Galaa Dhalootaa
СтатистикаWalaloowwaan, barumsa macaafa qulqulluu, barumsa xiinsammuu,seenaawwaan barsiisoo garaagaraa kan qabatee dhiyaatedha. Yaada qabdan karaa kana nu qunnama👇👇 https://t.me/Sami_tesfaye
- Последний пост
- 15 мая
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Shamarree yeroo hunda si yaaddu, siif yaaddu. Shamarree karaa dandeessu hundaan gaddaaf gammachuukee sirraa qooddattee si gammachiisuu barbaaddu. Shamarree akka si jaalattu, siif moo'amuu ishee, dhiira hunda caalchistee, si filachuu ishee, sodaa tokko malee miireeffattee onneerraa akka si jaalattu sitti himtu. Shamarree cimina kee siif dinqisiifattu, dadhabina kee irratti ishee si jabeeffattu. Shamarree hojii gaarii ati hojjatturratti si jajjabeessitee, si deeggartu. Shamarree gammachuu ishee caalchistee gammachuu kee hawwitu. Shamarree si kabajju, maatii kee siif kabajju, hiriyoota keef fira kee siif kabajju. Fira kee firoomfattee diina kee diinoomfattu. Shamarree ati itti mufattee dhiifama si gaafattee ati itti araaramtu malee hirribni hin qabne. gad jettee boossee dhiifama si gaafattu. 😌 Shamarree yeroo hunda ija duraa si dhabuu hin dandeenye. Shamarree oolmaaf bultii kee to'attu egeree keessan sii waliin mari'attu. Shamarree waan hundumaan siif of laattee yaadaaf waan qabdu hundaan si bira dhaabbattu. Milkaa'inakee hawwitu, mul'ata kee irratti si mul'isuuf si jabeessitu. Shamarree haala hunda keessatti sitti hin jijjiiramne. Gaafa haalonni sitti jijjiirames "abshir ni darbaa naaf jabaadhu! "Jettee si jajjabeessitu. Walumaagalatti isheen gammachuu kee keessatti gammaduu barbaaddu, Maqaan kee faajjii ishee ta'ee addunyaa irratti mul'atee kabaja keetiin kabajamuu barbaaddu, isheen akkasii maal maal eebbifamtuudhawoo! 🥺 Kan akkasi arginan harka kennitani yoo mo'aamtan, Indirect isin mo'ataa taatanittu jechuudha. Galata rabbi anillen argadheera, quba shanin mallatesseerafis, isinis ogeetti fi hubattuu akkasi arginan mallattessafi sinin jedha obbollessi keenya 👇👇 @samitesfayed
https://t.me/futurebillionare2025
https://t.me/futurebillionare2025
Mana keessan teessani Oddeeffannoo fayyaa argachu kan barbaddan, channel kana follow godha! 👇👇 https://t.me/Fayyaa_egeree
HAPPY MOTHER'S DAY! Harmeeko...! Beelakee beela'een Ati nyaattu quufaa Eelakee eelladheen Cabakeetiif kufaa. Gammaddun kee anaf Hiika guddaa qabdii! Jiraachuu kan keetu Nattis hora abdii! Si keessan jiraadha Atis ana keessa Luugama jiruutu Nu lamaan geggeessa Siifin dhukkuffadha Gadda keefin boo'a Gammachuu jiruu keen Jiruu koottis hoo'a Waraansa cinaachaan Utuuti quuqamtuu An' callisee hin taa'u Gaafati tuqamtuu Gidiraan jireenyaa Dabareen sin reebuu imimmaan koo cobu Si haa baasu dheebuu Utuun jiruu dhalli kee Foon maddii akkam si qooraa? Hin beeloftu tasumaa Nyaata ta'een si sooraa Dagalee mana keetii An siif nan ta'a ribuu Utuun ijaan ilaaluu Gadadoon sirra hin sirbuu Harqooti saggookeerra Sin taa'u qolee gubbaa Keenyan manakee qaawwee An erbee ta'een suphaa Siin ta'a an dhalli kee Dhukkuba keef qoricha! Sin ceesisa laga rakkoo An siif ta'ee riqicha! Harmeeko...! Osoo Ati iyyituu An xaxadhee hin ciisuu Dhibee ati qabdu Na dhukkubuu hin dhiisu Miira keen dhandhama Rakkookee nan argaa Gaafati wawwaattee Natti raastu harkaa Jiruun kee coolligee Akkanni lalisuu "Siifin jiran," jedha Si jalaa hin callisuu Anis ciniinsuu keen Si faana miixadhaa Obsa sii galaaseen Abdii sitti hiixadhaa Harmee koo Haadha nama hundaa! Jiraachu koo kanaaf Gatii Kee narr qabdaa! Simnboo natti godhee Ati naaf jiraachuun kee Gaaf tokkoo naaf tolee Sin ibsa fula kee! SIN JAALLADHA ILMII KEE! Ilma Kee isa sirraa fagoo jiru! https://t.me/Lammikof
Fresh Graduates-SNFD Bakery Plc would like to invite qualified and competent applicants to apply for the following vacant post. Required No:25 Position:1. Branch Coordinator Education: Marketing management, hotel management, business administration and management Degree or diploma Position:2. Technical Expert Education: Bachelor's degree or Technical and Vocational Level 4 in Electromechanical Engineering, Industrial Electricity or similar field Position:3. Waiter Education: Completion 12th or 10th Grade How to Apply 👇👇👇 https://shegerjobs.com/2025/03/24/snfd-bakery-plc-vacancy-for-fresh-graduates/ Deadline: March 29, 2025
Now launched March 23 Please register and work it with low risk 🙏👇👇👇 https://xams.cc/reg.html?c=RDF4FD https://xams.cc/reg.html?c=RDF4FD https://xams.cc/reg.html?c=RDF4FD CONTACT ME https://t.me/Sami_tesfaye
Now launched March 16 Please register and work it with low risk 🙏👇👇👇 http://moz.elementfx.com?reference=8319556 http://moz.elementfx.com?reference=8319556 http://moz.elementfx.com?reference=8319556
Now launched March 13 at 12:00 PM Please register and work it with low risk 🙏👇👇👇 http://www.fanucvip.net/h5/reg/channelId/29248/top/FOXNR0.html http://www.fanucvip.net/h5/reg/channelId/29248/top/FOXNR0.html http://www.fanucvip.net/h5/reg/channelId/29248/top/FOXNR0.html CONTACT ME https://t.me/Sami_tesfaye
March 5 launched Fast withdrawal Register and take low risk https://www.ferretticrn.com/#/register?code=19988
без подписи
New platform launched on march 6 Please register now and take low risk! https://autelroboticsfirm.com/#/?c=OTPAHI https://autelroboticsfirm.com/#/?c=OTPAHI https://autelroboticsfirm.com/#/?c=OTPAHI
Today launched! New platform https://cohiba-a.com/reg.html?c=FMH4UG https://cohiba-a.com/reg.html?c=FMH4UG https://cohiba-a.com/reg.html?c=FMH4UG https://cohiba-a.com/reg.html?c=FMH4UG
Maangoon lamaan damee muka tokkoo irratti biqilani. Tokko bilchaatee kan jiru siʼa taʼu, inni kaan immoo bilchaachuuf yeroo dabalataa isa barbaachisa. Karaa maangoo kanaan uumamni barumsa barbaachisaa nu barsiisa! Garaagarummaan caalmaa miti. Waliin dhalattee waliin guddatteef, waliin baratteef, waliin daldalteef, waliin jalqabdeef… waliin milkoofta miti. Milkaa’inni kee yeroo mataa keetti. Daftee bilchaachuun caalmaa miti. Amma iyyuu dheedhii yoo taate suuta waan bichaattuuf caalamuu kee miti. Kanaaf warri kaan nu dura milkaa’an waan fakkaataniif qofa kufaatii jechuu miti. Milkaa’uuf yeroon dabalataa waan si barbaachisuuf ta’uu mala. Bara si’anaa qaala’insi dabalaa akka jiru beekamaadha. Gatiin mangoo dheedhiis yeroo bilchaatu dabaluu mala. Akkasuma milkaa’inni kees yeroo isaatti gatii guddaa qaba. Salphaatti yeroon kee ammallee hin geenyeta’a jechuudha. Kanaaf obsuu, dandamachuu fi mufannaadhaaf harka kennuu dhiisuudha. Yeroo milkaa'ina mataa kee bira ga'uuf yeroo gabaabaa qofa si hafe ta'a.
без подписи
New platform launched on Today 23 in Ethiopia please register now and make money with us 👇👇👇 https://www.alliedgoldinvestment.com/?invitation_code=4EA10
26~ Mana dhaabuun kee siif gatii qaba, innis akka ilaalcha mataa keetittidha, of jibbaa jiraachuun garuu gatii hin qabu. 27, Ijoolleen eebba (kennaa) waaqayyooti, kanaaf ijoollee kee jaall'adhuuti sirritti isaan barsiisi. 28~Ati Gonkumaa mana kee to'achuuf dulluma hin qabaatiin, sababa kamiinuu yaada fi bakka atii manaa fi maatii keef qabdu gonkumaa hirr'achuu hin danda'iin. 29~ Haati manaa kadhaannaatti jabaattuun baayyee aboo-qabeettiidha, Yeroo hunda abbaa manaa kee fi maatii keetiif kadhadhu. Waan dubbistaniif galatooma!!! #share #Eebbifamaa! Join👉 ➠https://t.me/galaa_dhalootaa For fresh and experience new vacancy Join it https://t.me/kanenus_vacancy https://t.me/kanenus_vacancy
#GORSA #DUBARTOOTA #HUNDAAF Obsaan Dubbisaa . 👇👇👇👇👇👇👇 Oboolaan dubaraa barreeffama kana yoo obsaan dubbifattan baruumsa jiruuf jireenyaa Egeree kessanii salphuumattii barachuu daandessan jechuudha.. Dhiirotaaf kana dubbisuun dhorkaadha😉😉😉😉. ~namni goorsa sammuutti fudhaatuu nama ilaalchaa gaariifi abdii boorii qabuudha. namni kamiyyuuu naman qaramaa,namarraa barataa,of ilaalaa jiraata kanaa kanan barreesseef ilaalchii shamarraan hedduun gaa'ilaa isaaniif qaban gadi aanaa waan ta'eefiidha. kessuumattuu yeroo ammaa kaabajni ga'ilaaf qabnuu waan gadi bu'eefidha. namni hubaatan goorsaa fudhaata,namni gowwaan garuu gorsaa tuffaata. shaamarran ilaalchaa kessaan kanaan maadala,warrii herumtaanis ta'ee kan heruumuuf karoorfattanii karaa egaa jirtaanis kun isiinif gaaladha,gaalaa jireenyaati. ================= 1~Gonkumaa hin irraanfatiin akka abbaan manaa kee sii fuudhe, waan addaa akka hin uumamneef itti gaafatamummaa fi dirqama kee bahuu qabda. 2~ Dadhabina abbaa manaa keetii maatii kee fi hiriyyaa keetti hin himiin, gara fulduraatti gufuu jireenya kee ta'uu waan danda'uuf. ,3~Gonkumaa sababa tokkoof jettee abbaa manaa kee hin jeeqin, kun mallattoo wal kabajuu dhiisuu waan ta'eef. 4~Gonkumaa ilaalcha kee fi gamnummaa (mood) fayyadamtee abbaa manaa keetti hin dubbatiin, abbaan manaa kee maalitti hiikkachuu akka danda'u waan hin beeknef. 5~Gonkumaa abbaa manaa kee dhiirota kan biraan hin madaalin, dhoksaan jireenya isaani maal akka ta'e waan hin beeknef. 6~Gonkumaa hiriyyaa abbaa manaa keetii waliin hidhata uumuuf hin yaalin,isaan waliin jaalala uumuun waan siif hin danda'amneef, waan isaanitti himamu qabuuf abbaan manaa keeyyuu jira waan ta'eef 7~Gonkumaa nama waa'ee abbaa manaa keetii xiiyyeefatu wajjiin wali hin galiin, namni garaagarummaa nama gidduutti waan uumuuf, waa'ee abbaa manaa keetiif itti gaafatamtuun sii qofa ta' uu beeki. 8~Gonkumaa abbaa manaa keetti hin qaabamiin yoo inni harka duwwaa ta'ee raakkinni isin mudate, jajjabeessuu irraan kan hafe. 9~Gonkumaa haadha manaa qisaasessituu hin ta'iin, yoos abbaan manaa kee immoo sin olitti qisaasessuu waan danda'uuf. 10 Gonkumaa yaada, falmii fi filannoo uummata irratti abbaa manaa keef hin deebisiin, innumti haa deebisuuti. akkasumas tarii kan keeyyuu deebisuu waan danda'uuf. 11~ Gonkumaa abbaa manaa kee ijoolle fulduratti hin loliin (wal hin dhabiin), dubartii beektuun kana hin gootu waan ta'eef. 12~ Bareedina abbaa manaa keetii mirkaneessuu hin dagatiin, utuu inni of bareechee xumuree sin gaafatin. 