tgindex
Sabom jundii

Isport pwer

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
5
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
168
−1 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
115
20 постов
Вовлечённость
68,5%
к подписчикам
Постов в день
0,7
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
2
1/48двое суток
2
1/72трое суток
2

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ❤️Jaalatamuu feeta.? Eeyye.👇 "Waan Namarraa dantaa dhabi #Namni si jaalata, Duniyaa irraa dantaa dhabi #Rabbi si jaalata"❤️ jedhan #Rasuul_ﷺ 🖤 🤍 •Rabbi nu haa jaalatu.🤲❤️ Jummaa Mubarak @MubeTech1 @MubarakSj

  • 11 авг.19из MubeTech1

    🇪🇹 Tajaajila passport hunda nu biraa ni argattu ➡️Gatii barbaachisu suuraa kanarraa ilaalaa ➡️Gatii paaspoortiif barbaachisu kana ofuma keessaniin kallattiidhaan dhaabbata paaspoortiif kaffaltu ➡️Gatii tajaajilaa qofa nu biratti kaffaltu ●Wantoonni isin barbaachisan👇 ❤️ Haaraa baasuuf ✅Waraqaa eenyummaa ✅Waraqaa dhalootaa ❤️ Haaromsuuf ✅Suuraa gurdii ✅Koppii(Suuraa passport) ❤️ Passport bade/tarsa'e/ciccite ✅Waraqaa eenyummaa ✅Suuraa gurdii ✅Xalayaa waajjira poolisii ❤️ Umrii 18 gadiif ✅Waraqaa eenyummaa maatii ✅Waraqaa dhalootaa daa'imaa ❤️ Umrii sirreesuuf ✅ Waraqaa dhalootaa ✅ Suura gurdii ✅ Koppii(Suuraa) passport 6️⃣ Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf ✅Suuraa gurdii ✅Koppii(Suuraa) passport ✅Waraqaa mana murtii(maqaa jijjiiruuf)  💬Tajaajila kanneen kan barbaaddan dokumanti barbachisu suura kaasudhaan ykn scan gochuudhaan karaa @MubarakSj naf ergaa ✉️ Inbox:  @MubarakSj 📱Lakk.0946030732 @MubeTech1

  • 8 июл.58из MubeTech1

    #Oduu_Gammachiisaa Warreen Dheebuu umraa qabdan maraaf dheebuu isin baasuuf dhufnee jirra.🕋 Dhaabbanni keenya Jebel Bright Tour and Travel paakeejii umraa bareedaa gatii madaalaawaan ustaaza addaa waliin qopheessee isin eegaa jira Hawaasni keenya kan umraa deemuu barbaaddan nuuf bilbila haala jiru hunda isiniif mijjeessinee afaan barbaaddaniin isin keessummeessuf qophii keenya hunda xumurree jirra Tajaajilli nuti isiniif kenninu 1.Viisaa umrah 2.Tikeeta deemsa fi deebii 3.Geejjiba mijjataa 4.Hoteeloota haramatti dhihaatan 5.Sagantaalee ziyaaraa 6.Tajaajila garee 24/7 7.Hojiilee umra hunda dabalatee afan barbaaddaniin waan hedduu wal irra baranna inshaallah Guyyaan_deemsaa Hagayya 6-16/ 2018 August 12-22/2026 Galmeen osoo hin xumuramiin galmaawuun Ammarra jalqabuun abjuu keessan dhugoomsaa Kanaaf odeeffannoo dabalataatiif lakkoofsa kanaan nuuf bilbilaa 0946030732 0707866146 Telegram fi WhatsApp dhanis nu qunnama Rabbiin dandeetti fi imaana mana isaa ittiin ziyaru hunda keenyaaf nuuf haa kennu inshaallah

  • 26 мая871из MubeTech1

    #Eid_Mubarak Eid Al-Adha 🥰 •Baga Ayyaana Eid Al-Adha (Arfaa) Bara 1447 (2026) tin isin gahe. Iid Milki,... ta gammachuu ta jaalala, ta Rahamata fi Risqii rabbii nuf haa godhu. •Warraa Baranaa kan Bara hegere nu haa godhu Rabbiin. Obbaleeyyan kiyyaa kan Musliima hundi keessanu baga geessan.

  • Filannoon Biyyaalessaa Itoophiyaa Marsaa 7ffaa Caamsaa 24 Bara 2018 adeemsifama- Boordicha https://www.amn.gov.et/oro/11563/

  • 17 февр.1451из MubeTech1

    #Oduu_Ammee. Alhamdulillaah •Ramadaanni Boru tahuu mirkanaa'e jira Soudiin gabaastee jirti. •Arra galgalaa Taraawwi Salaanne Soommana hidhanna. #Alhamdulillaah Baga geessan baga geenye #Ramadan_Mubarak @MubeTech1

  • 16 нояб.19632из MubeTech1

    Du'aa'ii bareeddu tana isi afeerre. #Aammiin jedha me.🤲🥰 @MubeTech1 @mubarakshksiraj

  • 10 нояб.1641из MubeTech1

    ✅️Old Group Price ⬆️ Gatiin Old Group dabalee jira amma yeroon Gurgurattan osoo gattiin gad hin deebine Gurguraadha. ✅️2016-2022 ✅️2023 ✅️2024/ May & April Gatii bareedadhan isinirra binna. Ammuma nu dubbisa Asiin.👇 📥 👉 @MubarakSj

  • 2 нояб.155из MubeTech1

    🔥 Old Group Bitaa jirra. We are buying old group. Group duraani Baroota kanneen 2016-2024 keessa baname warri qabdan isinirra binna nu dubbisa. @MubarakSj ➡️2016/2022 ✅️ ➡️2023 ✅️ +3Sms ➡️2024 ⬇️ ✅️ ➡️January 2024✅️ ➡️February ✅️ ➡️March ✅️ +3Sms ➡️April ✅️ ➡️May ✅️ ➡️June-Dec 2024 ✅️ 💬Inbox 👉 @MubarakSj Group Gurguruuf Ulaagaan Ati guutuu qabdu kana tuqi laali.⬅️ https://t.me/MubeTech1

  • 29 окт.1541из MubeTech1

    #Galgala_arraa_booda ba'aa sitti ulfaattee deemuunii dadhabde hunda Rabbi sirraa haa buusu! Rakkoo sitti jabaattee oobsuu dadhabde hunda Rabbi sihaa furu! 🤲🤲🤲#Aammiin 🤲🤲🤲 @MubeTech1

  • https://s.hifamiapp.com/1/KoUnacD7c

  • 18 сент. 2025 г.179из mubarakshksiraj

    Du'aaii #Halkan Jumma 🥰 Dhukkubsataan Haa #Fayyuu Dhabaan Haa #Arkatuu Gaddaan Haa #Gammaduu Wallaalaan Haa #Beekuu Ka Mana Hin Qabne Haa #jaarratuu Ka #Makiinaa hin Qabne Haa #Bitatuu Ka #Jaartii Hin Qabne Haa #Fuudhuu Ta #Jaarsa hin Qabne Haa #Heerumtuu Ka #Qormaata Fudhate Haa #Darbu Ka #Barumsa xumure #Hojii Haa #Argatuu #Niyyaan Teessan Marti Haa #Guutamtuu @mubarakshksiraj @mubarakshksiraj @MubeTech1

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 7 сент. 2025 г.166из MubeTech1

    #Jiini_dhii_gaan_Haguugame 🌑😭 ●Yeroo Ammaa irraa eegalee jiini daqiiqaa 83'f hagoogamee tura jedhama. Hagooggiin ji'aa Kun addunyaa guutuu Kan walgahu yoo tahu Biyya keenyaa dabalatee biyyoota baayye haguugee jira. •Hagooggiin ji'aa Kun hagooggii kanaan duraa irra yeroo dheertuuf Kan turu yoo tahu Ardii Asia, Africa, Australia (naannoo takka takkatti) fi Europe guututti argamee jira kan hafees haguuga jira jedhan. Garuu waan Rabbiin jedhutu ta'a. Dhugumatti Rabbiin beekaadhas. رَبَّنَا مَا خَلَقْتَ هَذَا بَاطِلًا سُبْحَانَكَ فَقِنَا عَذَابَ النَّارِ Kanaaf gara Rabbii deebi'uu fi sunnaa salaata kusuufaa (#Lunar_eclipse_prayer) salaatuun sunnaa Nabiyyichaa haa jiraachisnuu! Rabbii Nuf haa araaramu. @MubeTech1 @MubeTech1

  • 3 сент. 2025 г.1441из MubeTech1

    Ethio ITF Union 👊Finfinnee Ispoortiin fayyaadha Ispoortiin jaalala.🥰❤️ @MubeTech1 @MubeTech1

Sabom jundii — tgindex