𝚀𝚘𝚘𝚜𝚊𝚊😅FT🎖
СтатистикаOUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤ MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤ NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤ ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔 CEO:- @martin_odeegard
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 10
- Всего постов
- 23
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 1 462
- 1/48двое суток
- 2 316
- 1/72трое суток
- 2 497
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
Rakkinni keenya rakkinaa qarshii dhaan furamuu qofa miti.... rakkinni keenyaa hedduun rakkinaa dollar dhaan furamuu dha😭🤣
без подписи
Akkam ooltaan family🤝 Al tokko mana ho'isaa mee🥂 (isin jalaatamtoo dha🫶😊)
Siyaasa mayiimin geggeessituuf jecha ilmaan Miskiina meeqa dhume 😭 Kan Oromoo kanamo.... 😔😔
Siyaasa mayiimin geggeessituuf jecha ilmaan Miskiina meeqa dhume 😭 Kan Oromoo kanamo.... 😔😔
Mannii qorree family al tokko 🔥 kana tuquun mana ho'isnaa 🤝😊
Haadhaaf daa'imaa Barataaf qabxii daldalaaf qarshii yoo jenne.... Anaa fi Si'ii Isa calisee online irraa taa'u kanaan immoo maal jennaa😂
Ijoolluuma koo sukkaraa hatee utuun arraabuu maatiin na arganii yeroo na garafaan.....qoi yeroon guddadhu kuntalaan biteen yoon hin arraabiin hafemoon jedhan ture😭😂
Channel kana keessatti Dhiiraa moo dubaraa tu baay'ataa? Dhiiraa 🤝 Durbaa ❤️ Let's go family 🙂
Fagootti yeroo na argituu abbaa qabeenyaa (millionaire) sitti fakkachuun danda'a Yeroo xiqqoo natti siqxuu akkan hiyyeeesa ta'e hubattaa Bay'ee yeroo natti siqxuu garuu liqiin si gaafadha😭😂
⚡ Discover ALEXATOR Original electronic music created to inspire, motivate and energize. 🌐 alexator.com Listen & download for free. 📲 t.me/alexator_music Follow for new music & updates. ▶️ NEW MUSIC VIDEO ALEXATOR — GENESIS (001) https://youtu.be/OR2yplPn1AU
Tajaajilaa ariifachiisaa fi saffisaa tae teeleen nuuf kennitu kana qofa dha.... Dear Customer. Your balance is insufficient ....😭🤝
Faranjii fi Amaara ta'anii osoo qarree Lagaatirra deemanuu Amaarri sun tasa mucucaatee lagatti kufe yeroo kana faranjichi "Sorry, Sorry "jedhe. Achiin Amaarri sun bishaan keessaa ol ka'ee "Surrii bichaa ayidellam Paantiim Basabbasee" jedheen😅🤣
Shakkine shakki😁
😁
Dilbataa kana react (like) dhaan ibsame🤝 Me:👌😊
❤wantii hundumtuu akka yaada keenya nuuf tau dhiisuus; siree keenya irra rafne ganamaa ka'uun isa caaluu dha🤝 Waan qabnu utuun lakkayiin; waan hin qabne yeroo hawwinuu, jireenyi midhaaginaa harkaa keenya irra qabnu nu harkaa fudhattii Kanaafuu har'aa....isaa qabnuuf haa galateeffannu.🤎 Hirribumaa ka'u keenyaaf haa gammadnu. Waan afuuraa baafaata jirruuf haa gammadnu. Lubbuu dhaan jiraachuun keenya qofti...gaha dha!😊 Happy Sunday y'all 😊🫶
Wantoota jireenyaa kee keessa dirqamaa qabachuu qabduu 3tu jiruu:-- 1ffaa: birr 2ffaa: birrrrrrrrrrr 3ffaa: birrrrrrrrrrrrrrrrrr bay'eeee dha🙂😂
😭😭💔
Dogongoraa amma na mudateef hundumtii keessan al tokkoof dhiifama naaf godha family💔💔🥹...isin jaalatamtoota dha 😊🖤 Halkaan gaarii