13 Gonkumaa hiriyyaan kee abbaa manaa kee waliin hidhata akka uumtu hin eyyamiin. 15~Gonkumaa yeroo mana fincaani fi yeroo uffataa hin ariifatiin,abbaan manaa kee kanaan waan hin mufanneef. 16~ Maatiin kee yookaan hiriyyaan kee erga heerumtee waa'ee heeruma kee yaada kaasu hin qaban, jecha isaan jedhaniif yeroo kee gubuu hin qabdu, yoo isaan dhiisuun si dirqamsiise dhiisu qabda malee. 17~Gonkumaa yaadni kee qabeenya irratti kan xiiyyeefatu ta'uu hin qabu, yoo qarshii isa ol kan argattu ta'ellee walitti fiduu qabda malee. 18~Hin irraanffatiin abbaan manaa yaadaan dhaggeeffachuu barbaadaati, yaadni kee qabamaa itti ta'uu hin qabu. Walii galtee gaariin gammachuu jireenya ofiiti waan ta'eef. 19~ Yeroo marii yoo yaadni kee kan Isaa olitti hojjetu ta'e gonkumaa ofii kee isaan olitti of hin madaaliin, kun waliin hojjechuu waan ta'eef. 20~Abbaa manaa kee irratti ol-aantummaa hin fudhatiin, abbaan manaa mataa haadha manaa waan ta'eef. 21~Haati manaa dadhabduun maal-na dhibdee haadha manaati, isheen qaamnumti isheeyyuu akka dhokfamu hin beektu. 22~ Abbaan manaa kee akaakuu ittoo nyaataa gaarii fedhaa?? Haala ittoo nyaata kee foyyeessuu yaali, abbaan manaa nyaatatti waan hin qoosneef. 23~ Gonkumaa abbaa manaa keetiin hin morkatiin(wal hin dhabiin), Yeroo qabdu hunda seeran fayyadami qabeenyi kee akka dabaluuf. 24~ Dhufaatii abbaa manaa keen dura burchuqqoo (baattuu bishaanii) qopheessii kaa'i, akkasumas namni kamiyyuu mana kee yeroo dhufuuf. 25~ Dubartii waa'ee heerumaa ilaalcha gadhee qabdu wajjiin walitti dhufeenya hin uumiin.
Keessan na dubbisaa Namoonni hojjechiifachuu barbaaddan 🗒ማንኛውም Research እና Assignment እንሰራለን! ✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨ 💻Welcome! As a researcher, በግዜ እጥረት እና በመሳሰሉት ምክንያቶች ትምህርታችሁ ላይ አፋጣኝ እገዛ የምትፈልጉ ተማሪዎች እና ተመራቂዎች 📕Research ከtitle መረጣ እስከ ማጠቃለያ (Discussion, conclusion and recommendations) ድረስ እናግዛለን። I'm here to assist you every step of the way. 📝✅Thesis MA/MSc 💻✅Research BA/BSc 💻✅Proposal 💻✅Business proposal 💻✅Title selection 💻✅Research editing 💻✅Power point preparation 💻✅Term Paper 💻✅Case Study 💻✅Assignment any 💻✅Article Review 💻✅Data Analysis 💻✅Seminar Paper 💻✅Feasibility Study 💻✅Business Plan 💻✅project Business proposals 💻✅Worksheet 💻✅COC packages solving 💻✅Case analysis 💻✅CV 💻✅Feasibility study 💻✅Project Analysis 💻✅Data Analysis 💻✅In plant Study 💻✅Business plan 💻✅Essay Writing 💻✅ Report Writing 💻✅ Financial statement preparation 💻✅Any Project 👇👇👇👇👇👇👇 👇👇👇👇👇👇👇 🔎OUR* *SERVICES* ✨𝘈𝘤𝘤𝘶𝘳𝘢𝘵𝘦 𝘸𝘳𝘪𝘵𝘪𝘯𝘨 ✨𝘗𝘭𝘢𝘨𝘪𝘢𝘳𝘪𝘴𝘮 𝘧𝘳𝘦𝘦 ✨𝘛𝘪𝘮𝘦𝘭𝘺 𝘥𝘦𝘭𝘪𝘷𝘦𝘳𝘺. ✨𝘎𝘳𝘦𝘢𝘵 𝘤𝘭𝘪𝘦𝘯𝘵 𝘳𝘦𝘭𝘢𝘵𝘪𝘰𝘯𝘴𝘩𝘪𝘱 🔹የቱንም Assignment አምጡ እንሰራለን! 📔📓አሳይመንቱን እሚሰሩት በተለያየ ፊልድ እሚገኙ መምህራን እና ጎበዝ የተባሉ ተማሪዋች ናቸዉ! እንዲሰራሎት: 🔹በመቀጠል በዚህ @Sami_tesfaye Account አሳይመንታችሁን መላክ ብቻ ነው እሚጠበቅባችሁ! SEND YOUR ASSIGNMENT HERE 👇👇👇👇👇👇👇👇 📥@Sami_tesfaye 📥@Sami_tesfaye 📥@Sami_tesfaye 📥 👇👇👇👇👇👇 Phone NO ☎️0925583261 ☎️@Sami_tesfaye
🎁Earn ETB10,700.00 in just two hours🎁 Samuel Tesfaye Dame invites you to earn money together! No investment required, everyone can withdraw money! https://www.clickfnvwages.buzz/p?0126613044658777797&s=tg