- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 23
- 1/48двое суток
- 26
- 1/72трое суток
- 28
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
Audio from MURAAD RASHIID
Audio from MURAAD RASHIID
Audio from MURAAD RASHIID
Audio from MURAAD RASHIID
Audio from MURAAD RASHIID
#الدرس السادس والخمسون 56 📕 المخارج الرئيسة للحروف 🔷 الشيخ الدكتور أيمن رشدي سويد
تلقين سورة النصر والمسد والإخلاص والفلق والناس - المقرأة الشامية - الشيخ: عبد القادر العثمان - 11
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
*بسم الله الرحمن الرحيم الحمد لله رب العالمين والصلاة والسلا على رسول الله صالح عليه وسلم السلام عليكم ورحمة الله وبركاته* HARFIIN AFAAN ARABII (29) Hamzatul waslii yoo irraa hanbifne (28) Harfiin (28) tun Makhraja meeqa qabdii (17) Makhaarijni harfii afaan arabii (17) Jane tunii qoodaminsa (5) qabdii 1️⃣🌹 Halqii 2️⃣🌹Jowfii 3️⃣🌹lisaan 4️⃣🌹khashuum 5️⃣🌹Shafataan 1️⃣🌹Halqiin Makhaarija (3) fii Harfii (6) qaba 1▪︎Aqsal Halqii (ء ه) 2▪︎Wasaxal Halqii ( ح ع) 3▪︎Adinal Halqii (خ غ) 2️⃣🌹Jowfiin Makhaarija (1) fi Harfii madii (3) of keessaa qabdii isaanis (ا ى و) jarii sadan kun warra sagalee dgeresuu madii jachuu 3️⃣🌹Lisaani Makhaarija (10) fi Harfii (18) of keessaa qabdii Akasumaas qoodaminsa (4) qabdii Isaanis 1▪︎Aqsal lisaan Makhaarija (2) fi Harfii (2) qabdi isaanis (ق ك) 2▪︎Wasaxa lisaan Makhaarija (1) fi Harfii (3) of keessaa qabdii isaanis ( ي ش ج) 3▪︎Haafata lisaan Makhaarija (2) fi Harfii (2)qabdii Isaanis (ض ل) 4▪︎Xarafuu lisaan Makhaarija (5)fi Harfii (11)qabdii Isaanis 1▪︎(ر) 2▪︎(ن) 3▪︎(ت د ط) 4▪︎(ث ذ ظ) 5▪︎(ز س ص) 4️⃣🌹Khashuum Makhaarija (1) iniis gunaadha Harfii hin qabuu 5️⃣🌹Shafataan Makhaarija (2) fi Harfii (4)qabdii Isaanis (ب م و) (ف) ALLAAHU TA'AALA A'ALAM MAKHAARIJNI HURUUFAA KANA FAKKAATU RABBIIN WARRA ITTII DALAGUU NUHAA TAASISUU
без подписи
Eid Mubarak Hordoftoonni Muslimaa sunnaa Nabi Huhammad SAW akkuma walii galaattuu, Ummanni muslimaa martinuu baga guyyaa Eid hijraa 1447 nageyaa fii fayyaan geenye! Namaa yomuu Irafachuu dadenyee Harmee tiyyaa fii baabaa kiyyaf obboleeyyan kiyyaas dabalatee baga nageyaan geeysan isiniin ja'aa Barattootaa koo wari #Markaza. #Burqaa Qur'aanaa lamis baga nageyaan geeysaniin isiniin ja'a! Saahiboonni kiyyaas kan keeysaa fii alaas jirtan, warri wal beeynee Rabbiif jacha wal jaalanne hundi keeysanuu baga nageyaan geenye baga nageyaan geeysaniin isiniin jachuu fedha! Warra baranaa kan bara hedduu Rabbiin isin haa godhu kan isiniin jachaa jiru # Muraad Rashiid Waraa Baranaa kan Baraa hedduu nuu haa godhuu🕋🕋🕋🕋🕋🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦🇸🇦💖💖💖💖💖✅️✅️
Eid Mubarak 🥰 عيدكم مبارك 🥰 Warra Baranaa kan bara Hedduu Rabbiin nu haa godhu تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال
Guyyaa Arafaa fi Halkan Laylatul Qadr Maaltu Adda godha?! Wanni Adda isaan taasisu jechuun: halkan Laylatul Qadr keessatti malaykoonni gara dachii bu’u; akka Rabbiin olta’aan jedhu keessatti: “Malaaykonnis Ruuhnis (Jibriil) keessatti ni bu’u… Guyyaa Arafaa immoo Rabbiin Guddina isaan malu ta’een gabroota isaatti dhiyaata; malaaykotaattis Ni dhaadata jechuun! Akkana jechuun Gabroota koo ilaalaa? rifeensi isaanii bittinnaa’ee, dafqanii fi dadhabanii gara koo dhufan; rahmataa fi Araarama koo barbaadaa jiru! Dhugumaan isaanii araarameera jechuun isin irratti ragaa godhadha. Guyyaan Arafaa guyyaa sheyxaanni itti baay’ee gaddu keessaa isa tokko; sababni isaa Namoonni waggaa guutuu cubbuu hojjetanis araarama Rabbii argachuu danda’u.maarree guyyaan arafaa sun har'a kanaaf obboleeyyan koo of hin dagatinaa? ijoollee keessan, haadha-abbaa keessan fi Namoota jaallattan hundaaf du'aa godhaa... 🤍