tgindex
𝗪𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼 𝗠𝘂𝘀𝗹𝗶𝗺𝗮𝗮

𝗪𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼 𝗠𝘂𝘀𝗹𝗶𝗺𝗮𝗮

Статистика

Walaloo muslimaa dubbisaa Sammuu Teessan Cimsaa... Channel Khanaas Join Godhaa. 👇 https://t.me/walaloomuslimaa

Последний пост
10 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
417
мало замеров
Замеров пока мало
Сутки
 
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
159
21 постов
Вовлечённость
38,1%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
33
1/48двое суток
37
1/72трое суток
40

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 10 авг.38из hamzahassen1

    Imalli yaadaa silaas fagoo, Kan jijjiirraan qabne lagoo, Fageesseen hawwiin imala, Dheereeyseen diriirsa mala, Milkaa'ina carraa koon raaga, Xurree dabee hin cabsu faaga.

  • 3 авг.97из hamzahassen1

    Yaanni heddummaatee Garmalee dhiphattus Fayyaa gaarii dhabdee Yeroo dhaaf dhibamtus Utuu waan balleessin Firumaan jibbamtus Harki kee waa dhabee Hiyyummaan rakkattus Abdii hin muratin Kan si uume irraa Boossee itti himannaan Ni fuudha inni sirraa Kan Rakkina boodan Dhufu bal'oo tahuu Beekii obsi rakkoo Ammaaf sirra gahuu Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 3 авг.82из hamzahassen1

    Wahiin taajjabutti jira Waan taheefuu moojii, Ija fagootiin mil'adhee Hubachuun anaaf hoji, Akka qeerrensa baddaa Akka leenca gammoojjii, Riphee qaamaan sasee Qaroo ergee qalbii wajji, Xiyyeeffannoo kennee, Gaafaan sirritti ilaalu, Waan hedduun hubadha Qoricha jabaa na yaalu. Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 3 авг.86из hamzahassen1

    ABSHIR!! Rakkinni barbaree ta'ee Gaafa si haxxiffachiisu qufaa Harkakee olqabdee Rabbitti iyyuu qofaa Gaafa isatti iyyitu Si agarsiisa daandii Hojjechuu dandeessa Maal ati namaa gadii? Rabbiikeetti hirkattee Gaafa buutu karaa Siif salphachaa dhufa Inni akka gaaraa Jireenyi gaafa ulfaatu Keessa keetti akka arbaa Jabaattee hojjennaan Yoomillee ni darbaa Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 3 авг.79из hamzahassen1

    Ibaadaakee jaallatee Milkii zalaalamaa Sihaamilkeessu rabbiin Sirraa qabee zaalima .....✍✍✍✍✍✍

  • 30 июл.113из hamzahassen1

    Dhiigaan si nyaachisaa⁉️🙄 🪡🪡🍉🪡🪡🍉🪡🪡 Yoo ciniinte nama🧍‍♂️ Sareen 🐕 miila qabdee, Maaltu sirraa nama Yoo obsuu dadhabde 🤔 Namni qabu harkaa Uleen haa haleelu, 🔫 Kuuniis laalee arkaa Boruuf sin kajeelu, Dhiitii gamas buusi Guyyuma si laalte, Harma haadhaa guusi Yoo tola wallaalte, Yoo maraatte sareen🐕 Lubbuu teetiif sodaa, Hanga ifii bareen Siif saffara qodaa, Tuffattee yoo dhiifte Garee deemtu garaaf, Hurre sitti biifte Si qaadhimtee karaaf, Dhiigaaf lammii jiifte Moo tumsitee dharaaf, Leenca Obsaaf ciifte Gorsa godhi maraaf, Tooftaan odaa jiiysee Dambii si yaachisaa, Dhiiguma kee dhiiysee Dhiigaan si nyaachisaa? Duraaniin siif himee Himuus nan dhageeysuu, Haqa keetiis dhimee Hanga siis fageeysuu, Yoo beeyte naaf himi An sirraa dhiifadhee, Dhiiga kiyyaas dhimi Haa nyaadhu jiifadhee, Akkaan ju'u feeta Niin beeka hangana, Maaliif gowwaa seeta Dhiira gamna tana? Lammiin tiyya qaali Isii abdii ciisii, Fuuldura kee laali Miila jala dhiisii‼️ Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 29 июл.108из hamzahassen1

    An harka kankeen eeggadha Hin eeggadhu kan namaa Kennaa harka namaarras Keetu naaf amanamaa Namni xiqqoo naa hiixatee Har'a yoo nabaases rakkoo Bor kokkee kiyya qabee Fiddamoon fiddu waankoo Jedhee nagaafachuun isaa Bulee nafu gaaftokkoo Kanaaf ati yaarabbiikoo Osoo jiruu balballikee Hulaa namaa nandhaabin Ballaadha rahmannikee Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 28 июл.129из hamzahassen1

    Waan hedduutuu jira Nuti jechuu feenaan, Garaa duwwaa hafa Mara tufuuf ceenaan, Sanumaafuu arraata Qusachuun gaarii taha, Sardamaan futtaaftu Hamtuu sirraa bahaa, Dhandhachi tokkumaa Foon guutuu balleeysa, Kanaafuu jechootaas To'achuun barbaachisa. Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 28 июл.99из hamzahassen1

    Rabbi nuuf haa tolchu Dabduu nuuf sirreysee Nurraa haa qajeelchu Jiruu nuuf miidhaysee 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

  • 28 июл.117из hamzahassen1

    💥Walaloo☄ 🛰🛰🛰🛰🛰🛰🛰🛰🛰🛰🛰 Uffata gaarii dhabee Yeroon uffadhu moofaa Hiyyuumaa duruu beektu Oliif gad nama oofaa Ati gamootti galtaa Manni koo ta'us hulaa kankee kadhaa hin dhufuu Isuma keessan bulaa! Bifti koo daalachaa'us An garuu mitiim doofaa Mana kootii immoo hin qabuu # Firaashii gaariif #soofaa ! Waan namaas hin barbaaduu Natti fidiinaa dhiisaa An #keeshaa koo afadheen Gammadee kolfaa ciisaa Jiruun koos natti ulfaatee Yoon dhabes wanta gaarii Gammadeetan jiraadhaa Wan tokko hin qabu aarii Namni erga nama ta'ee Mee maalumaan wal caalaa Qabeenyi nama hin ibsuu Namni garuu isa ilaalaa Isa ati guyyaaf torbeen Bitattee qaltu hoolaa Aniis raafuu koo nyaadheen Bakka garaa koon oolaa Qabeenya keetiin boontaa Ol kaatee gadis kuftee Silaa inni bor darbaa Atis biyyoo irraa dhuftee Wanta amma ilaaltuu Humaa si hin qabu gatii Natu siirra boqotaam Rafteeyyuu hin beektu atii Ati waan feete nyaadhuu An yoon bules hagabuu Basha'eetan jiraadhaam Mataa dhukkubbi hin qabuu Takkaa teessee hin boqotiin Osoo yaadaan of gooltuu Dhugaa jirtun sitti himaa Dhuma kee du'a hin ooltuu! Maalumaaf of dhiphiistaa Takkaa gammadde hin raftuu # Fataa jeedhii jiraadhuu Biyya lafaatto hin haftuu! Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 27 июл.100из hamzahassen1

    Lij Iyyaasuu ⚜: Mootii haqaa Hoogganaa sirrii Akka jara kaanii Kan hin yaanne sharrii Wal kan hin caalchifne Amantii fi saba Kan yoomuu haqa malee Hin dubbanne soba Abbaa ejjannoo dhugaa Abbaa onnee qulqulluu Yartuun waan feete jettus Dharri dhugaa hin awwaalu Warri sammuun zeeroo Warri seenaa hin qabne Warri hammeenya malee Waan gaarii hin yaanne Warra miidhaa raawwachuun Isaan gammachiisu Warra seenaa hin qabne Ofitti moggaasu Warra soba hin jirre Namatti maxxansu Hidda fageeffatee Kan hadhas nu raasu Warra summiin diinummaa Keeasatti biqile Hin jiru Kan jedhan Namni ana malee Nugusaaf mootummaan Ana qofaaf malaa Kanneen jedhanii yaadan Warri sammuun jalaa Gootaaf mootii haqaa Maqaa itti baaftee Warri mataan buqqee Waliin mari'attee Yaada gadheef hamtuu Oliif gadi buuftee #Lij_iyyaasuu irratti Shira isii eegaltee Gantuun keessi summii Kichuu galaafatte Har'as itti jiru kunoo ilmaan jaraa Nama haqaaf falmu Ajjeeauuf dararaa Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 27 июл.121из hamzahassen1

    Qabeenyi nagaan bitu ✨ Qabaattee dhimmakeeti 🤔 Ispoonjii gaarii soofaa 🥄 An lafayyuu nan ciisa 🛏️ Uffadhee citaa moofaa 🛋️ Ati utuu Amsoolaa adii 🌅 Jijjiirtee sagal haftuu 🔄 Qabeenyakee herregda 🏗️ Sekoondii takkan raftuu ⏱️ Ati qabeenya tuuluuf 🤲 Of dhiphifta gar-malee 💪 Ani kolfaan deema 🚶 Yoon ooles nyaata malee 🍞 Suufii fooqii dhiisanii 🛑 Yoo du'an biyyoo lixuu 🌍 "Fataa" jedhii jiraadhu 🗣️ Qabeenyi nagaan bituu ✅ By: Hamza HM Share Godhaa Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 27 июл.121из hamzahassen1

