tgindex
Simarsan orom🕹

Simarsan orom🕹

Статистика

@simarsanorom Carcar yaa ona ituu Dachee dirree migiraa Lafeen gootota qaalii Hedduun si keessa jira..

Последний пост
1 июл.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
172
0 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
159
22 постов
Вовлечённость
92,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 22
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 2018 Physics 1st round

  • Qormata English first round

  • Maths 1st round

  • Hello, how are you my dear ones? I am doing well. Please forgive me for  disturbing you from studying. Congratulations to all Arsenal supporters and fans may this joyful moment reach you all happily! After 22 years, ARSENAL has finally lifted the English Premier League trophy and shown it to the world again! London is red😁 Congratulations, Gunners! 🔴⚪🏆

  • без подписи

  • Doobbaa fi warra Doobbaa hundaaf milkaa'ana hawwina! Horaa bulaa deebanaa! #HumanityFirst #doba #AncientDiscoveries #ummataoromoo #Ethiopia #utopia

  • SEENAA DOOBBAA FI WARRA DOOBBAA: Har'a Doobbaa jirra. Doobbaan eenyummaa maqaa namaa, maqaa gosaa fi maqaa lafaa akkasumaa Aanaa kan qabuudha. Doobbaan akka namoonni baay'een keessattuu warri bulchiinsaafi siyaasaa beekanitti Aanaa Godina Harargee Lixaa, Naannoo Oromiyaa, Itiyoophiyaa keessatti daangaa Kaabaan Naannoo Somaalee, Kibbaan Aanaa Xuulloo, Bahaan Godina Harargee Bahaa (Aanaa Gooroo Guutuu), dhihaan Aanaa Ciroo fi kaaba Dhihaan Aanaa Mi'eessoo, daangessee argamuudha. ♡ Qophii OBN mata duree "Dirree Aadaa fi Ahaadii" jedhu Caamsaa 15 bara 2017 godhameen "Maqaan Doobbaa jedhu nama Oromoo Ituu Alga tahe kan qubsumaan magaalaa Doobbaa fuuldura gaara jiru irra jaarraa 16ffaa qubatee jiraachaa ture irraa kan moggaafameedha jedha Manguddoon beekkumsa Aadaa fi seenaa qaban" [https://youtu.be/qtLysWP_3g4?si=cio7qyCbKZNWloC5 ] As irraa kan hubatamu maqaan Doobbaa jedhu kun ummata Oromoo gosa Ituutiin walitti hidhata kan qabu tahuu isaati. Tahus, qorannoo dabalataa barbaada. ♡ Ammas, Ummanni Doobbaa Oromoota jalqaba Amantii Islaamaa fudhatan kan Oromoota Shawaa Tuulama warra Galaan gosoota akka Gabbaal, Maayaa fi Warjii waliin hidda firoomaa dhihoo qabu akka tahe kitaabni "Seenaa Oromoo Warjii jaarraa 9ffaa hanga ammaa" jedhu bara 2013 maxxanfame ni ibsa. ♡ Qorannoo birootiinis Warri Doobbaa ummata Itiyoophiyaa bifaan diimaa osoo hin taane gurraachota jaarraa 15ffaa keessa Itiyoophiyaa keessa jiraachaa turee fi amma dhabameedha. [Pankhurst, Richard. The Ethiopian Borderlands: Essays in Regional History from Ancient Times to the End of the 18th Century (Asmara, Eritrea: Red Sea Press, 1997), p. 106.] John Trimingham fi J. Spencer immoo ummata Doobbaa akka qomoo ummata Affar tahan akeekan. [Trimingham, J. Spencer (2013-09-13). Islam in Ethiopia. Routledge. p. 81. ] ♡ Gama birootiin seenaa Ummata Oromoo warra Doobbaa jedhamu kan qubsumaan Kaaba Itiyoophiyaa Raayyaa jiraachaa tureetu jira. Lafti Doobbaa jedhamtuufi ummanni kunis akka ammallee jiran seenaan ni hima. Raayyaa fi Doobbaan gosa Oromoo ilmaan Marawwaa jechuun qorannooleen tokko tokko ni ibsu. Gosti Doobbaa gootummaadhaan kan beekamu yoo ta'u, lola adda addaaf qophii taasisuuf tapha Aadaa "Gumaayee" jedhamuun kan onnee walitti horuun fi hoggansa waraanaan beekkamu ture. Ummanni Doobbaa jalqaba Islaamummaa fudhatee Walloo fi Raayyaa, Shawaa fi kutaalee Harargee keessatti Islaamummaa babal’iseedha. Kanaanis kan hubatamu ummanni Doobbaa ummata Oromoo kan Raayyaa waliin obbolummaa hidda-laatinsaafi qubsumaa qabaachuun jaarraa 16ffaa dura Kaaba Itiyoophiyaa Raayyaa-Azeeboo kkf bira kallattii kibbaatiin jiraachaa ture akka tahe himama. Yeroo hedduu Raayyaa, Azaboo, Doobbaa kkf seenaa isaanii yeroo ibsan "Awaash gamaa dhufne" jedhu. Kunis jaarraa 16ffaa naannawa Harargee Lixaa fi Baalee kana jiraachaa akka turan kan ibsuudha. Dabalataan, sababa dagatamummaafi kophaa jiraachuu Oromoota Doobbaa fi Ooflan irraa kan ka'e Doobbaan Oromoo obboleewwan isaanii Oromoo biroo irraa cite jedhamanii waamamu. Kana dhugoomsuuf har'allee waa'ee Oromoo "Doobbaa" namoonni baay'een kan hin beeknee fi dagataniidha. Eenyummaan lammii keenya kanaa daran ifee mul'achuu qabaa fi mul'isuun dirqama keenya akka tahe ofitti himna. Ummata Doobbaa fi ummata Ituu Gaadullaa kan Aanaa Doobbaa qubsuma ganamaan jiraatu Aadaan fi gootummaan walfakkeenya cimaa adda baasuun hin danda'amne kan qabaniidha. Fkn Gootota akka Yaayyaa Alii Siree, Mucee Ahimad Mucee, Ittisaa Roobaa kkf bara sanitti ummata Doobbaa waliin tooftaa waraanaafi hariiroo obbolummaa cimaan waliin diina qolachaa kan turaniidha. Dabalataan gosa Doobbaa keessa balbala "Jeedii" jedhamu akka jiru akkasumas gosa ilmaan Ituu Gaadullaa keessa balbalti "Jeedaa" akka jiru walfakkeenya addaa ummata lamaanii kan akeekuudha. Seenaan Doobbaa qorannoo dabalataa gadi fagoo kan barnaadu waan ta'eef hayyoonniifi qorattoonni keenya akka seenaa kana dhugaa baasuu itti fuftan kabajaan waamicha isiniif dhiheessa. Asumaanuu warri waa'ee "Doobbaa" beekkumsaafi hubannoo dabalataa qabdan nuuf gumaachaa. Galatoomaa.

