Abjuu ifaa obsaan dhugoomsi
СтатистикаChannel kana irratti walaloo jaalala, jireenyaa, amantii, gootummaa fi yaada qalbii tuqu argattu. Walaloo haaraa guyyaa guyyaan – afaan Oromootti. 👉 Hordofaa, qalbii kee quufsiisi.
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 6
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 12
- 1/48двое суток
- 13
- 1/72трое суток
- 14
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#Beeksisa 1. Amantoota Wangeelaa hundumaaf 2. Waajjira Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamteef 3. Waajjira Bulchiisa Godina Wallagga Bahaaf 4. Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaaf 5. Visit Oromiaf Bakkeewwan Seena-qabeessa Oromiyaan qabdu keessaa isa tokko kan ta'e Kolleejjiin Barnoota Kiristaanaa Naqamtee Kolleejjii seenaa fii umurii dheeraa qabu yoo ta'u, hambaa fii yaadannoo hayyootaa fii gootota Oromoo yoomillee hin dagatamnee Onesimos Nasiib fii Asteer Gannooti. Kolleejjiin kun kan hayyootni amantaa hedduun keessatti qaraman yoo ta'u, amantaa irra darbee bakkeewwan seena-qabeessa Naqamtee fii Oromiyaan qaban keessatti maqaa guddaa qaba. Egaa Kolleejjiin seena-qabeessi kun waggoota dheeraaf mancaatii guddaaf saaxilamee waan tureef yeroo ammaa kana suphiinsa argachuu baannaan seenaa qabatee jiru waliin dhabamuuf deema. Kanaaf geggeessaan Kolleejjichaa Luba Giiloo Si'aa ergaa viidiyoo armaan gadii irratti caqastan nuuf dhaamaniiru. Nus waamicha isaanii kana simannee #Sagantaa_Maddisiisuu geggeessuuf qophii taasisneerra. Sagantaan kun kan geggeeffamu Dilbata galgala akka lakk. yeroo Itoophiyaatti Halkan saatii 2:00tti (local time) karaa #Facebook Ebisa Bayissa fii Tashe T Warkesa akkasumas karaa #TikTok Eebbisaa Baay'isaa @ebisa_bayissa ta'a. Namootni hojii gaarii hojjechuun isin gammachiisu kamiyyuu kottaa nu waliin dhaabadhaa! Dilbata wal haa agarru! Irraa hin hafiinaa!🙏 Namoota Kolleejjii Kiristaanaa kana bira dhaabbachuu danda'an kamiyyuu afeeraa! Hiriyoota keessaniifis qooduun hojicha keessaa qooda fudhadhaa!✌️ Lakk. Herrega CBE: 1000017258692 EECMY CS NCEC Nekemte Christian Education College
📝Faayidaalee Callisuu ✅ ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ✍️Yeroo tokko tokko calluma jechuun ogummaa guddaa akka qabaataniif nama gargaara! Sababiilee armaan gadii kanneenif callisuu qabda! 1. Callisi! ➡️Aarii ho'aa keessatti! 2. Callisi! ➡️Yoo ragaa hunda hin qabaanne ta'e! 3. Callisi! ➡️Yoo seenaa sana hin mirkaneessine. 4. Callisi! ➡️ Yoo jechi kee nama dadhabaa ta'e mufachiise. 5. Callisi! ➡️Yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu ta'e. 6. Callisi! ➡️Yeroo wantoota qulqulluu ifa godhachuuf qoramtu. 7. Callisi! ➡️Yommuu waa'ee cubbuu akka qoostuuf qoramtu. 8. Callisi! ➡️Yommuu jecha keetti qaanoftu! 9. Callisi! ➡️Yommuu jechi kee yaada dogoggoraa dabarsu. 10. Callisi! ➡️Yoo dhimmichi dhimma kee hin taane. 11. Callisi! ➡️Yeroo soba ifa ta'e akka dubbattuuf qoramtu. 12. Callisi!➡️Yoo jechi kee maqaa nama biraa miidhu. 13. Callisi! ➡️Yoo dubbiin kee hiriyummaa tokko miidhu. 14. Callisi! ➡️Yeroo qeeqni sitti dhaga'amu. 15. Callisi! ➡️Osoo hin iyyiin jechuu yoo dadhabde. 16. Callisi! ➡️ Yoo jechi kee calaqqisiisa gadhee hiriyootaa fi maatii keetii ta'e. 17. Callisi! ➡️Yoo booda jecha keetti gaabbita ta'e. 18. Callisi! ➡️Yoo duraan yeroo tokko dubbatte ta'e! Leadership and Psychology✅️
без подписи
Yaadonnike kan si irrat aangoo qabaatan yemmuu isaan amantu qofaadha. Yaada at yaaddu sun mirkaneeffannaa at kennituun sin hooggannuu jireenyakee murteessu, dhiibbaa sirratti uumuuf eegala. Yaada at yaadu osoo hin taane aangoo at yaada sanaaf laatteen jireenyikee to'atamaa jira. Yeroo at yaadi sun dhugaadha jettee amantee ka'ee qaamni sammukkee (subconscious mind) yaada sana jiraachuu eegala. Jireenyakee irratti jijjiirama uumuuf sammuukee (subconscious mind) dhiibbaa irratti hin uumiin. Yaadakee to'adhu, yaada gaarii( positive thoughts) yaadi, wanta gaarii amani. Ergasii sammuunkee (subconscious mind) wanta sana jiraachuu eegala. Yaadota at irra deddeebiin amantu, jireenya at experience gootu taha. MADDA: The power of subconscious mind. Dr joseph murphy dhaan. @wangelawaka
❤️❤️❤️
Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓ Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE..... Free Waver: @Rafiqul_Islaam Ads: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam
Bu'an qormaata kutaa 12 ffaa guutummaatti gadi lakkifameera baga gammaddan. Qabxii keessan ilaalachuu warri barbaaddan Bakka RESULT jedhuu tuqun Request kan jedhuu tuqun ilaaladha. Carra gaarii
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
🔥JOIN BELOW👇 👉@Crypto_News_Ke 👈
https://chatgpt.com/s/m_6a78645fb57c81919b8f58ba57de3edb
Bau. 20 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ¹³ "Hin ajjeesin! ¹⁴ "Hin ejjin! ¹⁵ "Hin hatin! ¹⁶ "Nama irratti sobaan dhugaa hin ba'in! ¹⁷ "Mana namaa duraa fudhachuudhaaf hin hawwin! Haadha manaa namaa, hojjetaa isaa, hojjettuu isaa, qotiyyoo isaa, harree isaa, waanuma kan isaa ta'e duraa fudhachuudhaaf hin hawwin!" jedhe.
Oduu Ammee biiroon barnootaa baase. BBO ibsa haaraa baaseen barattoonni keenya kutaa 6ffaafi 8ffaa guyyaa...more Odeefannoo guutuu Argachuuf More Jechuun Dubbisaa