tgindex
Последний пост
1 авг. 2024 г.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 685
0 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 521
20 постов
Вовлечённость
93,9%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • FBC Afaan Oromo pinned Deleted message

  • Komishiinin poolisii federaalaa uummata waliin qindoominaan bara haaratti hojii yakka ittisuu akka hojjetu ibseera Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Komishiinin Poolisii Federaalaa uummata waliin qindoominaan bara haaraatti hojii yakka ittisuu akka hojjetu ibsee. Itti aanaan komishiini poolisii federaalaa komishiinar jeneraal Malaakuu Faantaa, nageenya biyyatti kabachiisuuf hooggantotaa fi miseensa poolisii iddowwan garaagaraatti hojirratti bobba’anii jiraaniif akkasumaas lammiilee Ityoophiyaa maraaf ergaa baga geessani dabarsaniiru. komishiinar jeneraal Malaakuu Faantaa, komishiinichi bara baajata… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/komishiinin-poolisii-federaalaa-uummata-waliin-qindoominaan-bara-haaratti-hojii-yakka-ittisuu-akka-hojjetu-ibseera/

  • Chaayinaan biyyoota Afriikaa sadi keessatti ‘buufata waraanaa ijaarrachuuf Finfinnee,  Qaammee 2, 2012(FBC)- Chaayinaan biyyoota Afriikaa sadi keessatti ‘buufata waraanaa ijaarrachuuf’ Peentaagoon karoora waggaa, damee waraanaa Chaayinaa ilaalchisuun torbee kana keessa baaseen, Keeniyaa, Taanzaaniyaa fi Angoolaan biyyoota hedduu Chaayinaan feetu keessaa isaan ijoodha, jechuun barruun dhimma humna ittisaa gabaasu barreesse. Mootummoonni biyyoota sadeenii haga yoonaa dhimma kanarratti homaa hin jenne. Gabaasa ba’e kanaan walqabatee… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/chaayinaan-biyyoota-afriikaa-sadi-keessatti-buufata-waraanaa-ijaarrachuuf/

  • Ityoo teeleekoom lammiilee Ityoophiyaaf qooda %5 aksiyoonaan akka gurguruu beeksise Finfinnee, Qaammee 2, 2012 (FBC)- Hojiiwwan foyyaa’insa damee teeleekominikeeshinirratti waajjira muummee ministiraatti mariin gaggeefama jira. Bakka Muummeen Ministira FDRI Dooktr Abiy Ahimad jiraanitti ityoo teeleekoom gariin gara dhunfaattii jijjiiruu fi koorpooreeshinoota teeleekoom dabalataan biyya keessa gachuuf yaada murtoorratti gamaggamameera. Mariichan ityoo teeleekoom gariin gara dhuunfatti jijjiiruuf qooda %40 dhaabbilee idil adduunyaaf akka dabarfamu dubbatameera. %5… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoo-teeleekoom-lammiilee-ityoophiyaaf-qooda-5-aksiyoonaan-akka-gurguruu-beeksise/

  • Magaalichatti qajeelfama taarifa tajaajila geejjibaa fi dandeetti fe’umsaa ba’erratti fooyya’insi ta’e Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Magaalaa Finfinneetti vaayrasiin koroonaa uumamuun walqabatee qajeelfama taarifa tajaajila geejjibaa fi dandeetti fe’umsaa ba’erratti fooyya’insi ta’e. Abbaan Taayitaa Geejjibaa Magaalaa Finfinnee fooyya’insicha ilaalachisuun ibsa laateera. Ibsa isaan minibaasii, Awutoobisii Anbassaa, Shaggar fi Haaygar tajaajila geejjibaa ummataa laatan baayyina teessoo isaaniin akka fe’an murtaa’eera. Taaksiiwwan minibaasii teessoon dhumaa nama 2 ol fe’uu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalichatti-qajeelfama-taarifa-tajaajila-geejjibaa-fi-dandeetti-feumsaa-baerratti-fooyyainsi-tae/

  • Hooggantonni hojii olaanoo balaa bishaanni Awaash guute qaqqabsiisa jiru daawwatan Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Hooggantonni hojii olaanoo mootummaa Federaalaa balaa bishaanni Awaash guutee qaqqabsiisa jiru daawwataniiru. Hooggantonni hojii olaanoo Abbaa Taayitaa misooma yaa’alee, komishiinii sodaa balaafi hooggansa, komishiinii misooma bishaanii fi dhaabbilee biroorra walitti babba’aan naannoo Affaar iddoowwan balaa lolaan miidhaman daawwataniiru. Iddoowwan balichaan miidhaman keessa tokko magaalaa Amiibaar yoo ta’uu, jiraattota magaalicha baasuuf… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hooggantonni-hojii-olaanoo-balaa-bishaanni-awaash-guute-qaqqabsiisa-jiru-daawwatan/

