KUTANNOO123 ✊
Статистика1→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan, 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) Contact @GedaGS2025
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 7
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 85
- 1/48двое суток
- 97
- 1/72трое суток
- 105
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Kana Beektuu Laata ❓️ ☛Saayintistooni dhiheenya kana teessoo mana fincaanii smart toilet jadhanii moggaasan kalaqanii jiru..... Sagarichi "Anus" namaa akka ashaaraa qubaatti adda baasuu kan danda'uufii koosii ilma namaa irraa dhukkuboota kanneen akka kaansarii piroosteetii, Gogina garaa, dhukkuba kalee adda baasuu danda'a.... Tuniis takkuma gaa 😂😂 👉𝗬𝗼𝗼 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗧𝗼𝗹𝗲 𝗹𝗶𝗸𝗲 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮 😁❤️ 👇𝗝𝗢𝗜𝗡 👇👇 https://t.me/beekkumsa_walii_galaa
#Abbaa_fi_ilma **** JJ Toomson elektirooniin paartikilii akka taate waan agarsiiseef badhaasa Noobelii argate.Ilmi isaa immoo abbaan isaa sirrii akka hin taane waan agarsiiseef badhaasa noobeelii argate. 🔥 𝗬𝗼𝗼 𝗶𝘀𝗶𝗻𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗧𝗼𝗹𝗲 𝗹𝗶𝗸𝗲 𝗴𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮 👍❤️ 👇𝗝𝗢𝗜𝗡 👇👇 https://t.me/beekkumsa_walii_galaa 🔗
Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa, tajaajila liqii dijitaalaa #Michu jedhamu erga eegalee waggaa sadii qofa. "Waggaa sadii keessatti qarshii biiliyoona 60 liqeessineerra" jedhu. Kun hundi mobaayilaan yoo ta’u... wabii maleedha. Gabaasni kun dhugaa taanaan... ajaa'iba. Baankiileen tokko tokko erga hundaa'anii hammana liqeessanii hin beekan. Tajaajilichi namoota hayyama daldalaa qabaniif hanga qarshii 300,000tti liqeessa. Addatti, dhala gadi aanaadhaan, dubartoota hayyama daldala qabaniif hanga qarshii 75K tti liqeessa. Tajaajila akkasii... jabeessuu qabna. Via #Tamiru maka
👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © ┃_ ┃@HamboofAroon1 🚩 ┃_ ┃Motivational Tips ✔️ ┃_ ┃@Bilchina_Sammuu 💌 ┃_ ┃Inspired Life 💜 ┃_ ┃@Kana_Beektuu24 ┃_ Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃@Amharic_Proverb ✔️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍
Gadhiifameera 🔥🔥🔥 Diraamaan Hiree Jaalalaa Kutaa 93ffaan channel kanarratti gadhiifameera!
#Seexana_Moo_Numatu_of_Qora? ✓Yeroo baay'ee jireenya keenya keessatti dogoggora Yeroo raawwannu seexanatu na qore jenna! Fkn: ✓Alkoolii dhugnee machoofne Seexanatu na qore jenna! ✓Chaatii garmalee qamaanee hirriiba malee bullee seexanatu naqore jenna! √Gocha sagaagalummaa irratti hirmaannee, seexanatu na naqore jenna! ✅Yeroo hunda dogoggora ofiif osoo beeknu raawwanneef maaliif Seexana qofa komachuun barbaachise?Numatu dogoggore, Seexannis haamilee nuuf kenne osoo jenne hin wayyu ture?Kan balleessaa raawwatu nu'i kan Itti gaafatamummaa fudhatu garuu Seexana qofa? ✓Dogoggora har'a raawwanneef itti gaafatamummaa hin fudhannu yoo ta'e,borus dogoggora walfakkaataa raawwachuu dandeenya.Kanaaf dogoggora keenyaaf dursa nuti Itti gaafatamummaa haa fudhannu!Itti aansee seexana komachuu dandeenya;furmaata sirriis fiduu dandeenya! ✓Walumagalatti Sammuu keenya Karaa sirrii ta'een leenjisnee itti fayyadamuun abshaalummaadha. ➡️Odeeffannoo biroof:👇👇 www.facebook.com/@MentalHealthMedia1 Nagaa ta'aa!🙏 ©Baeki M•[Mental health professional]
Gadhiifameera 🔥🔥🔥 Diraamaan Hiree Jaalalaa Kutaa 93ffaan channel kanarratti gadhiifameera!
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera
#Bilchina_Miiraa[Emotional Maturity] Bilchinni miiraa akkaataa yaada, miira fi amaloota ofii sirnaan beekuu, too’achuu fi miira nama biraa hubachuu danda’uudha. ➡️Maaliif nu barbaachisa? ✓ Rakkoolee fi jeequmsa sammuu karaa gaarii ta'een hiikuuf ✓ Namoota waliin waliigaltee gaarii fi kabaja irratti hundaa’e uumuuf ✓Yeroo aarii, gaddaa ykn gammachuu cimaa keessa jirru yaada fi gocha keenya sirnaan too’achuuf ✓Nama biraa hubachuu, miira isaa yaaduu fi kabajuuf ✓Dogoggora ofii fudhachuu, irraa barachuu fi of fooyyessuuf murannoo qabaachuuf nu fayyada. Galatooma!🙏
👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera
Oddefannoo Kutaa Meqaa Barbaaddu 👇👇 Seenaa asiin
Warroota amma online irra jirtan maraaf!! 🔥🔥 Sagantaa gaaffii fi deebii baadhaasa qabu jalqabuuf jennaa!! 👉1ffaa kan baheef 500birr 👉2ffaa kan baheef 250birr 👉3ffaa kan baheef 100birr Chaanalota armaan gadii join gochuun irrattii hirmaadha!! 👇👇
#Tarkaanfiiwwan_Shan_fayyaa_sammuu eeggachuuf: ✅1.Nagaa kee eegadhu! Namoota, haalotaa fi yaadota sammuu si dhiphisan irraa fagaadhu.Yeroo barbaachise immoo 'lakki' jechuu hin saalfatin. ●Odeeffannoo biroof: https://www.facebook.com/share/r/1ETDbjojoZ/ ✅2.Qaama kee sochoosi! Sochii qaamaa (yoo xiqqaate deemsa miilaa ) gochuun sammuun akka tasgabbaa'uu fi dhiphina hir’isuuf ni gargaara. ✅3.Waan si rakkisu dubbadhu! Sodaa fi yaaddoo keessaa jiru dhoksitee qofaa Kee hin rakkatin.Maatii ykn hiriyyaa kee waliin haasa’i!Yoo nama itti haasoftu dhabde yaadannoo Kee irratti barreessi!Haalichi yoo sitti ulfaate immoo ogeessa dubbisi. ●Odeeffannoo biroof: facebook.com/MentalHealthMedia1 ✅4.Amma keessa jiraadhu! Sammuun kee yeroo ammaa irratti akka fuulleffattu leenjiisi.Waa'ee kaleessaf jettee of ceepha'uu dhiisi! Isa boruuf jettees garmalee hin yaada'in!Xiyyeeffannoo Kee amma irratti gochuun waa'ee kaleessaf ykn boruuf jecha dhimmoota si dhiphisan hir'isuuf si gargaara. ✅5.Sammuu kee waan gaarii nyaachisi! Odeeffannoo si dhiphisan hordofuu xiqqeessi.kitaabota Sammuu Kee gabbisan filadhuu dubbisi, qophiilee si gammachiisan ilaali, yookaan namoota si kakaasan waliin ta’i.Namoota anniisaa 'negative' sitti gadhiisan irraa fagaadhu! ✓Odeeffannoo biroof: @MentalHealthMedia1 Fayyaa ta'aa!🙏 ©Baeki M•[Mental Health Professional]
✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️ ┃📩 Now Speak English ┃─ ┃😀 Daily Info ┃─ ┃😁 Kottaa Kolfaa ┃─ ┃⚽️ Football Highlight ┃─ ┃❓ Kana Beektuu ┃─ ┃👤 @Gaggeessummaa ┃─ ┃📚 @Books_Club12 ┃─ ┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa ┃─ ┃💡 Beekumsa Waliigalaa ┃─ ┃✍ Seenaa Oromoo Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇 Free promotion ✍️ Contact: @Getu_Abera
Ati deggeraa kilaba kamiidha❓Maqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!! 👇👇
👋Hi! 🔵 Join the Best Channels below 👇 ┃_ ┃Reading PDF 📖 ┃_ ┃Leadership and Psychology 🥇 ┃_ ┃Walaloo Jaalalaa ❤️ ┃_ ┃Love Tips 💋 ┃_ ┃Hariiroo Jaalalaa 🌷 ┃_ ┃@Amharic_proverb ✉️ ┃_ ┃Love Heart 😵💫 ┃_ ┃Facts and Knowledge ✅ ┃_ ┃Siifol Tech 🖥 ┃_ ┃@Dhimma_Fayyaa 💊 ┃_ ┃English Class 🎓 ┃_ ┃Now Speak English 🕖 ┃_ ┃Jara Tech 🚀 ┃_ ┃Crypto Earn 💸 ┃_ ┃@Gaaela_Gaarii 🎀 ┃_ ┃Getu Official ┃_ ┃Arara Tv World Wide ❤️ ┃_ ┃Spiritual PDF © Channelee Bohaartii ┃_ ┃Kottaakolfaa 😂 ┃_ ┃Asoosamaafiwalaloo 📜 ┃_ ┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️ ┃_ ┃Daily News 📊 ┃_ ┃BBC Afaan Oromoo 🌍
Warroota amma online irra jirtan maraaf!! 🔥🔥 Sagantaa gaaffii fi deebii baadhaasa qabu jalqabuuf jennaa!! 👉1ffaa kan baheef 500birr 👉2ffaa kan baheef 250birr 👉3ffaa kan baheef 100birr Chaanalota armaan gadii join gochuun irrattii hirmaadha!! 👇👇
https://telegram.me/wallet/start?startapp=v2-b3BlcmF0aW9uPXJld2FyZHNfc3F1YWQmc3F1YWRJZD0yMTE4NjY5MTAyNDUwMzImcHJvZ3JhbUlkPTMmY29kZT1pcmR6WG44aU1UNA