tgindex
TAERA DIGITAL SKILL

TAERA DIGITAL SKILL

Статистика

Welcome to my channel! Here, you’ll learn everything about Graphics Design, Video Editing, Artificial Intelligence (AI), Technology, and Online Work. I teach you how to use digital tools, earn income online, and grow your career with modern tech skills. B

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
4
Всего постов
43
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Криптовалюты (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
4 162
−21 за 4 дн.
Сутки
−17
−0,41%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
260
40 постов
Вовлечённость
6,2%
к подписчикам
Постов в день
0,6
всего 43
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
108
1/48двое суток
123
1/72трое суток
133

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtu.be/c9v_NSvCWgU

  • Tarkaanfiin kun bara 2018 asitti dambii bulchiinsa galii Yuutiyuubii irratti fooyya'iinsa guddaa taasifame ta'uu gabaasni 'Tech Crunch' ni mul'isa 📈. Dabalataanis, oomishtoonni viidiyoo gaggabaabaa (Shorts) kanaan dura saganticha keessatti hammataman, kaffaltiin galii isaanii akka jalaa hin dhaabanneef, dhuma guyyoota 90 hunda keessatti daawwannaa miiliyoona 10 argachuu akka qaban akeekkachiifameera 💰. Fooyya'iinsi kun hawaasa hojii miidiyaa dijitaalaa fi oomisha viidiyoo irratti bobba'an irratti dhiibbaa guddaa kan fidu ta'uutu himaa 🌐.

  • Ulaagaan Yuutiyuubii Irraa Galii Argachuuf Gaafatamu Dachaa Lamaan Guddate! 📈✨ Dhaabbanni Yuutiyuub (YouTube) 🎥, ulaagaa oomishtoonni qabiyyee fi viidiyoo hojjetan beeksisaa fi 'YouTube Premium' irraa galii argachuu itti eegalan, kan 'YouTube Partner Program (YPP)' jedhamu dachaa lamaan guddisuu isaa beeksiseera. 🚀 Akkaataa qajeelfama haaraa akka lakkoofsa Awurooppaatti Guraandhala 1, 2027 irraa eegalee hojirra oolu kanaan, ulaagaan viidiyoowwan idilee (dhedheeroo) ittiin galii argamsiisan ji'oota 12 darban keessatti sa'aatii daawwannaa (Watch Hours) 8,000 guutuu gaafata; ⏳ kunis ulaagaa kanaan dura sa'aatii 4,000 ture irraa dachaa lamaan kan dabale dha. 📊 Gama viidiyoowwan gaggabaaboon (Shorts) immoo, guyyoota 90 darban keessatti daawwannaa (Views) miiliyoona 20 argachuu kan gaafatu yoo ta'u, 📱 kunis isa duraan miiliyoona 10 ture dachaa lamaan dabakeera. Haa ta'u malee, ulaagaan baay'ina hordoftootaa (Subscribers) 1,000 qabaachuu inni duraanii osoo hin jijjiiramin itti fufeera. 👥✅

  • #TaeraGraphics 🎨 Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa: → Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740 Na quunnamuu dandeessu

  • ☝️☝️☝️☝️☝️☝️ Font warri barbaadan asii buufadhaa Family 🥰

  • 🚀 COMING SOON! 🎓 PIXELLAB GRAPHICS DESIGN MASTER COURSE Beginner to Professional 📱 Bilbila Keessan Qofaan 📲 Graphics Design Baradhaa! ✨ 🎨 Baradha! • Shaakala! • Ittiin Hojjedhaa! 💼 🔥 GALMEEN YEROO DHIHOOTTI BANAMA! ⏳ 📢 Odeeffannoo Galmee Argachuuf 📋 https://t.me/taeragraphics HORDOFA! 🏆 TAERA DIGITAL SKILL "Har'a Baradhu. Bor Galii Uumi!" 🌟 Namoonni barachuuf Fedha qabdan react 👍❤️ godhaa!!

  • #TaeraGraphics 🎨 Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa: → Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740 Na quunnamuu dandeessu

  • React 👍❤️

  • Good morning family 🌞 Graphics design course barachuuf qophooftanii???

  • Xiqqo Busy ta'een isin jalaa bade, na ofkolchaa!! Yeroo Gabaabaa gidduutti walitti deebina!

  • без подписи

  • без подписи

  • #TaeraGraphics 🎨 Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa: → Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740 Na quunnamuu dandeessu

  • #TaeraGraphics 🎨 Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa: → Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740 Na quunnamuu dandeessu

  • YouTube channel koo Ergaa kana naaf erge! Thanks my subscribers 🙏🙏 https://youtu.be/mSNxXDeaHKQ?si=g97taTxFWbE-7Q6_

  • Brotherly advice 💬🤝 ✌️😎 React 👍❤️

  • #TaeraGraphics 🎨 Namoonni hojii graphics adda addaaf na barbaaddan karaa: → Telegram @taera123 ykn 📞 0931452740 Na quunnamuu dandeessu

  • One of the most important mindsets to have. ✌️😎 React 👍❤️

  • Keep Moving!!! I swear to you, People who never stop, will eventually make it. I've seen this more than a thousand times! NEVER SETTLE!

  • Channel photo updated