tgindex
Ifa Boru Sekekelo Secondary School

Ifa Boru Sekekelo Secondary School

Статистика
Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
6
Всего постов
36
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 129
−6 за 4 дн.
Сутки
−6
−0,53%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
416
36 постов
Вовлечённость
36,8%
к подписчикам
Постов в день
0,9
всего 36
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
33
1/48двое суток
37
1/72трое суток
40

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • 🖇️Shared from👇 #Oromia #Education #Bureau HUBACHIISA BEEKSISA GALMEE Barsiisota Bu'uura Boruu ‎ ‎Ulaagaa Galmee Leenjii Ogummaa Guyyaa 29/11/2018 Maxxanfamee Ture Barsiisummaa Barnoota Bu'uura Boruu ‎Ragaa Barnootaa ‎Dorgomtoonni leenjii ogummaa barsiisummaaf dorgomuu barbaadan ragaa barnootaa tiraaniskiriiptii sadarkaa lamaffaa (kutaa 9-12ffaa) mallattoo dura bu’aa mana barumsaafi ogeessa rikardii chaappaan mirkanaa’e, ragaa kutaa 8ffaa fi sartafikeetii kutaa 12ffaa ittiin xumuran orjinaalaafi koppii qabatanii dhihaachuu qabu. ‎Akkaatuma Kanaan ‎Dorgomtoonni tiraansikiriptii kutaa 9-12 qabxii giddu galeessaan 50% fi ol qabaachuu qabu; ‎Dorgomtoonni barnoota sagantaa sertifikeetiin (12+1) ogummaa barsiisummaa leenji’uuf iyyannoo dhiheeffatan kutaa 12ffaa xumuranii qorumsa seensaa Yuunivarsiitii fudhatan ulaagaa kanaa gadii kan guutan ta’uu qabu: ‎ ‎Qabxii dorgommii Bara 2017 Fo’annoo fi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e, ‎Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) ‎Saayinsii uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 180 fi isaa oli ‎Saayinsii uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli ‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 168 fi isaa oli ‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf #162 fi isaa oli ‎Saayinsii hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dhiiraaf 140 fi isaa oli ‎Saayinsii hawaasaa Barattoota Qaroo dhabeeyyii dubaraaf 135 fi isaa oli ‎Qabxii dorgommii Bara 2016 Fo’annoofi Filannoo Kaadhimamtoota Barsiisotaa sagantaa Seertifikeettiifi (12+1) qophaa’e, ‎ Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) ‎Saayinsii uumamaa fi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dhiiraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 162 fi isaa oli ‎#Saayinsii_uumamaafi saayinsii hawaastiin barattoota idileefi galgalaa dubaraaf, naannoo horsiisee bulaa osoo hindabalatiin 150 fi isaa oli ‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dhiiraaf 156 fi isaa oli ‎Naannoo horsiisee bulaa jiranii Dubaraaf 150fi isaa oli ‎Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota 130 fi isaa oli ‎Saayinsii hawaasaa Barattoota qaama miidhamtoota dubaraaf 125 fi isaa oli ‎Kaadhimamtoota Barsiisotaa bara 2015 qabxii darbiinsaa sagantaa Seertifikeettii (12+1) qabaatanii dhuunfaan Fo’annoofi Filannoo K/Barsiisotaa bara 2018 dorgomuu danda’an ‎Ibsa Gosa Barnootaatiin Qabxii Dorgommii Sagantaa seertifikeettii (12 +1) kan bara 2015 qaban ‎ ‎Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dhiiraaf 180fi ol, ‎Saayinsii Uumamaa sagantaa idileefi galgala dubaraf 180fi 0l ‎Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif dhiira 170fi ol ‎Saayinsii Uumamaa naannoo horsiisee bulaatiif i dubara 170fi ol ‎Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dhiira 160fi ol ‎Saayinsii hawaasaatiin sagantaa idileefi galagalaa dubara 160fi 0l ‎Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dhiira 150fi 0l ‎Saayinsii hawaasaatiin Naannoo horsiisee bulaa dubara 150fi ol Ta'uu hubachiifna. Carraa Gaarii!!

  • 👇

  • 👆

  • Maqaa Kolleejjii Barnoota Barsiisotaa Oromiyaa 13'n fi Godina itti argaman waliin: 1. KBB Adoolaa - Gujii 2. KBB Asallaa - Arsii 3. KBB Bulee Horaa - Gujii Lixaa 4. KBB Ciroo - Harargee Lixaa 5. KBB Dambi Doolloo - Qeellam Wallaggaa 6. KBB Fiichee - Shawaa Kaabaa 7. KBB Jimmaa - Jimmaa 8. KBB Mattuu - Iluu Abbaa Booraa 9. KBB Naqamtee - Wallagga Bahaa 10. KBB Roobee - Baale 11. KBB Sabbataa - Bul/Mag/Shaggar 12. KBB Shaambuu - Hoorroo Guduruu Wallaggaa 13. KBB Yaaballoo - Booranaa

  • 🖇️ Shared from👇 #Oromia #Education #Bureau BEEKSISA_ARIIFACHIISAA ‎######## ‎BBO, Adoolessa 29/2018 Hoggantootni barnoota Godinaaleefi Bulchiinsa magaalotaa hundi barattoota kutaa 12ffaa xumuranii ulaagaa sartifikeetii barachuu barbaadan leenjii Kaadhimamtoota barsiisotaa Barnoota Bu'uura Boruu sadarkaa sartifikeetaan qofaan ganna ji'a hagayyaa irraa eegalee leenjisuuf qophiin Kolleejjii Barnootaa Barsiisotaa Kampaasii Yunv.Naannoo Oromiyaa (OSU)fi Manneen Barnootaa Bultii Addaa (MBBA) waliin taasifamee waan jiruuf, guyyaan galmee Adoolessa 30/2018 - Hagayya 4/2018tti galmaa'anii, calalamanii, qoramanii, barattoonni darban gaafa 10/12/2018 irraa eegalee leenjiin kan eegalu ta'uu beektanii haala akka mijeessitan hubachiisaa, barattoonni ulaagaa guuttaniifi leenjitanii barsiisuuf fedhii qabdan KBB 13 qabnu hundarratti guyyaa armaan olitti taa'e keessatti deemtanii akka galmooftan hubachiisaa caasaan sadarkaa Godinaa/Bul.magaalaa hanga sadarkaa aanaa/kutaa magaalaatti jirtan beeksisni galmee guyyaa har'aa 29/11/2018 akka maxxansamu irra deebinee isin hubachiifna.

  • 👆 Barattoota Kutaa 12ffaa Xumuraniif

  • 👇

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи