tgindex
Последний пост
16 сент. 2025 г.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
216
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
181
21 постов
Вовлечённость
83,8%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Genet Merga Gishu Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaarraa Qabxii Akka Dhalaatti Sadarkaa Tokkoffaarra Ishee Teessisu Kan Lammataa Taatee Argamteetti! Akkuma beekkamu ministeerri barnootaa akka ifsa kennetti Saayinsii Uumamaa (Natural Science) irraa bara kana akka biyyaatti dhalaa keessaa qabxii olaanaa 579 fiduun sadarkaa duraarra kan teesse Barattuu Haimanot Yohanis Wubushet Mana Barnootaa Bisirat Gebriel jedhamu Finfinneerraa jedhamee akka ture ibsa kennamerraa yaadachuun ni dandaa'ama. Armaan olitti ODEEFFANNOO GUTUU (ID number dabalatee) suura (screenshot) waliin mul'isuuf akkuma yaalle Barattuun Maqaanshee Genet Merga Gishu jedhamtu Mana Barnootaa Ifa Boruu Dodolaarraa Qabxii walfakkaataa 579 fiduun qabxii Mucayyoo dura jedhamte (Hayimanot) faana walqixa galmeessuu ishee namni kamuu ID fi Maqaashee fayyadamee bifa mirkaneessuu danda'uun ifa taasisuu dandeenyeerra. Kanaaf Ministeerri Barnootaa dhimma kanaan walqabatee Odeeffannoo GUUTUU fi ifa ta'e irra deebiin akka ifoomsu kabajaan gaafanna.

  • Bu'aan qormaata akkamiin ilaalu danda'ama? Barattoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 qormaata fudhatan bu'aa yeroo gadhiifametti karaa asii gadii kanaan ilaaluu ni danda'u jedhameera. Marsariitii 👉https://result.eaes.et Ergaa barreeffamaa gabaabaa /SMS/👉 6284 Akka isiniif ilaalamuu yoo barbaaddan comment jalatti maqaa keessani fi Code keessan ergaa

  • Qabxii Ol'aanaa Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa. Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise. https://otieu.com/4/8938642

  • 14 сент. 2025 г.110из ABDII_SABAA

    #kutaa_12ffaa Qabxii olaanaan bara kanaa saayinsii uumamaa Dhiira 591/600 Dodolaa Ifa Boruu irra Dubara 579/600 finfinnee Bisraata Gabriel Saayinsii Hawaasaa Dhiiraa 562 Ambo Bording irraa Shamara 548 Seent Jooseef irraa #ADS 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://otieu.com/4/8938642 https://otieu.com/4/8938642 Odeeffannoo barnootaa qofa bakka tokkotti argachuuf @Abdii_Sabaa_University irratti hordofaa! SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • Oduu Ammee Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa boru ifooma Bu'aan qabxii qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 boru ifooma. Qabxicha ilaalchisee boru waaree booda sa'aatii 10:00: eegalee ibsi kan kennamu ta'uu Ministeerri Barnootaa himeera.

  • 10 сент. 2025 г.1312из ABDII_SABAA

    Dr. Lammaa Magarsaan ergaa Baga gammaddanii dabarsan. Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Ministeerri Ministeera raayyaa Ittisa biyyaa duraanii Dr.Lammaa Magarsaa Eebbifamu hidha haaromsaa Guddichaa Itoophiyaaf ergaa Baga gammaddanii Lammiilee Itoophiyaaf dabarsan. Qabeenya, dafqaafi beekumsa Lammiilee Itoophiyaan kan ijaarame Pirojektiin guddaan ardii Afrikaa eebbifamutti Lammiilee Itoophiyaa hunduu baga gammaddan jedhan. Dr Lamma Magarsaan"Abbaayyaan ijaaruuf xiqqaafi guddaan,Jaarsaafi Jaartiin waan qabanirraa gumaata taasisaa turan, hoggantoota Abbaayyaafi bu'uura ta'aniif xumursiisaan galateeffachuun barbaadaa"jedhan. "Lammiileen Itoophiyaa akkuma Abbaayyaan tokkoomne ijaaarre xumurre nageyaaf hojjachuun dirqama"jechuun ergaa isaanii gudunfaniiru. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • Breaking news Barattoonni bara kana qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoramtaani firii isaa Eeggachaa jirtan hundaaf guyyaa firiin isaa itti gadi lakkifamuu yeroo dhiyootti waan ta'ef, obsaan eegan isinin jenna. Odeeffannoo dhugaa yoo arganne dafnee isin biran kan geenyu ta'a kanaf isinis channeli keenya hiriyyoota keessanif share godha. Yeroo gadi lakkifametti akka isiniif ilaalu yoo barbaaddan ID keessan fi maqaa keessan waliin nuf erga tola isiniif ilaalla. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/odeessawaayitawaa https://t.me/odeessawaayitawaa

  • Bara barnootaa kanatti barattoota miiliyoona 13 ol simachuun barsiisuuf karoorfamuus obbo Efireem himaniiru. Wayita amma hojiileen meeshaalee barnootaaf barbaachiisan mijjeessuu, haaroomsa manneen barnootaa fi kanneen biroo hojjetamaa jiru jedhan. Kitaabiilee dabalatee meeshaalee barnootaaf barbaachisaan hojiin guutuu hojjetamaa jira jedhan. Biirichi hanqinaalee kitaabiilee mudachaa turan marsaa marsaan furuuf hojjetaa akka jirus dubbatan. Tooftaalee baruu fi barsisuurratti jijjiirama fiduuf sadarkaa biyyaalessaa fi naannootti leenjiin dandeettii barsiisootaa cimsuuf gargaaru kennnamaa jiraachuus kaasaniiru. Akka naannoo Oromiyaattis dandeettii dubbisuu fi barreessuu barattootaa guddisuuf barsiisoota kutaa 3-5 barsiisan kuma 54 oliif leenjiin marsaa marsaan kennamaa jira jedhan. Hagayya 23, 2017 irraa eegalee barsiisoonni hundi manneen barnootaatti argamuun haaloota kan mijeessan ta’uus eeraniiru. Barnoonni akka Naannoo Oromiyaatti Fulbaana 5, 2018 kan eeegalu ta’uus Obbo Efireem akeekaniiru. Maatiin, hawaasni fi qooda fudhattoonni barattoota umuriin isaani barnootaaf gahee gara mana baruumsaatti akka ergan fi barataan kamuu mana baruumsarraa hafuu akka hin qabne dhaamaniiru.

  • BEEKSISA: Oromiyaatti Galmeen Barattootaa Haggaya 26 eegala - BBO Naannoo Oromiyaatti galmeen bara barnootaa 2018 Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017 gaggeeffama jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa. Qophii karooraa bara barnootaa 2018 ilaalchiisee Sadarkaa Hogganaa itti aanaa Biirootti Gorsaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Obbo Efireem Tasammaa himan. Naannichatti qulqullina barnootaa mirkanneessuuf dameewwan hedduun hojjetamaa turuu yaadachiisuun, bara 2018’f qophiin barbaachiisu taasifamaa jira jedhan. Haaluma kanaan galmeen barattootaa Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017tti kan geggeeffamu ta’uu kaasaniiru.

  • 18 авг. 2025 г.1592из ABDII_SABAA

    ODUU: Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii Salphisuuf ejjennoo qaba- Obbo Ahimad Shidee Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf ejjennoo qabachuun hojjechaa jira jedhan Ministitrri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen. Ministeerri Maallaqaa Tajaajila Mootummaa fi Riifoormii Bulchiinsaa gara hojitti galchuu isaan Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa irraa beekamtiin kennameefira. Obbo Ahimad Shideen wayita kanatti ,riifoormii mootummaan waggoottan darban gaggeesseen bu’aan qabatamaan argameera jedhan. keessattuu riifoormiin fooyyeessii diinagdee gooroon taasifamee sharafa alaa guddisuu fi diinagdee daddamaqsuu keessatti gahee olaanaa bahachuu dubbataniiru. Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf murannoon ejjennoo qabatee hojjechaa jiraachuu eeruun, fooyyeessiin Baatii Fulbaanaarraa eegale hojiirra ooluu kunis argasiistuu ta’uu kaasaniiru. Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Itiyoophiyaa Dooktar Makuriyaa Hayilee gamasaaniin, dhaabbiilee fi Gurmaa’insa Mootummaa ammayyeessuun humna namaa ogummaa fi namuusaan gahoome horachuun hawaasaaf tajaajila si’aataa fi bu’a qabeessa kennuuf riifoormiin garaagaraa gaggeeffamaa jira jedhan. Riifoormichi Ministeera maalllaqaa dabalatee dhaabbilee saddeet keessatti hojiirra oolaa turuu yaadachiisaniiru. Dhaabbilee kanneen keessaa Ministeerri Maallaqaa qophii haal duree xumuruun guutummaan guutuutti hojiirra oolchuu isaaf dinqisifataniiru. Hojjettoota Mootummaa miiliyoona 3.3 ‘f fooyyeessii miindaa gochuuf Birrii biiliyoona 100 fi biiliyoona 60 kan barbaachiisu ta’uu himuun, kunis murannoo Mootummaa ifatti kan mul’isuudha jedhan. Hojjettoonni mootummaa hojii isaanii kara bu’a qabeessa ta’een raawwachuun guddina biyyaaf gahee isaanii akka bahatan gaafachuu TOI gabaaseera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • 15 авг. 2025 г.166из ABDII_SABAA

    ODUU: WBO’n gabaasa mirga namoomaa Ameerikaa simate; yakkoota raawwatamaniifis qorannoon walabaa akka taasifamu gaafate Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)’n, gabaasi Ministeera Dhimma Alaa Yuunaayitid Isteetis qabiinsa mirga namoomaa irratti waggaa waggaan bahu kan bara 2024 simatee yakkoota raawwataman hunda irratti qorannoon bilisaa, haqa-qabeessa fi kan sadarkaa idil-addunyaa gaafatama akka taasifaman waamicha dhiheesseera. Akkasumas, Mootummaa Ameerikaa deeggarsa mootummaa Itoophiyaatiif kennu akka dhaabu gaafateera. WBO’n gabaasichi ba'ee “yeroo biraa irra deebiin dhugaa jireenya uummanni keenya waggoota torban darban keessa turan agarsiise. Doorsisaa sirnaan deeggarame, hammeenya mootummaa qindaa’aa fi abbaa irrummaan daangaa hin qabne jiraachuu mirkaneesse” jedheera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • 15 авг. 2025 г.228из afanoromofana

    Godina Booranaatti qonna Arfaasaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argame Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC) – Godina Booranaatti hanga ammaatti oomisha qonna Arfaasaa sassaabamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 1 fi kumni 200 argameera jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa. Godinichatti oomisha midhaan garaagaraa lafa heektaara kuma 100 fi kuma 35 irratti misoomerraa hanga ammaatti lafa heektaara kuma 100 ol irraa midhaan sassaabamuu Itti gaafatamaan Waajjira Qonnaa Godinichaa Obbo Jallaa… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/godina-booranaatti-qonna-arfaasaarraa-callaa-kuntaalli-miiliyoonni-1-fi-kumni-200-argame/

  • 14 авг. 2025 г.225из ABDII_SABAA

    Komii Hawwaasa Godina jimmaa Aanaa shabee somboo. Aanichatti Sambata xiqqaa darbe balaa tiraafikaa lafa gabaa keessatti muudateen lubbuun namoota 4 kan darbe yoo ta'u namoota 6 ammoo miidhaan qaamaa cimaan irra qaqqaabuu hawwaasni Aanichaa ibsan. Haa ta'u malee waajjirri kominikeeshinii Aanichaa odeffannoo kana dhoksuuf yaaleera jechuun haawwaasni Aanichaa komatan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • 10 авг. 2025 г.197из Abdii_Sabaa_University

    #Urgent #Komii #Yuunivarsiitii_Haramaayaa #Koollejjii_Fayyaa Akkuma beekkamu nuti barattoonni Yuunivarsiitii Haramaayaa kpolleejjii fayyaa kana duras sababa qormaata kutaa 12maaf jecha yeroon barumsaa keenya qixa ji'a 2tti dhiyaatuuf nu jalaa gubatee ture barattoota Yuunivarsiitii biroo nu waliin waggaa walfakkaataa barachu jirruus barumsaan nu biraa deemanii jiru. Amma immoo erga waamicha nuuf taasisanii nuti imala keenyaa jalqabuuf ticket murannee qe'ee irraa deemne guyyaa seensa mooraa yeroo hin beekkamneef dheereysuu beeysise. Amma barattoonni baayyeen erga qe'ee irraa deemnee magaaloota garagaraa keeysatti ticket murannee, mana siree qabanne maatii biraa fagaanne baasii baafnee jirrutti waan goonuufi dhiifnu wallalle jechuun barattoonni fayyaa Yuunivarsiitii Haramaayaa komii isaanii gara miidiyaa @Abdii_Sabaa dhiyeefatan. Qaamni dhimmichi ilaallatu barattoota kanaaf furmaata hatattamaa akka kennan cimsinee beeksifna. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • без подписи

  • 9 авг. 2025 г.1761из ABDII_SABAA

    ODUU: Artist caalaa bultumee irratti reebichi rawwatame. Kaleessa galgala Artist caalaa bultumee irratti reebichi raawwatamee akka ture miidiyaleen haawwaasaa hedduun gabaasuu irratti argamu. Haa ta'u malee qaamni reebicha kana raawwate hanga hammaatti adda Kan hin baane ta'uun ibsame. Artist caalaa bultumeen wayita kana yaala argatee fayyuumaa gaarii irratti akka argamus namootni itti dhiheenyatti argaman himan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • Uduu Ammee: Artiisti Caalaa Bultumee ni rukutame jedhaa jiru😔. Dubbichi haqa ta'uusaa qulqulleessinee kan isin beeksisnu ta'a. #caalaabultumee

  • 6 авг. 2025 г.194из ABDII_SABAA

    ODUU: Dorgommiin yunivarsitiiwwan gidduutti taasifamu qulqullina barnootaa irratti hundaa'uu qaba - Pirofeesar Birhaanuu Naggaa Dorgommiin yunivarsitiiwwan gidduutti taasifamu qulqullina barnootaa irratti hundaa'uu akka qabu Ministirri Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa ibsan. Yaa'iin Mana Maree Riifoormii Dhaabbilee Barnoota Ol-aanoo Itoophiyaa, Yunivarsitii Gondaritti mata-duree "Barnoonni Ol'aanoo jijjirama Guddaaf" jedhuun qophaa’e guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Yaa’ii kana irratti jijjiirama sirna barnootaa irratti taasifamaa jiru irratti waliigaltee irra gahaamuun ibsameera. Ministirri Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa sirna cufiinsa yaa’iichaa irratti argamuun haasawa taasisaniin, “amma booda yunivarsitiiwwan baay’ina meeshaalee barnootaa fi gamoo qaban irratti osoo hin taane, qulqullina barnootaa irratti wal dorgomuu qabu” jedhan. Dhaabbilee barnoota ol-aanoo gidduutti walitti dhiyeenyi barbaachisaa ta’uu kan ibsan ministirichi, riifoormii barnootaa guutummaatti hubachuun akka barbaachisus eeraniiru. Yunivarsitiiwwan barattoota akkamii barasiisaa jiru? Qorannoon isaan gaggeessaa jiran hangam barbaachisaa dha? Qorannoowwan kun haala addunyaan yeroo ammaa keessa jirtu waliin hangam barbaachisaa dha? kan jedhu irratti madaalamuu qaba jedhan. Rakkoolee yunivarsitiiwwan keessatti gama raawwii pirojektii fi keeniinsa Qormaata Yuunivarsitii ba’uu (Exit Exam) irratti mul’atan sirreeffamuu akka qabanis cimsanii akeekkachiisaniiru. Waggoota sadan darbanitti yunivarsitiiwwan odeeffannoo sirrii fi dhugaa ta’e akka kennan kan gaafataman ta’us, kana gochaa waan hin jirreef bara dhufu ni gaafatamu jedhaniiru Pirofeesar Birhaanuu Naggaan. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡

  • #Gadhiifame_jira #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa ifoome Finfinnee, Adoolessa 25 ,2017 (FMC)_Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoomera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Bara Barnootaa 2017 Barattoota Qormaata naannoo Kutaa 6ffaa fudhatan kuma 500 fi kuma 37 fi 848 keessaa %85.6 gara kutaa itti aanutti darbaniiru. Haaluma kanaan, barattootni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadii ilaallachuu akka danda’an ibseera.… https://www.fanamc.com/afaanoromoo/qabxiin-qormaata-kutaa-6ffaa-ifoome/

  • #ODUU: Liyooneel Meesiin adabame Taphataan lammii Arjantiinaa Liyooneel Meessin, tapha uurjiiwwanii ‘Sookar Liigii Meejer’ yeroo hundaa irratti hirmaachuu dhiisuudhaan adabbiin itti murtaahuu BBCn gabaaseera. Injifataa Baaloon D'Or yeroo saddeetii kan ta’e Meesiin, tapha Roobii darbe urjiiwwan ‘Sookar Liigii Meejer’ urjiiwwan Liigii Meeksiiskoo waliin taphatan irratti waan hin hirmaanneef, tapha tokko akka hin taphanne adabbiin itti murtaahuu isaati kan eerame. Kanaafuu tapha Intar Maayamiin boru Siinsiinaatii waliin taphatan irratti hin hirmaatu jechuudha.