tgindex
Jechoota Psychology

Jechoota Psychology

Статистика

. Jechoota saayikoloojii fi wantoota saayikoloojiin walqabatan @Saayikoolooji

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
13
Всего постов
30
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
19 315
+78 за 4 дн.
Сутки
+26
+0,13%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 679
30 постов
Вовлечённость
8,7%
к подписчикам
Постов в день
1,9
всего 30
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1 149
1/48двое суток
1 316
1/72трое суток
1 420

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.356111из Jechamoota

    Yeroo tokko tokko gammachuu ofii keetiif itti gaafatamummaa fudhachuu qabda. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 14 авг.409из Jechamoota

    Guutuu IsaatiifLINK👇👇 https://youtu.be/5nC-bm50jPQ https://youtu.be/5nC-bm50jPQ

  • “Yeroo ati of filattu, wantoonni biroonis siif mijachuu jalqabu. Yeroon kun yeroo ofii keetiif dursa kennitu, of ijaartu, of jaallattu, fi jireenya kee akka barbaaddetti qindeessituudha.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 13 авг.1 240204

    “Yeroo dargaggummaa kee keessa jirtutti fuudhuu/heerumuu yaali. Sababni isaa, yoo guddattee, nama ogeessa taata; namoonni ogeeyyiin immoo hin fuudhan/heeruman.” — Fyodor Dostoevsky ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 13 авг.1 296111из Jechamoota

    Akkamitti akka of jaallattu akkamitti akka namoonni biroo akka itti si jaallatan barsiiftudha. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 13 авг.1 429195

    “Hiriyyaan dhugaa, yeroo addunyaan hundi si dhiistu, inni kan gara kee dhufudha.” — Walter Winchell ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE

  • 12 авг.1 578271

    “Amalli nama tokkoo yoo siif ifa hin taane, hiriyoota isaa ilaali.” ~Persians ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 12 авг.1 758231

    “Sadarkaan nuti itti ol kaane caalaa, gad of qabnee deemuu qabna.” ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 11 авг.1 12231

    Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM

  • 11 авг.1 810242

    Of jijjiiruun hammam akka ulfaatu ilaali, nama biraa jijjiiruu danda'a jettee yaaduun hammam gowwummaa akka taʼe ni hubatta. —Jacob M.Braud ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 10 авг.2 200212

    Namoonni siyaasaa fi Daaper yeroo baayyee jijjiiramuu qabu, sababa wal fakkaatuun. —Mark Twain ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 10 авг.2 251172

    Fageenyi dhugumaan, namoota tokko tokko irratti miirri ati qabdu maal akka fakkaatu siif ifa godha. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 9 авг.2 621211

    Yeroo kamittuu Seenaan kee Jijjiiramuu ni danda'a. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 9 авг.2 472131

    Hanga akka kee urgaa'utti na hammadhu. 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️ 💞@Kilinika_Jaalalaa❤️

  • 9 авг.2 579165

    KENNI Garuu akka namni si fayyadamu hin eeyyamin. JAALADHU Garuu akka onneen kee akka miidhamu hin eeyyamin. AMANI Garuu nama hundaaf gowwaa hin ta’in. DHAGGEEFFADHU Garuu sagalee ofii kee hin dhabin. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 9 авг.1 189

    Sodaa nama fuulduraatti Dubbachuu of irraa balleessuuf👇👇 https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM https://youtu.be/wSmxCOC5vAM

  • 8 авг.2 68018

    Ooltanii?

  • 7 авг.3 01822

    Barsiisaa gariin muuxannoo kufaatii kan kee irraa barattuudha. ━━━━━━━━━━━ 🖌@Jechamoota✅️

  • 7 авг.1 88212

    Hiriyyaan kee yoo si tuffate Maatii fi firoottan yoo si hin kabajne Yeroo hedduu akka namaatti ilaalamuu yoo sitti ulfaate Qabxiilee 6 video kana keessatti eeraman fayyadami https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE https://youtu.be/0MoxO0kSeBE