  • без подписи

  • 24 апр.34из university_tips

    የ12ኛ ክፍል ፈተና የሚሰጥበት ቀን ይፋ ሆነ። የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ማጠናቀቂያ ሠርተፊኬት (12ኛ ክፍል ፈተና) ከሰኔ 24 እስከ ሃምሌ 17 ቀን 2018 ዓ/ም ድረስ እንደሚሰጥ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት አሳውቆናል። በሌላ በኩል ፦ - የሬሜዲያል ፕሮግራም ሀገር አቀፍ ፈተና ከግንቦት 17 እስከ ግንቦት 20 ቀን 2018 ዓ/ም ➡️ ግንቦት 19 ኢድ አልአድሃ - የቅድመ ምረቃ ትምህርት መውጫ ፈተና ከሰኔ 2 እስከ ሰኔ 12 ቀን 2018 ዓ/ም - የድህረ ምረቃ ትምህርት መግቢያ ፈተና (NGAT) ከሃምሌ 29 እስከ ሃምሌ 30 ቀን 2018 ዓ/ም - የመሰረታዊ የንባብና የስሌት ክህሎት ምዘና ጥናትና ምርምር መረጃ መሰብሰብ ከሚያዚያ 26 እስከ ግንቦት 7 ቀን 2018 ዓ/ም ... ይሰጣል። ቲክቫህ ኢትዮጵያ ሚያዚያ 16 ቀን 2018 ዓ.ም ✅ University News ✅ ✅ University News ✅

  • 📛 Qormatta Kuttaa 6, 8 fi 12 kan baraa 2017 argachu barbadu❓ ⚠️ Eyyen ❕ Yoo Ta'ee Join Kan jedhu tuqun amma argachu ni dandessu. 👇👇👇👇👇👇👇👇

  • Hanga hojjattutti fakkeessi. Hanga hojjettutti of jajjabeessi. Hanga hojjettutti abdii qabaadhu. Hanga hojjettutti ofitti amani. Hanga hojjettutti wallaansoo qabi. Yaada siif hojjetu kamiinuu tarkaanfadhu garuu dhiisuu gonkumaa hin yaadin. ━━━━━━━━━━━ @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota

  • ምን አይነት ፊልም መመልከት ይፈልጋሉ?😱😱😱😱😱😱😱😱😱👇👇👇 ▶️የቱርክ ፊልም    JOIN 👈 ይንኩ ▶️የአሜሪካ ፊልም   JOIN 👈 ይንኩ ▶️ የህንድ ፊልም     JOIN 👈 ይንኩ ▶️የቻይና ፊልም      JOIN 👈 ይንኩ ▶️የአማርኛ ፊልም      JOIN 👈 ይንኩ ▶️ተከታታይ ፊልሞች    JOIN 👈 ይንኩ ▶️ አኒሜሽን ፊልሞች    JOIN 👈 ይንኩ ▶️አክሽን ፊልሞች     JOIN 👈 ይንኩ ▶️የጫካ ፊልሞች     JOIN 👈 ይንኩ ▶️የፍቅር ፊልሞች    JOIN 👈 ይንኩ ▶️የsex ፊልሞች    JOIN  👈  ይንኩ ✅ እንደ ምርጫው መርጦ ይቀላቀሉ ✅                     JOIN ይቀላቀሉ                        ይቀላቀሉ

  • Warroota amma online irra jirtan maraaf! 🤝 Amma 1:20 kaasee hamma 1:45 qofatti kan turuu! 🙌 Namoota dursanii chaanalota armaan gadii JOIN godhan 20'f badhaasi kaardii 500 qophaa'eera! 🏃‍♂️🏃‍♂️

  • Filannoo Biyyalessaa ji'a caamsaa keessa gaggeeffamu hordofuun ministeerri barnootaa waa'e guyyaa qormaatni biyyooleessa itti kennamu Ibsa maalii baase? Guutuun isaa kunooti ADD kan jedhu tuquun seenaa dubbisaa! 👇👇

  • Jaalala ida'amee(+), irrifamee(-), baayyifamee(×), niis hiramee(÷) bu'aan(=) isaa yeroo hunda wal fakkaataa taheen siif qaba.♡ Siin jaaladha, jaalala siin jaaladha jachuun qofti isii ibsuu hin dandeenye ! ❤️ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ♡ﮩ٨ـﮩﮩ٨ـ

  • Ibsa zakaa fixriitiin wal qabatu, kan gamtaan Ulamaa’a Itoophiyaa baase, ji’a Ramadaanaa bara 1447H / 2026GC. Wantoota zakaan fixrii irraa bayuu fi hamma nama tokkorraa bayu: Boqqollaa =2.5KG Qamadii =2.5KG Garbuu =2.5KG Xaafii =2.5KG Daakuu =2KG Ruuza =2.6KG Maashillaa =2.25KG Yeroon isaa guyyaa Iidaa salaata dura, ykn guyyaa tokkoo fi lama dursanii yoo baasanis rakkoo hin qabu. Zakaan kun ummata muslimaa hundarratti dirqama, guddaa, xiqqaa, dhiira, shamara, bilisaa fi gabra irraallee ni baya. Namni kennamuuf ammo namoota gosa 8 suuraa baqaraa aayata 60ffaa irratti dubbatameera.

  • Jireenyi kee yaada kee irratti hundaa'a, waan ta'eef jireenya gaarii jiraachuuf yaada gaarii qabaadhu.https://t.me/simarsan_ORo

  • 8 мар.1 36021

    #Beekkamtii_Hospitaalotaa Sagantaa badhaasa fi beekamtii fooyya’iinsa tajaajila hospitaalota biyyaalessaa irratti xiyyeeffate, kan Evidence-Based Care (EBC) jedhamu, Ministeerri Fayyaa federaalaa galma yaadannoo injifannoo Adwaa keessatti gaggeesseera. Sagantaan kun hospitaalota tajaajila fayyaa qulqulluu, sirna yaalii ragaa irratti hundaa’e fi bu’aa olaanaa galmeessisan beekamtii kennuuf kan qophaa’e dha. Madaallii kanaan hospitaalota biyyattii keessaa kanneen hojii isaanii keessatti fooyya’iinsa mul’isan badhaasa sadarkaa Warqee, Meetii fi Naasii jedhaman jalatti beekamtii fi deeggarsa maallaqaa argataniiru. #Injifannoo Naannoo Oromiyaa Naannoon Oromiyaa sagantaa kana keessatti milkaa’ina guddaa galmeessuun hospitaalota 10 badhaafaman qabaachuun sadarkaa 1ffaa irratti argameera. Kanaanis hojii fooyya’iinsa tajaajila fayyaa irratti taasifamaa jiru ifatti agarsiiseera. 1. Badhaasa Warqee– Qarshii Miliyoona 5 Hospitaalli Yunivarsiitii Amboo sadarkaa Warqee irratti injifachuun hospitaala tokkicha badhaasa kana argate ta’ee, tajaajila fayyaa sirna EBC irratti hundaa’e hojiirra oolchuu isaatiin beekamtii argateera. 2. Badhaasa Meetii– Qarshii Miliyoona 3 (tokkoon tokkoon) Hospitaalotni armaan gadii sadarkaa Meetii irratti badhaafamaniiru: Hospitaala Waliigalaa Yaabelloo Hospitaala Metuu CSH Hospitaala Asallaa CSH Hospitaala Waliigalaa Yunivarsiitii Salalee Hospitaala Sadarkaa Tokkoffaa Meegaa Hospitaala Waliigalaa Gaara Muulettaa Hospitaala Waliigalaa Bishooftuu 3. Badhaasa Naasaa – Qarshii Miliyoona 2 (tokkoon tokkoon) Hospitaala Waliigalaa Daadar Hospitaala Shashamannee CSH Badhaasni kun hojii hospitaalotni kun tajaajila fayyaa qulqulluu, yaalii sirna Ragaa irratti hundaa’e fi tajaajila hawaasaaf kennan fooyyessuuf godhaa jiran jajjabeessuuf kan kennamedha. #Badhaasa_Maallaqaa Haata’u malee, yeroo badhaasni maallaqaa ilaalamu garaagarummaan akka jiru hubatameera. Fakkeenyaaf: 1. Naannoo Oromiyaa: Hospitaalota 10n waliigalaan Qarshii Miliyoona 30 argatama. https://t.me/simarsan_ORo

  • TEKNOOLOOJII MOO NYAATA? 💻 Yihudootaa fi Shi'aan teknooloojiidhaan bilchaataniiru. Iraanonni hin rafne; ajaja "Wa-a'idduu" jedhu hojiirra oolchuuf jabaatanii tattaaffachaa jiru. Saayintistoonni isaanii yeroo baay'ee kan ajjeefamaniif sammuu kalaqaa guddaa waan qabaniifi. Gara gamna Sunniitti yoo deebinu... 🥘 Boba'aa gurguranii qanani'uu, Taphattoota Awurooppaa doolaaraan bitanii dargaggoota hadoochuu, ⚽️ Ulamoota dammaqoo gara mana hidhaatti gatuu, Shiishaa xuuxuu fi ruz affeelanii nyaachuu malee teknooloojii maalii qabu? 🚬 "Iraan yoo nuuf badde" jedhanii hawwuun garbummaa filachuu dha. Ani weeraa mormee kan bilisummaaf falmatu hundaaf kabaja qaba. Bilisummaa ol maaltu jira! https://t.me/simarsan_ORo

  • 👉 ሁልጊዜ ከእነሱ ጋር ስለሆንክ ብቻ ሰዎች ከአንተ ጋር እንዲሆኑ አትጠብቅ። ሁሉም ሰው ከአንተ ጋር ተመሳሳይ ልብ የለውም። 👉 huligize keinesu gari silehoniki bicha sewochi keanite gari inidīhonu atitebiki, hulumi sewi keanite gari temesasayi libi yelewimi. 👉 Yeroo hunda si waliin waan jirtuuf qofa namoonni si waliin ta'u jettee hin eegin. Namni hundi garaa akka kee hin qabu.