tgindex
Makko Billi Primary School

Makko Billi Primary School

Статистика
Последний пост
23 июл.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
und
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
243
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
751
20 постов
Вовлечённость
309,1%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
123
1/48двое суток
140
1/72трое суток
152

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Beeksisa Maatii Barattoota Mana Barumsaa Makko Billiitif Bara barnootaa 2019tif sagantaan barnoota titooriyaalii kutaa 9ffaa hanga 12ffaa  guyyaa 20/11/2018 irraa kan eegaluu yammuu ta’uu barnootichii guyyaa Wixataa hanga Kamisaa sa’aatti 2:30 hanga 7:30tti kan kennamu ta’a. Hubachiisa: Saganataa tutoriyaalii barattoota kutaa 12ffaatiif dirqama yammuu ta’u rakkoo barachuu dhabuun uumamuuf maatiin barataa itti gaafatamummaa kan fudhatu ta’a. Mana Barumsaa! ማስታወቂያ ለመኮ ቢሊ ተማሪ ወላጆች በሙሉ    ለ2019 የትምህርት ዘመን የክረምት ማጠናከሪያ ትምህርት  ከ9ኛ -12ኛ ክፍል መስጠት መጀመራችን እያሳወቅን ትምህርቱ የሚሰጠው ከሰኞ እስከ ሐሙስ ከጠዋቱ 2፡30-7፡30 ሰዓት ሲሆን ሰኞ ሐምሌ 20/2018 ዓ.ም ይጀመራል፡፡ ማሳሰቢያ፡- ü የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች የመማር ግዴታ አለባቸው፡፡ ባለመማራቸው ለሚፈጠረው ችግር ተማሪው እና ወላጅ ኃላፊነቱን የሚወስዱ ይሆናል፡፡ ት/ቤቱ!

  • BEEKSISA Barattoota Kutaa 6ffaafi 8ffaatiif #Naamusa_Qormaata_Naannoo_Kutaa_6ffaafi_8ffaa  Bara 2018  Kabajamuu Qaban. ------------------ BBO- Caamsaa 30/2018 Barattootni Meeshaalee Qormaataaf  Isaan Gargaaru /Heyyamameef /Qofa Qabatanii Buufata Qormaataatti Argamuu Akka Qabaniifi Meeshaalee Qormaataaf Hin Gargaarre/Dhoorkaa/ Ta'an Irraa Bilisa Ta'anii Argamuu Qabu. #1_Kan_Heyyamaman Meeshaaleen Gara Buufata/Kutaa/ Qormaataa Akka Galan Heyyamaman: #Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa, #Kaardii Galmee/Admission Card/ #Kobbee/Irsaasii/ (Pencil) #Haqxuu #Sarartuu #Qartuufi kkf  Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti  Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu. #2_Kan_Dhoorkaman. Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo: #Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf #Qalama #Sa'aatii harkaa #Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu, #Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane , #Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu, #Qormaata walirraa garagalchuufi garagalchuu yaalun qormaatarraa haqsiisa, #Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi #Barfachuun  gonkumaa Dhoorkaa ta'uu  beeksifna. Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna. #Qormaatnis_kan_kennamu: Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u, Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama. @Biiroo_Barnootaa_Oromiya

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Qormaatni Naannoofi Biyyoolessaa Bara 2018 Waxabajjii keessa kennama jedhame. ----------------- BBO- Ebla 16/2018 Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaa. 8ffaafi Biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 ji'a Waxabajjii/2018 jalqabaafi walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Daayirektarri Daayirektoreetii Qormaataafi Iyyaafannoo Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru. Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa ji'a Waxabajjii guyyoota hojii jalqabarraa kennamuu kan jalqabu yoo ta'u, qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo ji'a Waxabajjii walakkaa irraa eegalee kan kennamu ta'uu himaniiru. Barattootni qormaata biyyoolessaafi naannoo fudhachuuf qophiirra jiranis daran qophii isaanii akka cimsan jajjabeessaniiru. Haaluma walfakkaatun, hoggansiifi barsiisotni manneen barnootaa fooyya'insi qabxii barattootaa harka keessan waan jiruuf abdiin keenyaafi maatii barattootaa akka dhugoomsitan jechuun kan dhaaman yoo ta'u, maatiin barattootaa. GTBfi caasaan mootummaa godinaa hanga gandaa jiranis deeggarsa kanaan dura barattoota keenyaa taasisaa turtan caalaa milkaa'ina olaanaa galmeessisuuf akka hojjattan jechuun dhaamsa dabarsaniiru. Dhimarratti, Qormaatni Naannoo kutaa 6ffaafi 8ffaa guuyyootni 45 qofa kan hafan yoo ta'u, Qormaatni Biyyoolessaa kutaa 12ffaa immoo, guyyoota 55 kan hafan waan ta'eef barattootnifi barsiisotni keenya yeroo muraasa hafte tanatti fayyadamuun qabxii olaanaa galmeessuuf akka hojjattan dhaamsa keenya ta'a. - #Yeroo qo'annoo Gaarii Barattoota keenyaaf, -#Ifaajjii Barsiisota keenyaaf firii Gaarii hawwina. #Barri kan milkii haata'u! #Carraa_Gaarii! 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook | |📱 WhatsApp | |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | |

  • 📚 Welcome to Our English Learning Channel!  This group is dedicated to helping you improve your English skills through engaging lessons and shared resources.  Join us, enjoy the journey, and don’t forget to invite your friends! 🔗 [Click here to join](https://t.me/+GcM5LNZsHUdiNDlk) Let’s grow and learn together!

  • 14 сент. 2025 г.8043из Engida22

    без подписи

  • 12 сент. 2025 г.67813из MakkoBilliSchooloffical

    без подписи

  • Dear Students of Makko Billi School, I am pleased to inform you that the Government of Ethiopia is offering free Information technology courses to help you build essential digital skills. You can access the course by visiting the following link: https://ethiocoders.et. Upon completion, you will receive a certificate that holds real value for your future career and your journey into the digital world. Kindly ensure you submit a printed copy of your certificate to your IT teachers no later than 25/10/2017. Best of luck, and make the most of this opportunity!

  • አሉ 10 ጉርሻ ቴሌግራም ለ ግራ 12 ወራት! ለማንሳት ፍጠን! boiled.info

  • 4 окт. 2024 г.1 641из MakkoBilliSchooloffical

    Baga Ayyaana Irreechaa bara 2017 nagaan geessan! Irreecha keenya,Haaromsa Aadaa keenyaaf! እንኳን ለ2017 ዓ.ም ኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ! ኢሬቻ ለባህላችን ህዳሴ! Happy 2017 Irreechaa Holiday! Irreecha for our Cultural Renaissance!

  • 21 сент. 2024 г.1 6738из MakkoBilliSchooloffical

    без подписи

  • 19 сент. 2024 г.1 453164из mb2ndryschool2023

    Midiyalee Mana Barumsaa Makko Billii የመኮ ቢሊ ት/ቤት ሚዲያዎች Teesson midiyaa M/B Makkoo Billii armaan gaditti tarrefame hundi dhaams fi beeksisa adda addaa maatii waliin walii erguf kan itti fayyadamnu waan ta’ef sirnaan galmeefadha. JOIN ykn FOLLOW gochuudhaan nu hordofaa. እነዚህ ከታች የተዘረዘሩት የት/ቤቱ ኦፊሻል ሚዲያ አድራሻዎች ከት/ቤቱ ወደ ወላጆች ፤ ከወላጆች ወደ ት/ቤቱ አስቸኳይ መልዕክቶችና መረጃ የምንለዋወጥበት ስለሆነ ወላጆች በማይረሳ ሁኔታ መዝግበው በመያዝ እንዲሁም Join ፣ Follow በማድረግ እንድትከታተሉ እናሳስባለን፡፡ 1. የስልክ SMS ቁጥር ( SMS bilbilaani) = 7968 • Dhaamsa fi beeksisa mana barumsaa argachuuf (ከት/ቤቱ መልዕክትና ማስታወቂያ ለመቀበል ) 2. TemhrtBete (Robo app) = makkobilli.temhrtbete.com • Qabxii barataa ittin hordofuuf (የተማሪ ዉጤት ለመከታተል) 3. Telegram = t.me/MakkoBilliSchoolOffical • Odeefanno fi beeksisa adda addatiif (መረጃ ማስታወቂያና ዜናዎች ለማግኘት) 4. Website= makkobillischool.com • Odeefanno fi beeksisa adda addatiif (መረጃ ማስታወቂያና ዜናዎች ለማግኘት) 5. Facebook= facebook.com/p/Makko-Billi-School-100064047512878/ • Odeefanno fi beeksisa adda addatiif (መረጃ ማስታወቂያና ዜናዎች ለማግኘት) 6. Tiktok = @makkobillischool • Video fi beeksisa adda addatiif ( ቪዲዮና ዜናዎች ለማግኘት) 7. You tube = Makko Billi School or @makkobillischool5829 • Video fi beeksisa adda addatiif ( ቪዲዮና ዜናዎች ለማግኘት) 8. Telephone #Main Office 0221120620/21 , #Kg= 022 211 60 31 , #Elementary = 022 112 58 03/022 211 98 48 , #High school = 022 211 53 45 #2 Branch = 022 212 19 87

  • 13 сент. 2024 г.1 131107из MakkoBilliSchooloffical

    2017 (2024/25) School Opens Soon. ሃሙስና ዓርብ 09 ና 10/01/17 ተማሪዎች ከወላጆችው ጋር በመሆን ክፍላቸውን ይጎበኛሉ፡፡ ሰኞ በ13/01/17 ት/ት ይጀመራል፡፡ መኮ ቢሊ Kamisaa fi Jimaata 9-10/01/17tti barattoonni maatii waliin ta’uun gola isaanii dhufanii ilaaluu. Wixata 13/01/17 barnoonni ni eegala. Makkoo Billii

  • 10 сент. 2024 г.1 23071из MakkoBilliSchooloffical

    ይህ አዲስ ዓመት እያንዳንዱ ተማሪ፣ አስተማሪ እና ሠራተኞች አዳዲስ እድሎችን፣ ዕድገቶችን እና ስኬቶችን እንዲያመጡ ምኞታችን ነው። መጪውን ዓመት በከፍተኛ ተነሳሽነት እና በትምህርት የላቀ ቁርጠኝነት እንቀበል። ይህን አዲስ ዓመት በደስታ፣ በፍቅር፣ እና በማይረሱ ጊዜያት እንድትሞሉ ምኞታችን ነው። 🎉📚✨ May this New Year bring new opportunities, growth, and success to every student, teacher, and staff member. Let’s embrace the coming year with enthusiasm and a commitment to excellence in education. Wishing you all a year filled with joy,Love, learning, and memorable moments. 🎉📚✨

  • без подписи