tgindex
ABDII SABAA TELEGRAM CHANNEL

ABDII SABAA TELEGRAM CHANNEL

Статистика

👉https://youtube.com/@africaunitedtube58 Https://x.com_abdiisabaa04

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
14
Всего постов
43
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Видео
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
11 585
+11 за 4 дн.
Сутки
−3
−0,03%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 503
40 постов
Вовлечённость
13,0%
к подписчикам
Постов в день
2,0
всего 43
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1 204
1/48двое суток
1 379
1/72трое суток
1 488

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Badhaasa telebiir kana ittii fayyadama #LINK telebiirsuper app keesa seena https://www.howlow.et?grsf=F72OXB

  • 11 авг.1 62312

    #Oduu_Ammeetiin !. Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. Facebook.com//Africamedia Telegrami channaal keenyaa hordofa T.Me//abdiisabaatelegram

  • 11 авг.1 3534

    без подписи

  • 11 авг.1 3623

    без подписи

  • 11 авг.1 32523

    без подписи

  • 11 авг.1 37111

    ማስታወቂያ ትምህርት ሚኒስቴር በፌዴራል ልዩ አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች የ9ኛና የ10ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ማስተማር ይፈልጋል። በመሆኑም መስፈርቱን የምታሟሉ ተማሪዎች በዚህ ሊንክ https://sbs.moe.gov.et/apply መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን።

  • 10 авг.1 3891

    Fayyadama https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_AB85CEAB

  • 10 авг.1 48711

    SkillMoney Complete tasks and manage your rewards. https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_AB85CEAB

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • Oda Bultum University Vacancy Announcement for 2019 E.C Academic year Hordofa Facebook.com//Africamedia

  • 9 авг.1 6497

    Walaloo gorsaa baredaa barsisaa fi barataa namnii waa irra bartuu FB keenya follow godha hordofa facebook.com//Africamedia #Barnoota #Oromia https://www.facebook.com/share/v/14qLfjXS6ga/

  • 9 авг.1 70644

    Taa'uurra siquu wayya!. Guyyaa tokko barsiisaa fi barataan osoo waliin deemaa jiranii biishaan ciisee jiru tokkotti dhufan. Bishaan ciisee jiru sana bira gahuuf yommuu itti dhiyaatan, foolii ajaayaa akka qabu barsiisaan sun hubate. Barataa isaaf gaaffii akkas jedhu dhiyeesseef “Bishaan kun maaliif ajaayaa ta'e? maaliif lubbuu qabeeyyiin bishaan keessa jiraatan keessaa dhabaman”? Jechuun barataa isaa gaafate. Baratichiis akkas jechuun deebii deebiseef. “Bishaanichi hin yaa'u. Yeroo hundumaa asii waan hin sochooneef foolii badaa akkanaa maddisiisuu danda'e” jechuun deebiseef. Imala isaanii ittuma fufan. Osuma deemanuu laga guddaa tokkotti dhufan. “Lagni kun maaliif akkanatti miidhagee simboo tole? namoonni huccuu itti miiccatu, akkasumas qaama isaanii itti dhiqatu; Loon ni dhugu. Qurxummiiwwaniifi lubbuu qabeeyyiin bishaan keessa jiraatan hedduun as keessatti argamu. Maaliif sitti fakkaata?” jechuun barsiisaan barataa isaaf irra deebiin gaaffii dhiyeesseef. “Bishaan kun ni socho'a. Sababa kanaaf filannoo lubbu qabeeyyii ta'e!” jedhee deebiseef baratichi. “Argitee sammuun keenyaafi jireenyi keenyaas akka kana. Yoo sochoone waan haaraa argina. Yoo sochoone, kan caalutti dhufna. Yoo callifnee teenye ammoo dadhabbii, mukuu fi jireenya tarkaanfii hin qabne jiraanna,kanaaf taa'urra siquu wayya;Yoo fiiguu dandeesse fiigi,yoo saksaka dandeesse saksaki.Yoo tarkaanfachuu dandeesse tarkaanfadhu,yoo siquu dandeesse siqi.Maalif siquunuu taa'uurra wayya jechuun Barsiisaan barataa isaa gorsee abdii itti horee imala isaanii itti fufan.... FOLLOW GODHA NUU HORDOFA Facebook.com//Africamedia

  • 9 авг.1 556

    без подписи

  • 9 авг.1 5731

    Walaloo gorsaa baredaa barsisaa fi barataa namnii waa irra bartuu FB keenya follow godha hordofa facebook.com//Africamedia #Barnoota #Oromia https://www.facebook.com/share/v/14qLfjXS6ga/

  • 6 авг.2 651213

    Facebook keenyaa hordofa Facebook.com//Africamedia

  • 6 авг.2 2671

    Facebook keenyaa hordofa Facebook.com//Africamedia