tgindex
Maatii jaalalaa

Maatii jaalalaa

Статистика

Nutis Qoosaa, mammaksaa fi afoola oromoo ni jaallanna. Kottaa mana keenyaa buhaaraa🏞️🙏...Amantii hin xuqnuu siyyasaa hin laaqnu. Yaadaf qeeqaa yoo qabatanif @Ethiodav1 quunamaa.

Последний пост
12 июл.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
191
0 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
256
20 постов
Вовлечённость
134,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Sagalee Waaqayyoo kana! ¹⁷ mukti harbuu yoo daraaruu dhabaate iyyuu, mukti waynii, mukti ejersaas yoo ija godhachuu dhabaatan iyyuu, maasiin midhaan yoo baasuu dhabaate iyyuu, hoolonni goorantoo keessa, saawwanis dallaa keessa yoo jiraachuu dhabaatan iyyuu, ¹⁸ ani Waaqayyotti nan ililcha, Waaqayyo isa na fayyisutti nan gammada; ¹⁹ Waaqayyo gooftaan jabina koo ti, inni akka borofaa collee akkan ta'u in godha, iddoo ol ka'aa irras ana in dhaabachiisa. ...!🙏 — An. 3:17-19

  • Bareedaa kan si taasisu Midhagina Kee Yookan Uffannaa Kee Osso Hin Taane Nammummaa Fi Amala Gaarii Keetii ! @Daawwish-fkr❤️

  • Namoonni jijjirramuu barbaaddan gorsa kana dhagahaa. "Nama hin tuffatin, ofis hin tuffatin".

  • Channel name was changed to «Maatii jaalalaa»

  • ‎"Ati gatii qabda. of xiqqeessuu hin yaalin, sababin isaas ati nama addaa tatee dadhabbin Kee harraa milka'inaa Kee borii tahaa.🙂 rakkoon si mudatuu si cimsuuf malee si laaffisuuf miti. ofitti amanii fuulduratti tarkanfadhuu;wanti gaariin Si eeggachaa jiraa . Ati danda'ii, Ati ni milkoofta!" 🙁 ‎ ‎waan dubbifteef galatoomii @Daawwish_fkr✍️

  • Mee warrii jirtaan harkaa kaasaa warrii hin jirree miilla baasa waifaan barbadenii?

  • Dhiira taanee bara baanee Dhiiraa taanee lafas taanee Dhiira utubaaf ilkoolee Dhiira abbaa haadhaaf ijoollee Dhiira jechuun qoraasuma Dhiira jechuun qormaatuma Dhiira jechuun baata jirmaa Dhiira jechuun abbaan ilmaa Dhiira jechuun Qallattuyyuu dafqaaf eelaa cobsituudha Rakkattayyuu bara beelaa obsituudhaa Jibbamtuyyuu na jaalladhuuf kadhaa hin fiigdu Huqqattuyyuu wanta nyaattuuf waadaa hin diigduu Dhiira weedduun kololeedha Dhiira jechuun mogoleedha Dhiira jechuun hubattuudha, yaadamtuudha Dhiira jechuun gubattuudha waadamtuudha Dhiira weedduun arangama Dhiira gaadduun sagaltama Dhiira jechuun abbaa maasii Dhiira jechuun abbaa maatii Dhiira qoleen jirma jigsuu Dhiira lolee biyya tiksuu Alii Alii Dhiira ta'uun adagaadha; kinaa'uudha Alii Alii Dhiira ta'uun agadaadha minya'uudha🙏 @Daawwish_fkr✍️✍️

  • Jirraa

  • Mee akka Carra warri shaanbuu jirtaan yoo jirtuu taeef jirraa jedha.

  • Eessumni kee biyya alaatii bilbilee bilbilli kee maaf cufame yeroo siin jedhu Nama liqaa narraa qabutu na rakkise kanaafin cufe😁

  • Maalif bilbila najalaa hin kaastu jennaan qarshii keessa hin qabu nan jette😲 Jireenyi xoopiyaa Fi Durvoota xoopiyaas tokkuuma

  • Yeroon sin argiin oolu saatiin 1 daqiiqaa 60 natti ta'a😁

  • #Kutaa_12ffaa #Kutaa_8ffaa #Kutaa_6ffaa Breaking :- Galmeen qormaata kutaa 12ffaa, 8ffaa fi 6ffaa yoomi? Sagantaan galmee barattoota Kutaa 6ffaa, 8ffaa fi 12ffaa Bara 2018 kan beekame ta'uufi qaama galmeessuuf leenjiin akka kennamu ibsame. Galmeen barattoota Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa fi 8ffaa akkasumas barattoota Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhatan guyyaan galmeefi qaama isaan galmeessuuf leenjii guyyaan leenjiin kennamuuf Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera. Haaluma kanaan ; • Guyyaan galmee barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 fudhatanii Gurraandhala 16 hanga Bitootessa 10 bara 2018 dha. • Guyyaan galmee barattoota qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2018 fudhatanii Bitootessa 1-15 bara 2018 dha. • Guyyaan galmee barattoota qormaata naannoo kutaa 6ffaa bara 2018 fudhatanii Bitootessa 16-30 bara 2018 dha. Kanaafuu barattoonni fi maatiin barattootaa kana irratti hundaa'uun qophii gahaa akka taasistan. 👇👇 http://bit.ly/4m2OTUK Telegram 👇👇 https://t.me/Oromiastudents

