tgindex
Meelbaa abdoo

Bilisummaadhaf falmuu hanga dhiigaan ibsutti falma hin lakkisu

Последний пост
31 дек.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
100
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
98
21 постов
Вовлечённость
98,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • #Miidhagina-Dachee Dacheen hundinuu miidhagina mataa ishee qabdi. miidhagina fi haalota garaa garaa kenneefii uume rabbiin.qilleensa garaa garaatin faayet qilleensa qorraafi hoo'aadhaan tulluufi gaarreenifi laggeeniin faayet miidhagsee bareeche uumee ilmaan aadamif gumaache rabbiin.oromiyaan dachee miidhagduufi badhaatudha.irrati hojjannaan hojii kee bareechitee mul'isti.gaarri na duubaan mul'atu kun kan inni argamu taanzaaniyaa osoo hin taane asuma oromiyaa baale sawweenati argama.gaara qaawaa jedhama.gaarri qaawaa maaliin beekkama mee warri beektan nuuf himaa .??

  • Bara jireenya kee keessatti wanta beektu hunda dubbachuun sirraa hin eeggamu ta'a. Garuu, wanti baruun sirraa eeggamu jiruu kee xiyyeeffannoon jiraachudha. Lafa kana irratti nama ta'uudha malee nama fakkaachuun ni salphata akkuma jedhamu, atis garaa guutun nama ofitti amanuu fi of ta'u ta'i. Nasisa Adamo yaadaan suraadhan Awrooppaa nageesse🙏🙏cabbiin biyya ormaa haalaan qorraata yoon jedhe dhugaaniin sobe soba guddaa🤣🤣

  • видео или голосовое, без подписи

  • #J+M Luqmaan Al-hakiim ilma isaatiin Duniyaan tun bahara tuujii gad fagoo namni hedduun keessatti nyaatameedha. Safiinaan ( dooniin) ati ittiin irra ceetu sodaa rabbii haa ta'uu.» jechuun dhaameef

  • видео или голосовое, без подписи

  • #Jireenyi addunyaa akkuma teessuma lafa isheeti. Bu'aa bahii, sulula diriiraa deemsi isaa nama jalaa hin dhumne, tulluuwwan bahuun isaanii afuura nama kutan, holqaawwan hin guutamne, bosonawwaan rukkatoo lilmoon keessa hin hulluqne fa'aadha. Kanarra darbee akkuma teessuma lafa ishee baldhoodhas. Kana qofaa miti, dirree miidhaagaa keessa taa'anii hin quufamne, uumama ajaa'ibsiisoo ilaalamanii dharraa hin ba'amneefi wantoota ilaaluf illee nama sururan qabdi,dhuguma adunyaan guddoodha bal'oodhasi galaana guddaa kana obsaafi gamnummaan daakanii keessa qaxxaamuru......salphatti fiixa hin bahamu.🙏🙏🙏

  • shee Nasir Abdurramaan 💥 Join Share godhaa 👇 @michuu_tube YouTube keenya subscribe Godhaa 👇 https://youtube.com/@michuu.oromoo.tube1?si=KURLvyLYKPcT2lox

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • https://t.me/sheksulxanmuhammed/21

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 2 авг. 2025 г.126из sheksulxanmuhammed

    Turtii yeroo muraasaa booda darsii teenna eegallee jirra yoo rabbiin isiniif laafise qooda irraa fudhadhaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • WAA SHAN WAA SHANTU BALLEESSA ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• 1: Gammachuu Waggaa Tokkoo, Naasuu Guyyaa Takkaatu Balleessa. 2: Eebba Waggaa Tokkoo, Abaarsa Guyyaa Takkaatu Balleessa. 3: Jaalala Waggaa Tokkoo, Aarii Guyyaa Takkaatu Balleessa. 4: Jireenya Waggaa Shantamii, Du’a Guyyaa Takkaatu Balleessa. 5: Dubrummaa Waggaa Digdamii, Bultii Halkan Tokkootu Balleessa. • iimaanaa fii Ibaadaa waggaa meeqa Godhan, kufrii Guyyaa tokkootu nama duraa Balleessa. • Yeroo hedduu Nama tokkoon wanni kuni gaarii mitii Dhiisi Yoo jatteen aboo dhiisi guyyuma tokko qofaa bar ja’ee siif deebisa, Guyyaa Tokkoo mitii sakandii takkaatu waa hedduutu baduu mala, Kanaaf guyyaan tokko guyyuma tokko jannee waan Yeroo dheertuu itti laffaane akka if duraa hin balleessine hadaraa. Rabbiin Warra Umrii isaanii hunda waan Isaan fayyadaa dalagatu nu Haa Taasisu. Barreeffama Kana Dubbisaatii Share Waliif Godhaa. By: Ibsaa Dhugaa https://t.me/ibsaadhuga

  • 31 мая 2025 г.99из sheksulxanmuhammed

    A wr wb ummata islaamaa adunyaa irra jirtan hundaaf sheekni keenna kabajamaafi jaalatamaan sheek sulxaan muhaammad diin islaamaa baruufi barsiisuu irratti argaman ijjoollummaa isaanii irraa qabee hanga ammaati bobbaafi galti isaanii diin islaamaa kana irratti kanaaf namoonni diin islaamaa barachuu barbaaddan karaa chaanaala kanaatin sheekni keenna darsiilee garagaraa chaanala kana irratti waan gadi lakkifamuuf hordoftanii akka irraa waa baratan isiniin jenna galatooma

  • Hawaasa muslimaa magaalaa miicaa yeroo isaan hiriiranii gaafii gafatanii... https://youtube.com/watch?v=MNCHFwN8c5k&feature=shared

  • 23 мар. 2025 г.130из risalaTube

    #Fazzakir - 23/Ramadan : Yaadachiisota: Qabxiilee barbaachisoo tahan, #Eenyutu Leylatul Qadriin argata?! #Guyyaa sana beekuuf beekuu dhabuu miti dubbiin, Kurnan xumuuraa keeyritti cimuudha malee. Namni halkan san niyyaa tolfatee tattaafate kamuu badhaasa kana ni goonfata!  #Dhukkubsataan hospitaala siree gubbaa jirus, Imalaan imala irra jirus Namuu bakka jirutti halkan kana zikrii fii waan shari'aan hojjachuu isaaf hayyamte yoo hojjate ni argata! #Halkan kana maaltu dalagama :Salaata (Magribarraa qabee hanga subhiitti,salaata sunnaalees), Qur'aaana qara'uu, Zikrii heddummeessuu fi Sadaqaa kennachuu, wanta keyri jedhame, hundaa hanga danda'ameen godhuu dha! ☀Du'aa'ii halkan leeylatal qadrii jedhamtu☀ سألَتْهُ صلى اللهُ عليهِ وسلَّمَ عائشةُ رضي الله عنها : إنْ وافقتُها فبِمَ أدعو؟ قال قولي : اللهمَّ إنك عفوٌ تحبُّ العفوَ فاعفُ عني. 🏷Allaahumma innaka afuwwun, tu hibbu al-afwa fa'afu annii. #Yaa rabbii kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naa darbi.

Meelbaa abdoo — tgindex