Luba Firesanbat katamaa ቀሲስ ፍሬሰንበት ከተማ
СтатистикаKun Chanalii Afuuraa Ijoollee Abbaa Gabbii Lubaa Firesanbat katamaatti. Sagalee Waaqayyoo kan irraa Argatanidha!
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 15
- 1/48двое суток
- 17
- 1/72трое суток
- 18
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://t.me/luba_firesanbt/114
https://t.me/luba_firesanbt/114
"#INNI HUNDAA ICAALU #GIDDUU KEESSAN JIRA" #Maat 12:41 #B.saa Luba Firesenbati Katamaa Baga #Sooma Du'a Ka'umsaa fi #Olba'insaa #Haadha keenyaa #Qulqulleeti #Durboo Mariyaam Nagaa Geessan!!! Sooma Gaarii!!! Join 👇 Sher 👇 https://t.me/Tulluu_Misiraacho
Duraan dursee Nagaan Waaqayyoo bakka jirtanitti isiniif haa baay'atu.jechaa:-Itti aansun dhaamsa tokkon isiniif dhaama.Innis Yeroo qabnu keessatti ✓Waaqa faana yeroo qabaachuu ✓Mataa keenya faana yeroo qabaachuu ✓Hojii keenyaa yeroo qabaachuu ✓Hiriyaa keenya faana yeroo qabaachuu ✓Ijoollee keenya faana yeroo qabaachuu .....yoo kana raawwanne jiraanne jennee ummurii lakkaawachuun. ..........sher.....Join.......... https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt
Arjummaan Waaqayyoo Egumsi Qul.Gabri'eel Araarsummaan Qul.Qirqoosi fi Iyyaluxaa isiniif haa baay'atu. Baga geessan.
Waxabajjii 27 Gooftan keenya Fayyisaan keenya Qorichi keenya Iyyasuus Kiristoos Godoo keenya Arjummaa isaa fi Suga isaatin nuhaa daawwatu.❤️ ..........sher.....Join.......... https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt
GAAFFII FI DEEBII %............+................% "Waaqayyo tokkodha;Waaqayyoo fi nama gidduu kan jiru giddu galeessichis tokkodha;Innis Iyyasuus Kiristoos isa nama ta'eedha" 1Ximotewos 2:5 አንድ እግዚአብሔር አለና፥በእግዚአብሔርና በሰውም መካከል ያለው መካከለኛው ደግሞ አንድ አለ፥ርሱም ሰው የኾነ ክርስቶስ ኢየሱስ ነው 1 ጢሞቴዎስ 2:6 Gaaffii 1. Araarsummaa Qulqullootaa 🎤 B saa Luba Firesenbati Katamaa ⛪ Mana Kiristaanaa Tulluu Misiraachoo Qulqulluu Gabri'eel Leemmantti Telgirmii Koo kantti Miseensota Dabalaa! ..........sher.....Join.......... https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt
Duraan dursee bakka jirtanitti Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu jechaa:-Waxabajjii guyyaan 24 dhiyaataa jira.Kanaaf akka hin daganne akkasumas wal yaadachiisan dhaamsa kootii. ..........sher.....Join.......... https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt
"OGUMMAADHAAN DEDDEEBI'AA" Qol 4:5 Luba B saa Firesenbati Katamaa ..........sher.....Join.......... https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt
YEROO DHIYOOTII NU EGAA! Telgirmii Katti Miseensota Dabalaa! ..........sher.....Join.......... https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt
"WAAQAYYOON AMANAADHU,INNI IMMOO SI #OOLCHA" Fakk.20:22 #B saa.Lubaa Firesenbati Katamaa Ayyaanaa Waggaa Qulquulu Milkaa'ee'l Waxabajjii 12. MANA KIRISTAANAA TULLUU JAANATAA KAASOO MAARIYAAMIItti! Waaqayyo Sagalee Jireenyaa isinaa dhageesisuu Eebifaamaa 🙏 #GALANNI WAAQAYYOF HAA TA'UU 🙏 Ayyaanaa Gaarii ❤️ 👇Sher Join 👇 https://t.me/Tulluu_Misiraacho
Qulqulluu Baahiraanii fi Oolmaa Angafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa’el 🎉 Baga geessan 🎉 🥰 Join: @abdiimaariyaamiifinjira https://telegra.ph/Qulqulluu-Baahiraan-06-18
Join 👇 sher 👇 https://t.me/Tulluu_Misiraacho https://t.me/Tulluu_Misiraacho
"INNI NAA JAALTUU JEDHAA KOO EGAA" Wangeela Yohannis 14:23 B saa Luba Firesenbati Katamaa Sher 👇 👇 Join ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
Walaleessun kennaa kooti Haajabaannu akka Abbootii Jajjabaadhaa waljaabeessaa Yaada qabdan nuuf barreessaa 🫱✍️👇🫲 ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
#BARUMSA AFUURA #QULQULLUU( SPRITOLOGY). #pdf Kan Waliif sher Taasisa. 👇Sher @John👇 https://t.me/Tulluu_Misiraacho
SOOMA DUUKAA BU'OOTAA "Iyyesuusis akkas isaaniin jedhe,'Miinzonni osoo misirroon isaan wajjin jiruu gadduu danda'uu? Garuu waqtiin misirroon isaan irraa adda bahu ni dhufa;yeroosanatti ni soomu" Maat 9:15 B saa Luba Firesenbati Katamaa Yeroo soomaa eebbifamaa nuuf haa ta'u! Sher 👇 👇 Join ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
AFUURA QULQULLUU "Afuura qulqulluudhaan guutaman;akka Afuurri dubbachuu isaa isaaniif kennetti,afaan garaa garaa dubbachuu jalqaban" HDB 2:4 B saa Luba Firesenbati Katamaa Telgirmii Koo Kan Obboloota keessan jalataan hundii Miseensa Akka ta'aan Godhaa!! ╭══•|❀:✧๑♡๑✧❀|: ══╮ https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt https://t.me/luba_firesanbt ╰══•ೋ•✧๑♡๑✧• ══
без подписи
без подписи