Maaddii OSA
СтатистикаWelcome to OSA channel OSA IRRATTI GALMAA'UUF KARAA TELEBIRR KAFFALAA! 0904199725 Erga kaffaltanii booda Karaa user name kanaa screen shot ergaa @OSAclean see your in front of and learn more
- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 34
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 95
- 1/48двое суток
- 108
- 1/72трое суток
- 117
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
Akkam jirtu hordoftoonni fuula sabaa hima kootii anin kun naaggttin isiniif jira. Yoo hayyama rabbii ta'e yeroo dhiyootti kitaaba imala milkaayinaa jedhu " iccitii godaansa dargaggeessicha amanamaa kan of keessatti qabate maxxansaaf ni dhiyaata isa dura garuu karaa Live sabaa hima tiktok @yonasdaniel28 sagntaa dubbisa kitaa baa torbanitti guyyaa lama ni qabna sanaaf qophii tolchaa jechaa guyyaa jimaataa fi kipxataa galgala akka sa'a biyya keessatti 3:00-4:00 kan waliin turru ta'a. Ammasitti nagaa ta'aa jechaa fedhii fi hawwii kitaaba dubbisuuf qabdan calaqqisiisuuf like tuqaa. Kitaaba jaallattan filachuuf comment godhaa. Sher gochuun qaqqabsiisaa. Galatoomaa!
📢 Obboleessa Koo Dammaqi! 🧠✨ Dhagahi fira koo... Dhugaan ani har'a sitti himu kun qalbii kee raasuu danda'a; garuu obsaan dubbisuun kee murteessaadha. Wanti ijaan argitu hundi "bareedaa" sitti fakkaataa? Ati miidhagina bifa alaa fi boca qaamaa qofa ilaalta taanaan, ati nama bareedina dhugaa jaallatu miti. Dhaabbadhuu yaadi! —————————— 1. Bareedina Dhugaa Moo Calaqqee Alaa Hordofte? 👁️✨ Yoo miidhagina foonii fi boca alaa qofa hordoftee dinqisiifachaa dhiphatta ta’e, ati nama miidhagina foonii malee kan aartii fi uumama dhugaa hubatu miti. Ilaalchi kee gogaa alaa bira yoo hin dabarre, miirri kee qalbii keetiin osoo hin taane dharraa fooniitiin qofa kan dhiibamudha. Guddinni ati dinqisiifattu sun kuufama foonii yeroon dabarsu qofa ta'uu isaa dagatteetta. 2. Dogoggora Nuti Uumne! 🎭⛓️ Dhugaa haa dubbannu... Nuti dhiironni fedhii fooniitiif dursa waan kennineef, dubartoonnis boca qaamaa isaanii akka qabeenya guddaatti akka ilaalan taasifne. Miidhagina sammuuf osoo hin taane, ija keenya qofa gammachiisuuf akka carraaqan goone. Sammuu kee gabbisuu dhiistee foon dhumataafi dabraniif jireenya kee, yeroo kee fi maallaqa kee dabarsee kennita. 3. Ulfinni Mootummaa Keetii Eessa Jira? 👑📉 Dhiirri fedhii fooniitiin bulu, mootummaa sammuu isaa dhabeera. Yoo miidhaginni alaa fi socho'insi fedhii foonii xiyyeeffannaa kee hundaa fudhate, ati ammallee garba fedhii keetiiti. Qaroomina jechuun miira ofii to'achuu dha; malee tuullaa shittoofi dharraa keessatti qabamanii kallattii jireenyaa dhabuu miti. Dubartii sammuu bareedduu fi hafuura qulqulluu qabdu addaan baasuu dadhabuun salphinadha. 4. Qalbii Ofii To'achuu Dadhabuu! 🧠🍂 TikTok fi Instagram irratti foon raafamaaf "like" kennitee yeroo kee yeroo gubtu, miidhaginni foonii kun boru biyyoo ta'uu isaa dagatteettaa? Dhiirummaan kee fedhii foonii dabraniif jilbeenfachuu keetiin yoo madaalamu, abdiin maalii sirraa eegama? —————————— ⚠️ Dhaamsa Xumuraa! Obboleessa koo... Ija kee bani! Bareedinni inni guddaan fayyaa, beekumsaa fi dammaqina keessooti malee boca qaamaa dabraa miti. Barbaadaa ta'uu dhiisii qorataa sammuu ta'i. Ati badhaasa dachee kanaati malee garba tuullaa dharraa ta'uu hin qabdu. Kabaja kee xuriif hin gurgurin! Ibiddi dharraa fi xurii qalbii kee akka hin gubne of eeggadhi! 🔥 Aarri anarraa, ibiddi sirraa! 🦁🔥 —————————— ✅ SHARE "Obboleessa koo dammaqi"! ✅ Yaadni kun yoo si amansiise LIKE godhi! @maaddiiOSA @maaddiiOSA
Kaffaltii yeroo raawwattan karaa telegram @mate_western irratt screenshoot kaffaltii naa erguu hin dagatinaa.
