Solomon Debele Lemi
СтатистикаHamma Lubbuun jirtutti Abdii Hin kutiin በ ህይወት እስካለህ / እስካለሽ ድረስ ተስፋ አትቁረጥ / አትቁረጪ Don't give up as long as you live
- Последний пост
- 12:25
- Последнее чтение
- 13:32
- Постов за неделю
- 121
- Всего постов
- 479
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 5 532
- 1/48двое суток
- 6 339
- 1/72трое суток
- 6 837
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
Beeksisa Qaxarrii ___ Inveestimenti Giruuppiin Shaggar Dhaabbata Birkii isaa kan tahe Dhaabbata Geejjibaa fi Loojestiksii Magaalaa Shaggar tiif Gitoota hojii Dursaa Garee Karoora, Baajataa fi Hooggansa Sodaa Balaa, Dursaa Garee Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenyaa fi Ogeessa Geejjibaa irratti Dorgomtoota ulaagaa gitichi gaafatu guutan Dorgomsiisuun qaxaruu barbaada, kanaafuu dorgomtoonni ulaagaalee barbaadamu guuttan galmaa’uun dorgomuu dandeessu. Bakki Galmee: Magaalaa Finfinnee Naannawaa Lidataa Hispitaala Baalchaa cinaa Gamoo Caffee Aannanii darbii 5ffaa kutaa Daayirekterootii Bulchiinsa Humna Namaa fi Tajaajila waliigalaa. Guyyaa Galmeen ture Guyyee beeksifni kun bahe 08/12/2018 irraa kaasee guyyoota hojii 10 tiif
видео или голосовое, без подписи
BEEKSISA Barsiisota Jijjiirraa Barbaadan Hundaaf: ------------ BBO - Hagayya 09/2018 Barsiisotni jijjiirraa barbaadan jijjiirraa guutuuf(iyyannoo) mosaajiin 'online'n dhiheeffachuu duraan dursee "User Name fi Password" argachuu akka qabdan ni beekama. Kanuma bu'uureeffachun, BBOn User Name fi Password" keessan hoggantoota Waajjira Barnootaa Godinaaleefi Bulchiinsa Magaalotaaf torban tokkoon dura raabseera. User Name fi Passwordiin keessanis waajjira barnootaa aanaalee kan gahe ta'uu beekneera. Haata'u malee, barsiisotni tokko tokko "UserName fi Passwordiin akka isaan dhaqqabne ibsuun gara hoggantoota BBO dhimmichi hin ilaallannetti bilbiluun ragaa argachuuf rakkataa akka jiran hubanneera. Kanaafuu, barsiisaan User Name fi Password" hin argatin ykn dhimma Gosa Barnootaan walqabaten irratti sadarkaa WB Godinaa, Bul/Magaalaafi Aanaatti furmaata dhabdan qofti #ogeessota_ICT_BBO bilbilli isaanii asii gaditti kennaman kanneen qofa bira bilbiluun furmaata akka argattan isin beeksifna. #Bilbilootnis:- +251 94 774 9960 - Faasikaa +251 92 319 0980 - Jibriil +251 91 284 6672 - Hawituu fa'a bira bilbiluun furmaata gaafachuu ni dandeessu. Hubachiisa: Mosaajin jijjiirraa fedhiin iddoo duwaa funaanamaa jiru hanga 10/12/2018 waan dheerateef akkuma xumurameen kan gad-dhiisnu waan ta'eef obsaan nu eeggadhaa!
📢 Beeksisa Qormaata Seensa Sagantaa Barnoota Digrii Lammaffaa Biyyaalessaa (NGAT) 🗓 Hagayya 20 fi 21/2018 E.C. ni kennama. 📌 Hubachiisa Galmaa’tootaaf: Username, Password fi Entrance Ticket keessan argachuuf teessoo imeelii keessan (Email Address) daawwachuu hin dagatinaa! ⚠️ Qormaata fudhachuuf Entrance Ticket barbaachisaa dha. #NGAT አገር አቀፍ የድኅረ-ምረቃ ፕሮግራሞች የመግቢያ ፈተና (NGAT) ነሐሴ 20 እና 21/2018 ዓ.ም ይሰጣል፡፡ ተመዝጋቢዎች Username፣ Password እና Entrance Ticket ለማግኘት የኢሜይል አድራሻችሁን መጎብኘት አትዘንጉ።
GUYYAAN GALMEE DHEERATEERA! Beeksisa Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa (Ethiopian Airlines) kan waggaa 0 (zero year) baheef yeroon galmee dheerateera. 🔻 Hubachiisa: Kabajamoo gaafattoota hojii; Guyyaa August 10 fi 11, 2026 (Hagayya 4 fi 5 bara 2018 E.C.) kan bahe beeksisni hojii "ET Sponsored Trainee Aircraft Technician" fi "Trainee Cabin Crew" marsariitii galmee irratti rakkoo teeknikaa mudatee ture. Sababa kanaafis, gaafattoonni yeroo kenname keessatti gahaan galmaa'uu waan hin dandeenyeef, guyyaan galmee August 16, 2026 (Hagayya 10 bara 2018 E.C.)tti akka dheerate isin beeksisna. Hubachiisa: Yeroon dheerachuu kun kan ilaallatu namoota marsariitiin (online) qofa iyyataniif dha. 🔗 (How to Apply Online?) 👇👇👇 https://effoysira.com/ethiopian-airlines-vacancy-for-fresh-graduates/
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи