Oduu
СтатистикаOduu midiyaalee garaagaraa qindeesittu. #VOA-afaan-oromoo #BBC-afaan-oromoo #Fanabc-afaan-oromoo #OBN
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 33
- Всего постов
- 63
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 387
- 1/48двое суток
- 483
- 1/72трое суток
- 520
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
Naannoo Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxatti haleellaan diroonii humnoota Tigraayirratti qiyyaafate gaggeeffammuu qondalonni naannichaafi humnoonni Tigraay irraa BBCn odeeffate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xVwb5HN
Hanqinni nyaataa, meeshaaleen caccabuufi nuffiin miseensota waraanaa Ameerikaa kumaan lakkaa'aman dooniiwwan Ameerikaa xiyyaara baatanirra guyyoota 250 ol turanii yaaddessaa ta'aa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4Fli3C1
Waraanni Iraan erga eegalee ji'oota torba darbeera. Dinagdee biyyattii irratti dhiibbaa guddaa uumulleen angaa'onni Iraan garuu dhibdee kana furuuf waan ariifatan hin fakkaatu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/m6j8OdH
Finfinneen qaama Oromiyaa waan taateef, 'bulchiinsi ishees guutummaatti Oromiyaa jala galuu qaba' kan jedhu ejjannoo cimaa Oromiyaa irraa dhiyaatudha.Lakki, kan naannoo tokkoo qofa ta'uu hin qabdu, kan sabaafi sab-lammoota Itoophiyaa hudaa ta'uu qaba jechuun kan falmanis hedduudha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/tWVKs0j
Ameerikaan dhorkaa ulaawwan galaanaa iraanirra keesse dheeressuun dhiibbaa dinagdee cimsuu akka dandeessu dubbatte. Ameerikaan kana kan jette mariin biyyoota lamaan gidduutti ni gaggeeffama jedhamee eegamu milkaa'uu dhabee muddamni yeroo cimaa jiruufi dhiyeessiin boba'a aaddunyaa wayita hir'achaa dhufettidha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/PYLtoh3
Abigaayil dubartii cimtuu ijoollummaasheerraa galma gahuu barbaadurraa wanti ishee daangessu akka hin jirre, ofitti amanamummaa guddaadhaan guddatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/4chSaku
Komishiniin Marii Biyyaalessaa adeemsa marii gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti ajandaan murteen itti kenname akka hin jirre beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/gTxA5if
Ertiraan humna waraanaa hidhate walabummaa Itoophiyaa sarbuun daangaa Itoophiyaa ceesiftee gara naannoo Tigiraayitti ergiteetti''a jedhan Ambaasadar Suleymaan Daddafoo. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OXFKTtN
Yeroo ji'a tokko ta'uuf kan ture mariin biyyaalessaa ajandaawwan dhihaatan saddeet irratti mari'achuun gara xumuraatti dhihaataa jira. Kana keessatti akkaan falmisiisaa kan ta'ee fi ammallee gara tokkotti kan hin baane dhimma magaalaa Finfinneeti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/7q92nDc
Carraaqqiin waraana Baha Giddugaleessaa keessatti deemaa jiru dhaabsisuuf Iraan fi Ameerikaan waliigalteerra akka gahan gochuu sababa wal gaarerfannaa gidduusaanii jiruun ammallee itti ba’isaa hin baramiin jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5EgwdpB
UK fi biyyoota Awurooppaa kaan keessatti aduun akkaataa waggoota 30 keessatti taatee hin beekneen gaaddiddoofte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/LElzGc1
Tibbana miiidiyaalee hawwaasaa irratti helikooptera waraanaa Itoophiyaati kan jedhame kufee caccabuun dubbii ijoo taheera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/qaobCuS
Nuti namoonni dandeetti waa yaaduutiin akka fiixee guddaa ta'e irra geenyetti yaanna. Gaaruu yaadamni kuni yeroo baayyee nun fullaasu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Vq6ZlwO
Namoonni siyaasaa, gaazexeessitoonniifi namoonni biroon lakkoofsaan dhibba sadii ol ta'aniifi rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraa keessa jiruun walqabatee shororkeessummaan himataman dhiifamaan akka gadhiifamaniif adeemsarra jiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/JT38h7L
Kilabi Kubbaa Miillaa Bulchiinsa Magaalaa Gimbii kilaboota naannolee 40 caalan bira darbuun chaampiyoonaa biyyattii ta'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Lz9IM4Z
Pirezidaant Doonaald Tiraamp sodaa haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokatee xayyaara jijjiirrachuu amanan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mCp2zSn
Kiristaanoo Roonaaldoo haadha ijoollee isaa Joorjiinaa waliin gara waggaa 10 erga jaalalaan turee ishee fuudhuuf akka jehdu himame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/RNY2yfs
"Mana haadha kootti namoota abbaa bideenaa koo waliin dhufaniin irra deddeebiin gudeedamaan ture. Kanan gudeedamaa tures, namootan amanuun, namoota barsiisota amantaati jedhuunin ture" jechuun ijjishee diimatee, imimmaan lolaasaa BBC'tti dubbatte. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/BaUP0sH
Haleellaa hidhattoonni Huutii Galaana Diimaarratti raawwataniin namoonni jaha ajjeefamuu mootummaan Yaman beekamtii idil-addunyaa qabu beeksise. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/hqxD97R
Dhaabi bulchiinsa Tigraay harkaa qabu TPLF Ertiraafi humnoota biroo wajjin ifatti hojjachuun mootummaa federaalaa kuffisuuf hojjataa jiraachuu ibsan Obbo Getaachoo Raddaa. Dabaluunis, hawaasi idiladdunyaa yaaddoo waraanaa as adeemaa jiru callisee ilaaluu hin qabu jedhan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5dt70qp