https://t.me/+jIKpvN-G_Y5lM2Q0
без подписи
Ani nama dogongoraan dhalateedha. Nama miti Waaqnuu waan na beeku miti.Ani nama dogongoraan dhalateedha. Namavmiti Waaqnuu waan na beeku miti. Maal jireenyi akkasii? Maal utuu dhalachuumti koo hafeera ta'e hin wayyuu? Carraa abaaramaan akkasii kan koo qofa maaf ta'e" jettee beektaa? Hiriyyootni kee hundumtuu si biraa milkaa'anii jireenyi toora galeefi.. Bakka gurguddaa ga'aanii. Atimmoo rakkinni mana keetti wal gahee, Rakkina kee uffataan dhokfattee daabboo gogaa tokko ciniintee manaa baatee, gaafimmoo isumayyuu dhabdee agabuukee baatee beektaa? Halkan waarii sa'aati 9tti hirriba keessaa kaatee rakkinoota kee ilaaltee, carraan kee karaa hundumaan cuccufaa ta'uusaa ilaaltee siree keerratti imimmaan sii fi waaqni qofti L. Namni ati baayee abdattu tokko "Abshir anuu siif jira. Hin yaadda'iin! Waan barbaaddeen si cinan jira" jedhee waadaa siif galee, rakkinni morma gaafa si gahu itti billbilattee bilbila sirraa kaasuu didee beekaa? Wanti ati gatii guddaa itti baafte (yerookee, humna kee ykn maallaqa kees) itti baaftee, "kun naaf milkaa'eera" jettee abdatte tokkoo si jalaa babbadee, liqii namaa ofirraa baasuu dadhabdee karaa jallifattee dhokachaa jiraachuun si qunnamee beekaa? Humnaa fi beekumsa utuu qabduu, waan ittiin mul'ata kee galmaan gahattu dhabdee, karaa meeqa yaaltee dandeettii kee owwaaltee taa'uuf dirqamtee beektaa? Bakka jireenya kee dhokfattee, bilbilaa fi location kee hundumaa jijiirtee bakka maatii fi hiriyyoonni ykn namni si beeku kamuu sin argine jiraachuuf murteessitee beektaa? Waan sitti hima! Tasumaa abdii kee kuttee murtoowwan jireenyakee egeree dukkaneessan ofirratti hin murteessiin. Karaan ati irra adeemaa jirtuu fi haalli walxaxaan ati keessa jirtu daandii milkaa'insa keetti si geessanidha.Bor seenaa gootee dhalootatti akka himtuufidha. Qormaata jireenyaa qoramaa jirta beeki.Qormaata kana injifattee darbinaan hayyootaa fi namoota gurguddoo bor addunyaaf bu'aa buusan, Kan miidiyaan biyya keessaaf alaa seenaa jireenya kee fi milkaa'insa kee afgaaffii siif gochuuf dabaree qabatan akkati taatu hin shakku. Maalif yoo jette seenaa ati har'a dabarsaa jirtu kun seenaa salphaa miti! Qormaatichis qormaata salphaa miti! Kana injifattee darbitee, bor gaafati teessee dhugaa baatu, seenaan kee ofumaan "na dhaggeeffadhu! Na dhaggeeffadhu!" Namaan jedha. Tasumaa harka hin kenniin....! Ulfinni kee borii rakkina kee har'aan tasumaa Waaqni inni si uume bu'aa ba'ii kana si dabarsee iddoo atiyyuu ofiif hin yaanne, iddoo kabajamaa si geessisa.Maxxansa kana dubbiftee yoo jiratte, daqiiqaa tokko itti yaadi "Ati bor nama guddaa akka taatu" rakkina keetti himi. Namoota haala akkasii keessa jiraniif maxxansa kana Share godhaatii ittiin naaf gahaa! Kana dubbisanii namni tokko ykn lama abdii akka horatan nan amana. Barreeffamni yoo sitti toleera ta'e react godhi. @maaddiiOSA
Akkam bultan maatii MaaddiiOSA harra barruu ani jaalladhe tokkon isiniif qooda isinis dubbisaa react godhaa👇
Channel name was changed to «Maaddii OSA»
Channel name was changed to «Maaddii»
🚀 OroTech Academy amma hojii isaa jalqabeera! 🎉 Teknooloojii, Artificial Intelligence (AI), ogummaa kompiitaraa, mobile tips, freelancing fi odeeffannoo teknooloojii yeroo ammaa Afaan Oromootiin salphaatti barachuu yoo barbaaddan, fuula keenya hordofaa. 📚 Guyyaa guyyaan barnoota haaraa, 💡 Tarsiimoo fi gorsa hojii, 🤖 AI Tools, 💻 Computer Skills, 📱 Mobile Tips, 🌍 Tech News fi kanneen biroo isinif qoodna. 👉 Follow godhaa, hiriyoota keessanis affeeraa. 📘 Facebook Page: https://www.facebook.com/profile.php?id=61591877008120 "Teknooloojii Afaan Oromootiin hundaaf salphatti." #OroTechAcademy #Technology #AI #ComputerSkills #AfaanOromoo #DigitalSkills
#CV Hojiif yeroo Dhaabbata garaagaraatti apply gootu, waan baay'ee murteessaa taheef milkaahinakeef gahee guddaa taphatu, CV sirriitti seerasaa eegee hojjetame tahuu beektaa? Ogummaa CV hojjechuutiin muuxannoo gahaa kan qabnu, CV professional tahe qarshii 300 qofaan isiniif hojjenna! ✅Eebbifamtoota haaraa(fresh graduates ✅Namoota Muuxannoo qabaniif(Experienced ) ✅Dhaabbataaf(for Organizations) Teessoo armaan gadiin nu quunnamuu dandeessu! ✨ Build a CV that speaks for your skills and opens new opportunities! 📑🚀 Professional CV preparation for fresh graduates, experienced professionals, and organizations. We create clean, modern, and professional CVs tailored to your goals. 🙌 Only 300 ETB! 📩 Contact us now: t.me/mate_western https://www.facebook.com/mate22p
Check out Yonas Daniel's profile on Sydro. https://api.aemro.net/mobile/profile/0332f8e5-168d-4da5-8fcd-037f30e53bdb
https://t.me/DAANDII_MILKAAYINAA/835
https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSd8emIwMFSg1bIWh1nfUW17XB5QE7g359wIV960njfqPV_HiQ/viewform?usp=dialog
Google form armaan gadii seenuun odeeffannoo leessan guutaatii barnoota eegalaa👏👏👏
Barnoonni Video Editing fi graphics design karaa on line bor galagala jechuun 20/08/2018 ni eegala. Barattoonni kanneen lamaan irratti galmee xumurtan galgala sa'atii 2:30 irraa kaastanii fuula telegram kana irratti argamuu qabdu. Linking yeroosuma karaa keessaa isiniif ergama🙏🙏🙏
Bilbila kee madda galii itti godhadhu! 🎬💰 "TikTok fi Instagram irratti yeroo gubuu dhiisiitii, yeroo kee gara maallaqaatti jijjiiri! 📱✨ Beekta dhaa? Har'a Supermarket-onni, dukaanni uffataa (Boutiques), hoteelonni fi daldaltoonni gurguddoon ogeessa viidiyoo TikTok fi Facebook irratti daldala isaanii beeksisuuf 'Kaffaltii Olaana' kaffaluuf si barbaadaa jiru! Ogummaan Video Editing ogummaa har'a addunyaan irra jirtu dha. Ati garuu 'Laptop' qaalii hin barbaaddu. Bilbila kee harka jiru qofaan: ✅ Viidiyoo ammayyaa (Cinematic) hojjechuu ✅ TikTok & Reels irratti viral ta'uu ✅ Daldaltootaaf beeksisa hojjettee kaffaltii jabaa fudhachuu Ogummaan kun salphaatti ni baratama, bu'aan isaa garuu jireenya kee jijjiira. OSA (Oromia Skills Academy) daandii itti ati 'Professional Video Editor' taatu siif qopheesseera. Yeroon kee amma! Galmaa'i, baradhu, dandeettii kee gurguri! 🚀🏆 #OSA #VideoEditing #SmartphoneSkills #DigitalIncome #OromiaTech #TikTokEthiopia