tgindex
UNITY IS POWER 🔋

UNITY IS POWER 🔋

Статистика
@unity6418английский

If you join this channel You get life change opportunity that is : Personal Development : Asset Building Business (NWM) @guta6418

Последний пост
31 окт.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
15 авг.
Подписчики
147
мало замеров
Замеров пока мало
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
318
20 постов
Вовлечённость
216,3%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • #Walloo_University 👇 Barattoota Shamarranii University WALLOO jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Eebba Barattootaatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan kabajaan affeeramtaniittu! Imalli gara Guddinaatti! Sanyii Guddataa

  • #Walkite_University 👇 Barattoota Shamarranii University Walqixxee jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Gamoo Bulchiinsaa haaraatti leenjii mata duree Goal setting, Time management, designing your future jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin siniif qophaa'ee waan jiruuf ganama sa'atii 2:00 irraa eegaluun akka hirmaattan! Imalli gara Guddinaatti! Sanyii Guddataa

  • ✍️Baratoota Shamarranii Yuunivarsiitii Haramaayaa jirtaniif Gaafa guyyaa 22/2/2018 Galma Afran qallootti leenjii mata duree  'Goal setting, Time management, designing your future ' jedhu Waldaa Aksiyoonaa Bireeksiruu Tireediingiin isiniif qophaa'ee waan jiruuf ganamaa sa'atii 2:00 irraa eegaluun  hirmaadha! ✍️F𝚘𝚛 𝚝𝚑𝚎 F𝚎𝚖𝚊𝚕𝚎 s𝚝𝚞𝚍𝚎𝚗𝚝𝚜 𝚘𝚏 H𝚊𝚛𝚊𝚖𝚊𝚢𝚊 U𝚗𝚒𝚟𝚎𝚛𝚜𝚒𝚝𝚢, 𝚘𝚗 𝚝𝚑𝚎 22/02/2018, 𝚊 𝚝𝚛𝚊𝚒𝚗𝚒𝚗𝚐 𝚝𝚒𝚝𝚕𝚎𝚍 'G𝚘𝚊𝚕 𝚜𝚎𝚝𝚝𝚒𝚗𝚐, T𝚒𝚖𝚎 M𝚊𝚗𝚊𝚐𝚎𝚖𝚎𝚗𝚝, D𝚎𝚜𝚒𝚐𝚗𝚒𝚗𝚐 𝚢𝚘𝚞𝚛  F𝚞𝚝𝚞𝚛𝚎' 𝚑𝚊𝚜 𝚋𝚎𝚎𝚗 𝚙𝚛𝚎𝚙𝚊𝚛𝚎𝚍 𝚏𝚘𝚛 𝚢𝚘𝚞 𝚋𝚢 B𝚛𝚎𝚊𝚔𝚝𝚑𝚛𝚘𝚞𝚐𝚑 T𝚛𝚊𝚍𝚒𝚗𝚐 S𝚑𝚊𝚛𝚎 C𝚘𝚖𝚙𝚊𝚗𝚢 𝚊𝚝 𝚝𝚑𝚎 A𝚏𝚛𝚊𝚗 𝚚𝚊𝚕𝚕𝚘 𝚑𝚊𝚕𝚕. T𝚑𝚎𝚛𝚎𝚏𝚘𝚛𝚎,  𝚊𝚝𝚝𝚎𝚗𝚍 𝚜𝚝𝚊𝚛𝚝𝚒𝚗𝚐 𝚏𝚛𝚘𝚖  2:00 AM. Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2            Galatoomaa          Sanyii Guddataa

