tgindex
ABDII BORUU

Channel kan irraa wanti argatani odeeffannoo babareedoo beekumsaa irraa argti

Последний пост
11 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
20
Всего постов
61
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
767
+5 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
23
40 постов
Вовлечённость
3,0%
к подписчикам
Постов в день
2,9
всего 61
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
19
1/48двое суток
21
1/72трое суток
23

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA

  • видео или голосовое, без подписи

  • Ulaagaan Yuutiyuubii Irraa Galii Argachuuf Gaafatamu Dachaa Lamaan Guddate! Dhaabbanni Yuutiyuub (YouTube), ulaagaa oomishtoonni qabiyyee fi viidiyoo hojjetan beeksisaa fi 'YouTube Premium' irraa galii argachuu itti eegalan, kan 'YouTube Partner Program (YPP)' jedhamu dachaa lamaan guddisuu isaa beeksiseera. Akkaataa qajeelfama haaraa akka lakkoofsa Awurooppaatti Guraandhala 1, 2027 irraa eegalee hojiirra oolu kanaan, ulaagaan viidiyoowwan idilee (dhedheeroo) ittiin galii argamsiisan ji'oota 12 darban keessatti sa'aatii daawwannaa (Watch Hours) 8,000 guutuu gaafata; kunis ulaagaa kanaan dura sa'aatii 4,000 ture irraa dachaa lamaan kan dabale dha. Gama viidiyoowwan gaggabaaboon (Shorts) immoo, guyyoota 90 darban keessatti daawwannaa (Views) miiliyoona 20 argachuu kan gaafatu yoo ta'u, kunis isa duraan miiliyoona 10 ture dachaa lamaan dabakeera. Haa ta'u malee, ulaagaan baay'ina hordoftootaa (Subscribers) 1,000 qabaachuu inni duraanii osoo hin jijjiiramin itti fufeera. Tarkaanfiin kun bara 2018 asitti dambii bulchiinsa galii Yuutiyuubii irratti fooyya'iinsa guddaa taasifame ta'uu gabaasni 'Tech Crunch' ni mul'isa. Dabalataanis, oomishtoonni viidiyoo gaggabaabaa (Shorts) kanaan dura saganticha keessatti hammataman, kaffaltiin galii isaanii akka jalaa hin dhaabanneef, dhuma guyyoota 90 hunda keessatti daawwannaa miiliyoona 10 argachuu akka qaban akeekkachiifameera. Fooyya'iinsi kun hawaasa hojii miidiyaa dijitaalaa fi oomisha viidiyoo irratti bobba'an irratti dhiibbaa guddaa kan fidu ta'uutu himaa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA

  • #Oduu_Ammeetiin !. Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. Facebook.com//Africamedia Telegrami channaal keenyaa hordofa T.Me//abdiisabaatelegram

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ማስታወቂያ ትምህርት ሚኒስቴር በፌዴራል ልዩ አዳሪ 2ኛ ደረጃ ት/ቤቶች የ9ኛና የ10ኛ ክፍል ተማሪዎችን ተቀብሎ ማስተማር ይፈልጋል። በመሆኑም መስፈርቱን የምታሟሉ ተማሪዎች በዚህ ሊንክ https://sbs.moe.gov.et/apply መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን።

  • видео или голосовое, без подписи

  • #Yuunivarsiitii_Haramaayaa #Beeksisa_Hojii Barsiisota ykn leekcharoota barattoot Yuunivarsiitii barsiisan kan hulaagaa suuraa irratti ibsame guutan dorgomsiisee qacaruu waan barbaaduuf namootni isin ilaallatu dorgomuu dandeessu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA | @ABDII_SABAA_UNIVERSITY

  • видео или голосовое, без подписи

  • #BBO Beeksisa Qacarrii Barsiisotaa Biiroon barnoota Naannoo Oromiyaa Qacarrii Barsiisota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa gosoota barnoota garagaraa irratti akkasumaas gosoota afaanota biyya alaa barsiisaniif Warra Ulaagaa guutan qacaree hijjachiisuu barbaada: 👉 Gosoota Barnootaa: 1. Afaan Ingilizii 2. Barnoota seenaa (History) 3. Geography 4. Barnoota diinagdee (Economics) 5. ICT 6. Mathematics 7. Physics 8. Biology 9. Citizen/Ship 10. A/Study 11. Physics Lab. 12. ICT Technician kan barsiisan yoo ta'u, 👉 Barsiisota Afaan Biyya Alaa Barsiisan immoo: 1- Afaan Arabiffaa 2.- Afaan Faransaay barsiisan qacaree Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad 2ffaa ramaduu barbaada. Kanaafuu, Barsiisotni fedhii qabdaniifi ulaagaa qacarrii guuttan galmaa'uu ni dandeessu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA | @ABDII_SABAA_UNIVERSITY

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • #BeeksisaHojii #OdaBultumUniversity Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Iddoowwan hojii banaa qabu irratti leekcharoota ykn barsiiftoota Yuunivarsiitii barsiisan dorgomsiisee qacaruu barbaada. Namootni Ulaagaa bahe kana guuttan guyyaa jedhame keessatti galmooytanii dorgomuu dandeessu. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA | @ABDII_SABAA_UNIVERSITY

ABDII BORUU — tgindex