tgindex
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

Статистика

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/🌍 قَناةٌ تُعنى بخدمة السنّة المحمّديّة، على صاحبها أفضلُ الصّلاة وأتمُّ السّلام. Sunnaa Rasuulaa kaddamuuf hundeeffamte (Sallallaahu aleyhi wasallam) Yaadaaf👇 https://t.me/Ibrahim_92taf

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
6
Всего постов
99
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Новости и СМИ (по похожим)
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
11 811
−14 за 3 дн.
Сутки
−7
−0,06%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 712
40 постов
Вовлечённость
14,5%
к подписчикам
Постов в день
0,9
всего 99
Упоминаний
7
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1 012
1/48двое суток
1 159
1/72трое суток
1 250

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 11 авг.1 167102

    видео или голосовое, без подписи

  • 10 авг.1 344163

    видео или голосовое, без подписи

  • 10 авг.1 14810

    видео или голосовое, без подписи

  • 10 авг.1 135102

    видео или голосовое, без подписи

  • 9 авг.1 336241

    ✍️ Adamsituu ta'i, ykn adamfamaa ta'i, garuu gonkumaa saree adamsituu adamfaatti fidu hin ta'iin! @tafak_or

  • 8 авг.1 493263

    Masjida guddaaa Jalqabaaa akka Misraatti 🇪🇬, Masjida jalqabaa akka ganfaa Afrikaatti kan tahe Masjida Sahaabaan beekkamaan Amru binu Aasiin (Radiyallaahu anhu) ijaarameedha…! Bara hundeeffame Hijraa 21 ykn A.L. Atti 642…. Deebii kana kan deebise nama tokko qofa… Obboleettii teenya Aaishaa jzk keeyran, badhaafamtuu gaafii kanaas taatee jirti. Seenaa isaa gabaabinnaan na eegaa…! https://t.me/tafak_or

  • 7 авг.1 769225

    Gaafii badhaasa qabu? Masjidni akka Afrikaatti yeroo Jalqabaaf ijaarame maal jedhama? Eessatti ijaarame? Sahaabota keessaa eennuun? Bara kam keessa ijaarame ? Comment nama dursee deebiseef badhaasa jira. Salawaata buusaa xumurarratti 👇🏻 @tafak_or

  • 6 авг.1 949274

    Wanti addunyaan kun nutti hojjette keessaa hunda caalaa hamaan... gatiin nama tokkoo... waan inni qabu keessa akka jiru ilma namaa amansiisuudha. Lakkoofsa hordoftoota isaatiin, . akkasumas suuraa isaa kan inni hawaasa duratti qabuu fii fizikaalaan madaalamuudha..! ✍️ Garuu miizaanni Samii... sana keessaa tokkollee hin beeku. Garuu Qalbii... Rabbiin guutamee fi Rabbiif qofa socho’u beeka..!! Bara ilmi namaa hordoftootaan wal madaalu… Hanguma hordoftoonni isaa heddummaatu beekkumsi isaas heddummaata faa seha….😂 Bara harreenuu osoo baatee iyyitee followers 1m argattutti….Miizannii keenya kanaan wal mazzanuu tahe..! @tafak_or

  • 3 авг.2 237654

    Waadaa naa seentaa akka ana booda hin fuune….🤔 ✍️ Ummu Salaamaan ( Radiyallaahu anhaa) abbaa warraa isheetiin, “Kottu walii galtee waliif mallatteesainaa, ati ana booda akka hin fuune, ani si boodas akkan hin heerumne waadaa waliif gallaa ” jetteen. Innis, “ waan ani jedhe irratti tole ni jettaaa?” Isheenis “Eeyyee” jetteen. Innis, “Yoo ani du’e, egaa heerumi! ” Ergasii itti aansee “Yaa Rabbi Ummu Salaamaadhaaf na booda nama na caalu, kan ishee hin salphifne, kan ishee hin miine naaf kenniif” jedhee kadhateef. Abbaan warraa ishee erga du’ee booda eennutu fuudheen beektaa ?! Nabiyyii Rabbiittu (saw) ishee fuudhe. Hunda isaaniiyyuu Rabbiin irraa haa jaalatuun…! @tafak_or

