tgindex
Mussa Hussen MHB

Mussa Hussen MHB

Статистика

Journalist at OBN

Последний пост
11 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
172
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
91
22 постов
Вовлечённость
52,9%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
16
1/48двое суток
18
1/72трое суток
19

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtu.be/_yJQeZL-Fek?si=sAzXfEdjp-Qn-C9J

  • https://youtu.be/HCfZXcpsY6Q?si=ThoeO0m7KvYerCQ9 Subscribe me

  • https://youtu.be/2bgpxO9RSaw?si=hS0G8XABbXe5Sta1

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ሰበር ዜና !‼️ጀግናው የ 11ኛ እዝ መከላከያ ሰራዊት ከጥምር ጦሩ ጋር በመሆን በደቡብ ወሎ የሻዕቢያ እና የህወሀት ተልዕኮ ይዞ ሲንቀሳቀስ የነበረው በምሬ ወዳጆ እና ድርሳን ብርሀኔ የሚመራው ፅንፈኛ ቡድን ላይ የማያዳግም እርምጃ ተወስዶበታል።

  • https://www.facebook.com/share/v/18CWytgWt2/

  • Yaa yeroo akkamitti saffisaan bararta?Ajab yeroon bari waa saffisin isii Misaayela Raashiyaa Haayiparsoonikii Caala.Kalleessi dhiyoo fakkaatu Dheengada ta'ee,Dheengaddi immoo dheengada Dheengadaan duubaa ta'ee fagaata.Kunis yaadannoo Addaatti.Kani harka wolitti maratee suuraa Gubbaan Mudhatu Nama jabaafi Hirriyyaa kiyya qaalii yeroo Sanii #Dhaabaa_Kennee_Sabbataa ture.Amma Lubbuun hin jiru.[Rabbi haa Araaramuuf]..Dubbii yaadannoo tiyya irratti Obbo Dhaabaa Kennee Sabbataa Akkuma yaadattaniif eenyu seetan?Inni Abbaa Masarat Dhaabaati,(Masarat Dhaabaa Beekkamtuu Addaa Miidiyaa Dijitaalaa Gubbatti sa'aa namni beekuun) ,Dhaabaan Yeroo woliin turre sani Oggeeyyii Muraasa Oromoo Isaani jalqaba Oggummaa Teekinishaana Raadiyootiin Muuxxannoo guddaa horatanii Tamsaasa Raadiyootiin Ummata tajaajila turan keessaayi.Kani Duuba keenna dhaabbate immoo Gaazexxeessaa Habitaamuu Taaddasaati.

  • Arriinis Ulfinna.Manguddummaan Kabaja.Galata Rabbii.

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • #GALATOOMAA . ""#HOSPITAALA_BAATII . Magaalaa Adaamaa Aanaa Dhaddacha Araaraa,Daandii Qaxxaamura 04 Gara Naannoo Boleetti oli qajeelu xiqqoma dabartan Kani Argattan #Hospitaalli_Baatii Tajaajila Wal'aansa Heddu Ammayyoome kennuudhaan Kani Beekkamuudha.Dokitorootaaf Oggeeyyii wal'aansaa Dandeettiif ga'uumsa Olaana gabbifataniin Kennuudhaan Beekkama.Hospitaalli Baatii Tajaajilaan beekkamaa,Qabiyyeedhaan Keessooni isaa Ammayyoomaadha.Hayyuu jaalatamaaf Beekkama,Dr.Alamaayyoo Girmaatiin woggootaa 4 Dura hundeefame tajaajila Wal'aansaa Heddu Si'oome kennuudhaan kani beekkamu Hospitaala Jaalatamaa Tajaajilaa Isaatiin Tajaajilamtoota biratti Beekkamtii Olaanaa Kani Horate Eeyyan HOSPITAALA BAATII.!!"" HUNDEESSAAF ABBAA QABEEYNAA HOSPITAALA BAATII DOOKITAAR ALAMAYYOO GIRMAA.

  • #Respectable #Visionary #Energetic #Positive_thinker #Realstic_change_maker Feyissa Ararssa ,The Founder and Owner of Harambee University,Wish You Long Live!! #Posted by Mussa Hussen #click_to_Facebook https://www.facebook.com/100006905288272/posts/3217419175164894/?app=fbl

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

Mussa Hussen MHB — tgindex