GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016❤️💚💐🌹🌷
СтатистикаGaaffii Hubachuun Walakkaa Deebi'iiti🏆
- Последний пост
- 25 июл.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 42
- 1/48двое суток
- 48
- 1/72трое суток
- 51
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Complete tasks and manage your rewards.
🤝 Invite & Earn Share link and earn 20 ETB per referral! 👇 Your Link: https://t.me/HuluBingoZoneBot?start=NGPCTP
Jireenyi karaa salphaa miti. Yeroo tokko tokko wanti ati hawwitu si irraa fagoo fakkaata. Garuu namni obsaan hojjetu fi abdii hin kutanne dhuma irratti milkaa’a. Har’a yoo ulfaate, bor ni salphata. Har’a yoo hin milkoofne, bor yaalii biraa godhi. Wanti guddaan yeroo fudhata. Kanaaf: abdii hin kutin, gara fuulduraatti tarkaanfadhu.
https://vm.tiktok.com/ZMAYG9Cy9/
🅰kkasumaas Baruu Fi Barsiisuun Fulbana 5/2018 Ni Eegala 1. Baratooni Baga Barnoota Fi Hiriyaa Keeysaniin Walitti Isin Dachaase ykn Deebitan
GAAFFII QORUMSA XUMURA BARNOOTA SADARKAA GIDDU GALEESSAA (1ffaa) KUTAA 8ffaa BARA 2016❤️💚💐🌹🌷 pinned «Akkuma Asiin Olitti Agartanitti :- GALMEEN BARATTOOTAA HAGAYYA 20 BARA 2017 JALQABA YKN NI EEGALA🙏GALATOOMA KANAAFU BARATOONI Meeshaale Galmee Kardii fi Maatii Keeysan Fiddani Akka Glmooytan . Waajjira Barnootaa Aanaa Meettaatu Gabaase🙏»
Akkuma Asiin Olitti Agartanitti :- GALMEEN BARATTOOTAA HAGAYYA 20 BARA 2017 JALQABA YKN NI EEGALA🙏GALATOOMA KANAAFU BARATOONI Meeshaale Galmee Kardii fi Maatii Keeysan Fiddani Akka Glmooytan . Waajjira Barnootaa Aanaa Meettaatu Gabaase🙏
Baruu Fi Barsiisuun Fulbana 5/2018 Ni Eegala Insha Allah
Waajjira Barnootaa Aanaa Meettaa✅️✅️✅️✅️❤️🫶
без подписи
https://youtube.com/@roobaaaammannuur?si=VKsRv0L5A-GrWE8f
Beeksisa! 28/11/2017 A.L.I. Xiyyeeffannoo mootummaan damee barnootaaf kenne bu'uureffachuun bulchiinsa magaalaa Finfinnee keessatti manneen barnootaa bultii addaa lama (2) hundeeffamanii giddu gala qaroominaa ta'anii tajaajila kennuurratti argamu. Waan ta`eef, Bara Barnootaa 2018tti Barattoota Kutaa 7ffaa fi Kutaa 9ffaa Mana Barumsa Bultii Barattoota Dubaraa Iteegee Mananittiifi Mana Barumsa Bultii Barattoota Dhiiraa Galaanitti simatee barsiisuuf hojiilee qophii haal-duree xumuree jira. Barattoonni Manneen Barnootaa kanneenitti barachuuf fedhii kan qabdaniifi Bara Barnootaa 2017 tti Kutaa 6ffaafi Kutaa 8ffaa Qormaataa akka guutuu Biyyaatti kenname Qabxii Giddu-galeessaa(Avereejii) 80 fi sanaa ol kan galmeessiftan Adoolessa 29 hanga haggayya2/2017 A.L.I.tti qofa Toora Filannoo Miidiyaa Hawaasaa Biiroo Barnootaan ibsamee irratti Karaa Marsariitiin(Online) http://bs.ministry.et kan galmaa`uu dandeessan ta`uu isin beeksisaa; Qormaanni Seensaa kutaa 9ffaa Haggayya6/2017fi kutaa 7ffaa Haggayya7/2017A.L.I tti kan kennamu yammuu ta'u bakka isaa yeroo itti aanu kan ibsinu ta'uu ni beeksifna. Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee
GRADE-10 ALL TEXTBOOKS
Baratooni Kutaa 6ffaa Kan Bara 2017 Link Asin Olii Ykn Asiin Gadii Fayyadamuun Qabxii Keesan Laaladha👀👀👀 http://oromia.ministry.et
Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sad. 1ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoome. Baratooni Kutaa 6ffaa Kan Bara 2017 Link Asin Olii👆👆👆👆👆 Ykn 👇👇👇👇Asiin Gadii Fayyadamuun Qabxii Keesan Laaladha
без подписи
1050687 Aanaa
1050732 Mu'asee
без подписи
🚨#kutaa 6ffaa Qormaanni kutaa 6ffaa gutummaa guutuutti gadhifaame bakka add jedhuu tuqun Lakkoofsa kessaan ergaa 👇👇👇