  • 3 авг.1 991213

    _________tiif. "Isheen isatti heerumuuf turte, garuu Mallaqaanis, fayyaa fi amalaanis inni gaa'elaaf akka hin mijoofne madda amanamaa irraa barte. Boodarra, madda amanamaa sana akka fuudhe hubatte!" 🙂 Abbicha saniif 🤣🫣 bultii irratti eennuun mariisifatta ati bada gowwaa..! @tafak_or

  • 3 авг.2 064211

    Kana beektuu laata ? Suuraan Baqaraa Seenssi ykn jalqabni isiitii fi xumurri isii tokko akka tahe. Aayanni Jalqabaa, sifaata Mu’umintootaa keessaaa inni jalqabaa isaannan Gheybaatti ykn waan ijaan hin muldhannetti amanan jetti: ﴿ٱلَّذِینَ یُؤۡمِنُونَ بِٱلۡغَیۡبِ وَیُقِیمُونَ ٱلصَّلَوٰةَ وَمِمَّا رَزَقۡنَـٰهُمۡ یُنفِقُونَ ۝٣﴾ [البقرة ٣] Aayanni xumuraas, sifaataa fi wontoota Isaan Gheybatti itti amanan sana nuuf ibsite; Rabbitti, malaa’ikatti, Kitaabaa fi ergamtootatti osoo ijaan hin argin fagootti itti amanan…: ﴿ءَامَنَ ٱلرَّسُولُ بِمَاۤ أُنزِلَ إِلَیۡهِ مِن رَّبِّهِۦ وَٱلۡمُؤۡمِنُونَۚ كُلٌّ ءَامَنَ بِٱللَّهِ وَمَلَـٰۤىِٕكَتِهِۦ وَكُتُبِهِۦ وَرُسُلِهِۦ لَا نُفَرِّقُ بَیۡنَ أَحَدࣲ مِّن رُّسُلِهِۦۚ وَقَالُوا۟ سَمِعۡنَا وَأَطَعۡنَاۖ غُفۡرَانَكَ رَبَّنَا وَإِلَیۡكَ ٱلۡمَصِیرُ ۝٢٨٥﴾ [البقرة ٢٨٥] ✍️ Kunis waan hin mul’annetti amanuun (Gheeybatti amanuun ) bu’uura Diinii islaamaa waan ta’eef. Yoo Iimaanni Gheeybaa qalbii gabrichaa keessatti hundeeffame, gabrichis tasgabbaa’ee lubbuun isaas tasga’a, beellama Rabbii isaatti ni amana, adabbii Rabbiin nama isa dideef opheesses ni sodaata, Qadara isaattis ni obsa, hanga deemee gabricha akka Rabbiin jaallatuu fi itti gammaduu sana ta’utti Iimaanni isaa dabalaa dhufa. Barnoota gaggaarii argachuuf link kanaan nu hordofaa 👇🏻 https://t.me/tafak_or

  • 2 авг.1 907437

    Muhaammad ibnu Waasi’i (Rahimahullaah ): "Akkam bulte?" Jedhamee gaafatamnaan. Innis akkas jedhee deebiseef: " Azalli koo as dhihaatee, abdii fi abjuun koo achi fagaatee, dalagaan kootis hammaatee." Buleera. • Siyaar A'lam al-Nubaalaa' (6/121) . Isin hoo akkam bultan mee ?! @tafak_or

  • 1 авг.2 132396

    ✍️ Ilmii isaa wajjiin Ibaadaa keessatti nama akkaan jajjaba ture….; 1) Ufiifis namaafis yeroo hundaa Ikhlaasa dhaama ture… ( الواجب على الكلّ-منا ومنكم- أنه يقصد بعلمه وجه الله ) Ilmii teeysan keessatti Ikhlaasa qabaadhaa..! 2) Halkan isaa harka caalu ibaadaadhaan dabarsa..! 3) Halkan walakkaa dukkana keessa Qur’aana qara’uu heddummeessa ture. 4) Guyyaa isaa barsiisuu fi Kitaabilee adda addaa barreessuudhaan dabarsa..! 5) Arrabni isaa zikrii irraa gadin deebi’u jedhan…karaa keessa yoo deeman osoo ijaan hin argin, akka inni dhufaa jiru sagalee Tasbiiha isaatiin beekan…!! Eennu beektuu ?! Sheikh Muhammad binu Abdulwahhaab ( Rahimahullaah)..! @tafak_or