  • 5 сент. 2020 г.2 8781из Jalphilosophy

    видео или голосовое, без подписи

  • Finfinneetti proojkatonnii 197 Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 62 ijaarraman eebbifaaman Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laftootti proojaktonni 197 Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 62 ijaarramman eebbifamuun hojiif banaa ta’aniiru. Sirna eebbicharratti hoji gaggeessaa olaanaa kutaa magaalicha obbo Fiqaaduu Kasaahuun fi hooggantonni hojii olaanoon argamaniiru. Kutaalee magaalaa fi aanaalee adda addatti rakkoo hawaasaa furuuf proojaktonni garagaraa qulqullinaa fi ariitiin… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/finfinneetti-proojkatonnii-197-birrii-miiliyoona-dhibba-3-miiliyoona-62-ijaarraman-eebbifaaman/

  • Proojaktii maaddii biyyaaf deeggarsi Birriin miiliyoona 102 taasifame Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Hooggantonnii fi hojjeettonni Tajaajilaa Elektirikaa Ityoophiyaa waamicha misooma maaddiin biyyaaf jedhuu fudhachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 102 kan ta’u miindaa baatii tokkoo kennaniiru. Waamicha misoomaa mootummaan dhiyeesse fudhachuu fi deebii ariifata kennuun yeroo gabaaba keessaatti paarkii tokkummaa, Shaggar miidhaksuu, paarkii Inxooxxoo yeroo hin yaadamne keessaatti qulqulliina isaa eeggate hirmaanna olaanaan bu’aa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/proojaktii-maaddii-biyyaaf-deeggarsi-birriin-miiliyoona-102-taasifame/

  • Ameerikaan deeggarsa Ityoophiyaaf taasisa turte akka itti fuftuu miseensonni koongirasii Ameerikaa 6 yaadachiisan Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsaa taasisaa turte ammaas deeggaruu akka qabdu miseensonni koongirasii Ameerikaa 6 waajjiira ministeera dhimma alaaf xalayaa erganiin akeekkachiisan. Miseensonni kanneen xalayaa ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo erganiin akka ibsaniitti Ityoophiyaannonni ogeessota ofii isaanii fi maallaqaa isanii hojjechaa akka jiraan ibsaniiru. Deeggarsi kun adda cituun biyya michuu keenya… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ameerikaan-deeggarsa-ityoophiyaaf-taasisa-turte-akka-itti-fuftuu-miseensonni-koongirasii-ameerikaa-6-yaadachiisan/

  • Manneen murtii bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40f murtoo laatan Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Manneen murtii bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40f murtoo laataniiru. Manneen murtii waliigala yaa’ii idilee 5ffaa Finfinneetti gaggeessaa jiru. Preezdaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafii, gabaasa dhiyeesaniin bajaata bara darbeetin galmeewwan kuma dhibba 1 kuma 40tti murtoon laatameera jedhan. Dabalataniis hojiin fooramii manneen murtii waliigala… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manneen-murtii-bajaata-bara-darbeetin-galmeewwan-kuma-dhibba-1-kuma-40f-murtoo-laatan/

  • Sudaan sababa lolaaf balaa qaqqabeen labsii yeroo ariifachisaa baatiiwwan 3f labsite Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC)- Manni Maree Nageenyaa fi Ittisaa Sudaan biyyattitti balaa lolaa qaqqabee sababeeffachuun labsii yeroo ariifachiisa baatiwwan 3f labsuu beeksiseera. Sudaanitti bara kana sababa lolaatin lubbuun namoota 99 darbeera. Akkasumas namoonni 46 yoo miidhaman, mannii kumni 100 ol barbada’eera. Ministeerri bishaanii fi jalliisii bara kana ammantaan bishaan Abbaay meetira 17.5 ol ka’uu… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/sudaan-sababa-lolaaf-balaa-qaqqabeen-labsii-yeroo-ariifachisaa-baatiiwwan-3f-labsite/

  • Manni Maree Federeshinii sochii filannoo naannoo Tigraay ilaalchisuun yaada murtoo irratti mari’achaa jira Manni Maree Federeshinii sochii filannoo naannoo Tigraay ilaalchisuun yaada murtoo irratti mari’achaa jira Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Manni Maree Federeshinii sochii filannoo naannoo Tigraay ilaalchisuun yaada murtoo Koreen Dhaabbii Dhimmoota Hiikkaa Heeraa Mootummaa fi Eenyummaa dhiyeesse irratti mari’achaa jira. Koreen dhaabicha yaada murtoo yaa’iin fala barbaadduu dhimmoota heera mootummaa dhiyeesse ilaaluun yaada murtoo… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manni-maree-federeshinii-sochii-filannoo-naannoo-tigraay-ilaalchisuun-yaada-murtoo-irratti-mariachaa-jira/

  • Yuunivaarsiitiin Bulee Horaa barattoota digrii lammaffaa fi jalqabaa 283 eebbisiise Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Yuunivaarsiitiin Bulee Horaa barattoota digrii lammaffaa fi jalqabaa 283 eebbisiise. Yuunivaarsiitiin Bulee Horaa barattoota digrii jalqabaa fi lammaffaa muummeewwan garagaraatiin barsiisaa ture Hagayya 30tti barattoota sagantaa Gannaa, dhuma torbeefi digrii lammaffaan barsiisaa ture walumatti barattoota 283 eebbisiiseera. Barattoota eebbifaman keessaa digriin lammaffaa 47 yoo tahan; digriin jalqabaa ammoo 236.… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivaarsiitiin-bulee-horaa-barattoota-digrii-lammaffaa-fi-jalqabaa-283-eebbisiise/