  • 9 февр.1372из knowledgy_hub

    #Grade_12_entrance_exam Kabajoowwan maatii keenya akkam jirtan nagaan isiniif haata'u jechaa ergaa ammee adeemsa qormaataa irraa argameen sagantaan qormaata kutaa 12ffaa dura ibsamee ture jijjiirame akka jiru dha. Kanaaf 1. Sagantaa amma yaadameen qormaanni filanno biyyoleessaa dura jalqaba caamsaa irratti akka tahe dha. Filannoon caamsaa 24tti saganteeffamuu ni yaadatama. 2. Kanaafis qophii keessan miira yeroo hin qabnuutiin akka hojjettan isiniin jenna 3. Akkuma baratame hawaasa mana barumsaa mariisisuun tarsiimoo akka qopheeffattan 4. Barsiisonnis Wayitii dabalataa barsiisuun qabiyyee barnootaa daftanii xumurtanii hamma danda'ame barattoonni shaakalaa fi of madaallii akka argatan taasisaa. Sababa kanaanis sagantaa barattoota kutaa 12ffaa reschedule godhaa. 5. Barattoonnis Bakkaa fi faasiliitii kenna qormaataa online 'f isin barbaachisu guuttachaa dursaan qophii gochuu hin irraanfatinaa isiniin jenna Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub

  • 5 февр.166из knowledgy_hub

    #Grade_12_entrance_exam Kabajoowwan maatii keenya akkam jirtan nagaan isiniif haata'u jechaa ergaa ammee adeemsa qormaataa irraa argameen sagantaan qormaata kutaa 12ffaa dura ibsamee ture jijjiirame akka jiru dha. Kanaaf 1. Sagantaa amma yaadameen qormaanni filanno biyyoleessaa dura jalqaba caamsaa irratti akka tahe dha. Filannoon caamsaa 24tti saganteeffamuu ni yaadatama. 2. Kanaafis qophii keessan miira yeroo hin qabnuutiin akka hojjettan isiniin jenna 3. Akkuma baratame hawaasa mana barumsaa mariisisuun tarsiimoo akka qopheeffattan 4. Barsiisonnis Wayitii dabalataa barsiisuun qabiyyee barnootaa daftanii xumurtanii hamma danda'ame barattoonni shaakalaa fi of madaallii akka argatan taasisaa. Sababa kanaanis sagantaa barattoota kutaa 12ffaa reschedule godhaa. 5. Barattoonnis Bakkaa fi faasiliitii kenna qormaataa online 'f isin barbaachisu guuttachaa dursaan qophii gochuu hin irraanfatinaa isiniin jenna Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Oromiastudent_s https://t.me/Oromiastudent_s Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/knowledgy_hub https://t.me/knowledgy_hub

  • видео или голосовое, без подписи

  • Leenjiin akkumaa itti fufeettii jiraa .......!

  • Ofiiko oolchuuf waanan si miidheef dhiifama 😭. Jaalalliif Fi Hiriyyummaan keenya haariiroo keenya oolchuu dadhabuu isaatti immoo Nan gadda😭. Osoo hin du'iin imimmaan Roobsaa si gaggeessuun immoo eelaa barabaraati. Gammadaa si simachuun filannoo ko yoo tahellee Gaddaa si gaggeessuun garuu yaadako hin turre! Sitti haa tolu nagaatti! Silkiiko hattuun na nyaatteefan barreesse! ✅ @Ethiodav1

  • MEEDIKAALA FI WABII KAN GUUTTAN GUYYAA HARRA JECHUUNIS GAAFA 12\03\2018 DHA WAAJJIRA BARNOOTAA BULCHIINSA MAGAALAA NAQAMTEETTI TA'EE MEEDIKAALA KAN KENNU BUUFATA FAYYAA MOOTUMMAA YKN HOSPITAALA TA'UU DANDA'A.

  • 20 нояб.1391из ncte2020

    Gucni Wabii Kunoodha kan Meedikaalaa Suura qabattanii deemuudhaan buufata fayyaa isinitti dhiyoorraa argachuu dandeessu.

Maatii jaalalaa — tgindex