- Последний пост
- 24 сент. 2025 г.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Lakk Dambii 1/2017 Kaffaltii Abbaa seerummaa Federalaa👆👆
без подписи
Live stream started
без подписи
без подписи
በውጭ ሀገር የሚገኙ ሰዎች ኢትዮጵያ ውስጥ ለሚገኙ ዘመዶቻቸው ወይም ቤተሰቦቻቸው የሚልኩት ገንዘብን 1) ማስተላለፍ የባንክ ስራ መሆኑና ያለፈቃድ የባንክ ስራ መስራት በወንጀልን የሚስጠይቅና የሚያስቀጣ መሆኑ 2) ተቀብለዉ ሳያስተላልፉ መቅረት ደግሞ በማታለል ወንጀል የሚያስቀጣ ስለመሆኑ በሰመቁ 225645 አስገዳጅ የህግ ትርጉም ተሰጥቷል https://fb.me/tebekasamuel 🔗 t.me/tebekasamuel 🔗 t.me/tebekasamuel 👉 @tebekasamuel 👉 @tebeka Contact @samuelgirma #Ethiopia 🇪🇹 #samuelgirma ሳሙኤል ግርማ የሕግ አማካሪ እና ጠበቃ ☎️ 0911-190-299
cross examination is the greatest engine ever discovered for discovery of truth.W.wigmore.
https://t.me/dawitlaw
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Law is a system of rules that are created and enforced through social or governmental institutions to regulate behavior. It serves as a framework to maintain order, protect individual rights, resolve disputes, and promote justice in society. Laws can be written (statutes, constitutions, regulations) or unwritten (customs, judicial precedents) and can vary widely depending on the jurisdiction and culture. The legal system is typically divided into several branches, such as criminal law, civil law, constitutional law, and administrative law, each governing different aspects of society.
без подписи
https://t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=tribe_dogs_community-ref_uJpGhbIDy4
መልዕክቱን ያጋሩ፣ ከ1ሺህ ብር ጀምሮ ተሸላሚ ይሁኑ! የግሎባል ባንክ ኢትዮጵያ ይፋዊ የቴሌግራም ቻናል 1. በመጀመሪያ ቀጣዩን የቦት ሊንክ ይጫኑ፡- https://t.me/global_bank_referral_bot?start=1640198085 2. START የሚለውን ይጫኑ፣ 3. JOIN CHANNEL የሚለውን ይጫኑ፣ 4. ወደ መጀመሪያው ቦት ይመለሱ፣ 5. CONTINUE የሚለውን ሲጫኑ የመጋበዣ ሊንክዎን ያገኛሉ፣ 6. መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር ሲያደርጉ ግሎባል ባንክ ኢትዮጵያ በየሳምንቱ ከአንድ ሺ ብር ጀምሮ ልዩ ልዩ ሽልማቶችን ያበረክታል፡፡ ሽልማቱ ዘወትር ቅዳሜ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፡፡ ደንብና ሁኔታዎች ተፈፃሚ ናቸው፡፡ ግሎባል ባንክ ኢትዮጵያ
без подписи
Si Fayyadaa Dubbisi‼️ 🛬🛫🛩✈️🛬🛫🛩✈️🛬🛫🛩✈️🛬🛫🛩 📍Namni suuraa irratti mul'atu kun nama xiyyaara qulqulleessu yoo ta'u suuraan kun yeroo hojii idilee isaatiin kutaa balaliistotaa qulqulleessu kan kaafamedha. 📍Qulqulleessaan kun osoo hojii isaa hojjataa jiru kitaaba "How to Fly an Airplane - For Beginners, Volume 1" jedhu kutaa balaliisaa keessaa arge. 📍Kitaabicha yommuu banu, fuula jalqabaa irratti "Motora xiyyaarichaa kaasuuf furtuu diimaa gadi tuqaa" jedha; Innis butooni diimaa gadi dhiibee, motorri xiyyaarichaa battaluma sanatti jalqabe. 📍Qulqulleessaan kun waan ta'etti baay'ee gammadee fuula itti aanu bane.Fuula itti aanu irratti "Xiyyaaricha gara fuulduraatti sochoosuuf furtuu bifa Cuquliisa qabu gadi qabaa" jedha. Namichi akkuma butooni kana gadi dhiibeen xiyyaarichi hoggasuma imala isaa eegale. 📍Namichis gammachuudhaan fuula kitaabichaa isa itti aanu bane, akkaataa xiyyaaricha lafa irraa ol kaasuun balali'uu itti jalqaban irratti ajaja barreeffamaa biroo akka argatuu abdate. 📍Akkuma tilmaame qajeelfama "xiyyaara lafa irraa kaasuun balali'uuf furtuu magariisa gadi qabaa" jedhu argate. Achumaan funyaan xiyyaarichaa lafa irraa gara samiitti ol ka’ee, hoggasuma qaamni xiyyaarichaa guutuun qilleensa keessa saffisaan balali'uu jalqabe. 📍Namni kun waan ta’e hundumaatti baay’ee waan gammadeef gara daqiiqaa digdamaaf qilleensa keessa balali'e. Baayʼee gammadee, itti aansee qajeelfama dabalataa xiyyaaricha lafa busuuf kennamu dubbisuuf kitaabicha bane. 📍Fuula itti aanu irratti akkataa xiyyarri itti lafa qubatu beekuuf "Kitaaba kana Jildii 2ffaa mana kitaabaa bakka bu'aa isinitti dhihoo jiru irraa bitadhaa" jedha.... Achi booda maali akka tahe... isinumti tilmaamaa. 📍Asirraa Maal Baranna? 1) Odeeffannoo guutuu malee hojii tokko jalqabu akka hin qabne; 2) Gocha tokko beekumsa gartokkeen hojjechuun dogoggora qofa osoo hin taane, balaa hamaas akka qaqqabsiisu. 3) Naannoo ogummaa keenyaa isa sirriitti beeknuu fi waliin amaleeffaneeti daangefamuu akka qabnu nu barsiisa. Via Afaan Oromotti kan hiike #HusseenH Waayyuu ti
без подписи
#