AASTU FINFINNEE ACADEMICS
СтатистикаAASTU Fresh of 2022 Oromo Students Group: https://t.me/+Iy31tvKGasw1MjA0 Channel: t.me/nuyiwaliif Bot (Yaadaaf): t.me/nuyiwaliifbot
- Последний пост
- 7 нояб.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Криптовалюты (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Akkam jirtuu Dargaaggoonnii Keenya. Leenjii Entrepreneurship Guyyaa lama Qidaame fi Dilbaata jechuun 29-30/2/2017 ti Kutaa Magaala Kooyyee Facceetin qophaa'ee waan jiruuf namnii kamiyyuu irratti argama akkasumas nama hin dhageenyee dhageesisaa. Namnii kamiyyuu fayyadamuu qaba carraa baay'ee of keessaa waan qabuuf. Bakkii Aanaa Tulluu Diimtuu M/B sad.2ffaati dha. Ganamaa sa'aatii 2:00 achii gahuu qabduu. Hub:- Laaqannii iddoo leenjiiti qophaa'eeti Jira.
Yooyyaa akkam jirtu. Toora Youtube keenyaan dhimmoota yeroo amma kana baay'ee barbaachisoo ta'aniifi dhaloota keenya baay'ee gargaaruu danda'an kanneen akka: #Teeknoloojii #Argannoo/innovation #Hojii_Uumuu/Entrepreneurship #Barnoota yeroosaa eegate Wal qabatan irratti karaa Studio hojii eegaluuf qophiirra jirra. Kanaaf immoo ulaagaan xiqqoon Youtube keenya monetize ta'uu qaba. Kana gochuuf ulaagaan nu hafe Youtube keenya sa'aatii 4000 ilaalamuu qaba. Kana jechuun youtube kun namoota 40,000 bira osoo ga'ee namni tokko daqiiqaa 6 osoo ilaalee ni guuta jechuudha. Kanaaf share gochuun namoota baay'ee bira ga'ee akka nuuf ilaalamu godha. Hojii #Youtube achirratti hojjetamuun akka gammaddan shakkii hin qabnu. Subscribe gochuu fi ilaaluun guddisaa. Kunootti: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1 Channel | Group | Facebook
https://youtu.be/2BEdZ-uO7z8?si=UdDjXV3BnNjICREx
без подписи
https://ethiostudyhub.com/exit-exams
Sagantaan keenya sa'a muraasa booda ni eegala. Sa'aa 3 mataa isaa irratti ni eegalla. Link kana tuquun seenaa https://t.me/gadaaodaa5?videochat=d55e50f13ce8264cf6 Join: Channel: t.me/gadaafOdaa Group: t.me/gadaaodaa5 Youtube: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1
🎙 Sagantaa Marii Addaa Sanbata Xiqqaa Dhufu! Ebla 25 sa'aatii galgala sa'aatii 3:00 irratti nu waliin ta'aa Boontuu Fufaa keessummaa keenyadha. 👩🏽💻 Software Engineer | AI Research Assistant | MSc AI Student | Founder @ AI Company Boontuun yeroo dhiyootti dhaabbata AI, furmaata AI baankotaa fi dhaabbileef dhiyyeessuu hundeessiteetti. Sana dura dhaabbata A2SV keessatti hojjechaa turte. Boontuun qorannoo AI, Afaan Oromoo fi Afaan Amaaraa irratti xiyyeeffate irratti dammaqinaan hirmaachaa turteetti. Workshopii addunyaa kan akka Black in AI fi WiNLP 2023 irratti kan hirmaatte yoo ta’u, waraqaawwan dhiheenya kana maxxanfaman lama irrattis gumaachiteetti. Kottaa dargaggeettii baradhaa! Isin hin darbiin! 🗓 Sanbata Xiqqaa, Ebla 25, 2017 🕘 Galgala Sa'aatii 3:00 irratti. 🔗 Karaa: https://t.me/gadaaodaa5?videochat=d55e50f13ce8264cf6 Join: Channel: t.me/gadaafOdaa Group: t.me/gadaaodaa5 Youtube: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1
Nagaan keenya bakka jirtanitti isin haa qaqqabu. Akkuma kana dura beeksisaa turre 5GO’n sagantaa marii qopheessee jira. Dhimmoota garagraa: 5GO’n maaliidhaa? Kaayyoo fi muldhanni 5GO’n maaliidhaa? Akkamitti dargaggoota gargaaruu danda’aa? fi kkf irratti hubannoo fi marii ni gaggeessina. Bakka: Online https://t.me/gadaaodaa5?videochat=2e63d63d436b183021 Guyyaa: Boru Sanbata Xiqqaa(Saturday), Ebla (April) 26, 2025 G.C Yeroo: Halkan sa'aatii 3:00-4:00tti Hubachiisa: Yeroon mari’annee yeroon xummurra. Yeroo kabajuu amaleeffannaa godhanna.
Yooyyaa nageenyi keenya isin haa qaqqabu Platform garaa garaa fayyadamuun dhimmoota hawaas diinagdee irratti: 1. nuyi dargaggoonni maal fakkaannaa? 2. eessa jirraa? 3. addunyaan eessa jirti? 4. haalii keessaa jirru haala addunyaan amma keessa jirtu walii kan wal simatudhaa? 5. dorgomtoota ta'uuf maal gochuu qabnaa? 6. xiyyeeffannoo keenya maal ta'uu qabaa? 7. dandeettiiwwan nu barbaachisaan isaan kamidhaa? Haala kamiin guddifachuu dandeenyaa? 8. rakkoo dinagdee akkamitti furuu dandeenyaa? 9. dargaggoonni keenya akkamitti humna dinagdee fi teeknoloojii cimaa ta'uu danda'uu? Mata dureewwan kanneen fi kanneen biroo irratti, akkasumas haalota ittin dargaggoonni keenya humna, beekumsa, dandeettii fi ogummaa isaanii itti guddifachuu danda'aniifi itti fayyadamuu danda'an irratti namoota muxxannoo qaban waliin #platform irratti wal arginu mijeessaa waan jirruuf akka nu hordoftan kabajan isin gaafanna. Boruu ykn Qidaame Galgala sa'aatii 3:00 karaa #online sagantaa gabaabaa waan qabnuuf nu hordofaa! Youtube: https://www.youtube.com/@5GadaaOdaa?sub_confirmation=1 Group join godha irratti hirmaadha. @gadaaodaa5
Namoonniii Culture day uffataa fudhattani hundii keessan hangaa Boruuti bakkumaa fuudhanneetii haa deebiifnu. Yeroo gaarii qabaadhaa.
Namoonniii Culture day uffataa fudhattani hundii keessan hangaa Boruuti bakkumaa fuudhanneetii haa deebiifnu. Yeroo gaarii qabaadhaa.
Guys Sagantaa eegaleraa dafaati baha Block 010 fuulduraattidha.
CULTURE DAY Boruu Jiimaata GC 2025 Guyyaa addaa Eegaa turree Culture day waan taheef nutis qophiin akka gaariti deema waan jiruuf Haala gaarii fi yaadannoo bareeda akka nuuf tahuu hawwii hundaa keenyati. Kanaf hundii keenya Tokkumma keenyan aadaa keenya haa miidhagsinuu. Haalota jiruu immoo wal hordoofa fi wal to'achaa waan goonu kamiyyuu immoo ilaa fi ilaameedhan taligamuu qabna. Kanaf boruu Kabajaan booda sa'aatii 10:00 irratti sagantaa suura addaa Kooyyee Faccee iddoo Project adebabayi irraatti hojjjetama jiru birati waan taheef seensaaf eeyyamamee waan jiruuf Tokkumman achiti yeroo suura haa qabaannuu. Yeroo gaarii qabaadhaa!!! Horaa Bulaa Deebana.
Namoonnii Culture day dhaaf uffata ajajjattanii har'aa kamisaa sa'aatii 10:00 ti Kooyyee faccee bakka sheedii suuqiiwwan uffataa aadaa lakk. 22 ti dhuftani fudhattuu. Yeroo gaarii
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
#Last_year