- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 18
- 1/48двое суток
- 20
- 1/72трое суток
- 22
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
NAMOOTAADDUNYAA KEENYAA SADAN (3) 1. Namoota seenaa hojjatan 2. Namoota seenaa barreessan 3. Namoota seenaa dubbisan ❏️ Namoonni kun hundinuu walqabatanii hojii hojjatu. ❏️ Hundumtinuus iddoo isaatti hojii isaaniif ta'u hojjatanii ijaa fi miila kan addunyaan kuni ittiin argituu fi ittiin adeemtu ta'u. ❏️ Yoo seenaa dubbifte ejjennoo kee cimsatta! ❏️ Yoo seenaa barreessite dhaloota waa dubbisanii hojjatan kakaafta! ❏️ Yoo seenaa hojjatte fakkeenya dhalootaaf taatee bara baraan yaadatamta! Akkaataa waa hubachuu fi xiinxaluutiin Namoonni Addunyaa keenya kanaa dandeettii waan tokko beekuutiin iddoo saditti qoodnee ilaalla! JOIN @Olii Ayyaanaa
Dubbiilee Hayyoota Addunyaa 16: ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Gorsaa_Ganamaa ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 1. "Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu, kanneen itti fayyadaman beektota qofa. " — (Thomas Takias) 2. "Sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i!" — (Jecha warra Ingilizii) 3. "Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama." — (Wiiliyaam Sheekispir) 4. "Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha." — (Maaksim Troobey) 5. "Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu." — (William Shekispir) 6. "Addunyaa kana jechi ibsu hin jiru." — (Jecha warra Morookoo) 7. "Nama carraa qabu galaanatti yoo darbatteyyuu qurxummii afaanitti qabatee baha." — (Jecha warra Arabaa) 8. "Namni suuta deemu dafee bakka yaade gaha." — (Jecha warra Chaayinaa) 9. "Daandii bakka yaadde si geessitu utuu hin beekiin adeemsa hin jalqabiin!" — (Jecha warra Ingilizii) 10. "Namni waan hundumaa hawwu nama guddaadha. Namni waan argachuu danda’u qofaa hawwu immoo nama ogeessadha." — (Jecha warra Aayilaandii) 11. "Namni dogoggora isaa mul’isee himatu akka nama kosii manaa haruuti." — (Maataammaa Gaandii) 12. "Nama tokko dogoggora isaa irraa deebisuun hojii guddaadha." — (Abrahan Liinkan) 13. "Namoonni hammuma gammachuuf of qopheessan gammadu." — (Abraham Liinkan) 14. "Namoota biroodhaaf hin yaadnu yoo taane, wanta namaaf gochuufii dandeenyu yoo dhiifne burqaa gammachuu tokko Akka gogsine beekuu qabna." — (Rey Liiman Wiilber) 15. "Gammachuu fi shittoon walfakkaatu. Utuu namootaaf biifanii ofiis urgeeffatu." — (Maaliif Waaltoo Imarsan) 16. "Maallaqni: √ Nyaata malee fedhii nyaataa hin bitu! √ Qoricha malee fayyaa hin bitu! √ Hordoftoota malee hiriyaa hin bitu! √ Hojjettoota malee Amanamtoota hin bitu." — (Heenriik Ibsan)😍
📝 Namni Gatii Ofiisaa Hin Beekne, Gatii Namoonni Isaaf Kennaniin Gatii Isaa Ibsata.🥺 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 🔴 Titiisni roobni itti roobe tokko gaanfa guddaa sangaa tokko irra qubattee aduu ho'ifachaa yeroo dheeraaf turte. Erga qorri ishee gadhiisee booda gurra sangaa sanatti jechuun, "dhiifama, amma deemaan jira," jette. Sangaanis garagalee ilaalee akkana jedhee deebisef: "Yeroo qubattes natti hin dhaga'amne; yeroo kaatus homaa natti hin dhaga'amu." deemi jedheen. ✉️ Jireenya keenya keessatti namoonni tokko tokko ni jiru. Yeroo nu waliin jiraatanis bu'aa nuuf hin qaban; yeroo nurraa fagaatanis miidhaa nurra geessisan hin qaban. Garuu akka waan jireenya keenya keessatti gahee guddaa qabanitti of ilaalu. ✍️ Kanaaf, namoota gatii isaaniis ta'ee gatii nama biraa hin beekne waliin yeroo kee hin gubin! Nama tasgabbaa'aa ta'i! Hojii kee irratti xiyyeeffadhu; namoota akkasiitiif deebiin hundarra gaarii ta'e milkaa'ina keeti. ✅ Namni gatii isaa hin beekne, namoonni ati dadhabaadha gaafa ittin jedhan, gatii isaa waan hin beekneef sirriidha eyyee an dadhabaadha jedhee fudhachuun jireenya dadhabaa jiraata. ✍️ Namni gatii isaa beeku garuu, namni tokko dhufee ati dadhabaadha yoo ittiin jedhe; akkas jechuun deebisaaf, amma yaadu dandeessuuf amma ittiin of yaadduun ana yaaddee!... Animmoo sammuu koon waanan yaaduuf, sammuu koo ammoo gatii akkan ani qabutti waan amaneef... Jechi ati amma naan jette kun na hin ibsu jechuun deebisaaf! Gatiin kee amma isaan si yaadaniin ol akka tahe dursii amani! ✅ ✍️Waan Dubbistaniif Galatoomaa Jecha Maxaansa Kana Namoota Akka Keetti Dubbisaan Bira Akka Geessan
https://www.facebook.com/100056220035102/posts/pfbid0kyJw6DQKib4sU19RBtseJ1no5WDBSKW7Qz8kbbmgYQXBEwUMiD8cjV4gZogSzAddl/
👉 Liinkii Qabxii Ittiin Ilaalan: https://aa6.ministry.et/#/result
https://portal.aacrrsa.gov.et
https://portal.aacrrsa.gov.et
HUMNA MURTOO Murteen dogoggoraa tasuma murtoo dhabuu irra wayya! Jireenya keenya keessatti yeroo baayyee carraa dhabna, abjuun keenya awwaalamee duubatti hafna. Kun immoo sababa dandeettii dhabuu keenyaaf osoo hin taane, "boru nan murteessa" jennee duubatti deebi'uu keenyaan. Murteessuun karaa guutuu ykn haala 100% nageenya qabu eeguu osoo hin taane, filannoowwan jiran madaaluu fi murtoo ija jabinaafi yeroon murteessuu danda’uudha. Duubatti deebi'uu fi sodaan hattuu yerooti! 📌 Amaloota barbaachisoo sadii namoota kutannoo qaban namoota biroo irraa adda godhan : 1- Waan murteeffamuu qabu yeroon murteessu. Yeroo bulchuun humna isaanii isa guddaadha. 2- Hoggantoonni murteessoo ta’an ykn namoonni dhuunfaa murtiin isaanii dogoggora ta’us sababa hin barbaadan; Dogoggora isaanii irraa baratanii dafanii sirreessuu, nama hin komatan. 3-Waan darbe irratti qofa hin xiyyeeffatan, haala yeroo irratti hundaa'uun tarkaanfii itti aanu ija jabinaan fudhatu . Kanaafuu jireenyi filannoodha. Jireenyi ati hin geggeessine murtoo fi haala namoota birootiin akka qajeelfamtu si taasisa. Murtoon dhugaa sodaa mo’uu fi tarkaanfii jalqabaa fudhachuuf ija jabaachuun jalqaba. Murtoon kee si sochoosa , sochiin kee immoo gara milkaaʼinaatti si geessa. Yeroo duubatti deebi'uu hin qabdu. Amma murtoo ija jabinaan murteessi! Olii Ayyaanaa
Jecha Pro Mihratuu SHaanqoo keessaa Muraasa: √√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√√ Mul'ata malee Hin mul'atan Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti! ➺✔️ of beekuuf murtoo Hin qabdu taanan yoo of beektes murtoo Hin murteessituu ➺✔️Barachuun beeku Hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa ➺✔️ Qabeenyi akka maleetti kufeef dagatame dhala namati ➺✔️ Namni lakkoofsa guutuuf dhalate Hin jiru lakkoofsaan guutuu ta'ee dhalata malee Gonkumaa Hin arifatin Gonkumaa Hin dhiphatin Gonkumaa Abdii Hin kutin Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti Hin dhaabbatin ➺✔️ yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha ➺✔️ jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti ➺✔️Addunyaan sammuu keefi jecha Ati waa'ee keef qabduu keessaa jirti ➺✔️ yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata jedhama barrisuu kan dandeessuu yoo hamma barrissuu dandeessuu amantee qofaadha ➺✔️ Of shakkiin inni namni biraan si shakkuu iyyuu si ga'a ➺✔️ carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti ➺✔️ Dirree itti injifatamtee keessaatti lubbuun jiraachaa hafuu kee caalaa dirree itti injifate keessaatti duute awwaalamuu sif wayya ➺✔️ meeshaa ammayya'aa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutti gara dirree seen I ➺✔️ tulluun of beeke si duraa kufuu Hin jiru akkasumas tulluu Ati dhibdee siduraa kufuu didu Hin jiru ➺✔️ Sammuu hidhamaadhaan addunyaa hikamaa keessaa jiraachuu irraa qaamaan hidhamanii sammuu hiikamaa qabaachuutu wayya ➺✔️ Rakkinaa kalleessaa sirra ga'ee har'as rakkina jettee dubbatta taanaan har'as namatu sif Hin arginee malee rakkinaa isa kan kaleessaa caalu keessaa jirta ➺✔️ Geggeessummaan Carraadha osoo Hin taanee itti gafaatammummaadha. Kitaaba Pr Miratuu shanqoo irraa
ሰበር!! 🔥የዳግም ተፈታኞች ምዝገባ ጀምሯል!! http://exam.ethernet.edu.et/ ለምዝገባ የባለፈው ፈተና ላይ ከትምህርት ቤት የወሰዳቹት username ያስፈልጋል! ላልሰሙ ሼር አርጉላቸው 👉 @Olii Ayyaanaa
Caamsaa 6/2018 👋Oduu Gammachiisaa Barattoota kutaa 12ffaatiif: Barattoonni Kutaa 12ffaa bara kana qoramanu Caamsaa 7/2018 ganama sa'aa 3:00 irraa hanga guyyaa qormaataatti Desktop, Laptop, Tablet fi Mobile Phone fayyadamuun Qorumsa Biyyoolessaa shaakaluu akka dandeessan Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksisee jira. 👉Tartiiba hordofamuu qabu: 1. Barattoonni Naannoo Oromiyaa liinkii exam1.ethernet.edu.et jedhu cuqaasuun seenaa 2.Bakka 'User name' jedhutti Lakkoofsa Admiishinii (Admission Number) Kaardii Seensa Galma Qormaataa (Admission Card) gubbaa jiru itti galchaa. Admission Card keessan Mana Barnootaa keessan irraa argattu. 3. Bakka 'Pass word' jedhutti 1234 galchaa Tajaajilichi gaaffilee ittiin shaakaltan yeroo yeroon marsariiticharratti kan fe'aa deemu tahuu beeksisee jira.
https://t.me/BEEKSISA_ONLINE/5278
Dubbisi_Si_Fayyadaa👇 Gammachuu fi shittoo Osoo namaaf biifanii ofiifis urgeeffatu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama ta'uu malee nama fakkaachuun salphaadha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barumsi Waanuma baratame barachuu miti. Sammuun akka yaaduuf leenjisuudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Sodaatamuu osoo hin taaane kabajamuu jaalladhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gaafa Duuba kee garagaltee ilaaltu hammam akka deemtee dhufte hubatta. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Namoonni dhukkubaan hin du’an, dhiphina keessa isaaniitiin malee. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo tarkaanfii tokko tarkaanfachuu yaaddu,gufuu tarkaanfii tokko si ittisuu danda’utu si dura dhaabbata. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Nama baay'ee si beeka ta'a; garuu kan si hubatu muraasa. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Gammachuun kee waan ilaaluuf filatte irratti hundaa'a. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Yeroo kamiyyuu haala keessa jirtu jijjiiruu akka dandeessu yaadadhu. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Mul'ata malee Hin mul'atan,Mul'ata jechuun imala yaada sammuuti ️ ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Barachuun beeku hin ibsu beekuun garuu barachuu Ibsa ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ •Gonkumaa hin arifatin, •Gonkumaa hin dhiphatin, •Gonkumaa Abdii hin kutin, •Gonkumaa waan xiqqoon qabamtee karaatti hin dhaabbatin. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenyaa Ati qooddachuuf eeggattudha. ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Jaarraan 21 ffaan jaarraa namoota tattaaffii fi tarkaaffiiti malee jaarraa tuffii miti ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ yoo Amantee wanta ta'uu barbaadde ni taata ◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦◦ Carraan amma qabduu kan guddinaati malee kan badiisaa miti. Kanan dubbiserraati ✍️Waan Dubbistaniif Galatoomaa!
Hordoftootni amantaa kiristaanaa hundi Baga ayyaana Du’aa ka’uu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyasuus Kiristoos (Faasikaa)nagaan geessan jechaa. Ifni Ayyaana Faasikaa hunda keenyaaf madda Abdii fi gammachuu, sababa jaalalaa, mallattoo kabajaa akka nuuf ta’u Hawwa. Isa jiraataa Maaliif warra du'an keessa barbaaddu? Innoo ka'eeraa!'' Luq. 24:5-6 To all Christians worldwide, I wish you a peaceful and healthy Easter in celebration of our Lord and Savior, Jesus Christ. May the light of Easter inspire hope, bring joy, foster love, and symbolize respect. መላዉ የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለጌታችን ለመድሀኒታችን እየሱስ ክርስቶስ የትንሳኤ (ፉሲካ) በዓል በሰላም እና በጤና አደረሳችሁ እያልኩ፡ የትንሳኤ ብረሃን ለሁላችንም የተስፉን ፊኖት፣ የፊቅርን ሸማ፣ የመዋደድን ምክንያት እና የመከባበርን ተምሳሌት ያድለን፥ የአመት ሰዉ ይበለን። Olii
Beeksisa📝 ማስታወቂያ🔔 Qorumsi kutaa 12ffaa bara 2018 gosa barnootaa qormaataaf qophaahaniifi kutaa meeqaa hanga meeqaatti akka haammatu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa ifoomse 🙏 Saayinsii Hawwaasaaf 👉 English 👉 Maths 👉 Scholastic Aptitude 👉 Geography 👉 History fi 👉 Economics yoo ta'an Saayinsii Uumamaan 👉 English 👉 Maths 👉 Scholastic Aptitude 👉 Physics 👉 Chemistry fi 👉 Biology dha Qabiyyeen isaa kutaa 9ffaa irraa kaasee hanga kutaa 12ffaa kan dabalatu ta'a jedhameera 🙏 Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2 Galatoomaa Sanyii Guddataa
ስለሆነም ደንበኞቻችን ካሉበት ሆነው ይህንን ማገናኛ (Link) https://faydaabaybank.com.et/ በመጠቀም ወይም በአቅራቢያችሁ ወደሚገኝ የዓባይ ባንክ ቅርንጫፍ በመሄድ የፋይዳ ተለዋጭ ቁጥርዎን (FAN) ተጠቅመው ሒሳብዎን ከፋይዳ መታወቂያዎ ጋር ያስተሳስሩ። ለተጨማሪ መረጃ ወደ ነጻ የጥሪ ማዕከላችን በ8834 ይደውሉ፡፡
Lakkofsa National ID ittin guutaan jijjiruu yoo barbaadan link.kana fayyadamaa. https://id.et/update https://id.et/updatecenters
ጠፍታ የነበረችው የድሮዋ vidmate update ሲጠይቅ cancel አድርጉት VIDMATE APP SHARE 🚀 @bacossite @bacossite
без подписи
Galmeessi qormaata biyyaalessaa kutaa12ffaa gaggeeffamaa jira **** Gaazexaa Bariisaa Finfinnee: Galmeessi qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 gaggeeffamaa jiraachuu Ejensiin Madaalliifi Qormaatawwanii Barnootaa beeksise. Qoramtoonni galmeessasaanii yeroo murtaa’e keessatti akka xumuran kan gaafate ejensichi, kanaafis qajeelfamoota ifoomsuu ibseera. Akka qajeelfamichaatti qoramtoonni idilee karaa manneen barnootaasaanii kan galmaa’an yoota’u, kanneen qormaata kana duraan fudhatanii qabxii fooyyeffachuuf yookiin irra deebi’anii dhuunfaadhaan qoramuu barbaadan toora interneetii irratti galmaa’uu qabu. Dorgomtoonni dhuunfaan kunneen toora marsariitii dhimma kanaaf qophaa’e https://register.eaes.et, fayyadamuun akka galmaa’aniifis waamichi taasifameera. Qoramaan kamuu yeroo kenname keessatti yoo hingalmoofne qormaataaf dhiyaachuu akka hindandeenyes ejensichi beeksiseera.