  • #Xiyyeeffadhu!!! Daandii milkaa’inaa irra deemaa jirta taanan, wantoota armaan gadii irratti xiyyeeffadhu! 👇👇👇👇👇👇👇 ✅Of irratti xiyyeeffadhu. 👉Namoota hordofuu dhiisi! ✅Kaayyoo kee irratti xiyyeeffadhu. 👉Waanuma hunda hojjachuu dhiisi! ✅Sammuu kee irratti xiyyeeffadhu. 👉Sammuu kee isa ittiin hojjattu kunuunsi! ✅Waan feetuf Dursa kennuu irratti xiyyeeffadhu. 👉Waan hinfeenef yeroo kee hingubin! ✅Of jaallachuu irratti xiyyeeffadhu. 👉Jaalalli jalqabaa of jaallachuudha of jaalladhu! ✅Gammachuu kee irratti xiyyeeffadhu. 👉Yeroo hundumaa gammachuu qabaachuu shaakali! ✅Ofii kee waliin nagaa qabaachuu irratti xiyyeeffadhu. 👉Waldhabdeen hamaan kan ofii kee faana waldhabduudha ofii kee faana nagaa qabaadhu! 🙏Jireenya Kaayyoo isin haa jiraachisu! @guta6418

  • Dhaabbilee nama dhunfaa, Waldaa Aksiyoonaa, dhaabbata motummaa fi miti motummaa kamiyyuu yeroo hundeeffamu seeraa qabeessa ta'u qabu. Akkasumas 4P's of Marketing Mix qabaachuu qaba isaaniis 1ffaa. Product/Omishaa fi tajaajila dha. Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila ittin hawaasaa tajajiluu qabaachuu qaba 2ffaa. Price/Gatii/ Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila isaa ittiin gurguru qabaachuu qaba garuu gatii isa Fixed price ykn Variable price ta'u danda'a akkasumas Taxable or non taxable ta'u danda'a. 3ffaa. Place/Teessoo/ Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu Teessoo mataa isa qabachuu qaba HO, DISTRICT, BRANCH, FRANCHISE OFFICE ta'uu danda'a. 4ffaa. Promotion/Beeksisa Dhaabbilee kamiyyuu yeroo hundeeffamu omishaa fi tajaajila fayyadamaan gahuuf kara ittiin beeksisu qabachuu qaba beeksisa miidiyaa TV, RADIO, NEWS PAPER adda addaa fayyadame ykn Beeksisa Afaan /Mouth to Mouth advertising/ ta'u danda'a @baro2017✅@baro2017✅

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Boordii Daayirektarootaa Dhaabbata gudda #Breakthrough_Trading_SC baay'een isaani Hayyoota Sadarka barnoota Akkaadaamii nis baay'ee faagataniidha! iccitin akkasiin guddacha jiraachu isaa kanaadha! ⭐️ Dr. Ewunetu Hailu ⭐️ Dr. Kenenisa Lemi ⭐️ Dr. Hana Yeshinegus ⭐️ Dr. Nugusu Legesse ⭐️ Dr. Yosef Negasi Hayyoota kana walin Guddini itti fufa⏺⏺⏺

  • без подписи

  • Tr.Musa Abubeker

  • Journey to Success

  • Tr.Kasu Jambo Co-Founder of Breakthrough Trading S.C

  • Namoonni 500 ol leenjii of gahoomsuu karaa sarara Telegram fudhachaa jiru. #Personal_development # Networking marketing 🌻👉@guta6418

  • Hojii idilee kee hojjechaa yookiin baratas kan jirtu,akkasuma eebbifamaas yoo taate,yeroo boqonnaa keetti Networking na faana hojjechuu nii barbaaddaa? Investment xiqqaa qofa kan si barbaadu. @guta6418 irratti Networking jedhii naaf barreessi @@guta6418

