✎ 𝐒𝐄𝐘𝐅𝐀𝐥-𝐈𝐒𝐋𝐀𝐌 🇵🇸
СтатистикаKaayyoon Channel kanaa Kaleessa Wal Yaadachisaa Boruuf wal Qopheessuudha. https://t.me/seyfal_islaam
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 31
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 869
- 1/48двое суток
- 995
- 1/72трое суток
- 1 074
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
« Dubartii yeroo ati waan hunda dhabde cinaa kee / Si faana turte, 'Waan dhabde yeroo argattu' wanti hundi isheedhaf mala! » @seyfal_islaam
ተስፋ ሰቶ ከማቁሰል ጀሊል ይጠብቀን
" መኖር የተካኑ " በመከራ ሆነው ተመስገን የሚሉ፣ እንዴት መታደል ነው ቢገባቸው ቃሉ፣ ዓለም በፈተና ጠፍራ ይዛቸው፣ ተመስገን ይላሉ በመታደላቸው፣ ሲወድቁም ሲነሱ የሚያመሰግኑ፣ በተስፋው ብርሀን መኖር የተካኑ፣ ያስቀኑኛል እኔን ከደላቸው በላይ፣ በችግር ውሰጥ ሆነው የሚያዩ ወደላይ፣ አምላክን ተማምነው ፈተናን ያልፈሩ፣ በመራብ ውስጥ ሆነው ፍሬን የሚያፈሩ፣ ካላቸው ቀንሰው ሌላን የሚያጎርሱ፣ በስውር ሸሽገው ሳይተርፍ የሚያለብሱ፣ እንዲህ ነው መታደል ቃሉን ለተረዱ፣ አምላክን ፍለጋ ልብን ያሰናዱ።
https://t.me/Nur_media26?livestream
без подписи
без подписи
Mallattoo Injifannoo Muslimaa Waadaa Rasuulaa ﷺ Mirkaneesse Ayasofya (Hagia Sophia) 💪 **** Kunoo waggoota jaha guuteera 🕌 🏪 July 24 labsii Pirezidaantii Türkiye Tayyip Erdoğan baasan hordofuun Ayasofya akka masjiidaatti erga irra deebiin banamee diinii fi hawaasa Muslimaa tajaajilu jalqabee kunoo waggaa 6 ta'eera. 🇹🇷 Ayasofyan (Hagia Sophia) jalqaba bara 537 AD keessa Empayerii Bizantiinootaan akka waldaa Kiristiyaanaa Ortodoksii isa guddicha addunyaatti ijaaramee waggoota 900 ol tajaajilaa erga turee booda, bara 1453 keessa injifannoo Sultaan Mehemed Lammaffaan (Fatih) booda gara Masjiida jijjiirame. ⭕ Haa ta'u malee bara 1935 keessa pireezidantii jalqabaa Turkii Mustafaa Kemaal Ataturkiin (Mustafa Kemal Atatürk) tajaajilli amantii, diinii addaan citee masjiida irraa gara Muuziyeemiitti geeddarame. Murteen kun Kiristiyaanota adduunya baay'ee kan gammachiises ture. 👉 Ta'ullee, seenaa dheeraa kanaan booda bara 2020 keessa deebi'ee akka masjiidaatti akka banamu ta'eera. 🕌 Ayasofya gara masjiidaatti akka deebi'u gochuu isaanii hordofee hawaasni Kiristiyaanaafi mootummaaleen akkasumas qaamoleen mormii qaban Idiil-Aduunyaa Erdoğan irratti sadarkaa aduunyaatti mormii jabaa gageessaa turani. 🇹🇷🕌 Garuu Erdoğan mormiifi iyya sana maraaf osoo bakka hin kennin, Masjiida mallattoo injifannoo fi qaroomina siyaasaafi seenaa Islaamaa ta'e kana Diiniifi Muslimaaf banuun waadaa Rasuulaa ﷺ fi wabii injifannoo Suulxaana dargaggeessaafi waraana isaa faarfamtuu Muhaammad Al Faatih kabachiisan. ☝️ Alhamdulillaah kunoo, bakkalchichi erga deebi'ee Azaana dhageessisuufi ibaadaan asheetuu eegalee har'i waggaa 6ffaa isaa guuteera. Warri iyyu garuu hanga ammaa gubatee ciinca'aa jira.
