tgindex
𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍

Статистика

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇https://t.me/Ismart012

Последний пост
2 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
105
−1 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
9
21 постов
Вовлечённость
8,6%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
6
1/48двое суток
6
1/72трое суток
7

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Muhaammad ibnu Waasi’i (Rahimahullaah ): "Akkam bulte?" Jedhamee gaafatamnaan. Innis akkas jedhee deebiseef: " Azalli koo as dhihaatee, abdii fi abjuun koo achi fagaatee, dalagaan kootis hammaatee." Buleera. • Siyaar A'lam al-Nubaalaa' (6/121) . Isin hoo akkam bultan mee ?! @tafak_or

  • ✍️ Ilmii isaa wajjiin Ibaadaa keessatti nama akkaan jajjaba ture….; 1) Ufiifis namaafis yeroo hundaa Ikhlaasa dhaama ture… ( الواجب على الكلّ-منا ومنكم- أنه يقصد بعلمه وجه الله ) Ilmii teeysan keessatti Ikhlaasa qabaadhaa..! 2) Halkan isaa harka caalu ibaadaadhaan dabarsa..! 3) Halkan walakkaa dukkana keessa Qur’aana qara’uu heddummeessa ture. 4) Guyyaa isaa barsiisuu fi Kitaabilee adda addaa barreessuudhaan dabarsa..! 5) Arrabni isaa zikrii irraa gadin deebi’u jedhan…karaa keessa yoo deeman osoo ijaan hin argin, akka inni dhufaa jiru sagalee Tasbiiha isaatiin beekan…!! Eennu beektuu ?! Sheikh Muhammad binu Abdulwahhaab ( Rahimahullaah)..! @tafak_or

  • Gaafuma Assalamualeykum jetteee salaama gabaabsite… Rahmatas dhabdee, barakaas dhabde… Mee maaltu namatti ulfaata yoo itti guutanii salaama nama gaafatan..! Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh Ahbaabii..! @tafak_or

  • Mee silaa miira akkamiittu sitti dhagahama ?! Osoo Rasuulli Rabbii ( SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) akka sahaabotaa sanatti, harkaan rifeensa mataa keetii haxaawaa, hin gaddin tun jiruu duniyaati wal argaan keenya Jannataa, siin jedhee…! صلوا على اشرف الخلق🌸 Gaddaa fi gadadoon keessa jirtu akka si dhiisu yoo barbaadde Salwaata Nabiin irratti buusi…👇🏻 SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM… @tafak_or

  • Barreeffama waggaa 1400 olii…

  • Barreeffama waggaa 1400 olii…

  • Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh Barattoonni koo warroonni Nahwii Ajruumiyyaa barataa jirtan…duubaan yeroon qormaataa waan as deemaa jiruuf…ija takkaan rafaa..!! Yaadachiisumaaf…. @tafak_or

  • Andaaluusiyaa keessatti iddoowwan qabrii ykn awwaalonni akkasuma Hujubaawwan adda addaa jiraachuu isaanii kan mirkaneessu, ragaan ykn sanada tokkolleehanga ammaatti hin argamane. Maaliif akka ta'e beektaa? Wallaalummaa fi dubbisuu fi barreessuu dhabuun ( Ummiyyummaan) Andaaluusiyaa keessatti waan hin jirreef qofa. ✍️ Hunda caalaa immoo, Faaximiyyoonni ykn Shii’onni kutaa Andaaluusiyaa kamiyyuu bulchanii hin beekan. Bida’aan ykn kalaqni haaraan tokkollee lafa kana hin geenye; sababni isaas bulchitoonni Andaaluusiyaa Umayyoota waan turaniif يرحمهم الله تعالى، ويجزيهم عن الإسلام والمسلمين خير الجزاء 📌 Suuraan kun kan Masjiida Guddaa Kordoobaati. @tafak_or

  • ✍️ Shamarran xiqqeenyatti maaliif hijaaba akka uffataniif dirqisiista? Jedhamee gaafatame. Innis akkana jedhee deebiseef: Dameen mukaa tokko yoo akkuma dabe sanatti guddate, karaa damee sana cabsuu qofaan yoo taate malee siin qajeelu; garuu yeroo inni xiqqaa ture qajeelchite yeroo hunda qajeelaa ta'a…!! Warra lakkaa mucayyoon daa’imaa hin guddanne jedhuuf, siif daa’ima malee ormaaaf____!! @tafak_or

  • Dargaggoota Sahaabaa fi xiyyeeffannaa Rasuullii kennaniif…. Seensa…. Dhageeffadhaa waliifis share godhaa…! #Itti_fufa….Kutaa 1ffaa. @tafak_or

  • Jannanni koomee haadhaa jala jirti..❌ ✍️ Hadiisni: « Jannanni koomee haadhaa jala jirti.» jedhu hadiisa Mowduu’a, Munkara hundeen qabne ykn kan Rasuula irraa hin sabanneedha. "الجنة تحت أقدام الأمهات" .حديث لا أصل له. Kidmaan haadhaa fi abbaa bakkuma osoo jiruu, Rasuularratti kijibuunis haraamummaan isaa bakkuma isaa jira. @tafak_or

  • ✍️ Yoo dooniin kee hin dhufnees, gara isheetti dambala’i malee teesseen eegin. إن لم تأتي سفينتك أسبح نحوها Dhuma_ga'eera Inshallaah @tafak_or

  • Baradhaa, dalagaas waxxaraa dalagadhaa, harka namaan eeggatinaa xullaabni Ilmii…!! من طلب العلم تكفل الله برزقه ✍️ Nama Ilmii baratu, Rizqii isaa Rabbitu isaaf uf qabe, Hadiisni jedhu kan dur sheekkoleen ittiin dalagachuu nu dhoorkite da’iifa. Arsiinis, Sheekkotaa Rabbitu kotaakkota jechaa zakaan nu sossobaa turte 😂 @tafak_or

  • ليسَ الأمر بالسهل، لكن سَيأتي يوم وتفعلها 𝙸𝚃'𝚂 𝙽𝙾𝚃 𝙴𝙰𝚂𝚈, 𝙱𝚄𝚃 𝙾𝙽𝙴 𝙳𝙰𝚈 𝚈𝙾𝚄 𝚆𝙸𝙻𝙻 𝙳𝙾 𝙸𝚃…!! توكّل على الله @tafak_or

  • ﴿وَاسْجُدْ وَاقْتَرِب﴾ ✍️ "Salaati [Rabbiitti] dhihaadhu." Rabbitti dhihaadhu, wanti bareedaan hundi sitti dhihaataa…!! @tafak_or

  • Samiidha moo dachetu dura Uumame ⁉️ Aayata Qur’aanaa والأرض بعد ذلك دحاها Jettuu fi Aayata Qur’aanaa suuraa Al-Baqaraa: ﴿هُوَ ٱلَّذِی خَلَقَ لَكُم مَّا فِی ٱلۡأَرۡضِ جَمِیعࣰا ثُمَّ ٱسۡتَوَىٰۤ إِلَى ٱلسَّمَاۤءِ فَسَوَّىٰهُنَّ سَبۡعَ سَمَـٰوَ ٰ⁠تࣲۚ وَهُوَ بِكُلِّ شَیۡءٍ عَلِیمࣱ ۝٢٩﴾ [البقرة ٢٩] Akkamitti ilaaltu? Akkasumas Aayata Suuraa Fussilat: قُلْ أَئِنَّكُمْ لَتَكْفُرُونَ بِالَّذِي خَلَقَ الْأَرْضَ فِي يَوْمَيْنِ وَتَجْعَلُونَ لَهُ أَندَادًا ۚ ذَٰلِكَ رَبُّ الْعَالَمِينَ ۝٩﴾ [فصلت ٨-٩] Eegalee hanga Aayata 11ffaa Yoo ilaaltu maal sitti fakkaata? Deebii isaa inshallaah https://t.me/tafak_or

  • Samiidha moo dachetu dura Uumame ⁉️ Aayata Qur’aanaa والأرض بعد ذلك دحاها Jettuu fi Aayata Qur’aanaa suuraa Al-Baqaraa: ﴿هُوَ ٱلَّذِی خَلَقَ لَكُم مَّا فِی ٱلۡأَرۡضِ جَمِیعࣰا ثُمَّ ٱسۡتَوَىٰۤ إِلَى ٱلسَّمَاۤءِ فَسَوَّىٰهُنَّ سَبۡعَ سَمَـٰوَ ٰ⁠تࣲۚ وَهُوَ بِكُلِّ شَیۡءٍ عَلِیمࣱ ۝٢٩﴾ [البقرة ٢٩] Akkamitti ilaaltu? Akkasumas Aayata Suuraa Fussilat: قُلْ أَئِنَّكُمْ لَتَكْفُرُونَ بِالَّذِي خَلَقَ الْأَرْضَ فِي يَوْمَيْنِ وَتَجْعَلُونَ لَهُ أَندَادًا ۚ ذَٰلِكَ رَبُّ الْعَالَمِينَ ۝٩﴾ [فصلت ٨-٩] Eegalee hanga Aayata 11ffaa Yoo ilaaltu maal sitti fakkaata? Deebii isaa inshallaah https://t.me/tafak_or

  • Warri shiraaf sharrii galgalli keessan qabriidhaa Rabbiin sodaadhaa…! ✍️ Muslimni obboleessa isaa irratti shira xaxu, ykn maqaa balleessu kamiyyuu, Rabbiin bu’aa hammeenya isaa sanaan takkaa lubbuu isaa ykn, qabeenya isaa, kan achi bira dabre ijoollee isaa keessatti isaaf deebisu malee hin hafu. Rabbiin qur’aana isaa keessatti akkana jedha: وَلَا يَحِيقُ الْمَكْرُ السَّيِّئُ إِلَّا بِأَهْلِهِ ۚ {Shirri hamaan abbama shira xaxe sana deebi’ee marsa). @tafak_or

  • ✍️ Namni Ilmii keessa kophaa seene, kophaa isaa keessaa baha… Jechuun namni barsiisaa ykn sheeka malee beekkumsa barbaadu, xumurri isaa beekkumsaan ala taha..! Beekkumsi ogummaadha, ogummaan hunduu ogeessa mataa isaa qaba…ogeessumarraa baradhaa..! - وكلُّ صَنْعَةٍ تحتاجُ إلى صانعٍ. @tafak_or

  • ✍️ Halkan ka’ii salaati wlh Wanti hunduu siif sirraawaaa: 1) Yaadaa fi cinqaan si dhiisaa, 2) Mi’aa Ibaadaa yeroo san dhandhamtaa, 3) Rizqii kee fi yeroo keettu barakaa argata, 4) Dhaabbanni halkanii qalbii kankee Rabbiin walitti sufa..!! Rabbiin siif haa laaffisu mee yaali… @tafak_or

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 — tgindex