BBC AFAAN OROMOO
СтатистикаThis channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 33
- Всего постов
- 33
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 7 215
- 1/48двое суток
- 9 237
- 1/72трое суток
- 9 962
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Namoonni siyaasaa, gaazexeessitoonniifi namoonni biroon lakkoofsaan dhibba sadii ol ta'aniifi rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraa keessa jiruun walqabatee shororkeessummaan himataman dhiifamaan akka gadhiifamaniif adeemsarra jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qrCLMvV
Kilabi Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Gimbii kilaboota naannolee 40 caalan bira darbuun chaampiyoonaa biyyattii ta'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/aehoPBY
Pirezidaant Doonaald Tiraamp sodaa haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokatee xayyaara jijjiirrachuu amanan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/U60vz1B
Kiristaanoo Roonaaldoo haadha ijoollee isaa Joorjiinaa waliin gara waggaa 10 erga jaalalaan turee ishee fuudhuuf akka jehdu himame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/l6jhfUV
"Mana haadha kootti namoota abbaa bideenaa koo waliin dhufaniin irra deddeebiin gudeedamaan ture. Kanan gudeedamaa tures, namootan amanuun, namoota barsiisota amantaati jedhuunin ture" jechuun ijjishee diimatee, imimmaan lolaasaa BBC'tti dubbatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PfJ1K6d
Haleellaa hidhattoonni Huutii Galaana Diimaarratti raawwataniin namoonni jaha ajjeefamuu mootummaan Yaman beekamtii idil-addunyaa qabu beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/G1jS4hg
Dhaabi bulchiinsa Tigraay harkaa qabu TPLF Ertiraafi humnoota biroo wajjin ifatti hojjachuun mootummaa federaalaa kuffisuuf hojjataa jiraachuu ibsan Obbo Getaachoo Raddaa. Dabaluunis, hawaasi idiladdunyaa yaaddoo waraanaa as adeemaa jiru callisee ilaaluu hin qabu jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/dosvG7r