tgindex
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Статистика

Ka'i Qeerroo

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
15
Всего постов
98
Тип
открытый
Язык
yo
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
11 116
0 за 3 дн.
Сутки
+5
+0,05%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
705
40 постов
Вовлечённость
6,3%
к подписчикам
Постов в день
2,1
всего 98
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
495
1/48двое суток
567
1/72трое суток
611

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Lafti kan eenyuuti? Yeroo baay’ee lafti kan Ummataati kan jedhuu fi kan Mootummaati akkasumas kanneen biroon hedduun ni jedhamu. Dhimma lafti kan eenyuu tahuu qaba jedhu irratti Hoggantootni fi Hayyootni policy consultation ABO irratti maree dhimma lafaa irratti bara 2018 waan mariyatame keessaa dubbii hogganni ABO Jaal Gaashuu Lammeessaa taasisan kana akkamiin ilaaltu?

  • Rakkoon Nageenyaa Angar Guutee akkamiin fala argata?

  • Ejjennoon MNO Finfinnee irratti qabatee Marii Biyyoolessaa irratti dhiyyaate bulchinsa Magaalaa Finfinnee Oromiyaa jala haa galtuudha jedhan Dr Biraanuun

  • Dhimma Finfinnee‼️ Finfinnee ilaalchisee Marii Biyyoolessaa irratti kan ka’uu qabu Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaati ykn qaama Oromiyaati kan jedhu miti sababni isaa kun seeraanis seenaanis kan Oromoo tahuu Beekamaadha. Wanti tahuu qabu Finfinneen Bulchinsi ishee Oromiyaa jalatti buluu qabdi kan jedhutu Marii Biyyoolessaa irratti gaafatame jedhan Dr Biraanuu Leenjisoo. Finfinneen Oromiyaa jala akka galtuuf Heera biyyaa irratti akka barreeffamu taasisuuf gaaffiin kun gaafatame ykn mariif dhiyyaate malee Magaalaan guddoo Finfinneen kan Oromiyaati jedhamee dhiyyaachuun ajandaa tahuu hin qabu jedhan.

  • Diqaalomuu hin barbaannu

  • Aanaa Gindabarat Ganda Bakkee Qalaaxeetti harmee kana irratti raawwatame

  • Waan kolfaa taane dhiiroo!

  • Jawar Mohammed fi KFOn hariiroon isaanii maal irra jira?

  • https://youtu.be/vis96gDElNE?si=t79QjBM4p_Hhbdfd

  • https://youtu.be/lfxSxxST7_E?si=onucEv6lF7VPOFxp

  • Wallagga Bahaa Aanaa Anga Guutee keessatti finxaaleyyiin Amaaraa Faannoon namoota nagaa 36 lubbuun galaafatteetti. Yeroo ammaa kanas aanota wallaggaa bahaa Giddaa Ayyaanaa ,kiiramuu fi Angar Guutee keessatti humni finxaaleyyii Amaaraa Faannoon ummata irratti…

  • Wallagga Bahaa Aanaa Anga Guutee keessatti finxaaleyyiin Amaaraa Faannoon namoota nagaa 36 lubbuun galaafatteetti. Yeroo ammaa kanas aanota wallaggaa bahaa Giddaa Ayyaanaa ,kiiramuu fi Angar Guutee keessatti humni finxaaleyyii Amaaraa Faannoon ummata irratti weerara banee jira. Qaamoleen Nageenyaa Oromiyaas ummata waliin tahuun wareegama guddaa kaffalaa jiru.

  • By Mosisa Aga Part VI: The Girma Xuruna Controversy: Leader of Qeerroo or Double Agent? The controversy surrounding Girma Xuruna is not new. Allegations that he was secretly working with the security apparatus of the former Ethiopian government emerged nearly a decade ago and were repeatedly promoted through OMN and Jawar Mohammed’s social media platforms. Over the years, these allegations have taken on the appearance of established fact in some circles, even though the evidence behind them has remained a matter of dispute. The controversy continues to this day, and recent public testimonies have raised new questions about the reliability of some of the claims made against Girma. Several individuals with direct knowledge of the events have recently challenged the allegations. Dechasa Wirtu, Aman File, lawyer Wondimu Ibsa, and Diribsa Damte have publicly discussed Girma and the events surrounding his alleged involvement in the arrest of members of the Qeerroo movement. Particularly significant are the testimonies of the two individuals who were allegedly arrested because of information provided by Girma, artist Girma Xuruna and Habtamu Milkeessaa. Both have strongly denied that Girma caused their arrests and have explained that Girma joined the group that was arrested at the time. OLF leader Daud Ibsa has also stated publicly that, apart from allegations circulated through social media, no one has presented evidence demonstrating wrongdoing by Girma. These testimonies do not, by themselves, settle the controversy. They do, however, make it important to revisit both the evidence surrounding the allegations and the contemporaneous record of Girma’s role in the Qeerroo movement. https://bakkalchaoromia.com/2026/08/11/jawar-mohammed-rise-influence-and-controversy-6/

  • 8 авг.1 16219

    Gaashuu Lammeessaa eenyu? Maqaan jaal Gaashuu Lammeessaa yeroo ka’u kan sammuutti nama dhufu Ijaarsa Jaarmiyaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Naamusa Qeerroon ittiin qabsoo gaggeessaa turedha. Haasaa kanaan immoo meeqan keessantu isa yaadata?

  • 8 авг.1 0987

    https://youtu.be/NnnwTPOr7tU?si=f-fhVWRxWk__1AEK

  • 7 авг.1 0674

    https://youtu.be/Acr3mMK29Fo?si=FZQBAd0F-lco1mJm

  • 7 авг.1 142

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.1 10715

    видео или голосовое, без подписи

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo — tgindex