    يا مُحَمَّد إنَّ فُلانَ إبنَ فُلانٍ يُصلِّي عليكَ .ﷺ

  • 26 июл.144из hamzahassen1

    𝗡𝘂𝗻 𝗴𝗮𝗮𝗳𝗮𝗻𝗻𝗲 𝗯𝗶𝗿𝗿𝗶𝗶!! 𝗬𝗮𝗮 𝗲𝗿𝗴𝗮𝗺𝗮𝗮 haqaa Daandiin isaa sirrii Diinii nu dhaalchi𝘀uuf Nun gaafanne birrii Nagayaaf rahmanni Adda cita hin qabne Ilaa hanga qiyaamaa Khan sirraan muramne Sirra haa jiraatu 𝗜𝗹𝗮𝗮𝗵𝗶𝗶 kheenyarraa Hogguu si yaadanna Nu sin baanu dharraa! 𝗦𝗮𝗹𝗹𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵𝘂 𝗮𝗹𝗲𝗲𝘆𝗵𝗶 𝘄𝗮𝘀𝗮𝗹𝗹𝗮𝗺 haa jennuu Miindaa salawaataa, Yoomuu hin dagannuu... 𝗯𝘆: 𝗛𝗮𝗺𝘇𝗮 𝗛𝗠 👇🙏 https://t.me/hamzahassen1

  • 6 июл.225из hamzahassen1

    Jireenyi Addunyaa Tabba hedduu qabaa Namni obse garuu Mee maal dhaba qabaa Kanaaf... Obsa dhabaa taatee Qalbii narraa hin cabinii Obsi yaa nama koo! Mee obsa hin dhabinii. Waan ati hawwite Kan siif guutu rabbii Abdadhu kaa malee Abdii hin kutin abbii... By: hamza hassen Share Godhaa Ajajaamiti khabajaan🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 24 июн.295из hamzahassen1

    Kuma yaadeen tokkoon fixaa ‎Yaadaan badeen dhiphuu lixaa ‎Kuma dhaabeen tokko nyaadhaa ‎Dhangaa laadheen, dhagaa baadhaa ‎... ‎Yaada kootu wal darbata wal ari'aa.... ‎Gangaladhee ciniinnachaa naaf bari'a😴 ‎ Share Godhi Ajajaamiti Khabajaan 🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 24 июн.284из hamzahassen1

    ​"Maal taate?" siin jedhanii Tarreeffama si gaafatu, Garuu dhukkubbii kee Eenyullee siin Hubatu 😢

  • 23 июн.275из hamzahassen1

    Sobatu na rakkise Sobeetan callise.. Faarsee waa'ee du'aa Maan du'a afaan bu'a..? Eeyyee dhaba dhugaa Imimmaan koo bu'a.. Gariin naaf barbaacha Du'a afaan bu'a..!! Gaara ol dhiibanii, Hallayyaa bu'anii.. Hedduutu dhugaadhaaf, Du'a afaan bu'ani. Kankoo warri du'an, Jiraa du'aa caalu.. Warri suuqii du'aa, Jiraa jiru awwaalu. .. Beekaa hin beeku garuu, Dhiigni eessa haa bu'u.., Ani du'a hin faarfadhu.. duuti du'ee haa du'u.. du'aansaas haa du'u..!! Share godhi

  • 13 июн.316из hamzahassen1

    Salaata jechuun utubaa shanan islaamaa kheysaa khan lammaffaati, dhaamsa rasuulli keenya {ﷺ} xumura umrii saanii hadaraa jabeysaa ja'anii nutti dhaammatanii, akkasuma waan dura guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamnu waan taheef, hadaraa salaatatti haa jabaannuu. Yaa rabbi, nu kheysaa naman salaanne qaceelchii laaffisiif, ka salaataa jiru irratti jabeessii sabaata kenniif. Share Godhi Ajajaamiti khabajaan...🙏👇 https://t.me/hamzahassen1

  • 26 мая353из hamzahassen1

    Hundumti Keessaanuu Iid Mubaarak!🌙✨ ዒድ ሙባረክ! 🌙✨

𝗪𝗮𝗹𝗮𝗹𝗼𝗼 𝗠𝘂𝘀𝗹𝗶𝗺𝗮𝗮 — tgindex