- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 30
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 25
- 1/48двое суток
- 28
- 1/72трое суток
- 30
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Anis nan boqodha! Akkam jirta jedhee Nagaa sigaafachuuf Anoo akkan qabuu Hojiin koo siyaaduu Si arguuf araaduu qofa akka ta'e hunduu quba qabu Ati garuu beektaa Rakkoo kee isa kalee Hubatteettaa laata Sijaallee maraachuuf Qarqara gahuukoo Mee maaloo maal jettaa Guyyuma jalqabaa Gaafan si arge san Keessi koo dhibamee Midhaan bishaan miti Haasaa namaattiyyuu Qaatan nagaa dhaame Yeroon karaa deemu Namnin ani argu Hunduu si fakkaata Yeroon gara manaa galus Girgiddaa mana koo Bifuma kee baata Yoon achi ilaalu Yoon asis ilaalu Suuruma keen arkaa Yoon hirriba rafus Na dursitee kortee Hirriba na dhorkaa Boqonnaa dhoowwitee Lapheekoo rarraastee Maal argattaa egaa Maali yoo garaa laaffatte Miidhamuun koo kunii Maal bu'aa sii qabaa Maalii yoo na dhiifte Sinjaaladhuu anii Sin barbaadu jettee Yoo garaa na kutte Maaf natti taphatta Maaf na maraachita Kun cubbuu guddaadhaa Dawaa dhukkuba koof Falasaa barbaadi Anis nan boqodhaa! ~~
HIN ARGATTU! Akka garaa keetiitti Hin argattu waan feetu Wol bira daddabarsa Gara-galchee hireetu Kaniti ofii barbaaddu Garagalee sin laaluu Innis barbaacha deema Kan fedha isaa madaaluu Ati isa tokkoof joortee Ibidda lulluuqqattaa Tokko mmoo duuba keeti Siif boo'ee guggubataa Ati isa duuba keeti Quban qabdu fedha saa Inni ati barbaaddus Quba sin qabu tasaa Carraatu akkas godhee Daddabarsa wol biraa Kaniti feetu tokkoo Kan si hawwu kan biraa Isa hawwinu dhabnee Kajeelaa hin jiraannuu Bira nun dabarsin gaa Wanta ofii barbaannuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 :¨·.·¨: 💔 `·. @ https://t.me/Jalalaadh ❤️ ➖➖➖➖➖➖➖➖
Namoonni tokko tokko akka ati waliin turtuuf kan si eegan gammachuu dhiisun kan siif dhiphatan, irra deddeebin kan si kadhatan nama dhabanii ykn siin ala jiraachuu dadhabanii osoo hin taane, jaalalli kee waan booji'eefi/moo'ateefi. Ati garuu osoo kuni siif hin galin kan itti boontu taanan guyyaa tokko guyyaa murteesse, si yaaduu mitii akka ati uummamtellee dagachuu danda'a. @ https://t.me/jaalalaa_dhuga
https://youtu.be/rWam_wDGPX4?si=85kJeBVD53LaS3sQ
Miira Kheessa Khoo Jiruu Ibsuuf Jechoonni Waan Naa Hanqatuuf Afaan Khoo Caalaa Miira Khoo Dhaggeeffadhu. @ https://t.me/walaloojalal
Hiikka jaalalatin bara🧐 jatte of hin dararin kha jaalate hu waan jaalalti taate beekhe🫡 male hiikka jaalala hin beekhu.🥰 @ https://t.me/walaloojalal
Dhalaan Single Hedduu natti tolti akka ti lubbuun nyaadhu nyaadhu naan jattii. @ https://t.me/walaloojalal
Sijibbee nadhiisii Fagaadhu nabiraa Ammarraa eegalii Jaaladhu kan biraa Dhungoon si dhungadhe Isa ammaan duraa 😘 Amma na dhungadhuu 😘 Naaf deebisi mara 💋 Kana ergoote "garuu" Argaa ke hin fadhuu 🙈 Fagaadhu nabiraa ✋ 😭😍__ :¨·.·¨: ❤️ `·. @ https://t.me/walaloojalal 🎁
Ana jechuun sidhaa Si jechuun anadhaa Irbuu walitti hidhaa Waadaatu kanadhaa! ~ Hunda waliin qabnaa Adda adda hin baanuu Anaaf ati wal wajjin Malee hin bareednu ~ Sin dhoksu tasumaa Dhugaan sittimaatii Anaaf ati akkumaa Fuula saantimaati..! ~ Utuu daandii hundaa Jaalalaan naaf bantuu Anaan na dhukkubaa Gaafati miidhamtu.! :¨·.·¨: ❤️ `·. @ https://t.me/walaloojalal 🎁
Abdii si godhachuun Yoo dhugaan siif gale Si waliin jiraachuun Yoo jaalalaa malee.. Qobummaa koof yaaddee Akkan qobaa hintaane Qalbiin kee naaf gaddee Akka manaa hin baane! @ https://t.me/Jalalaadh ❤️ ➖➖➖➖➖➖➖➖
An siif jechan ofiin citaa Foon maddii koon soofee fixaa Siifan laadhee onneef lubbuu Siifan ta'ee garba cubbuu Jaalala keen agabamee Badii maleen adabamee Ati garuu Onnee dhugaa cilee faaltee Daandii koorraa qara laaltee Kana turee kan naaf malu Miidhamni koo maaf siin galu Erga feetee na sakaaluu Siif haa laatu inni caaluu Biiftuun dhugaa naaf haa baatuu Kan hojii kee siif haa laatu 🙄
" Fedhii koo malee si jaalladhe. ●Ati hunda caalaa bareedduu waan taateef miti, garaan kee bal'aa, yaanni kees gadi fagoo waan ta'eefi. Bareedinni yeroo muraasaaf ija namaa hawwata; amalli gaariin garuu bara baraan onnee namaa keessa jiraata. Namni bareedina qofa jaallatu, yeroo hunda gowwaadha. "
Akka haati manaa koo na jibbitu kan ani bare... Gaafa isheen na bira teessee daa'ima koo 💋 kissi gootuudha.😄😄
Wanti bayyeen si boochisuu danda'a garuu kan akka heeruma..... mucayyoo ollaa keessanii tan dhiirota hundaafuu garaa laaftuu kan si boochisu hin jiru 😂😂😂😂😂😂 😂Lafatti hafne buchookoo😂😂
Namni haadha manaa isaa seeraan bulchu kan biraa Akka dabalatu motummaan ni hayyamaafi.😄
"Jaarsaaf Jaartiin bishaan tokko irraa waraabamu" jedhan, kankoo tokko ergumaan ani irraa waraabame gadi naqamee laata odoo isheen hin waraabamin?😢 Eessa jirta maaloo🥹😅
Nan Yaadadha Intala furdoo Tokkorra Jaalalii Utuu Nan Qabin dura Nagaan Ture🥺
Durbaa gaafattee isheen si didde taanaan humnaan qabii godhiif 😁 Qubeellaa jedhe ani miira keessa bahaa🧐😂😂
Onnee kan koo siin jedhuu Haaraa siif baasee maqaa...! Dhugaanin si jaalladhee Qulqulluu dubbii haqaa...! Onnee kan koo banii Ergan siif laadhee furtuu...! Banattee hin seentuuree Maaliif kan bakkee turtuu...! Atoo waan hunda kootii Siif haa baatu lubbuun koo...! Osoon jedhuu yoo diddee Sin qabuuree cubbuun koo...! Qoosaatti gadi sin dhiisuu Cobseen daaka annisaa...! Cubbuun jaalala dhugaa Jiraa nama fannisaa...! Jaalala dhugaa jechuun Bubbulee hin boora'uu...! Akka ilkaan hin rigamnee Yoo tures hin hoora'uu...! Taliila koon siin jedhaa Qulqulluu gitan qabnee...! Yaada keetu na hubaa Male bar nyaatan dhabnee...! Balbala koo cufadhee Yoon gadi ciisu hirribaa...! Akkamiinan rafaree Yaada keetu dirribaa...! 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 ✨。\|/。🌺 ─────•◈🔥◈•───── @ https://t.me/walaloojalal 🌹 @ https://t.me/walaloojalal 🌹 @ https://t.me/walaloojalal 🌹 ─────•◈🔥◈•───── 💜。/|\。💎
Of fooyyessuu fi sadarkaa duraan jabaa/jabduu sanatti deebisuuf, 'space' fi tasgabbii qabaachuu qabda. Namaan nama of dagachiisuuf yaaluun hin danda'amu. Jaalala keessaa baatee kallattumaan hariiroo jaalalaa biraatti hin lixin. Ofii kee waaliin yeroo furadhu🥰 @ https://t.me/walaloojalal🌹