tgindex
LABORATORY OFFICIAL PAGE 📄 🔬🧫🔬 🧪 🔬

LABORATORY OFFICIAL PAGE 📄 🔬🧫🔬 🧪 🔬

Статистика

Barattootni keenya M.Laboratory taatan kamiyyuu akka karaa chaanelii kanaa yaadaa fi gaaffii qabdan nu biraan geessaniifi akksumas #vacancy_announcement fi any d/t cases For our 🔗 link @lab2014

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
35
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
192
−1 за 2 дн.
Сутки
−1
−0,52%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
65
34 постов
Вовлечённость
33,9%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 35
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
49
1/48двое суток
56
1/72трое суток
60

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Justice For Oromoo Welaga please sharex2 ✊📢 Uummata iyyee iyyisiisee Birmatnaa dhabe 😭😭😭

  • Hirriba ga'aa rafne kan jennu yoo hagam rafne dha? Hirriba ga'aa Hirriba ga’aa rafuun fayyaa namaaf baay’ee murteessaadha. Hagi hirriba ga’aa umurii irratti hundaa’ee addaa adda. Haaluma kanaan hirribni ga’aan: Umrii Haga hirribaa ▪︎Ji’a 0-3 Sa’aa 14 – 17 ▪︎Ji’a 4 – 12 Sa’aa 12 – 16 ▪︎Waggaa 1 – 2 Sa’aa 11 – 14 ▪︎Waggaa 3 – 5 Sa’aa 10 – 13 ▪︎Waggaa 6 – 12 Sa’aa 9 – 12 ▪︎Waggaa 13 – 17 Sa’aa 8 – 10 ▪︎Waggaa 18 ol Sa’aa 7 – 9 FAAYIDAA FAYYA HIRRIBA GA'AA ▪︎Dandeettii dhukkuba ofirraa dhorkuu qaamaa (madiinummaa) cimsa ▪︎Dandeettii waa yaadachuu, barachuu fi xiyyeeffannoo dabala ▪︎Fedhii nyaataa gaarii fi ulfaatina madaalawaa akka qabaannu taasisa. ▪︎Carraa dhukkuboota sirna onnee fi hiddoota dhiigaan qabamuu hir’isa ▪︎Guyyaa guyyaa dammaqiinsaa fi anniisaa gaarii akka qabaannu taasisa. ▪︎Balaa adda addaa hir’isa Fayyaan Faaya BFO

  • Channel photo updated

  • 👇👇👇👇👇👇👇👇🫵👆👆👆👆☝️☝️☝️ 1. Special eyecups with light protection 2. Eyepieces 3. Binocular body of the tube 4. Tube 5. Transmitted light / reflected light changeover switch (Brightfield / Fluorescence) 6. Rotary knob for switching ON/OFF and adjusting the illumination intensity for reflected light 7. Carrying handle 8. Plug-in power unit 9. Illumination-intensity indicators for transmitted light 10. Rotary knob for switching ON/OFF and adjusting the illumination intensity for transmitted light 11. Fine focusing drive (right side) 12. Coarse focusing drive (right side) 13. Control knob for X travel of mechanical stage 14. Control knob for Y travel of mechanical stage 15. Clamping screw for condenser 16. Transmitted-light illuminator LED 17. Yellow filter (with filter position for adapting the color temperature in transmitted light and with position for blocking the transmitted-light path in case of reflected-light fluorescence applications) 18. Luminous-field diaphragm (fixed) 19. Centering screws for condenser on condenser carrier 20. Abbe condenser, Fixed-Köhler 21. Objective 22. Microscope stage 23. Spring lever of specimen holder 24. Knurled ring of objective nosepiece 25. Pilot lamp for reflected-light fluorescence illuminator: lighting blue when switched on; brightness corresponds to intensity 26. Lever for adjusting the aperture diaphragm of the condenser 27. Knurled knob for vertical adjustment of condenser 28. Coarse focusing drive (left side) 29. Fine focusing drive (left side) 30. Knurled ring for adjusting the smoothness of the coarse focusing drive ☝️☝️👆👆👇👇👇👇 1. Ija ilaalchaa addaa ifa irraa ittisu (Special eyecups) 2. Ija ilaalchaa (Eyepieces) 3. Qaama tuubii ija lama qabu (Binocular body) 4. Tuubii (Tube) 5. Jijjiirraa ifa darbuu fi ifa deebi'ee mul'atu (Brightfield / Fluorescence) 6. Qabduu marsaa ibsaa ifa deebi'ee mul'atu banuu/cufuu fi humna ifaa to'atu 7. Qabduu baachuu (Handle) 8. Kutaa humna elektirikii itti galchu (Power unit) 9. Agarsiisaa humna ifa darbuu (Illumination indicator) 10. Qabduu marsaa ibsaa ifa darbuu banuu/cufuu fi humna isaa to'atu 11. Qabduu xiyyeeffannoo sirrii (Fine focus) – gama mirgaa 12. Qabduu xiyyeeffannoo guddaa (Coarse focus) – gama mirgaa 13. Qabduu minjaalaa (stage) gara X sochoosu 14. Qabduu minjaalaa (stage) gara Y sochoosu 15. Iskiriiyuu condenser cufu/jabeessu 16. Madda ifaa LED (Transmitted-light illuminator) 17. Calaqqee halluu keelloo (Yellow filter) – ho'ina halluu ifaa sirreessuu fi karaa ifaa cufuuf 18. Diyaafiraagimii daangaa ifaa (Luminous-field diaphragm) 19. Iskiriiyuu condenser giddu galeessa sirreessu 20. Abbe Condenser (Fixed-Köhler) 21. Leensii guddisaa (Objective lens) 22. Minjaala saamunaa (Microscope stage) 23. Qabduu saamunaa qabsiisu (Spring lever of specimen holder) 24. Marsaa objective jijjiiru (Objective nosepiece) 25. Ibsituu hojii fluorescence agarsiistu (Pilot lamp) – yeroo banuu halluu cuquliisaa ibsa; ifni isaa humna ibsaa agarsiisa 26. Qabduu diyaafiraagimii aperture condenser sirreessu 27. Qabduu condenser ol-kaasuu fi gadi-buusu 28. Qabduu xiyyeeffannoo guddaa – gama bitaa 29. Qabduu xiyyeeffannoo sirrii – gama bitaa 30. Marsaa laafina ykn jabina qabduu xiyyeeffannoo guddaa sirreessu .