  • GAGGEESSITOONNIS IRRAA BARADHAA! Qabxiillee Jajjaboo Kudha Tokko(11) Lukkuu Haadhoo irraa Barataman 1. Osoo hin haammatin dura jalqaba hanqaaquu gahaa buufti ☞KAROORA QINDAA'AA 2.Yeroo hanqaaquu ishee irra taa'uu jalqabdu ykn haammattu sochii ni xiqqeessiti ☞NAAMUSA 3.Sababa hanqaaquu ishee hammattuuf nyaatas waan hir'istuuf, ulfaatinni qaamaa ishee ni hir'ata ☞WAREEGAMAA FI OF KENNUU 4.Hanqaaquu lukkuu birootiif irra taa'uu ni dandeessi ☞AL-LOOGUMMAA FI ARJUMMAA 5.Guyyaa digdamii tokko (21) hanqaaquu ishee irra teessee obsaan eeggatti, yoo jalaa shamtellee deebitee hanqaaquu biroo buufti ☞AMANTAA, ABDII FI ABDII KUTANNAA DHIISUU 6.Hanqaaquu cuucii hin qabne adda baafattee kophaa baafti ☞XIINXALAA FI HUBANNOO 7.Hanqaaquu manca'e dhiistee tokko qofa yoo ta'ellee ilmoolee kan qabdu kunuunsuu eegalti ☞OGUMMAA, DAMMAQINAA FI DHUGAA 8. Cuucii ishee homtuu hin tuqu ☞KUNUUNSAA FI JAALALA 9. Cuucii ishee hunda walitti qabdi ☞TOKKUMMAA FI KAAYYOO 10.Ilmooleen ishee osoo of hin danda'in kophaa hin dhiistu ☞ITTI GAAFATAMUMMAA 11.Yeroo hunda ilmoolee ishee fuuldura deemti ☞HOGGANSAA FI FAKKEENYUMMAA

  • GAGGEESSUMMAA FI LUKKUU HAADHOO Yaada ijoo- Aarsa Abjuuf Kaffalamuu!

  • Si Caalatti Kan siif Yaadu Hin Jiru. Sumatu ofiif Jira. Sirra kan sitti aanu hin jiru. Yeroo baay'ee maatiin keenya, namni nuyi baay'ee jaallannu nu irra nuuf wanta yaadan nutti fakkaata; garuu miti; si irra kan siif yaadu, eenyumtillee hin jiru yoo Uumaa kee ta'e malee. So, yeroo fudhuu ofii kee jijjiiruuf yaali! Ammayyuu ni dandeessa. Zeeroo fuutee tokko gochuu. Jabaadhu, Waaqni si waliin haa ta'u! Yeroo tokko tokko hunda caalaa of jaalachuun maalif barbaachise beektaa? Sababni isaa: Ati yoo of hin kakaafne homtuu garagalee si hin ilaalu! Kan siif jiruu fi jiraatu suma! Akka ati of qabdutti eenyullee si qabuu hin danda'u! Maarree maaliif of hin kakaaftu, maaliif of hin dadammaqsitu? Dammaqaa ta'uun hojii tokko dandeettii guutuu ta'een hojjechuuf si gargaara. Humnaa fi ayyaana uumamaan siif kennametti fayyadamuuf cimina siif laata. Dadammaqinni sababa uumamuu yookiin kalaqa waan tokkootiif ka'uumsa dha. Namni dammaqe rakkina isaa irratti dhiibbaa uumuuf qophiidha. QAJEELFAMOOTA DADAMMAQIINSA JIREENYA ILMA NAMAATIIN WALQABATAN: ➊. Kaayyoo ofiitiif bitamuu! ➋. Xiyyeeffannoo qabaachuu! ➌. Galma ofii beekuu! ➍. Ejjennoo qabaachuu! ➎. Jalqaba haaraan eegaluu ➏. Karaa salphaa adeemuu ➐. Mul'ata qabaachuu ➑. Waan addaa uumuu ➒. Beekumsa ofiitti fayyadamuu ➓. Ofitti amanamummaa qabaachuu Ati yoo of hin kakaafne homtuu si hin kakaasu! #Lafa kanarratti waan ofii kee yaadde #gaarii fi #qajeelaa taanaan #namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda'a jette hojjedhu. Waa'ee keef #ragaan si caalu hin jiru. Waan #hojjechuu dandeessu kan beeku #oollaa kee osoo hin taane si #mataa_keeti. Akka nama biraatti osoo hin taane akka #dhuunfaa keetti #jiraachuuf_uumamte. @segnigudeta @WABIISG

  • Build your confidence for your success!!