- Последний пост
- 30 апр. 2025 г.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 26
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
WBO'n Zoonii Lixaa Godina Lixa Wallaggaa Aanaa Lataa Sibuutti mooraa waraana faashistii PP irratti tarkaanfii fudhateen injifannoo boonsaa galmeessee jira ONM-ABO Ebla 30,2025 Gaachanni uummata Oromoo Waraanni Bilisummaa Oromoo har'a Ebla 30,2025 godina Lixa Wallaggaa aanaa Lataa Sibuu mooraa waraana faashistii PP ganda Abbaa Eebbaa keessatti argamu barii barraqaan itti seenuun tarkaanfii waraana maafiyaa Abiy Ahimed irratti fudhateen du'aa fi madoon adabee harkaanis qabuu beeksise. Tarkaanfii mooricha irratti taasiseenis 30 ajjeesuun 20 ol madoon kan adabee fi qawwee AKM 20 ol irraa hiikuun jiraattis 6 harkaan qabuu ajajaan WBO gamasii ONM'f ifoomsaniiru. Injifannoon uummata Oromoof❗
ቀደም ሲል በህፃናት ገዳይዋ እስራኤል የተከሰተውን እሳት እስከዛሬም ድረስ ማቆም አልተቻለም። በዚህም ሳብያ Yom Ha'atzmaut (יום העצמאות) የእስራኤል የነፃነት ቀን ለማክበር አልተቻለም። እሳቱም ወደ Jerusalem እየተቃረበ መሆኑ ተሰምቷል።
Kaabinoonni Lataa Sibuu ija babaafteka gaafa raayyaa miidiyaarra odeessan waan hundi salphaadha mitii?? #መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ30/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በምዕራብ ዞን በዘመቻ ሺህ ግንባር በምዕራብ ወለጋ ዞን ለታ ሲቡ ወረዳ ላይ ካቢኖዎችን ቀጭም አርጓቸዋል....ይሄኔ ነው መቁለጭለጭ!
https://youtube.com/@bultum430?si=FUHufk-_6_IBxFkP
https://www.youtube.com/live/2wHOo3DLnaE?si=Jws_hjHwojEOz-qt
https://t.me/onm_AbO11/31714
Jeneraal Zewuduu Belay Ajajaan Koorii 502ffa fi Ajajaan Faannoo 'Bizaamoo' warra guyyaa 2 gidduutti ijoollen abbaa caalii kutaa waraanaa tokko harkaa fixnaan mana buufaman. Qe'ee diinaa diiguun diinaa waliitti buusun cimee itti fufaa. Baga Yaadannoo GGO Gessan! ❤️💚❤️ 💪💪💪
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ11/04/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ሆራ አርሰዲ ዞን በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን ቶሌ ወረዳ ቱሉ ተጂ ቀበሌ የጂጂጋ ከተማ አስተዳደር ላይ በወሰደው እርምጃ በርካታ የፋሽስቱን ሠራዊት አሹቅ ማድረጉ ተመልክቷል በዚሁ ዞን በትላንትናው እለት በቾ ወረዳ ላይም ሰፊ እርምጃ መውሰዱን መዘገባችን አይዘነጋም....
без подписи
በኦሮሞ ጥላቻ የናወዘው EBS ባለቤትነቱ የኤርትራዊው አማን ፍስሀፅዮን ነው።
https://addisstandard.com/justice-denied-one-year-since-the-assassination-of-bate-urgessa-still-no-accountability-time-to-break-the-silence-and-end-impunity/
Akeekkachiisa Maati Leenjitota Sportii Magaalaa Naqamteef =============================== Magaalaa Naqamtee keessatti leenjistoonni sportii Teakwondo fi kanneen biroo gariin maqaa sportii dahoo godhachuun hojii basaasummaatti akka jirtaan quba qabna isiin warri kana gochaa jirtaniis of beektu. Ammas dhimma dhunfaa fi hojii basasummaa keessanif jecha maatii leenjitotaa utuu hin beeksisin kabajaa ayyaana RIB Izzii lixaaf jecha ijoolle qe'ee waraanaa olchaa wan jirtaniif maatiin ijoolle keessan iddoo ayyaana waraanaa impayeeraf godhamaa jiru kanarra hin dhorkattan taanan rakkoo dhufuu hundaaf itti gaafataman akka hin jirre isiin beeksifna. Abbaatu of Mara Jedhe Boofni
Na barbaaduuf deema wal guuree Milishaan Niqqiluun caccabaan.😁😁
Ebla 12,2025 boru akka sa'aa Oromiyaatti galagala sa'aa 01:00 pm akka lakkoofsa sa'aa Royaad fi yemen 07:00 pm akka Dubbi tti Sa'aa 08:00 pm tti akka erraa hin hafne. Gumaacha kaayyoo irbuu shinniggaa Webinar link 👇🏾 https://us02web.zoom.us/j/81536588523?pwd=vJHsN1MkiLKbFxaQo0QvEpCqUJoeE6.1 Webinar ID: 815 3658 8523 Passcode: 950493 #ABO_WBO #highlights #GGO #highlightseveryone
без подписи
без подписи
#Oduu_Ammee Jeneraal #Zawuduu_Balaayi Kan Kaleessa Kutaa Waraanaa tokko Lixa Shaggar Aanaa #Abuna_Gindeberetitti Ficcisiise Galgala Kana #Huumni_Guddaan Jeneraal #Shuumaa_Abdataatiin Hoogganamu Itti Marsuudhaan #eegdota Isaa Erga Dursanii Irraa Hiikaniin Booda Kutaa Inni Keessa Jiraatu itti Seenuu dhaan #Gurra isaa qabanii #Paatirooolii Keessa Buusuu dhaan Gara #Finfinneeti Erga fidaniin booda #Mana_Hidhaa Keessatti Darbatanii akka jiran beekamee jira. " #Bilxiginnaan Aablee Qarattee Wal kukkutachuuf gamaa gamasiin Walirratti Duulaa Jirti" Nuun Jedhan Keessa Beektonni Keenya Miseensa #Raayyaa ta'aan tokko!! WARRII DHEENGADDA MIIDIYAADHAAN GADI BA"ANII BAROODAA TURAN SUN HAR"A MAALIIF #MAR'ACHUU DADHABAN!?" Jettaam Lamanansuufan Jette
ONM-ABO Ebla 12-2025 itti dhiyaadhaa! Ergaa Baga geessanii Jaallan WBO Zoonii Maddaa Albuudaa ! Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:- Facebook:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063 Twitter:- https://twitter.com/ArraataO Telegram:- https://t.me/onm_AbO11 YouTube:- https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z Rumble:- https://rumble.com/c/ONM Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya bariibilisummaa103@gmail.com Nu Argachuu Dandeessu! Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti. Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
Cibran Torban Midaa Aanaa Calliyaatti ganamaan meesha hedduu irraa hikeera Baga GGO Geessan WBOn Haa Waaru