  • 1. Eyepieces 2. Binocular body of the tube 3. Tube 4. Carrying handle 5. Plug-in power unit 6. Illumination-intensity indicators 7. Rotary knob for switching ON/OFF and adjusting the illumination intensity 8. Fine focusing drive (right side) 9. Coarse focusing drive (right side) 10. Control knob for X travel of mechanical stage 11. Control knob for Y travel of mechanical stage 12. Clamping screw for condenser 13. Transmitted-light illuminator, LED or HAL 14a. Knurled ring for adjusting the luminous-field diaphragm (with Full-Köhler equipment only) 14b. Luminous-field diaphragm (fixed in Fixed-Köhler equipment) 15a. Centering screws for condenser on condenser carrier (in Full-Köhler equipment: knurled screws) 15b. Centering screws for condenser on condenser carrier (in Fixed-Köhler equipment: Allen screws) 16a. Abbe condenser, Full-Köhler 16b. Abbe condenser, Fixed-Köhler 14. Objective 15. Microscope stage 16. Spring lever of specimen holder 17. Knurled ring of objective nosepiece 18. Lever for adjusting the aperture diaphragm of the condenser 19. Knurled knob for vertical adjustment of condenser 20. Coarse focusing drive (left side) 21. Fine focusing drive (left side) 22. Knurled ring for adjusting the smoothness of the coarse focusing drive

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • #Update Qormaanni Madaallii Gahumsaa (Competency Assessment) eebbifamtoota ogummaa fayyaa Hagayya 13–15/2018 ni kennama. Eebbifamtoonni ogummaa fayyaa maqaan isaanii Faaydaa (Fayda ID) waliin walqabsiifamee qormaataaf eeggachaa jiran, Adooleessa 27–30/2018 qofa keessatti marsariitii https://hple.moh.gov.et/ seenuun Fayda ID fi Password isaanii galchuun bakka qormaataa isaanii akka filatan Ministeerri Fayyaa hubachiiseera. Bakkaaleen qormaataa hundi damee ogummaa tokkoon tokkoon keessatti baay'ina qoratamtoota simachuu danda'an irratti daangaa waan qabaniif, bakka qormaataa keessan saffisaan filachuun carraa argachuuf akka isin gargaaru ibsameera. Yeroo galmee rakkoon kamiyyuu yoo isin mudate, bilbila bilisaa 952 irratti bilbiluun, sana booda lakkoofsa 3 cuqaasuun deeggarsa kallattiidhaan argachuu ni dandeessu.

  • Beeksisa Dabalataa 📢 #Biiroon_Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee #Gita_hojii_banaa garaagaraa 30+ ta'an irratti nama 700+ ol barbaada. Emergency Medicine Specialist 4 Pediatric Nurse (Emergency Services) 10 OR Nurse 42 Internist 5 General Surgeon 3 Pediatrician 5 Neonatologist 3 Obstetrician & Gynecologist (OB/GYN) 6 Cardiologist 6 Oncologist 2 Neurologist 1 Neurosurgeon 1 Orthopedic Surgeon 3 ENT / Head & Neck Surgeon 2 Dermatologist 2 Ophthalmologist 2 Pediatric Nurse (Inpatient Services) 20 NICU Nurse 24 Pediatric Critical Care Nurse (PICU) 22 Professional Nurse (Cath Lab) 4 Specialized Nurse (Dialysis) 4 Oncology Nurse 2 Intensivist 2 Anesthesiologist 4 ICU Nurse 10 Perfusionist (Cath Lab) 3 Pathologist 6 Microbiologist 3 Assistant Cyto & Histotechnologist / Immunohistochemistry Technologist 4 Radiologist 9 Radiologic Technologist 15 Biomedical Engineer 4 Quality Officer 6 Biostat 1 #KOONTIRAATAN Receptionist – 6 Call Center Agent – 6 Registration Clerk – 8 General Practitioner (GP) – 44 Midwife – 22 Clinical Nurse – 35 Runners – 37 Laboratory Technologist – 27 Laboratory Technician (Phlebotomist) – 20 Specialized Nurse (OPD–Specialty) – 5 Physiotherapist – 4 Dietitian/Nutritionist – 2 Emergency & Critical Care Nurse – 39 Surgical Nurse – 41 Psychiatry Nurse – 3 Anesthetist – 26 Liaison Officer – 6 Ambulance Driver – 4 EMT Professionals – 6 Medical Social Worker – 5 Autopsy Technician – 2 Radiology Scheduler/Receptionist – 3 Pharmacist – 25 Clinical Pharmacist – 10 Infection Prevention Nurse & Infection Surveillance – 3 Environmental Health Officer – 2 Electrical Engineer – 2 Electrical Technician – 2 Plumbers & HVAC Technologist – 2 Plumbers & HVAC Technician – 2 General Maintenance (Handyman) – 3 Recruitment & Credentialing Officer – 2 Payroll & Benefits Officer – 2 HR Officer – 2 Accountant – 5 Inpatient (IPD) Billing Clerk – 6 Outpatient (OPD) Cashier – 8 Insurance & Claims Officer – 5 Procurement/Accounts Payable Officer – 2 Guyyaa galmeen itti xumuramu Adoolessa 22,2018 hanga Adoolessa 25,2018 sa'aatii 11:30 xumurama. ⏰ 👉Namoonni ulaagaalee hojii kanaaf barbaachisan guutan galmee isaanii dhiyeessuun dorgommii irratti hirmaachuu danda'u. ✅ 👉Galmeen hojii karaa sirna elektirooniksii (online) tiin guutamuu qaba. 💻 👉Beeksisni hojii kun guyyaa 22/11/2018 irraa eegalee hojii irra oola. 🗓️ 👉Yeroo galmee: Sa'aatii 2:30 irraa hanga 11:30tti (akka beeksisa irratti barreeffametti). ⏳ 👉Odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa linkii ykn QR Code irratti argamu fayyadamuun ni danda'amata. 🔗 Hubachiisa:Ragaan barnootaa fi muuxannoo hojii sirrii ta'e dhiyaachuu qaba.Namni ulaagaalee guutuu hin dandeenye dorgommii keessatti hin danda'u 🚫 Namootni #permanent fi #conctrat galmaa'uuf barbaaddan kan biiroo fayyaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee irratti ykn galmaa'uuf online isin dide haala qulqullina qabuun ni galmeessina 🏥📋 Qarshii 100 qofaan 💰 Kanaaf 👉 link t.me/kanenuspage2023 irratti na qunnamaa ykn lakkoofsa qunnamtii 0923582653 📞✨ T.me/kanenusofficialpages

  • 30 июл.321из kanenusofficialpages

    Akkaataa galmee Link kana tuquun galmaa'aa! 🔗 https://forms.gle/eNbU1f5HbPiPsDUQA

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 30 июл.341из kanenusofficialpages

    Waajjira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee 🏥 Beeksisa Hojii Waajjirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee ogeessota hojii armaan gadi irratti ramaduuf dorgommii hojii banaa beeksiseera. Namoonni ulaagaalee barbaachisoo guutan galmee isaanii dhiyeessuun dorgommicha irratti hirmaachuu danda'u. Gosoota Ogummaa 44 irratti barbaada Hospitaalli Ispeeshaalaayizdii Finfinnee 🏥 Bifa 2'n qacaruu barbaada #contrat fi #permenant dhaan miindeessuu barbaadu📊 Galmaa'aa share share waliif godhaa 🔄📢 t.me/kanenusofficialpages 🔗

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи