Oromoo Walloo🥰
Статистика- Последний пост
- 28 апр. 2024 г.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
Galanii kaa rabbiif Alahamdulillah 🙏
Xiinxala oduu: MNO hidhattoonni #WBO "karaa nagaatiin deebi’aa jiru" yoo jedhu WBOn waraannisaa “gabbataa” jiraachuu hime Miidiyaan mootummaa OBN gabaasa Ebla 12, 2024 qindeesseen, aanaalee Godina Wallagga Bahaa keessatti argaman keessatti “miseensonni “#ABO Shanee 24” harka kennataniiru jedheera. Ajajaan Olaanaa WBO Obbo Kumsaa Dirribaa kan baay’inaan maqaa Jaal Marroo jedhuun beekamu, gamasaaniitiin, mootummaan Itoophiyaa durfamu rakkoo #Oromiyaa keessaa waraanaan furuuf yaaluunsaa rakkoo ijoodha jedheera. Akka dubbii Jaal Kumsaatti, sababni ijoon milkaa’uu dhabuu marii marsaa lammaffaa akkaataa adeemsa hidhannoo hiikkachuuif deebisanii ijaaruurratti waliigaluu dhabuurraa kan ka’eedha. Itti aanaa Ajajaa WBO Zoonii Kibbaa Jaal Gammachuu Abbooyyee fedhiin mootummaa waraana dhaabsiisuurratti malee rakkoo dhimma siyaasa Oromoo kan qawween akka ka’uuf sababa ta’e furuurratti kan xiyyeeffatee miti jedheera. Gabaasa bal’aa dubbisaa https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=3743
Abbaa Gadaa Oromoo Walloo
Weeraara Faanoo ummata Godina saba oromo irraatti Guyyaa kaleessa fi Har'a gaggeefame irraatti Qotee Bultoonni miidhamun dhagahame jira. Aanaa Dawwa caffa Ganda Gobaayya irraa 1.Adam Bullaa wareegame jira. 2.Ganda shakla irraa nama tokko 3.Ganda Abaayee irraa nama tokko. Waluma galatti namoonni 3 wareegamu beekame jira.
без подписи
Kabaja Guyyaa Gootota oromoo kutaa 1ffaa ONM-ABO Ebla itti dhiyaadhaa!://www.youtube.com/live/D81TtkpUBm0?si=fnyXF4DN4Ke3iXqk
Walloon Oromiyyaadha Oromiyaa Biyya!❤💚❤
Kamisee .... Har'a makkalaakayaan uranee unguddattuu irraa namoota shan qabee jira. "Horii Amaaraa fuutaniii jirtanii deebisaa" jechuun fuudhanii mana hidhaa Kamiseetti naqanii jiru. Qawwee isaaniitis irraa fudhatanii jiru. Qawween suni hundi immoo qawwee seera qabeettiidha. Namoonni qabaman kunniinis akka asii gadiiti. ~Ahmad Hasan Abbagaar qori arja'o irraa ~Umar Aabbitee Heedaruu qori raasaa irraa ~Muusaa Muhammad Dooyyoo qori jabaa siibaa irraa ~Muhammad Sa'id dugugguruu irraa ~Hasuu Shee Ammuu qori raasaa irraa Waan isin dhibu horiin amma fuudhame jedhan kuni horii soddoma ture. Faallaa kanaa immoo horiin ummata keenyaa jaarraa irraa horiin kaarra sadihii fuudhamee ture. Horiin suni hanga ammaa as buuteen hin jiru. Horii qofaa miti Amaara biraa lubbuu nama afurii qabna. Makkalaakayaan har'a maqaa horiitiin ummata keenya qabe, waa'ee namoota Amaara bira jiranii dubbatee hin beeku.
Baga Guyyaa torbe Gootota Oromoo geessan!
Haasawa jaal marroo toora zoom tiin guyyaa gootota oromoo ebla 15 guyyaa har'aa kabajamee oolerratti taasisan dhaggeeffadhaa.
Injifannoo Fantaallee
без подписи
Lammiilee #Itoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyatti deebisuun har’a eegale Lammiilee Itoophiyaa #Saawud_Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 70,000 gara biyyaatti deebisuu eegalamuu Ministeera Dhimma Alaa beeksise. Haaluma kanaan torbanitti balaliiwwan 12 taasisuun baatiiwwan afran dhufan keessa lammiilee Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaatti deebisuu kan gaggeeffamu ta’uun eerameera. Guyyaa har’as deebitoonni wayita Buufata Xiyyaara Idil Addunyaa Boolee ga’anitti aagan’oota garaa garaan simannaan taasifameera. Dilbata darbe jilli Deetaa Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon durfamu Riyaaditti aanga'oota Saa'udi Arabiyaa waliin dhimma haala baqattoota Itoophiyaa haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuu danda’amu irratti mari’achuu ni yaadatama. AS
Agartee ? Gaafa ati wal irratti xiyyeefattee garaa walitti jabaattu kan duraan fagootti si eeggatu balbala kee cabsee sitti aggaammata. Keessoo kee yeroo argan guyyaa lamallee qisaasuuf hin obsine isaan. Cubbuun walii keenyarratti aadeffanne bu’aan isaa eenyuun akka hamilchu oolmaan Boolee harraa ragaa dha. Yaya Beshir
без подписи
без подписи
Kuni Kamisee dha. Bareedduu waa maraa! Baga geessan Warqii Ilmaan Warqituu !❤️💔🙏