  • Dawaan talaallii Covid-19 doozii miliyoona 200 fi miiliyoona 20 caalu Afriikaaf dhiyaachuuf Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Afriikaan marsaa jalqabaan dawaa talaallii Covid-19 doozii miiliyoona 200 fi miiliyoona 20 caalu argachuuf jirti jedhe Dhaabbati Fayyaa Addunyaa(WHO). Dawaa marsaa duraan argamu kanaan hojjettoonni fayyaa fi namoonni vaayirasichaaf daran saaxilamoo ta’an dursa argatu jedha Dhaabbata Fayyaa Addunyaatti Sagantaan Afriikaa. Hoogganaan sagantaa kanaa Richaard Mihiigoo akka jedhanitti dawaan kun… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dawaan-talaallii-covid-19-doozii-miliyoona-200-fi-miiliyoona-20-caalu-afriikaaf-dhiyaachuuf/

  • Siifan Hasanii fi Mo Faaraan Rikoordii Addunyaa sa’aatii tokkoo Birasilisitti fooyyeessan Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Siifan Hasanii fi Mo Faaraan Rikoordii Addunyaa sa’aatii tokkoo Birasilisitti fooyyeessaniiru. Atileetiin Dhalootaan Itiyoophiyaa Neezerlandisiif fiigdu Siifan Haasan hanga xumuraatti Rikoordii maaraatoonii Addunyaa kan harkaa qabdu Atileetii Keeniyaa Birgid Kosgii waliin morkii cimaa taasifteetti. Yeroo sana Dirree Tunee bara Faranjota 2008 sa’aatii tokko keessatti meetira kuma 18,517 kan fiigde… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/siifan-hasanii-fi-mo-faaraan-rikoordii-addunyaa-saaatii-tokkoo-birasilisitti-fooyyeessan/

  • Mootummaan naannoo Kibbaa hooggantoota hojii garagaraaf muudama laate Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Mootummaan naannoo Sabaa fi Sablammoota Ummata Kibbaa hooggantoota hojii garagaraaf muudama laateera.   Bu’uuruma kanaan;   1.Obbo Haylamaariyaam Tasfaayee – Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti Hoogganaa Biiroo Aadaa fi Turizimii fi Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa.   2.Obbo Maahee Boodaa – Hoogganaa Biiroo Barnootaa   3.Obbo Tashoomaa Taakkalaa – Hoogganaa Biiroo Misooma… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mootummaan-naannoo-kibbaa-hooggantoota-hojii-garagaraaf-muudama-laate/

  • Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e Finfinnee, Hagayya 30, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetiin namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen qorannaan laabraatoorii samuudaa 23,712 hojjetameen, namoota 1,303 irratti vaayrasichi argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Kaleessa lakkoofsi namoota lubbuu isaanii dhabanii 24 yoo ta’an, waliigala lubbuun namoota 880 darbeera. Haaraan kan dandamata 329… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoophiyaatti-namoonni-dabalataa-1303-vaayrasii-koroonaatin-qabamuun-isaanii-mirkanaae/

  • Lammiilee balaa lolaan buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuma 77f deeggarsa namoomaa taasisuuf hojjetamaa jira Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti Lammiilee balaa lolaan buqqa’an kuma dhibba 1 fi kuma 77f deeggarsa namoomaa taasisuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa beeksise.   Koomishinichi Faanaa Broodkaastiing Koorporeetiif akka ibsetti, Rooba cimaa idilee ol roobaa jiruun balaa lolaa mudateen hanga ammaatti naannolee 7 keessatti miidhaan qaqqabeera.   Hanga ammaatti guutuu biyyattiitti… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/lammiilee-balaa-lolaan-buqqaan-kuma-dhibba-1-fi-kuma-77f-deeggarsa-namoomaa-taasisuuf-hojjetamaa-jira/

  • Dhibee waagii ittisuuf keemikaalli farra waagii leetira kuma 84 ol qonnaan bulaaf raabsuuf hojjetamaa jira Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) –Bara kana dhibee waagii midhaaniirraa ittisuuf keemikaala farra waagii leetira kuma 84 ol qonnaan bultootaaf raabsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.   Keemiikaalli farra waagii haaraa fi kan bule walumaagalatti leetirri kumni 84 ol karaa Federeeshinii qonnaan bultoota Oromiyaa fi alaa galchittootaan dhiyaateera jedhan Biiroo Qonnaa… https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dhibee-waagii-ittisuuf-keemikaalli-farra-waagii-leetira-kuma-84-ol-qonnaan-bulaaf-raabsuuf-hojjetamaa-jira/

FBC Afaan Oromo — tgindex