  • 1 авг.2 042503

    Gaafuma Assalamualeykum jetteee salaama gabaabsite… Rahmatas dhabdee, barakaas dhabde… Mee maaltu namatti ulfaata yoo itti guutanii salaama nama gaafatan..! Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh Ahbaabii..! @tafak_or

  • 31 июл.2 310394

    Mee silaa miira akkamiittu sitti dhagahama ?! Osoo Rasuulli Rabbii ( SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM) akka sahaabotaa sanatti, harkaan rifeensa mataa keetii haxaawaa, hin gaddin tun jiruu duniyaati wal argaan keenya Jannataa, siin jedhee…! صلوا على اشرف الخلق🌸 Gaddaa fi gadadoon keessa jirtu akka si dhiisu yoo barbaadde Salwaata Nabiin irratti buusi…👇🏻 SALLALLAAHU ALEYHI WASALLAM… @tafak_or

  • 29 июл.2 520666

    - Hin barfannee lakki... yeroma sirritti dhuftee! • Namni tokko waggaa 20tti fuudhee waggaa 10 booda ilmoo argate, kan biraan ammoo waggaa 30tti fuudhee waggaa tokko booda ilmoo argate. • Dubartiin tokko umrii 22tti heerumte abbaan warraa ishee jireenya hamaa keessa ishee dabarse... kan biraan ammoo umrii 34tti heerumtee abbaan warraa ishee gammachuudhaan ishee jiraachise. • Namni tokko waggaa 22tti yunivarsiitii eebbifamee hojii argachuuf waggaa 5 eegee... kaan ammoo waggaa 27tti eebbifamee hojiin abjuu isaa sun akkuma eebbifameen isa eegaa waan tureef guyyama sana jalqabe. • Namni tokko umurii 25tti daayreektaraa dhaabbatichaa ta’ee umurii 45tti yoo du’e, kan biraan ammoo umurii 50tti daayreektaraa dhaabbatichaa ta’ee umurii 90tti du’e. ✍️ - Isaan akka si dursan ykn si duubatti hafan akka amantu sitti fakkeessuu danda’u. Ati nama tokkollee akka hin dursine; akkasuma eennuun duubattis akka hin hafnes bareecheen beeka. Salphaatti ati sarara yeroo mataa keetii, isa Rabbiin siif murteesse irratti hojjechaa jirta. Nagaa sammuu fi tasgabbiin jiraadhaa! Zamanni meeshaa harka Rabbii keessa jiruudha; wanti Isa bira jiru hundinuu madaalaan kaahameera...!! Halkan gaarii…. ✍️ Ibro…Anaa kesssan👇🏻 @tafak_or

  • 29 июл.2 067382

    Assalamualeykum warahmatullaahi wabarakaatuh Guyyaan hardhaa kun haaraadha, carraa haaraatu siif kenname…! Waan keessa dalagdu hunda ilaallataa, waan Kaleessa si dabres hardha sirreeffataa deemuu qabda. Guyyaan kun siif keessummaadha, keessummaan yoo seeraan galchite si galateeffatti; yoo balleessites takkaa ormatti takkaa ardatti si himatti…akkasuma guyyaan kunis yoo itti fayyadamte ragaa siif baha ykn ragaa sitti bahaa beeki…. Oolmaa gaarii…! @tafak_or

  • 28 июл.2 197556

    Tarii haadhaa fi abbaan kee waan ati barbaadde hunda siif hin guunne ta'a, . garuu waan qaban hunda akka siif kennan guutummaatti mirkaneeffadhu. "Haadhaa fi abbaa keessanitti tola oolaaa." @tafak_or

𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر — tgindex