- Последний пост
- 11 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 14
- Всего постов
- 27
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 346
- 1/48двое суток
- 396
- 1/72трое суток
- 427
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://vt.tiktok.com/ZS43hMoA7/
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Saganta barumsa Gannaa Barattootni kutaa 6ffaa fi 8ffaa waaree booda yoo ta'uu sa'aati 6:00 mana barumsaatti akka argamtan Barattootni kutaa 11ffaa fi 12ffaa Sagantaan keessan ganama Sa'aati 2:00 ta'a kanaafu kana hubachuun akka argamtan የ6ኛ እና 8ኛ ክፍል ተማሪዎች የክረምት ትምህርት የሚጀምረው 6:00 ከሰዓት በመሆኑ ከነገ ሰኞ ጀምሮ እንድትገኙ የ11ኛ እና 12ኛ ክፍል ተማሪዎች ፕሮግራማቹ ጥዋት 2:00 ይጀምራል ይሄንን አውቃቹ እንድትገኙ
видео или голосовое, без подписи
ይህ ምክር ተማሪዎች ነው ብዙ ጊዜ ጠንክሮ መማር ትልቅ ቦታ እንደሚያደርስ ይታወቃል። በዚ ውስጥ የት/ቤት እና የመምህራን ድርሻም ለልጆች የወደፊት እጣ ፋንታን በማሳየት ውስጥ የጎላ ሚና አላቸው። ብዙ ትውልድ ብዙ ዓመት ባስቆጠሩ ት/ቤቶች ውስጥ ተምረው አልፈዋል እየተማሩም ይገኛሉ። ተምረውም ሃገርን እያገለገሉ ይገኛሉ አልፎ አልፎ የተወሰነው ትውልድ ከተወለደበት ቀዬ አልፎ ሃገሩን ዓለምንም ያስደምማል። ታዲያ ይሄን ጊዜ ከወዴት መጣህ እንዴት እዚ ደረስክ የት ተማርክ መባሉ አይቀርም። ለምሳሌ በሃገራችን ደረጃ አዲስ አበባ ዮኒቨርስቲ ዩኒቨርስቲ ኦፍ ጎንደር ሃሮማያ ጅማ ባህር ዳር የመሳሰሉ የኒቨርሲቲዎች መማር ደረትን የሚያስነፋ ቀና ብሎ ጮክ ብሎ እዚ ተምሪያለው ለማት እጅግ ትልቅ ጀብድ ከዛ መውጣት በራሱ ሌላ ጀግንነት የነበረ ነበር እዛ የተማሰሩ ተማሪዎች በሁሉ ነገር የተለየ ስብዓና ለብሰው ተላብሰው ይወጡ ነበር ። ታዲያ 1ኛ ደረጃ 2ኛ ደረጃ ት/ቤትን እዚ ነው የተማርኩት ማለት ሃሃሃሃ አጅሬው ቀላል ሰው አይደለህም ለማለት በጣም ይጠቅማል ADM ት/ቤት እንደዚ ዓይነት ስም ያለው ትምህርት ቤት ነው በሃይሌ ና ዓለም ሃላፊነቱ የተውሰነ የግል ማህበር Haile resort Haile ቡና Haile ማር ሲኒማ ጂም ሪል እስቴት ADM ትምህርት ቤቶች ይገኛሉ ከስሙ ጀምሮ International ነው ብዙ ህፃናት በተለያዩ መንገዶች ወደ ወጪ ወጥተዋል ሲናገሩ ከኢትዮጵያ ኦሮሚያ ክልል አርሲ ዞን አሰላ ከተማ ADM የተማርነው ብለው ሲናገሩ ስለ ትምህርት ቤቱ ስናብራራ ኦኦኦኦ የሃይሌ ት/ቤት የተማራችሁት ብለው የተለየ እክብሮት እንደሚሰጣቸው ብዙ ይህን እድል አግኝተው የወጡ ተማሪ ወላጆች ቤተሰቦች ይነግሩናል። A D M Ayeleche Degefu Memorial school የወይዘሮ አየለች ደገፉ መታሰቢያ ት/ቤት ስለመሆኑ የጀግናው አትሌት ሻለቃ ሃይሌ ገብረስላሴ እናት ስለመሆናቸው በሳቸው መታሰቢያነት ለህብረተሰቡ የተከፈተ መሆኑን ሲያስረዱ ልብ ያሞቃል ሃይሌ ከአርሲ ዞን አሰላ ዙሪያ ካለች አንድ ገበሬ ማህበረሰብ የወጣ የገበሬ ልጅ ዓለምን ሁለት ጊዜ ያስደመመ 27 ጊዜ ሪከርድን የሰበረ ከምንም ተነስቶ ከ20- 30 ዓመታት ውስጥ ብዙ ድርጅቶችን ከፍቶ ከ5,700 በላይ ሰራተኞችን የሚያስተዳድር ባለ መልካም ስብዕና ሰው ነው ። ''ይቻላል''* ዓለም እሱን የተረዳችበት ቃሉ ሲሆን ማሸነፍ ከላይ መሆን ነጥሮ መውጣት ከታች መነሳት ከምንም የሆነ ቦታ መድረስ ከገጠሪቱ ወጥቶ የዓለም ጫፏ ላይ መድረስ ከራስ አልፎ ለሰው መትረፍ ከሃገር አልፎ ለዓለም መትረፍ **''ይቻላል ''* ቃልን በተግባር አዚ መስራት ኢዚ መማር በራሱ ሌላ መታደል ነው ። የኤ.ዲ.ኤም በአጭር ጊዜ ማደግ ሚስጥ ይሄ ነው የሃይሌን ስብዓና መላበስ በስራ አለመርካት የአንድ ነገር ፍፃሜ የዓለም መደምደሚያ ሳይሆን የሌላ ነገር ጅማሬ መሆኑን አይተንበታል ሰኔ 30 ት/ቤት ሲዘጋ ኦፍፍፍ ጨረስን ሳይሆን ሃምሌ 1 ሌላ ስራ ሌላ እቅድ ሌላ ህይዎት ጀማሬ ነው ልጆች ኤ.ዲ.ኤም ስትማሩ ሃይሌ አስቡ በሆነ ጊዜ እንደናንተው ልጅ እንደናንተው ክፍል ውስጥ የሚማር ወዘተ ነው ራሱ ሃይሌ ምርምር(Research) ነው ይዳሰስ ይጠና ADM በመማራቹ ልትኮሩ ይገባል ምክኒያቱ ስም ከስብ ይሸታል ይባላል አበቃው
Barattootaaf Yeroo Hedduu Cimanii barachuun iddoo guddaa akka nama geessu ni beekkama. Manni barumsaa fi barsiissoonnis gaheen isaan barattoota sana sisi'eessanii kallatti gara fulduraa itti agarsiisuun keessaatti gaheen isaanii guddaadha. dhaloonni hedduu mana barumsaa Umrii dheeraa dabarsan keessaatti baratanii bahanii jiru,barachaas jiru. Akkasuma biyyaas tajaajila jiru. Darbee darbee dhaloota keessatti barattootni tokko tokko aanaa fi naannoorra darbani, sadarkaa biyyaa fi idila addunyaatti beekkamti horatu. Yeroo kana eessaa dhuftee? akkamitti dhuftee ?,manni barumsaa ati keessa turte kan akkamiti ? gaffiiwwan jedhaman yeroo isiniif dhihaata mana barumsaa akkanaati jechuuf karaa dheeraa deemun, haala mana barumsicha ibsitanis hubannoo gaha hawaasa addunyaa fi gurra isin dhaggeefatu biraan gahuuf ,haga ibsitan san isiniif hubachuu isaani kan ibsu bakka irraa dhuftani,mana barumsaa dura itti barattan santu shoora guddaa qaba. Fkn . Yunivarsittootni hundu yeroo garagaraatti barattoota heddu ni baasuu haa ta'u malee Addis Abeba University ,University of Gonder,University Haroomaaya,Jimmaa ,Bahir dar maqaadhaanis Haala keenninsaanis barnootaanis ,ta'ee bu'aa bayii barattootni akka hin ari'amne taasisaniin kan gahuu jiru. Ijoolleen achitti dur baratan dandeettinis,maqaadhaaniis qixa Yunibarsiittoota kaawanii miti. As aanaa kana immoo University Arsii Dameen fayyaa adda ta'ee dhufaa jira. Kanaaf Eessaatti barattee sad 1ffaa,sada 2ffaa yoo isiniin jedhan asittan baradhe,haala kanaan baradhee jechuufi namoonni haala salphaa ta'een akka isin hubataniif filannoon keessan sirridha Manni Barumsa ''ADM'' (Ayelech Degefu Memorial School) Deebi kana haala salphaa ta'een kan isiniif Deebisu Manni barumsa jiru mana barumsa ADM ADM ,,,Dhaabata Dhuunfa Intarnaashinaala Haayila fi Alam jalatti hammatamuudha. Haile and Alem international PLc jalatti dhaabilee jira hedduudha Haile Resort Haile Coffee Haile Honey Alem Cinema ADM Schools Wellness ,beaty and fitness Real estate kan of keessatti qabateedha Kana duuba hoo maaltu jira? maqaa goota idil addunyaatti riikardii qofa si'a 27 cabsee Kumaalaa Haayile Gabrasillaasetu jira. Kanaan dhufe asiyyi,kana baradhe mana barumsaa kanayyi mani barumsa kun kumaala haala kanaan hundaa'ee yaaddannoo Addee Ayyalach Dagafuutiin,,, Addee Ayyalach Dagafuu immo haadhaa goota kana addunyaa deesse kuttaannoo inni nu barsiiseen as geenye ይቻላል/ ni danda'ama jechuudha Dakaa ,iddoo xiqqaarraa ka'anii bakka guddaa gahuun ni danda'ama. Baddiyyaa Arsiiti ,ilma qootee bulaa ta'anii xaariidhaan sadarkaa addunyaatti beekkamuun,nama addunyaan aja'ibsifattu ta'uun ni danda'ama . Yeroo ammatti dhaabbanni kun akka biyyaaleessaatti hojjattoota dhaabbii 5,700 ol bulcha, yeroo gabaabaa keessatti waggaa 20 hanga 30 keessatti namni tokko carraa hojii dhaabbii namoota kana gahuuf banuun ,as gahuun fakkeenyumaa guddaadha. Kanaaf ADM tti barachuun har'arraatti fakkeenyumaa.fudhachuudha, boru iddoo guddaa yoo geessan asiiyiin dhufee jechuuf,itti boonuuf,of beeksisuu, bakka salphaa hin taanee dhufuu keessan agarsiisuuf manni barumsa ADM baay'ee baay'ee tokko isin ni qarqaara. Itti boontu, carraa hojiitinis barattootni heddu deebi'anii dhaabbata Haayilee fi Alam keessaatti qacaramanii jiru ADM seenaa barataatiif iddoo murteessadha Horaa bulaa
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи