tgindex
World Today

"Madda Oduu amanamaa."

Последний пост
30 окт.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
27
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
147
−1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
50
27 постов
Вовлечённость
34,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 27
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 17ffaa gaggeessee jira. Yaa’ichaan gabaasni raawwii hojii bara 2017 dhiyaachuun irratti mari’atamaa kan jiru yoo ta’u, bara baajatichaan galiin Birriin miiliyoonni 300 fi miiliyoona 57 ol argamuu ka’eera. Federeeshinichi bara 2017 Birrii miiliyoona 59.8 bu’aa argachuu ibsame. Dorgommii Sadarkaa Ardii fi Idil Addunyaa garee Biyyaalessaa Dhiirootaa fi Dubartootaaf Birrii miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 23 ol baasii ta’uu gabaasichaan ka’eera. @tikvahethafaanoromoo

  • Ramaddiin barattoota Remediyaalii ifoome! Barattoonni bara 2017 qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatanii yuunivarsiitiiwwan mootummaatti Sagantaa Fooyya'iinsaan/Remediyaaliin/ qabxii darbiinsaa galmeessan karaa liinkii armaan gadiitiin Yunivarsitii itti ramadaman ilaaluu ni danda'u. Ramaddii keessan ilaaluuf👇 Karaa Marsariitii👇 https://student.ethernet.edu.et Bootii Telegiraamii👇 https://t.me/moestudentbot Yuunivarsitii itti ramadamtan irraa waamicha eeggachuun barnoota keessan itti fufu ni dandeettu jedhameera. @tikvahethafaanoromoo  @tikvahorobot

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • #Ispoortii Tapha Shaampiyoonsi liigii Awurooppaan Arsenaal 4fi 0'n Atileetikoo Maadriidiin injifate. World Today (Haramaayaa,Oromiyaa) Tapha Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa marsaa 3ffaan Arsenaal 4fi 0'n Atileetikoo Maadriidiin injifate. Tapha Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa dirree Arsenaal Emireetis irratti geggeefameen Arsenaaliif galchii jalqabaa 57ffaa irratti Gabreel Magaalesh galchii 1, Gabreel Maartineliin galchii 1, Viktor Giyookesh galchii 2 lakkoofsisan. Tapha Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa kan biraan Niiwukasil 3fi 0'n Benefikaa, Maanchester Siitii 2fi 0'n Viyaariyaal, PSG 6fi 2'n Baayer Liiverkusen injifatan. @oduu_addunyaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • Ergaan armaan olii ☝️ergaa gaddaa" Waltajjii Waliinii Dhaabbilee Musliimaa Itiyoophiyaa Awurooppaa " irraa du’aan boqochuu Muftii Jalqabaa Haaji Umer Idriisii irratti kennamedha. @oduu_addunyaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • " Itoophiyaan maanguddoota ishee qubaan lakkaa'aman muraasa keessaa , gorsitoota ishee afaan isaanii damma ta'e keessaa tokko,jaalaala guddaa argachuuf faaya carroome,faaya jaalalaan eebbifamee dhabdeetti." "Addunyaa nama dadhabsiistu tanarraa boqochuun isaaniif boqonnaa ta'ullee,Warri umurii fi ogummaa walitti qabaatan yeroo hundumaa waan hin argamneef biyyaaf miidhama guddaadha. " Qulqullummaa isaanii Abune Maatiyaas 1ffaa, Paatriyaarkii Tawaahidoo Ortodoksii Itoophiyaa, Angafa Phaaphaasii Aksuumii fi Echege, Tekle Haymanot." @oduu_addunyaa Tiktok : @anket.media

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Gumaacha Muftii Guddichi Haaji Umar Idriis nagaa, tokkummaa fi tokkummaa biyyaalessaaf gumaachan lammiilee Itiyoophiyaa hundaan ni yaadatama - Ministira Mahaammad Idriis World Today Media Gumaacha Muftii Guddichi Haaji Umar Idriis nagaa, tokkummaa fi tokkummaa biyyaalessaaf gumaachan lammiilee Itiyoophiyaa hundaan kan yaadatamu ta’uu Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo Mohaammad Idris himaniiru. Sirni awwaalcha Muftii Guddaa Haaji Umar Idris Galma Mileniyeemii keessatti raawwatame. Sirna kana irratti Pireezidaantiin Mootummaa Federaalaa Itoophiyaa, Qulqullummaa Abuunee Maatiyaas, Paatriyaarkiin Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa, Sheek Hajii Ibraahim Tufaa, Pireezidaantii Mana Maree Waliigalaa Dhimma Islaamummaa Ityoophiyaa, qondaaltonni mootummaa olaanoo fi abbootiin amantaa argamaniiru. @oduu_addunyaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • Muftii Haji Umar Idriis Du'aan addunyaa kana irraa boqotan. Pireezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa duraanii Muftii Haji Umar Idriis Du'aan addunyaa kana irraa boqotan. @oduu_addunyaa

  • Sagantaa Eeggalchisuu Ji'a hubannoo Kaansarii Harmaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaa Jiddu-gala wal'aansa Dhibee Kaansarii Yaadannoo Dr. Kabajaa Artiistii Alii Biraatti gaggeeffame. Sagantichii Faawindeeshinii Artiistii Alii Biraa fi Biiroo Fayyaa Naannoo Hararii waliin ta'un kan qophaa'e ta'un isaa ibsamera. Sagantaa jalqabsisuu ji'a sosochii hubannoo uumuu kanarratti I/Aantun Biiroo Fayyaa Naannoo  Hararii Dr.Imaan Zeeydaan, Bakka bu'aa Faawindeeshinii Artiistii Alii Biraa, Daayreektara olaanaa kiliinikaalaa Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaa, Dubartoota Jiddu-gala wal'aansa Dhibee Kaansarii Yaadannoo Dr. Kabajaa Artiistii Alii Biraatti tajaajila wal'aansa argachaa jiran fi keessummonni Biiroo hirmaataniru. I/Aantun Biiroo Fayyaa Bulchinsa Mootummaa Naannoo Hararii kan ta'an Dr. Imaan Zeeydaan haasaa taasisan ji'an Kun Maalummaa,sababoota,Mallattoolee fi wal'aansa kaansarii Harmaa ilaalchisee sosochii hojii hubannoo uumuu bal'inaan hojjechun haadholiin dhibee kaansarii Harmaa ilaalchisee hubannoo gahaa qabaatani akka ofiira ittisan gochuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan kan itti hojjetamu akka ta'e ibsaniru. Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaalaa Hunda Galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti Daayreektara olaanaa kiilinikaala (chief clinical director) kan ta'an Dr.Mahammadnur Abdullahi gamasaanitiin yaada kennaniin dhibeen kaansarii harmaa wal'aansa gahaa argachuun fayyuu akka danda'amu ibsani, qaamoolee qooda fudhattoota hojii hubannoo hawaasa cimsuu irratti xiyyeeffannaa guddaan hojjechuu akka qaban dhaamaniru. ji'a hubannoo kaansarii harmaa kanarratti tajaajila qorannoo dhibee kaansarii harmaa bilisaa hawaasaf akka kennamus ibsamera. Duula  jalqabbi sosochii ji'a hubannoo kaansarii harmaa kun sagantaa miilaan deemuu hirmaattoota sagantichaan gaggeessudhaan jalqabamu isaa ibsamera. @oduu_addunyaa

World Today — tgindex