ኢላሂ…🤲 ያየህብኝን ፥ አታሳይብኝ፣ እኔ እና አንተ የምናውቀውን ፥ አትንገርብኝ። እያየኸኝ ነው ፥ የወንጀል ሸክም አደካክሞኛል፣ የተውከኝ ዕለት… ያበቃልኛል። ቆሸሽክ ብለህ፥ አልገፋኸኝም። ከንፁህ ደጅህ… ሰተርከኝ አይደል? በዛውም ማረኝ ፥ በነካው እጅህ።🤲
Ijoollee Keessaan Waa'ee khiyaanaa (Ganuu) Barsiisuu yoo Barbaaddan Suuraa kana Agarsiisaa, Nama Ganuun maal akka ta’e sirriitti galaafii. Suuraan kun Nama Qulqulluu fi Kabajamaa, Nama Gadhee fi Hamaa, Nama Haqaa fi Gantuu wal biratti Argita. #Mursii_Hoogganaa_shahiida
"إنما تنجح الفكرة إذا قَوِيَ الإيمان بها، وتوفّر الإخلاص في سبيلها، وازدادت الحماسة لها، ووُجِدَ الاستعداد الذي يحمل على التضحية والعمل لتحقيقها." الإمام #حسن_البنا
. The feeling... ደስተኛ አደለንም ደሞም አልከፋንም በቃ it just empty and tired of በሁሉም ነገር❤️🩹
. ከሆነ ጥሩ.... ካልሆነም በጣም ጥሩ! .....❤️🩹
....Umrii kee waggaa 20ota ykn 30ota keessa jirtaa? Ganama yeroo hirribaa kaatu "Jireenyi koo duubatti hafeera" miirri jedhu sitti dhaga'amaa? Naannoo kee yeroo ilaaltu namni hundi karaa jireenya isaa waan argate sitti fakkataa?... Inni tokko mana daldala banateera... Inni kaan gaa'ela dhaabbateera... Inni biraan addunyaa irra naanna'a... Hundi isaanii gammadoo, firii qabeeyyii fi kan milkaa'an sitti fakkatu... Ati garuu achuma jirta, "Ammas yeroon qaba..!" Anis nan qaqqaba jettee of amansiisuuf yaalta. Garuu keessi kee si hin fudhatu... Keessi kee "Sirra dabreera" jedhee iyya jabaa iyya. Obboleessa koo... Rakkoon kee ofii kee namoota biroo waliin dorgomsiisuu keeti. Wanti ati Miidiyaa Hawaasaa (Social media) irratti argitu guutummaa Isaa jireenyaa dhugaa miti... Namoonni kan siitti agarsiisan injifannoo fi milkaa'ina isaanii qofa... Imimmaan, kufaatii fi yaaddoo isaanii si hin agarsiisan. Dargaggeessa umrii waggaa 23tti dhaabbata bane argita... Ji'a 6 booda kisaaree cufamuu isaa garuu hin argitu. Intala umrii waggaa 25 addunyaa irra naannoftu argita... Liqiidhaan akka jiraattu garuu hin beektu. Ammas Namoita umrii waggaa 27tti sirna gaa'elaa Ajaa'iba ta'een heeruman (wal fuudhan) argita... Garuu iyyansaa fi wal loliinsa malee suuta jedhanii waliin dubbachuu akka hin dandeenye hin argitu. Michuu koo... Ati duubatti hin hafne. Jireenyi dorgommii miti. Waggaa 20onni fi 30onni "Xumura waan hundumaa" utuu hin taane; Jalqaba waan hundumaa, bara yaalii, bara kufanii ka'uuti. Waggaa 20ota dabarsitee Waggaa 30ota keessa xumura irratti hojii kee argachuu dandeessa... Waggaa 40ota keessa immoo of argachuu fi of beekuu dandeessa... Waggaa 50ota keessa jaalalaan gaa'ela dhaabbachuu dandeessa... Waanti "Yeroo sirrii jireenyaa" jedhamu hin jiru. Tokkoof dursee milkaa'uufii danda'a, tokkoof immoo dulluma keessa milkaa'uufii danda'a. Galgalliis umriidha... Kadhannaan "Buddeena galgalaa naa kenni" jedhamu kan kadhatamuuf kanumaafi. Kanaaf... Har'a jireenya namoota biroo caalaa imala ofii keetii kabaji. Suuta jettee yoo deemtes tarkaanfataa jirta. Kufaatiin kee xumura kee miti... Kufaatiin har'aa milkaa'ina boruutiif sababa ta'a. Ati nama gatii hin qabne miti... Ati nama jabaa adeemsa keessa jiruudha!! Uumaan yaada kee guutuu siif haa milkeessu, argatanii dhabuu irraa si haa fageessu. @Seyfalislam_official
"يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا"
Carraa kana itti fayyadamaa... ⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata : Kitaabaan (PDF). Viidiyoodhaan. Sagaleedhaan. Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu. https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Carraa addaati, itti fayyadamaa. Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa.
без подписи
без подписи
Imaam Hasan Al-Bannaan Shahiidanii, Reeffa Isaanii Dubartoota Maatii Isaanii Qofatu Baate. Salaata Janaazaa Abbaa Isaaniitu Irratti Salaate, Icciitiidhaan Awwaalamanii, Maatiin Isaanii Akka Gadda Hin Teenye Dhorkaman. Sayid Quxub Shahiidanii, Icciitiidhaan Namni Tokko Osoo Hin Argamin Awwaalaman, Bakki Qabrii Isaaniis Hanga Har'aatti Hin Beekamu. Mahdii ‘Aakif Shahiidanii, Mootummaan Janaazaa Isaanii Akka Hin Baafne Dhorke. Maatiin Isaanii Halkan Keessaa Sa'aatii Saddeetitti (8:00) Akka Awwaalan Dirqamsiifaman; Namoota Afur Qofatu Akka Awwaalcha Irratti Argamu Hayyamameef. Dr. Mohammad Mursii Shahiidanii, Bariidhaan Miseensota Maatii Muraasaa Fi Abukaatota Isaanii Qofa Duratti Awwaalaman. Isaan Lubbuun Jiraatanis, Du'anis Ni Sodaatamu.
Live stream finished (1 hour)
Live stream started