tgindex
VOA Afaan Oromoo

VOA Afaan Oromoo

Статистика

VOA SOMAL https://t.me/SomaliVoice

Последний пост
15 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
18
Всего постов
36
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
12 366
+96 за 3 дн.
Сутки
+50
+0,41%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
748
35 постов
Вовлечённость
6,0%
к подписчикам
Постов в день
2,6
всего 36
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
по 3 постам
1/24сутки в ленте
473
1/48двое суток
650
1/72трое суток
701

Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) 🇷🇺🇷🇺 Hogganaan paartii mormituu Raashiyaa Aleeksii Naavaalnii umriisaa 47tti bara 2024 mana hidhaa Raashiyaa, Saayibeeriyaatti argamutti du'e. Raashiyaa sababuma uumamaa du'e yoo jettu, UK fi michoonni ishee Awurooppaa summii Raachaa Daart jedhamuun ajjeefame jedhan. Raachi uumamaan summii addaa oomishtu tun Laatin Ameerikaa qofa jirti. Summiin Raacha daart maali, akkamiin hojjeta? ➡️ https://bbc.in/3SvmKfB Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Ganna yeroo qorraaf duumessi hammaatu namoonni dhukkuba hargansuu asmii ykn xiixaa qaban ni yaadda'u, sababni dhukkubbii itti cimsuuf. Asmiin ganna maaf namatti hammaata, Asmiin dhibee akkamiiti, fallisaa hoo? 🔻🔻 https://bbc.in/4cfVAzW Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Kiristaanoo Roonaaldoo fi Joorjiinaan bakka ijoolleen isaanii shanan jiranitti wal fuudhan. Cidha guddaa waggaa kanaati jedhameera. Waa'ee cidhichaa asii dubbisaa: 👇👇 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Ertiraan humna hidhate gara Tigraayyitti erguun walabummaa Itoophiyaa sarbiteetti jedhan Ambaasaaddar Suleemaan Daddafoo. Obbo Getaachoo Raddaa ammoo yaaddoo waraanaa as deemaa jira jechuun hawaasa idilaaddunyaaf waamicha godhan. Carraan muddama waraana Kaaba Itoophiyaa mariin fixuu jiraa? 👉🏿👉🏿 https://bbc.in/4i1C6Tk Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Yukireen buufata boba'aa qulqulleessu guddicha Raashiyaa jalaa haleelte. Biyyi humna waraanaa guddaa qabdU Raashiyaan akkamiin dirooniwwan Yukireen qolachuu dadhabde? 👇🏿 https://bbc.in/4zaG6ap Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Balaa kirkira lafaa hamaa Kolombiyaa mudateen hanga ammaatti yoo xiqqaate namoonni 132 ta'an du'aniiru. 500 kan ta'an miidhamaniiru, lakkoofsi namoota du'anii daran akka dabaluu danda'u sodaan jira. 👉 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Waggoota dheeraaf Maan Yunaayitid leenjisaa kan ture Aleeks Fargisan gaafa soorama bahu isa bakka bu'uuf Joosee Moriinaa waliigalee turuu ifa godhe. Moriinon maaliif Yunaayitid hin leenjisin hafe? 👇🏿 https://bbc.in/45ivfh2 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) 🇮🇷 Iraan ajajaa olaanaa haaraa Mana Maree Nageenyaa biyyattii muudde. Ajajaan ijjannoo leellistummaa qabaniin beekaman kun eenyu? 👇🏿 https://bbc.in/4hJmsMz Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Chaayinaatti bokkaa hamaan bubbee fi kakawwee (bakakkaa) makate namoota miiliyoona tokko qe'eerraa kaase. 👇👇 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • https://youtu.be/EcP604BlGts?si=2eZu1Qoe6MhaJzZ_

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Mariin Iraanifi Omaan Ulaa Hormuuz ilaalchisee taasisan ulicha banuuf akka hin taane Iraan akeekkachiiste Ejjennoon Iraan maali? 👉👉 https://bbc.in/4wlYV83 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • 9 авг.1 0202

    BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Konfiraansii tokko irratti akka abbaa manaa argattuuf kan kadhatameef intalli Wiiliyaam Ruutuu heerumte. Abbaan ishee Wiiliyaam Ruutoon sirnicha irratti akkas jedhe. ''Qofaa [single] tahuun gaariidha. Heerumuun ammoo baay'ee gaariidha. Ijoollee godhachuun ammoo waan hunda caalaa gaariidha'' jedhe. Intalli isaa Chaarliin nama akkamii argatte? 👉👉 https://bbc.in/4z88Y32 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • BBC News Afaan Oromoo (Facebook) Waa'ee du'a abbaa Liyonel Meesii maaltu jedhame? Sababni isaa maali? Meesii fi kaan maal dubbatan? Meesiin abbaa isaa waliin hidhata addaa qaba. 👇👇 Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

  • 9 авг.1 0081

    BBC News Afaan Oromoo (Facebook) 👫💞 Jaalalli jalqabaa taatee miiraa qofa osoo hintaane adeemsa namoonni wal amantaa itti baratan, walitti dhufeenya qaamaafi miraa kan itti arganfi hariiroo namoota gidduu garuummoo adda ta'e itti dhandhaman akka ta'es himu. Sammuun keenya waa'ee jaalallee jalqabaa yaadannoo jiraatu ol kaa'a. 👇👇 https://bbc.in/4fY8dAW Follow🖍 Like❤️ Share📨 @VOAOromo @VOAOromo

VOA Afaan Oromoo — tgindex