tgindex
Последний пост
9 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Музыка
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
184
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
267
17 постов
Вовлечённость
145,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
37
1/48двое суток
42
1/72трое суток
45

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • Bokkaan har'a sitti roobe si luuxeessu,guyyaa tokko makiinaake sif dhiqa jabaadhu hojjedhu😳😅😃 @giftihome #freind #go viral

  • Nama kufe irratti dhagaa guuruun si hin barbaachisu. Halkan gaari qabaadha. @giftihome #invite ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • Waan hin qabne hawwuun waan qabdu hin balleessin; wanti amma qabdu yeroo tokko wantoota ati hawwaa turte keessaa akka ture yaadadhu. - Miyamoto Musashi ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • без подписи

  • 6 июн.240111

    Halkan hin bariine akkuma hin jirre rakkinni hin darbamnees hin jiru Halkan gaari qabaadha😇😇 @giftihome #invite your friends

  • Yoh. 3 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ³⁵ Abbaan ilma isaa in jaallata, waan hundumaas harka isaatti kenneera. ³⁶ Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee" jedhe. @giftihome #invite #Bible #halkan gaari

  • @giftihome #for futures #invites your friends #share the link

  • без подписи

  • без подписи

  • @giftihome Invite your friends

  • Channel photo updated

  • без подписи

  • Karaa gaari irra deemuf tolu Karaa sirrii kan ta,ee qulqulluu Karaa qajeela kan hin qabnee gufuu Kan heyyamamee nama hundaafuu Kan fedhee akka irra adeemuf Badiisaaf miti jirenyaaf akka aggaamuuf Tola kan kenname otuu gaafatin gatii Jaalalaan kan ta'ee dirqamaan mitii Kanaaf filannee irra adeemun fedha keenya Garuu yoo irra turre guyya tokko dhabuu dandeenya Karichii isa kami jettanii yoo na gaafattani Isinittin hima IYYEESUUS karaa inni dhugaani 📝 gifti

  • https://youtu.be/Vaj9Gp6DGxQ?si=qojDsdq1CgG7r3ka

  • без подписи

  • Akam jirtuu ummata jaalala waan haara page kanarrati jalqabuuf yaadera warri jalqabii jettan like.... Yoo like 100 argadhee nan jalqaba👌👌

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи