira kuti,ana malee ati homaa hin beektu isa siin jedhuuf hidhii sitti muxatu sana ufirraa fixiri!!! Ekaa Ijjannoo qabaadhu,ijjannoon kee namaafi Rabbi biratti sirrii tahuu irra deeddeebiin mirkaneeffachuu yaali, daandii sirrii gadi lakkiftee fedhii jala kurkuruu yoo jalqabde gadi dhaabbadhu,kabaja kee eeggachuuf jecha kabaja namaa gadi buusuu irraa uf tiksi,fedhii lubbuu teetii qofa jala deemuu irraa uf qusadhu, daandii sirrii qabadhuu deemi,nagaan oltee bultaa xiinxalli,eddoo sirriitti,yeroo sirriitti,nama sirrii tahuu yaali! يَوْمَ تَأْتِى كُلُّ نَفْسٍۢ تُجَٰدِلُ عَن نَّفْسِهَا وَتُوَفَّىٰ كُلُّ نَفْسٍۢ مَّا عَمِلَتْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ Hey I have a saying:”it’s not enough to be in the right place at the right time.you have to be the right person in the right place at the right time!!!T E

  • "Kan hin baranne badhaadhee inni barate rakkatee otoo agarruu akkamitti dhaloota dhufuun barnoonni daandii milkaa'innaati jechuu dandenya?" Roobert Mugaabee.

  • Keessumaayyuu dargaggoofi Barattoonni

  • Seenitii daaw'adhu

  • 10 сент. 2022 г.1 143из bimilah

    https://www.facebook.com/kamilshamsu11/videos/837650580929284/?flite=scwspnss&mibextid=jnPKxsCKaeeGyS9o

  • Akkuma barii hunda nagaa qaama keetii eeggachuuf shaakala adda addaa gootu sana,oolmaa kee guyyaa immoo,sammuu kee waan gaarii itti himuun toltuu akka hojjatu shaakalsiisi malee waanuma sitti dhufe hunda haasawaa,namuma sitti dhufe hunda akka gowwaa salaamata jettee dhungataa hin oolin! وَلَا تَقْفُ مَا لَيْسَ لَكَ بِهِۦ عِلْمٌ ۚ إِنَّ ٱلسَّمْعَ وَٱلْبَصَرَ وَٱلْفُؤَادَ كُلُّ أُوْلَٰٓئِكَ كَانَ عَنْهُ مَسْـُٔولًا Eeee Diliin xixinnoo jettee ati har’a walitti qabataa jirtu tana ati argaa hinjirtu malee,isiin guddoo beeki,qoosaan namni haa bashannanu jettee ati har’a ittiin nama waxaltu kuni,boru tuulaa dilii,kan hindiigamne tahee sitti dhufaa hubadhu,wanti ati dhoksaan hojjattee araara Rabbii itti kajeelte hundi isaa,dhiifamni siif godhamus,fuula Rabbii keetii baattee dhaqxee,irraa gaafatamtee,itti qaanfattee,dhiifama siif godhamee Rabbii keetiif sujuuda buutu malee,araara jedhamee siif dagatamee bira hin darbamuu beeki! قـــال الحـــافظ ابـــن رجــب رحمه الله. . فالعبد يذنب ، ثم يتوب ، ويستغفريغفر له ، ولكن لا يمحاه من كتابه دون أن يقفه. . Jaaloo ilmi namaa kuni sammuun wanti isaa laatamteef,waan dhoksuu qabuufi waan alatti baasee hojjachuu qabu addaan haa baafatuuniifii hubadhu! ila irra caalaan namaa gowwaa xiixatu lafarra yaa’aa laali, Umrii Rabbi isaa kenne irraa muree namatti himaa,Yaa Rabbi umrii na dheeressi jedhaa laali,duniyaa Rabbi isa bira kaahe,firatu waa nagaafata jedhee sodaatee, ani waa takka hinqabu jedhee waakkataa,Yaa Rabbi duniyaa naa kenni jedhee immoo Rabbitti waywaataa oolaa xiinxalli,fayyaa qaama guutuu Rabbi isaan badhaase tuffataa,qaama kanatu nagaa nahinqabnee mee du’aa’ii naa godhaa,jedhaa oolaa laali,bakka irraa ka’e dhiisee,bakka gahuu barbaadu sana qofa osoo eegu,kufee biyya lafaa irraa godaanee,Rabbii isaa duratti herrega buusuuf imalaa jiraa argi! Obbolaa Nam tokoo dirqiin waa sirra hin fuudhuu waan Rabbi sitti kenne galatoonfadhuu taa’ii nyaadhuu,uffadhuu ittiin bareedii lafa bareechi,ittiin bohaari,sadaqaan balaa sirraa ittistii sadaqadhu,hiyyeessa biraan gahii, gammachuu biyya lamaanii ittiin bitadhu,gadda dhiisii waan qabduun uf gahi! Ekaa Mana kee qiyaamaa fakkeessitee,alaa nama jannata keessa bulu uf hin taasisin,alaa gaala fakkaattee mana baala hin tahin,joolleefi warra kee qimmiidaa, alaa bishaan nama hinquuqne hin tahin,mana keessaa garaachi kee qunca’aa,kan maatii keetiis luqqisaa,alaa garaa guuttachaa hin oolin,alaa daaraa mana keessaa cululuqaas hin bulin,manaafi alaa,walfakkaadhu malee arrabni lama sin tahin,jismiifi qalbiin walitti si harkaa hin duulin,arrabaafi lapheen siharkaa wal hin sakaalin! Hey Olmaan kee kufaatii keetiifi hinjifannoo keetiifis xurree murteessaadhaa,olmaa kee sakatta’i,biyya lamaaniifis daandii sirrii qorattee yoo Maappiin si harka hin jirre ta’e immoo,sagal salaattee,sagal maraattaa uf eegi!!!

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

Miidhamaatuu har'a geenne — tgindex